Kana beektu laata??
-Guyyaattii email billiona 160 ergama,
Kannen kessaa 97% kan virus qabudha.
@Beekumsawaliigalaa
-Guyyaattii email billiona 160 ergama,
Kannen kessaa 97% kan virus qabudha.
@Beekumsawaliigalaa
Kaleessa Hospitaala Dhaqeetin kutaa Duhumsaa Seene Haadha deesse takka argeen "ilmoon Hedduu dimtuudha akkami sa?" yeroon jedhuun, Isiin Yoo Mal nan jatte gaariidha sitti fakkaate.....
Haadhaπ€±:- ani hin beyne, Dooktarri #Edit godhuu hin olu, naan hin jettu seetani.
πππππ
@ @Abukistar

#QUBEELAA_QUBA_NYAATE_KUTAA_9FFA
(Kutaa kana dubbisuu keen dura kutaawwan darban dubbisuu kee mirkaneeffadhu yoo hin dubbisne @Beekumsawaliigalaa _ jala seenuun dubbisi)
DUBBISA GAARII
======================
Harmeen Boonaa ganamaan kaatee Boonaa iyyaafachuutti kaate. Utuusheen karaa Marfata tokkoffaa geessuu qabattee deemtuu Suuta tarkaanfachaa itti dhufe Jireenyaan.
Erga dubbiseeni booda dubbii dugda nama kutu tokko itti hime. Innis Boonaan kaleessa naannoo Boordiitti qaama hin beekamneen
akka butameefi, Icciiti argii(security video) naannoo sanarraati akka dhugoomfate itti hime. Harmee Boonaa lafti itti maree achumaan kufte.
Jireenyaan na'ee.....
Harmee.... Harmee..... Jechuutti ka'e. Daqiiqaa xiqqoo booda Harmeen Boonaa of baran. Namoonnis irraa as deebiyani.
Jireenyaanis baajaji tokko waamsisee Harmee Boonaa keessa ka'e mana geessise.
Harmeen Boonaas erga mana geesseen booda yaadishee hin teenye. Jireenyaanis tasgabbeessee, seenaa Qabsa'a Mirga Dhala namaa mana hidhaa keessa darbee Pireesidaanti ta'e, kan 'Nelson Mandela' itti hime. Achumaanis Boonaan mucaa Jeneraal Waaqoon imaanaa itti kenne keessa tokkodha. Hoomaa hinta'u. Kaleessi darbeera.
Borimmoo guyyaa haaraati. Hoomaa hin ta'u Boonaan kunoo....ani Waadaan isiniif
gala...... Boonaas bakkasaa nan bara jedhe Harmee Boonaa tasgabbeessuuf yaale.
Siifan erga Boonaa argitee guyyoonni dhiyanii bariyanii ji'a sadii guuteera. Hirriba erga dhiistee bubbuulteetti.
Ganama hirribaa ka'uun bilbila Boonaaf bilbiltee.... akka
Boonaan gale baru barbaaddi. Garuu hingalle malee gurrishee galeera dhaga'ee hinbeeku.
Boonaan reebichaaf hiraarfama irra ga'u dandamate lubbuun jira. Ta'ullee qaamnisaa
baayyee miidhameera. Inni Boonaa qoratu Boonaa bira dhufe, " yoo ijoollota si duukaa kana nutti himte gad si dhiisna " Ittiin jedhe,
Suura Hiriira mormii Maaster plaaniif
barattootni mana barumsicha bahan tokko fide Boonaatti kennee.... Bakka Boonaan jiru itti agarsiise. Boonaan kan fakkaatu
suuricharraa gar jalqabaa haa ta'uyyuu malee Boonaan Hiriira keessatti dura bu'ee hin adeemu ture . Boonaan yeroo hunduma
akkuma motoraa Barattoota gidduu galee barattootatti hamilee hora. Hin xiiqessa.
Qorataan sun Jecha afaan amaaraatin itti dubbatee Boonaa dheekkamuuf yaale.
Boonaan Suurri kun ana miti..... Ani
godaannisa addakoorraa hin qabu..... Inni kun garuu godaannisa ofirraa qaba jechuun
isa akka hintaaneefi barattoota sanallee akka hinbeekne itti hime.
