Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)
15.9K subscribers
53 photos
310 files
36 links
Dhaloota Beekumsaan qaroome Omishuudha kaayyoon keenya!
Download Telegram
Beeksisa Baratoota kutaa 12ffaa f
Guyyaan Qormaata kutaa 12 Gurraandhala 29/06/2013 -04/07/2013tti akka waraqaan kennamu murtaayee jira.

Sababa Taabuleetii alaa yeroon galchuun humnaa ol ta'eef
Qormaatichi akka waraqaan kennamu murtaaye jira.kanaafuu
Sagantaa armaan gadii kanaan qophii godhaa.

1.Guyyaa 16/06/2013- 19/06/2013 I.Gaaftamtooni kutaa qormaataa Godinaalee fi Magaalotaa 'Admission card' barataa Eejeensii qormaata biyyoolessaa irraa fudhatu
2.Guyyaa 22/06/2013-24/06/2013tti 'Admission Card'n barataaf kennama
3.Guyyaa 21/06/2013 -27/06/2013 Qormaanni Eejeensii qormaataa irraa gara Buufata Poolisii Godinaalee fi Magaalotaa ni geejibama. Godinaa Gara buufata tokkoo tokkoo akkamittiif yoo akka geejibnu amumarraa haala qabatama keessaniitiin mijeessaa.
4.Guyyaa 23/06/2013 fi 24/06/2013 Itti gaafatamtoota Buufata qormaataatiif sadarkaa Godinaa/ Magaalaatti oranteeshiiniin ni kennama
5.Guyyaa 25 fi 26 /2013 Barattootaaf waa'ee qormaataa irratti oranteeshiiniin ni kennama.
6.Wal-cinatti Guyyaa 26/6/2013 namoota qoraniif oranteeshiiniin ni kennama.
7 Qormaani akkuma armaan olitti ibsame guyyota 29/06/2013-04/07/2013tti ni kennama.
Haala kanaan barattoonni keenya qormaata 12 akka fudhataniif qopheessuu qabna. Dabalataan dhimma qormaatichaa irratti ibsa boru miidiyaadhaan kennamu hordofaa.

https://t.me/major/start?startapp=353716037

@BirooBarnootaOromiyaa
@BirooBarnootaOromiyaa
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.

--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.
Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an
-----------------
Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa  'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.

Fuula kanarratti  bakka lakkoofsa galmeefi  maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.

Kutaa 6ffaaf
--------- https://oromia6.ministry.et/#result

https://t.me/major/start?startapp=353716037

Kutaa 8ffaaf
---------
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.

https://oromia.ministry.et/#result

https://t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=tribe_oromodj-ref_7yGkGTCOrL

Qabxii darbiinsaa
-------------
Kutaa 8ffaa
#Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
#Naannawa tikfatee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.

https://t.me/major/start?startapp=353716037

@Biroobarnootaoromiyaa
@Biroobarnootaoromiyaa
BBO - Adoolessa 27/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.
Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an

-----------------
Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa  'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.

https://t.me/major/start?startapp=353716037

Fuula kanarratti  bakka lakkoofsa galmeefi  maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.

Kutaa 6ffaaf
https://oromia6.ministry.et/#result

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
Guyyaa _ 29/11/2016
#BEEKSISA

#Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaafi_Manneen_Barnootaa_Addaa_Sad_2ffaa barattoota qormaata naannoo xumura kutaa 8ffaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessisaniifi ulaagaalee qophaa'an guutan dorgomsiisee bara barnootaa 2017f fudhatanii barsiisuu barbaadu

Kanaafuu, barattootni ulaagaa guuttan galmaa'aa; dorgomaa; darbaa; baradhaa!

Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017

#1_Ulaagaalee_Galmee
➒ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol,
Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban
➒ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➒ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen
qaban.
Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80

8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban
Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80

8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.
Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle

#2_Guyyaa_Galmeefi_Bakki_Galmeen_Itti_Geggeeffamu:

#Guyyaa_Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a

#Iddoo_Galmee: Naannoo Oromiyaatti Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa hunda keessatti, akkasumas Waajjira Barnootaa
Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti galmeen ni gaggeeffama.

