π
£π
π
π
π
€π
π
π
π
β
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
π2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π
£π
π
π
π
€π
π
π
π
β
"Waliif haa jiraannu!"
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
"Waliif haa jiraannu!"
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
π3
π
π
π
’π
π
π
π
β
Mootii Ayyaanaa!
Baga geessan!
Baga geenye!
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
Mootii Ayyaanaa!
Baga geessan!
Baga geenye!
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
π4β€3
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c2x8m58zvmxo?at_ptr_name=facebook_page&at_campaign_type=owned&at_medium=social&at_link_type=web_link&at_campaign=Social_Flow&at_format=link&at_link_origin=BBC_News_Afaan_Oromoo&at_link_id=9C8CDCC2-601E-11EE-AE09-B3C578A687CD&at_bbc_team=editorial&fbclid=IwAR0EWOqtBg9G0vb6XfrJDazpIEkWI9ZK7WfML1BNOJNBnD4cHf5NMhiyRWE
π π π π π π π ’π π π π π π π ...β
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
π π π π π π π ’π π π π π π π ...β
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
β€2π2
βOtobisiidhaan deemaan ture. Hirnaa yeroo geenyun dammaqe malee rafaan tureeyyu. Yeroon oljedhu daaβimni galaanaan marfamtee uummanni gama dhaabbatee iyyaa jira.β
βYeroon fooddaa irraa gadi ilaalu iji kiyyaa fi kan daaβima sanaa walirra buβe. Daaβimni kun nyaatamuufiidha. Namni baraaruuf seenu hin jiru. Yeroosan ofittan murteesse,β jedha.
#Abdii
#Namummaa
#Salaalee
#Oromiyaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c51vrm643y6o?at_campaign=Social_Flow&at_bbc_team=editorial&at_link_type=web_link&at_link_origin=BBC_News_Afaan_Oromoo&at_ptr_name=facebook_page&at_format=link&at_campaign_type=owned&at_medium=social&at_link_id=D5AB08F2-6272-11EE-B555-95FEECABB293&fbclid=IwAR1Jpy4Cun2_ZLu2V5DgdR1wERY9EUTPL41CbPeAMDaKjqCAq9FJ1eLCR_I

π7π’3β€2π₯1
https://www.facebook.com/100071143037695/posts/pfbid02tMRXVwQWJrvv4rwJPgH8bd3fvd3EMoYKyTaqgDc5tBFxjVwSKd74oeSN3F2Cjq3yl/?mibextid=9R9pXO
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
Facebook
Log in to Facebook
Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.
π3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π
π
‘π
π
π
π
¨π
π
β€ππ
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
β€2
Gadheen madaa namaatti qoosti! Maal kaa osoo fb ykn maxxansaa ishee report goonee hoo!!!
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0KS7XXrhygv6dNk2Y4WYwaKvxZz8T6TTsC7gboEYbnGKfBQmePkusWJrf4PG2CoApl&id=719540954&mibextid=9R9pXO
π π ‘π π π €π π π π β€ππ
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0KS7XXrhygv6dNk2Y4WYwaKvxZz8T6TTsC7gboEYbnGKfBQmePkusWJrf4PG2CoApl&id=719540954&mibextid=9R9pXO
π π ‘π π π €π π π π β€ππ
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
π6
βOromoon fardasaa akka ilmasaatti, akka ijasaatti ilaalee, kunuunsee itti tajaajilamaa ture.
Yeroo ammaa garuu waan isaaf hin malleef oolaa jira. Miidhaawwan garagaraas irra gahaa jiraβ
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cevqdev7kx4o?at_bbc_team=editorial&at_link_id=0B337CE0-A47A-11EE-BE59-9C678161DE7E&at_campaign=Social_Flow&at_campaign_type=owned&at_link_origin=BBC_News_Afaan_Oromoo&at_link_type=web_link&at_medium=social&at_format=link&at_ptr_name=facebook_page&fbclid=IwAR2Hx-G3MtR651XAg3uB8x5GSt4AOoFYWIIRElOD3raLx3lQC8dpp7O5qzw
π ΅π °ππ ³π °ππ

BBC News Afaan Oromoo
Magaalaan naannoo Oromiyaa tokko nama fardaan gaarii harkise birri 60,000 adabuuf
βFardi gaarii harkisuu hinqabu. Fardi aadaa qaba, safuu qaba, duudhaa qaba; iddoo isaaf hin malletti argamuu hinqabuβ jedhan qondaalli mootummaa BBCn dubbise.
β€1π1
π
΅π
°ππ
³π
° π
Ύππ
Ύπ
Όπ
Ύπ
Ύ
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
π4π1
https://www.facebook.com/share/v/NPLf3Zg87hnZxfJV/?mibextid=oFDknk
ππ Ύπ Ίπ Ίππ Όπ Όπ °π °π ½
# π ·ππ Όπ ½π °
# π Όπ Έπ »π Ίπ °π °'π Έπ ½π °
πππ
β«οΈπ΄βͺοΈ
πππ
Nu hordofaa!
πππππ
https://t.me/CWTOS
πππππ
πΊοΈπhttps://maps.app.goo.gl/aPyDL8cuscDUyPKn6