Siifan ganamaan kaatee uffatashee
uffattee 'bete kiristiyaani ' deemte. Mana qulqullummaa jala teesse.....imimmaan buuste Dhimma Boonaa dhimma
jireenyashee tokko lama jette waaqatti himatti turte. Kana booda 'sooftiin ' Imimmaan ofirraa qoorsitee faarashee isa duriin galuuf kaate. Erga Boonaan butameeti
har'a faara ifaan adeemunshee kan
jalqabaati. Dhimma Boonaas garaa guutuu Uumaatti kennitee dhiiste.
Guyyaa lamaan booda.....Itti fufa
#share osoo hin godhiin bira dabarran seenaan si gaafata
Channel keenya join godhaa
Ittin bohaaraa irraa baradhaa!
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
@ Beekumsawaliigalaa
Yaadni kessan utubaa sibiilaa Caalaa Utubee na dhaaba yaada keessan keessan naan ga'aa
Yoo sinitti toles nu jajabeessaa
Qopheessan @Abukistar
Yaadaf ππ
@Abukistar
Quunnamaa!!!

Namooni yeroo namni nyaata nyaatu ykn harganu(hafura baafatu) dhageffachudhan dallanu(Aaruu) namoota dhukkuba sammuu "MISOPHONIA"jedhamun qabamanidhaa.
Beekumsawaliigalaa

#Qubeelaa_Quba_Nyaate_kutaa_10ffaa KUTAA 10FFAA
(Kutaawwan darban @Beekumsawaliigalaa keessaa galuun dubbisi)
DUBBISA GAARII
======================
Guyyaa lamaan booda, bilbilli Siifan iiyyuu jalqabe. Lakkoofsichi haaraa waan ta'eef sagalee jijjiirattee Hello jette. Bilbilicha keessaan sagalee Boonaa dhageesse. Akka
lubbuun hafe itti hime...... Amman dhufa Boonii ittiin jette Siifan. Boonaan deebiseefii akkuma borofni bishaan dheebotu, garuu gaafa argatu gammadu akkasuma baayyeen si yaadeera . Garuu
harmeesaa akka sodaatu itti hime, kan Teekinoloojiin jabana kana fide 'Imo'n akka bilbiluuf itti hime . Siifanis baayyee yaaddee waan jirtuuf yerosuma 'Imo'tiin
bilbilteef. Yeroo dheeraaf mana dukkana keessa waan tureef, akkasumas reebichi guddaan waan irra gaheef, akkuma 'jeans' chaayinaa bifasaa jijjiiratu, Fuulli
Boonaa akka duri miti. Siifan bilbila
keessaan baastee, gaafa Boonaa argituu amanuu dadhabde.....seeqxe Booniiko jecha bilbilashee fuutee lapheesheera keesse.
Boonaan garuu calliseetuma imimmaan buusa. " Bilisa ta'ee dhaladheen, bilisummaa
dhabe. Gammachuu kana ji'ootaaf na jala awwaalan " fi kanneen biroo yaadota sammuusaa keessaa dhohanii bahanidha.
Osoo Siifan duukaa haasa'ani bilbilli Siifan chaarjii fixee cufate. Siifan chaarjiitti suuqxe deebistee yeroosheen bilbiltuuf Abbaan Sifan biiroodha manatti gale.
B/sa Abdii akka adamsituun kuruphee adamsituu erga Siifan adamse dadhabe bubbuleera. Guyyaa tokkofaa eenyummaasaa
humnaan itti agarsiisuuf yaade qarqara irra gahee dhiise.
B/sa Abdii carraa barnootaa Yuunvarsiitii Jimmaa waan argateef qophiirra jira.
Deemusaatiin duras waan lama murtoo godhe. Tokkoffaa harmeesaa Aanaa Limmuu
jirtu deemee akka dubbisu, 2ffa ishee Onneesaa fuute akka gaagura rarraaste Siifan harka keessa galfachuudha. B/sa Abdii konkolaataa gara Aanaa Limmuu
deemuun deemsa eegaleera. Karaansaa caccabaafi geejjibaaf waan hin mijanneef yeroo konkolaataan deemu akka bishaan
guutee darbatamaa deemta. Karaa
dadhabsiisaa kana qaxxaamuree mana harmeesaa gaafa ga'u harmeensaa itti marmitee dhungatte. Innis akka dhufaa jiru
waan itti himeef Harmeensaa Cumboo qopheessitee eegdeen. Cumboon nyaata aadaa Wallaggaa keessaa isa beekamaafi filatamaadha. Kanumaaf fakkaata kan akkas jedhaniif :
"OSOO DHAMDHAMTEE
ILAALTEE MIYAASAA
CUMBOON NYAATA HIN JETTU
SILAA MAQAASAA...."
Erga takka bira bubbulee harmeensaa guyyaa tokko akkas jetteen. Ilmakoo maaliif maatii hin godhattu.... Umuriinke hoo deemaa jiraa..... Animmoo amman lubbuun
jirutti ijoolleeke arguun barbaadaa.....
Dhungachuun barbaada.... Akkoo anaan haa jedhani..... Maaltaatee natti hin fuutu.....
Yeroo kana Abdiin harkasaatiin maddii qabatee, yaadaan Siifan adamsaa jira.
"Siifaniin dhufte bira teesse. Harmeensaas kanan siin jedheem jetteen..... "
Abdiin erga takka bubbulee yeroon
barnootasaas dhiyaachaa waan jiruuf harmeesaatti nagaa dhaamee gara Naqamteetti qajeele. Erga Naqamtee gahees hin teenye. Siifaniif jecha muka meeqa
yaabee bu'a..... Osuma inni kanaan jiru yeroo barnootaa waan jala buuteef lafasheef nama naqamteetti nagaa dhaamee, durba
hunda caalaa Siifan akka jaallatu siifaniitti himee gara Jimmaatti qajeele.
Boonaan adeemsa keessa bayyaannachaa dhufe. Dhukkubbiinis itti fooyya'eera.
Guyyattiin .....itti fufa

KANA BEEKTU LAATA?
Yeroo ammaa addunyaa irratti afaan 4806 olitu dubatama
United nation(UN) keysati Afaan biyoleysa kan ja'aman afaan arabiffa,afaan chaayina,afaan engliffaa,afaan faransayi,afaan russia fii spanishi dha.
@Beekumsawaliigalaa #join #share

#QUBEELAA_QUBA_NYAATE_KUTA_11FFAA
(Kutaawwan darban @Beekumsawaliigalaa jala seenuun dubbisi)
DUBBISA GAARII
======================
Boonaan adeemsa keessa bayyaannachaa dhufe. Dhukkubbiinis itti fooyya'eera.
Guyyattiin Seenaa.... Guyyaa inni itti Siifan beellamee..... Sababa namoota funaana
ta'aniin gufate sun ji'i sadiif torbee
lammaffasaatti Siifanii beellame.
Daqiiqaa muraasa booda 'sha..... Sha ' jecha
Siifan Boonaa biraan baate. Siifanis
tokko tokkoon gaafachuutti kaate. Boonaanis ija keessa ilaalaa, Guyyaa sana waan cimaaf daka Bakka Jaamaa dhaqeen ture. Si bira
dhufuuf taaksii qabadhee Boordiitti ergan
bu'ee booda, karaa qaxxamuraa (Zebra
cross) ce'uuf ana ejjechuuf jedhe,
konkolaataan gurraatti tokko kan isheen na
bira geesse malee hin argine. Namoonni
konkolaaticha keessa turanis humnaan na
ukkaamsanii na fuudhanii Diippoo na
geessan. Achitti reebicha guddaati narra
gahe. Ilaali qubako kana..... "Hin dubbattu
yoo ta'e" jedhani kan isaan lilmoo natti
suuqanidha . Guyyaa tokko kun guyyaa
dhuma keeti jechaa Suura tokko natti
darbatee eenyummaa namoota kana natti
himi naan jedhe. Anis deebiseefii hin beeku
namoota kanan jedhe. Qoratichis deebiseefii
ishee kaleessa, barbaaddee....... Lubbuunke
nagaa akka ta'u yoo barbaadde nutti himi
jedhe kaballaa tokkon na jaanjesse. Anis
yoon du'e nan du'a malee, hiriyyootako
du'aaf hinkennu jedheen keessa kootti
murtoo godhe. Hin dubbattu yoo ta'e jedhee,
barcuma tokkorra irraan gadee erga na
ciibsanii booda qaama ko achitti hidhanii
pilaastikii afaankoorra dabarsanii Beenzila
asi gadi afaankootti naqani. Kanuma keessaa
murtooko hinjijjiirre. Kana booda ol na
deebisanii erga diddee jedhanii electrikii
qabsiisani fidan. Inni tokko uffatako
taraarsee narra baase. Kana gidduutti yaadi
tokko naaf dhufe. Sinittin hima..... Sinittin
hima jechan afaan saaqqadhe. Eenyuree
isaan naan jedhan. Anis afaanko
saaqqadhee, muktii qoraattiif hiddii gargar.
Mee suura kana ilaala. Ani godaannisa
addakoorraa hin qabu, inni kun garuu
qaba..... Maaltu wal nu fakkeessaree.... Hin
beeku isiniin jedheen dadhabe. Obbolessa
hin qabdu...... Maa garaa jabaatta..... Akkam
jedheen siif ibsa jara kana hinbeeku
jechuukon jedheen. Kana gidduutti poolisiin
tokko dhufee gurra qoratichaatti asaasse.
Ergasii qoratichi, xiqqoo erga yaadee booda
na gadhiise. Halkan fuudhanii magaalaa na
geessanii Marfata Hayilee Fidaa irratti na
gatanii sokkan.
Siifaniin ijashee keessaa imimmaan lolaasaa
osoo ati waan tokko taateettaa ta'e, anaan
biyyoo kamiti na nyaata? Eessa abbaakoon
dhaqa silaati Booni jetteen. Dhiisi egaatii
Uumaan nyaatamuu na oolcheeraati...... Hin
boo'iin bareedduu ko jechaa, imimmaanshee
irraa qoorsi Boonaan.
Osuma ija keessa wal ilaalanii Boonaan
Kennaan siif qaba jedheen. Siifaniinis anis
badhaasan siif qaba jetteen. Kennaan
Sunis.......itti fufa#share osoo hin godhiin bira dabarran seenaan si gaafata
Channel keenya join godhaa
Ittin bohaaraa irraa baradhaa!
@Beekumsawaliigalaa
@@Beekumsawaliigalaa

kana irratti waggaatti namota 10 kan caalanituu balaa mashinaatin lubbun isani darba.

#QUBEELAA_QUBA_NYAATE_JUTAA_12FFAA
(kutaalee darban @jaalala_dhuga keessa seenuun dubbisi)
DUBBISA GAARII
=====================
Osuma ija keessa wal ilaalanii Boonaan kennaan siif qaba jedheen. Siifanis anis badhaasan siif qaba jetteen. Siifaniin dunuunfadhu
erga jedheen booda Boonaan
amartii mormaa (Birrii) mormasheetti godhe.
Addashee dhungatee gad taa'e. Akkuma carraa isheenis amartii mormaa boorsaashee keessaa baastee mormasaatti goote. Lamaan isaanii ija wali... Waliisanii
keessa wal ilaalanii.... Dhuguma nuyi kan waliiti jedhanii walitti marman.
Boonaaf Siifan jaalallii isaanii ittuma fufe.
Osuma akkas wal jaallatani Sababa
barnootaan walirraa fagaatanii Siifan
Yuunvarsiitii Jimmaatti Barattuu
Architectural Engineering waggaa
shanaffaati. Boonaan ammoo yuunv. Ambootti barataa Computer science waggaa 4ffaati. Siifaniif Boonaan bilbilumaan wal
qunnamuurraa kan hafe... Carraa walarguu hin qaban. Yeroo Boqonnaaf Ayyaana
Waggaa lamaansaanii Naqamtee dhufu. Yeroo kana egaatii kan isaan walargan.
Siifan 'apparent'f Yuunversiitii. Jimmaatii gara Yuunversiitii. Amboo barattoota Yuunvarsijtii. Jimmaa
faana, 'Bus ' yuunvarsiitichaan dhuftee, Fuuldura Yuunvarsiitii Ambootti yeroosheen buutu, Boonaan ammoo magaalaa dhaquuf
mooraatii ba'a jira. Siifan bifa waan
qabduuf Dhiira hundatu ishee hawwa.
Caalaan hiriyyaa Boonaati . Innumaayyuu doormii tokko galu. Baayyee wal jaallatu.
Caakaan Finfinnee, qe'ee Tufaa Munaatti dhalatee guddate. Barnootasaa amma qophaa'inaatti mana barnootaa dhuunfaatti
waan barateef Ingiliffa baayyee beeka.