Qormaatni seensaa Hagayya 24/2016 barreeffamaan jiddu gala (buufata) 24 keessatti kennama

qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan
kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.
Guyyaa Qormaataa- Hagayya 24/2016

#Barataa_Qormaata_Darbe_Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee
beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun
barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifnu.

#Hubachiisa:- Odooffannoowwan hunda
a isin biraan geenya.
Fuula Telegram keenyaa hordofaa.

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037

https://t.me/Biroobarnootaoromiyaa
#AKKA_HIN_DAGATAMNE!

01/12/2016
#GALMEE_BARATTOOTA_KUTAA_9FFAA_M/B #BULTII_ADDAAFI #ADDAA Barachuu Barbaadan Hundaaf
-------------
Guyyaan Galmee :-
06 - 10/12/2016
Iddoo Galmee:-
- Waajjira Barnootaa Aanaalee hunda keessatti,
#Magaalota_Finfinneefi_Shaggaritti
- Waajjira Barnootaa Kutaalee magaalotaa keessatti waan gaggeeffamuuf galmaa'aa!

ULAAGAALEE GALMEE
-----------------
Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017

1) Ulaagaalee Galmee
➒ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol,
Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban
➒ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➒ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen
qaban.
Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80
➒ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➒ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban
Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80
➒ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➒ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.
Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle

2) Guyyaa Galmeefi Bakki Galmeen Itti Geggeeffamu:
Guyyaa Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a
Iddoo Galmee: Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota
Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti ta'ee qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan
kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.

#Gosni_barnootaa_qormaatni_barreeffamaan_kennamu;
1-#Herrega
2-#Afaan_Oromoo
3-#Afaan_Ingilizii
4-#Keemistirii
5-#Fiiziksii
6-#Baayoolojii

#Guyyaa_Qormaataa- Hagayya 24/2016
Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun bufata qormaataatti argamuu qabu

#Qabxii ittiin darbamu
➒ 80% Qabxii qormaata barreeffamaa
➒ 15% qabxii ministrii
➒ 5% qabxi Transkriiptii

#Iddoo ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi
WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee
beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun
barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifna.

https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId353716037
Dhageessanii jirtu Lata ?

#Mystar Coin jedhu #100% Ammafis tahee Fulduraafis bayyee isin fayyada. #Coin kun Company #Telegram tiin Hojjatame #Airdrop isaa gatiin isaa bayyee guddaa akka tahe Abbaa Telegram ibsa kanneeti jira kanaaf irraa fayyadama.

https://t.me/major/start?startapp=353716037

Jecha kiyya kana dhugoomsuf immoo Telegram kessan #setting jala seeni feature Harawa #MyStar🌟 jedhu tuqi gatii isaa laali.

Karaan ittiin Mallaqa argachuu dandeessa inni ijoon namoota afeerudhani.

Share Waliif Godha irraa fayyadamaa
πŸ‘‡πŸ‘‡

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
β–ŽMultiple-Choice Questions

1. What is the basic unit of life?
   A) Tissue 
   B) Organ 
   C) Cell 
   D) Organism 

2. Which of the following structures is found in plant cells but not in animal cells?
   A) Mitochondria 
   B) Ribosomes 
   C) Cell wall 
   D) Nucleus 

3. What is the main function of the ribosomes?
   A) Energy production 
   B) Protein synthesis 
   C) DNA replication 
   D) Cell division 

4. Which process converts glucose into energy in the presence of oxygen?
   A) Fermentation 
   B) Photosynthesis 
   C) Cellular respiration 
   D) Glycolysis 

5. In genetics, what does the term "phenotype" refer to?
   A) The genetic makeup of an organism 
   B) The observable traits of an organism 
   C) The location of a gene on a chromosome 
   D) The mutation of a gene 

6. What is the role of chlorophyll in photosynthesis?
   A) Absorbs carbon dioxide 
   B) Absorbs sunlight 
   C) Transports water 
   D) Releases oxygen 

7. Which of the following is a type of asexual reproduction?
   A) Binary fission 
   B) Pollination 
   C) Fertilization 
   D) Meiosis 

8. What is the main purpose of the circulatory system?
   A) To break down food 
   B) To transport nutrients and oxygen 
   C) To protect against disease 
   D) To regulate body temperature 

9. Which hormone is primarily responsible for regulating blood sugar levels?
   A) Insulin 
   B) Adrenaline 
   C) Thyroxine 
   D) Estrogen 