Ijoolleen π
’π
π
π
π
π
π
π
jirtuu?
π΄π΄π΄

Telegram
WTO - Salaalee
π
£π
π
π
π
€π
π
π
π
π
π
π
π
π
π
π
π
π
π
π
'π
π
π
’π
π
π
π
π
π
π
π1π₯°1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Barsiisaa Adaanaa Salamoon jedhamu. Shawaa kaabaa salaaleetti dhalatan. Waggaa 17 oliif dhaloota barsiisaa turan. Abbaa ilmaan lamaati dhibee kaansarii isaan mudateen deeggarsa barattoota isaaniitiin yaalamaa turanis amma haala hammaataarra gahaniiru. Adaraaa Abbaa dhalootaa kana waan dandeenyu gargaarree lubbuu isaanii haa baraarru maaloo. Namootni gargaaruu hin dandeenye share godhaa.
Lakkoofsa akkaawuntii 1000154602392 Adana Solomon CBE.
Bilbilli isaanii +251917234175

π5β€2
Salaaleef yaa birmannu
Aayyoof yaa birmannu
Darraaf yaa birmannu
Waamicha Lammummaa Waldaa Tola Ooltummaa Salaalee
Akkuma beekkamu Ummatni Salaalee Aanaa Darraa rakkoo hamaa keessa jiru. Ummatni kun osoo qabeenya qabuu beelaβee, osoo qeβee ulfoo qabuu mana isaarraa buqqaaβee dirreerratti gatamee rakkataa jira. Sababa diinni qeyee isaa gubee, qabeenya isaa barbadeessefi ona isaatii isa ariyateef ummatichi rakkoo diinagdee, rakkoo hawaasummaafi xin-sammuu hamaaf saaxilameera hawaasichi.
Ummatichi ammatti waan sooratu gahaa hin qabu. Yoo dhukkubsate mana yaalaas tahee qorsa hin argatu. Uffata jijjirratus hin qabu. Ammoo qeyee ofiitti deebihee akka hin jiraanneef qeyeen isaa ammaayyuu weerara diinaa jala jirti. Ummata sababa Oromoo taβeef qofa mormi isaa kutame, ijoolleen isaa itti wareegamte kana bira dhaabbachuun dirqama Oromummaati. Lammiitu baras daaraas walbaasa.
Maalree Waldaan Tola Ooltummaa Salaalee akkuma kanaan dura gargaarsa garaa garaa iddoo Oromoo rakkate maratti gahee taasisu ammas Oromoo Salaaleetis waliin taanee yaa dhaqqabnuuf jedha. Aanteewwan ummata keessan gargaaruu barbaaddan Waldichi gargaara maallaqa, meeshaalee, qorichaa fi qaamanillee deemtanii siniif jirra jechuunii yoo barbaaddan waliin taanee ummatichaaf ariitiin yaa dhaqqabnu siniin jedha. Ummata Oromoo kabajamaa akkuma kanaan duras waliif birmatnee rakkoo irratti waliif dhaabbanne ammas qomookee Salaalee aanaa Darraatti rakkoo hamaa jala jiru kanaaf hatattamaan yaa geenyuuf.
Maallaqa keessaniin
Meeshaalee gumaachuun akkasumas
Qorsas kennuu barbaannan karaa Waldaa Tola Ooltummaa Salaalee dhaqqabuu dandeessu. Gargaarsi taasifamu hunduu gabaasnifi odiitiin isaa kan dhiyaatu yoo tahu, itti gaafatamummaa guddaadhan waadaa keessan hawaasa keessan jaalattan biraan isiniif geenya.
Kanaafuu, namootni gargaarsa maallaqaa taasisuu barbaaddaan lakkoofsa Baankilee armaan gadii fayyadamuu dandeessu. Namootnimmoo meeshalee (inkind) gargaarsa taasisuu barbaaddanis waldichi haala mijeesseera. Lakkoofsa bilbilaa maxxanfamee jirurratti bilbilaa.
Waltaanee Waliif taanee waliin taanee ummata keenyaaf yaa qaqqabnu!
Waldaa Tola Ooltummaa Salaalee

π2β€1