Yeroonni achii haasaatti ka'u waanuma faranjiin miidiyaaf ibsa kennaa jirtu fakkaata.
Caalaan Siifaniitti quba qabee, 'Wow! .....jecha
gaafanni afaan saaqqatu Boonaan quba, Caalaa irraan Siifan arge. Boonaan Siifan yeroo argu dhugaadha hin seene. Caalaa
achumatti dhiisee gara Siifanitti fiige. Erga nagaa hoo'isanii walgaafatanii booda, Boonaan Siifaniidhaan inni kun muca
hiriyyaakooti - Caalaa jedhama ittiin jedheen.
Isheenis Siifan jedhama jette harka fuute .
Boonaaf Siifan guyyaa guutuu Amboo qe'ee dhiiraa keessa, isa weellisaan "Amboo gara galgalaa
Lafati gagaragala " jedhee yaadachaa walqabatanii Amboo keessa naanna'aa oolanii gara galgalaa hoteela tokko deemani.
Gaafasan hoteelichatti seenan jaalalleewwan walqabatan ija keessa wal ilaalaa, sirbuu.
Boonaanis carraa kanatti fayyadamuun qaba jedhee, qubasa quba siifan keessa
baase wajjiin socho'uutti ka'e. Yerosuma Sirbi Jaamboo Jootee,
"Addaan baanee hin hafnu
Ya jigaakoo... " jedhu sagalee guddadhaan gad lakkifamee osoo jiru Ibsaan magaalaa
Amboo keessa bade. Namoonni hoteelicha keessa turan miirri isaanii takkaamatti qabbanaa'e.
Boonaanis jecha Robert Mugabe isa inni, "Osoo kirkirri lafa mudatee Shiboon elektirikaa ciccitee biyya Jaappaanitti, guyyaa sadii booda Ibsaan guutummaa biyyattiif ifa, keenya garuu osoo Simbirri
lama walqunnamtii saalaa osoo gootu, Ibsaan yoo cite, yoo tole torban lamatti hojjetama" jedhe sana yaadate. Siifan
xiqqoo akka dadhabuu taateetti. Boonaan ofittishee hirkisee, suutuma deemsisee fidee
Yuunivaristii Ambootti ol galche. Blookii shammarranii seenuun dhiiraaf dhorkama waan ta'eef, Siifan hiriyyootasheef bilbilte.
Isaanis dhufanii fuudhanii doormitti ol galchan. Boonaanis doormisaa dhaqee rafe. Isa yeroo kaan abjuudhaan Siifan jedhe
haasa'aa bulu har'a osoo afaan hin saaqqatiin rafee bule.
Guyyaa muraasaa booda Siifan
hiriyyootashee duukaa Yuunvarsiitii
Jimmaatti deebite .
Siifan Fakkii kaasuudhaan baayyee
beekamti. Piroojekti isa isaan gareedhaan hojjetan keessa kan maqaan Jimmaa duukaa waamamu Galma guddaa bifa jabanaadhaan
isa isaan kaasanidha. Siifan qabxii
olaanaa 3.4 Yuunvarsiitii Jimmaa irra erga eebbifamtee booda, Ciminaaf dandeettishee
akkasumas Piroojektishee ilaalee
Yuunvarsiitii Wallagga Lecture godhe ishee qacare. Boonaanis erga eebbifamee Booda
dorgommii barsiisummaa Yuunvarsiitii Wallagga baasee dorgomee waan darbeef carraa Siifan duukaa wal arguu hin
bal'ateef. Boonaaf Siifan carraa argatan kanaan Waaqa galateeffachaa yeroo boqonnaasaanitti wal barbaadanii... πππ

.....iddoo tokko taa'anii haasa'u jaalalli isaanis sukkaara caalaa miyaa'aa adeeme. Waadaadha jedhanis qubeelaa quba waliisaanitti godhan.
Piroofeser Guddinaan Yuunvarsiitii
Wallaggaatti, abbaa adeemsa dhimma barnoota fagooti. Piroofeser Guddinaan Siifan Yuunvarsiitiicha akka galtuuf nama
shoora guddaa taphatanidha. Mana jireenya sadarkasaa Eeggate Naqamtee keessa qaba.