10. What is the primary function of the immune system?
    A) To produce hormones 
    B) To circulate blood 
    C) To defend against pathogens 
    D) To facilitate digestion 

β–ŽAnswers:
1. C
2. C
3. B
4. C
5. B
6. B
7. A
8. B
9. A
10. C

https://t.me/Biroobarnootaoromiyaa

Reward:- πŸ‘‰ http://t.me/empirebot/game?startapp=hero353716037
πŸ†•Grade_12_Result

✏️ Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa wixatta ni ifooma. Bu’aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa  Qammee 4 bara 2016 akka labsamu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Qormaanni biyyoolessaa bara kanaa waraqaa fi toora interneetii irratti kenname ta'uun isaa ni yaadatama.

πŸ’― BBO  kanneen bu'aa eegaa jiraniif carraa gaarii.

πŸ“Œ https://t.me/Biroobarnootaoromiyaa
πŸ’ Wantonnii Qabxii kessan ilaluf isiin barbachisanii.

➊Registration Number
βž‹Maqaa Keessa amma akaakayyutti
➌Koodi Mana barumsaa

Http://t.me/Biroobarnootaoromiyaa

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
#repost #Yadachissa #Share
πŸŽ™Yeroo Qabxxin Firiin Baratotta Gadhifamuu Karralle Asii Gaddin illalu danddesu::

1.Telegram 1

πŸ–₯ https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa

2.Website

πŸ’‘ https://eaes.edu.et/

#BBO

"SHARE GODHAA HUNDII KESSANU QOPHAATTII EGGA WIXXATA KAN LAKKIFAMU TA'A
"
#AD

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰
πŸ“Œ ODA SPECIAL BOARDING SCHOOL

βœ”οΈ Manii Barnoottaa Oddan Mana Barnotta Barattottaa Hundaa Dabarsee Kessa Isaa Tokko.

πŸ”₯ Barattonnii Bayyen Qabxii Olanaa Galmessanirru.

#Ad

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
Only few days left to Release

🐹🟠🟑🟒🟣🟣βšͺ️βšͺοΈπŸŸ πŸŸ‘πŸ”΅πŸΉ
πŸΉβœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…πŸΉ
https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau) pinned Β«Only few days left to Release 🐹🟠🟑🟒🟣🟣βšͺ️βšͺοΈπŸŸ πŸŸ‘πŸ”΅πŸΉ πŸΉβœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…πŸΉ https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037Β»
πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ”  πŸͺ™ βœ…
πŸŸ’πŸŸ’πŸŸ’πŸŸ’πŸŸ‘πŸŸ‘πŸŸ‘πŸŸ‘πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄
#MajorStars Coin jedhu #100% Ammafis tahee Fulduraafis bayyee isin fayyada. #Coin kun Company #Telegram tiin Hojjatame #Airdrop isaa gatiin isaa bayyee guddaa akka tahe Abbaa Telegram ibsa kanneeti jira kanaaf irraa fayyadama.

β­οΈβ­οΈπŸ€πŸŽ–οΈπŸ’«πŸ’±πŸ”΄πŸŸ’πŸŸ£πŸ’²

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037

Jecha kiyya kana dhugoomsuf immoo Telegram kessan #setting jala seeni feature Harawa #MyStar ⭐️ jedhu tuqi gatii isaa laali.

Karaan ittiin Mallaqa argachuu dandeessa inni ijoon namoota afeerudhani.

Share Waliif Godha irraa fayyadamaa
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ•žπŸ•ŸπŸ• πŸ•‘πŸ•’πŸ•£
πŸͺ‚πŸͺ‚πŸͺ‚πŸͺ‚πŸͺ‚

This 2 Airdrop will release soon....

1️⃣ . BLUM πŸ€‘

https://t.me/blum/app?startapp=tribe_oromodj-ref_7yGkGTCOrL

2οΈβƒ£πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ”  πŸͺ™ βœ…

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β­οΈβ­οΈβ­οΈβ­οΈπŸ’«πŸ’«πŸ’«β­οΈβ­οΈβ­οΈβ­οΈ

Isin hin dabrin jara keenya

πŸ’²πŸ’²πŸ’²πŸ’²πŸ’²πŸ’²πŸ’²πŸ’²
https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM