WTO - Salaalee
82 subscribers
48 photos
5 videos
29 links
🅣🅞🅚🅚🅤🅜🅜🅐🅐🅝 🅖🅐🅐🅒🅗🅐🅝🅐 🅠🅔'🅔🅔 🅢🅐🅛🅐🅐🅛🅔🅔
Download Telegram
Live stream scheduled for
Live stream scheduled for
🅘🅡🅡🅔🅔🅒🅗🅐😍
👍3
Harka fuune, bunaaf nagaa hin dhabinaa!

Namoonni baay'een beekaas haa ta'u osoo hin beekiin link adda addaa social media kanarra facaasaa oolla. Haa ta'uutii yeroon kun yeroo hanni itti baay'ate ta'uus dagachuu hin qabnu. Malootni ykn tooftaaleen namoonni hanna 'ammayyaawaa' itti geggeessan baay'ee dha. Keessaayyuu social media baay'ee carraa kanaaf itti fayyadamu.
Hattootarraa of haa qusannu!🙏
Oolmaa gaarii qabaadhaa!🙏
👇👇👇👇👇
Muuxannoof!
👇👇👇👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c84q1xq4dqxo?at_campaign_type=owned&at_ptr_name=facebook_page&at_link_id=8BB9F0BA-30EE-11EE-BC4A-5856AD7C7D13&at_format=link&at_campaign=Social_Flow&at_link_origin=BBC_News_Afaan_Oromoo&at_link_type=web_link&at_bbc_team=editorial&at_medium=social&fbclid=IwAR0VVqhuduuVX2fMPMIoc-MENVrbuBFo2EPVnj2aYMbuEjCMuPE4_3rszqs
👍21
#Buna

Bunaaf nagaa hin dhabinaa!
👍1👏1
Beeksisa hojii!
Wal beekuu fi walii beekuun gargari!

#🅣🅞🅚🅚🅤🅜🅜🅐🅐
1🥰1
1👍1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Jireenya
#Yeroo
#Salaalee
#Oromiyaa

"Yeroon qabu keessatti maal hojjadheen jiraadhee darba?!"
🥰1
Congratulations!👏

👇👇👇👇👇
Nu hordofaa!
👇👇👇👇👇
https://t.me/CWTOS