Kana malees konkolaataa manaas qaba.
Barnootaan fagoo ga'us umurii ijoollummaa keessa jira. Siifan osoo isheen Yuunvarsiitii hin galiin duraan kaasee beeka. Guyyaa tokko Siifan kutaasaatti waamee carra
Barnoota alaa akka laatuuf itti hime. Siifan reefuu ji'a 6 hojjetti. Akka seeraatti hin kennamu ture. Garuu sababa adda addaa walitti sassaabee carraa kana akka isheef
laate itti hime. Siifan gammachuurraa kan kaatee bakka teessuu ol kaatee dhufte itti
marmite. Innis ofittishee qabe. Osoo hin beekiin miira addaa keessa seenan. Kana gidduutti bilbilli Siifan iyyinaan na'anii wal gadhiisan. Siifanis piroofeser ani olmaa
keessan baasee hin fixu. Kallattii hundaan waan hunda isinan gargaara baayyee kabajamaa jetteen. Pirofeserichis deebiseefi
egaatii erga jette, galgalatti Irbaata si
affeereera ittiin jedhe. Ishe......Itti fufa
#share osoo hin godhiin bira dabarran seenaan si gaafata
Channel keenya join godhaa
Ittin bohaaraa irraa baradhaa!
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
Yaadni kessan utubaa sibiilaa Caalaa Utubee na dhaaba yaada keessan keessan naan ga'aa
Yoo sinitti toles nu jajabeessaa
Qopheessan @Abukistar
Yaadaf ππ
@Abukistar
Quunnamaa!!!
Piroofeser Guddinaan Yuunvarsiitii
Wallaggaatti, abbaa adeemsa dhimma barnoota fagooti. Piroofeser Guddinaan Siifan Yuunvarsiitiicha akka galtuuf nama
shoora guddaa taphatanidha. Mana jireenya sadarkasaa Eeggate Naqamtee keessa qaba.
Kana malees konkolaataa manaas qaba.
Barnootaan fagoo ga'us umurii ijoollummaa keessa jira. Siifan osoo isheen Yuunvarsiitii hin galiin duraan kaasee beeka. Guyyaa tokko Siifan kutaasaatti waamee carra
Barnoota alaa akka laatuuf itti hime. Siifan reefuu ji'a 6 hojjetti. Akka seeraatti hin kennamu ture. Garuu sababa adda addaa walitti sassaabee carraa kana akka isheef
laate itti hime. Siifan gammachuurraa kan kaatee bakka teessuu ol kaatee dhufte itti
marmite. Innis ofittishee qabe. Osoo hin beekiin miira addaa keessa seenan. Kana gidduutti bilbilli Siifan iyyinaan na'anii wal gadhiisan. Siifanis piroofeser ani olmaa
keessan baasee hin fixu. Kallattii hundaan waan hunda isinan gargaara baayyee kabajamaa jetteen. Pirofeserichis deebiseefi
egaatii erga jette, galgalatti Irbaata si
affeereera ittiin jedhe. Ishe......Itti fufa
#share osoo hin godhiin bira dabarran seenaan si gaafata
Channel keenya join godhaa
Ittin bohaaraa irraa baradhaa!
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
Yaadni kessan utubaa sibiilaa Caalaa Utubee na dhaaba yaada keessan keessan naan ga'aa
Yoo sinitti toles nu jajabeessaa
Qopheessan @Abukistar
Yaadaf ππ
@Abukistar
Quunnamaa!!!
Kana beektu laata??
-Namni tokkoo Video Youtube irraa jiraan hunda ilaale fixuuf waggaa 400 itii fudhata.
@Beekumsawaliigalaa
-Namni tokkoo Video Youtube irraa jiraan hunda ilaale fixuuf waggaa 400 itii fudhata.
@Beekumsawaliigalaa
#QUBEELAA_QUBA_NYAATE kutaa lama qofatu hafe Isa duraan darbe irra deebi'uun yaadadhaa(dubbisa)kan hafe bor galgala qabadheen siniif dhufa!
