ICCIITII MILKAA'INAA( የስኬት ምስጢር )
3.59K subscribers
39 photos
1 video
1 file
109 links
Download Telegram
👉#Gammachuu dhugaa!

#Waan hundumaatti qajeelaa ta'i. #Ana qofa hin jedhiin. #Namoota biroofis gaarummaa yaadi. #Addunyaan  ana, ana qofa warra jedhaniif nuffisiiftuudha. #Nuti jireenya jiraannu keessatti namoota biroof yoo geenye umuriin keenya ni dheerata, karaan keenya ni qajeela, abdiin keenya ni guddata, keenya abjuun keenyas ni dhugooma.

#Yoo xiqqaate #namoota 10 biraan gahi!!!

👉@Saayikoloojii                👉@Bedadina
Forwarded from Kitaabota Saayikoloojii Irraa
#Gammachuu barbaaddaa?
Kanaafuu maal eegaa jirtaree?

#Galateeffadhu!🙏
#Waan qabduuf, waan kanaan dura siif raawwatameef, gara fuulduraattis waan siif raawwatamuuf galateeffadhu!
@Saayikoloojii
Forwarded from Kitaabota Saayikoloojii Irraa (Harka hin Kennu Never Give Up)
#Gammachuu argachuuf

1. Arjaa ta'i ykn kenni
2. Dubbii garaatti hin qabatin(haaloo ykn gadoo).
3. Yaaddoo ykn dhiphina irraa bilisa ta'i.
4. Jibba namaa dhiisi(Dubbii namootaa karaa gajeelaan hiiki ykn ilaali).
5. Jireenya salphisii ilaali. Addunyaa kana yoom akka dhiiftee deemtu hin beektu kanaafuu...
6. Eenyummaa kee jaaladhu; garuu namoota hin tuffatin atis guutuu miti waan taateef

#Kanneen hunda goote taanaan Uumaa Kee wajjin araaramte. Namni Uumaa isaa wajjin araareme immoo yeroo hunda gammachuu qaba.
👇👇👇👇👇
@Saayikoloojii