@Beekumsawaliigalaa
@Beekumsawaliigalaa
#QUBEELAA_QUBA_NYAATE_KUTAA_13FFAA (Kutaawwan 1-12 jiran @Beekumsawaliigalaa jala galuun dubbisaa)
=====================
Erga jettee galgala Irbaatan si affeera jedhe Isheenis diddaa tokko malee tole jetteeni kutaa sanaa baate. Boonaan Siifaniif bilbilee
dadhabee taa'a. Kana gidduutti dhufte bira teessee Booni, claass'n tureem jetteen. Asi ol gaafa inni ilaalu rifeensishee diigameera,
xiqqoo waa shakkee.... Osoonni dubbachuuf jedhu dhungattee bira teesse Innis isa dubbachuuf ture deebi'ee dhiise.
Piroofeser Guddinaan Irbaata Siifanii waan affeeraniif dursani Hoteela Shaalom gahaniiru. Kutaa VIP (very important person)
keessa taa'anii Siifan eeguutti ka'an.
Siifanis miidhaginashee isa duriitti dibata dabalattee baayyee miidhagdee dhufte.
Piroofeser Guddinaanis bakka taa'anii jiranii ol ka'anii "taa'i...taa'i" jechaa barcuma as butaniifi. Erga irbaata nyaatanii booda,
dhugaatii alkoolii dhugaa waliin haasa'uutti ka'an. Guddinaan minjala irraan quba Siifan qabate. Isheenis xiqqoo erga yaadaan liqimfamteen booda seeqaa, qubashee jala
fuute. Siifaniin garmalee waan dhugdeef machoofteetti. Guddinaanis xiqqoo isheerra
wayya.
Siifan fuudhee konkolaataa isaa
keessa galchee gara manasaatti qajeele.
Siifaniis konkolaatasaa keessa ciistee piroofeseer baayyee natti toleera.... Baayyee
baayyee jetteen. Profeseer Guddinaan erga
manasaatti ol liccisiisanii booda sireerra Siifan ciibsan. Siifan garuu diddeetuma, Piroofeser jechaa ofitti gad gottotte.
Piroofeserichis silumaa giddii ilaalu
uffatasanii ofirraa baasanii duukaa ciisan.
Erga sireerratti dharraa walbahanii booda lamansaani hafuura dheeraa baafatanii rafan.
Erga lafti bariyee booda Siifan ol jette gaafa ilaaltu mana haaraa keessa jirti.
Dadhabbiinis itti dhagahama. Pirofeeser Guddinaanis dursanii ka'ani ciree waan qopheessaniif Siifan waamu gaafa isaan golatti ol seenaan Siifan pirofeser dogoggora guddaa na hojjechiistan jetten.
Innis video gola sana keessa ture kan yeroo isheen piroofeseeri ofitti gad qabde agarsiisu itti kenne.
Akkas gochuu hin qabdan... Nama barate mitii isin jetteen. Erga tasgabbooftee qubeelaa qubasheerra jiru ilaalte. Xiqqoo
'solili'eera'.... 'Qubeelaa Boonaatiin quba ke nyaachisteem Siifan.... Kan sirra jiru bareedina qofaaf mitiim; Gola icciitii, yaadannoo jireenyaati. Jaalalli qarshiitti, haalatti, hin jijjiiramu. Muuu... Waadaakee
ganamaa cabsiteem. Adda Boonaa
baattaaree.... Osoo Boonaan si dhagahe hoo eessa lixxa? Ati intala baadiyyaatii?... Maal taatee fungee taataal? ' Kan jedhan
gaaffiiwwan sammuushee keessatti akka bokkaa arfaasaa gad roobanidha.
Isa Siifan Piroofeeserii duukaa teesse irbaata nyaattee, duukaa dhugaa turte akkasuma yeroosheen itti hirkattee
konkolaataa keessa seentu agarsiisuu suura
kaasee namni tokko poostaa keessa kaa'ee ijoollee rigaa gurguranitti gara Boonaatti erge. Akka mucaatti kennetti namtichi faara dhoksatee naannoo sana deeme. Boonaan
naasuu guddaadhaan bakka kophee
qulqulleeffachaa jiruuti olka'ee deebiyee taa'e. Osuma inni kanaan jiru Siifan fuuldura Yuunvarsiitii Wallaggaatti Konkolaataa Pirofeseerii keessaa yeroosheen
buutu gaafa argu digirii (degree) 360 ofirranaanna'e. Amanuu dadhabe.... "Tragedy akkamiiti narratti ta'aa jira?" jedhe. Akkadubbii wallaale. Hin joonja'e. Osoo hinbeekin
ijisaa lachuu didiimataniiru.
Fuullisaas aariin guuteera. Osoo kopheesaa haalaan hin
qulqulleefatiin aariirra kan ka'e, mucaa isaaf qulqulleesseef qarshii shantama kenne ariifachaa kutaasaa deeme. Dubbachuu hin
danda'u... Aariin hudhamee boo'uuf boo'uuf jechaa deema.
Amalasaa duriin sagalee laaffifatee Siifaniif bilbile. Isheenis daqiiqaa muraasaan booda bira geesse.
Of qabee osuma haasa'u "galgala eessa turte? " jedheen?
" Manan tureem" jetteen.
"Dhugaamoo " jedheen.
"Dacheen kun ragaadha. Maal maaliif na gaafatte" jetteen. Keessasheetti ammayyu
akka waan Boonaan hin beeknetti of
amansiistee ija jabaattee itti haasofti. " fayyuma. Konkolaataa Pirofeseerii akkamiin
yaabbattee dhufteree? "jedheen.

Forwarded from Bar-ifaa AbaadirπΏ
-Ilmaan fireen onnee akka du'aa jirtu argaatuma kan cal'ise haadhaaf abbaadha.
-Mootummaa irratti dhiisuun adurree biratti somba dhiisuunn tokkuma
- siyaasni isaa akka jalaa hin cabneef wanti inni hin goone hin jiru
-barbaadu ufii isaatii fixaayyu
@ifaa_man
@ifaa_man
@ifaa_man
@ifaa_man
@jaalalli_jireenya
-Mootummaa irratti dhiisuun adurree biratti somba dhiisuunn tokkuma
- siyaasni isaa akka jalaa hin cabneef wanti inni hin goone hin jiru
-barbaadu ufii isaatii fixaayyu
@ifaa_man
@ifaa_man
@ifaa_man
@ifaa_man
@jaalalli_jireenya
Forwarded from Bar-ifaa AbaadirπΏ
Akkas Tahuun Nuun Hin Maluππ
π€Mee Odoo Namni Wahii Tokko Naaf Bilbilee" Ati Addunyaa Kana Irraa Nama Dandeeytii Ol'aanaa Qabuudha Hojiii Baayyee Gaarii Hojjachaa Jirta Kanaaf Sii Waliin Wal Baruun Barbaada"Naan Ja'ee Maaltu Natti Dhaga'amaβNama Cimaafii Nama Dandeeytii Ol'aana Tahe Akka Nama Qabuuttiin Of Laalaka. Garuuu Guyyaa Lammataa Innummaan Kun Deebisee Naarra Bilbilee"Ati Nama Badaadha Namni Hanga Kee Badaa Addunyaa Kana rra Hin Jiru...." Yoo Nan Ja'ehoo Maaltu Natti Dhaga'amaβ Naan JeeqamakaaβΌοΈ
Guyyaa Jalqaba yeroo Inni "Ati Nama Cimaadha" Naan Ja'u nin gammade guyyaa Lammataa immoo "Ati Nama Badaadha" Naan Jennaan Niin Jeeqame. Maal Jechuudha KunβJireenya Koo Eenyuutuu Too'ataa Jiraβ. Jireenya Koo Kan Too'ataa Jiru Ana Otoo Hin Tahin Namicha Narra Bilbile Saniitu Naaf Too'acha Jira JechudhaβΌοΈ
KanaπJechuun Ani #Makiinaa Namoota Birooti Jechuudha Abbuma Barbaadeetu Gara Ofii Barbaadetti Na #Oofa JechudhaβΌοΈ Namoonni Gaafa Fadhan Nu Gammachiisanii Gaafa Fedha Nu Gaddisiisuu Hin Qaban Gammachuu Mataa Keenyaa Haa UummannuβΌοΈ
Jireenya Keenya Nutumaatuu Too'achuu Qaba Malee Nama Biraatti Dhiisuu Hin qabnuβΌοΈ
____
Habiibiikoo Jaalatama Obboleeytii Too Qaaliiπ
" #Share & #forwad "Godhi
@DrZakirNaikAfaanOromoo
&

Isin hunduu hin hafinaa warri maatii Beekumsa waliigalaa
Forwarded from Bar-ifaa AbaadirπΏ