Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Mobaayila keessan kan Android dura jiru gara IPHONE tti jijjiiruuf karaa salphaan App haaraa kanatti fayyadamu dha App kun system iphone fi qqbu wantoota babareedoo ta'an off keessa qaba Kanaaf link kana tuqaa bufadhaaπππ
https://bigtechoro.com/2022/11/26/android-to-iphone-simple-step/
https://bigtechoro.com/2022/11/26/android-to-iphone-simple-step/
BigTechoro.com
Android to iPhone simple step - BigTechoro.com
The copycat iOS launcher, named βLauncher βiOS 16β,β recreates the iOS Home Screen, dock, Force Touch menus on apps, βjiggle mode,β
π5π€©1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#iMO_Beeksisa gargaara #Gonkumayyuu #isinitti Hin finee iMOβ
Qulqulluu #Haaraa Kana Gadii Buufadha itti fayyadamaπβ
π8
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Facebook Keessan Namni Yo isini waliin fayyadama jiraate Beekuuf β
π
β€4π1
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo namni isiniif bilbiluu namni kan bira akka enyummaa nama bilbilee hin barre fi silkii isiniif bilbilame sana hin kaasnee gochuuf app ajaa'iba kanatti fayyadamaa
πππππ²π²π²
https://bigtechoro.com/2022/11/27/best-app-to-secure-incoming-call/
πππππ²π²π²
https://bigtechoro.com/2022/11/27/best-app-to-secure-incoming-call/
BigTechoro.com
Best App to secure incoming call - BigTechoro.com
Protect your call privacy by being the only one to unlock and receive them. Incoming Call Pin Locker protects your
π6
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
π’5π3π€©1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Baga_Gammadaan Amma Booda Namni #Bilbila Keessan #Eyyama keessan Malee #Harkaan tuqu Hin jiru App Nama Bilbila Keessan #Eyyama keessan Malee Banee ilaaluf #yaali Godhe #Suuraa isinif Kaasuun isinif fide
π9β€1π±1
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Qarshii online irratti hojechuun karaa PayPal fi lakkoofsa bilbila keessan kan isiniif kaffaluu danda'u app haaraa hojii ittiin hojechuun akka isin kaffalu tasisuu dandeessan kana bufadhaaπππβ€β€β€
https://bigtechoro.com/2022/12/01/best-money-making-bigreward-app/
https://bigtechoro.com/2022/12/01/best-money-making-bigreward-app/
BigTechoro.com
Best money making BigReward App - BigTechoro.com
Complete simple polls and surveys to help you earn rewards. Receive your rewards as PayPal credits, Amazon vouchers, mobile recharge,
π2π₯2
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Code kana itti galchuun haga Dollar 1 ol argachuus ni dandeessu
ππ
RECSBW
App linkπ
https://play.google.com/store/apps/details?id=net.bigreward.app
ππ
RECSBW
App linkπ
https://play.google.com/store/apps/details?id=net.bigreward.app
π’2π€©2π1
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Waan harkaan barreefamee jiru salphaatti suuraa kaasuun qofa gara dijitaalaa (PDF) tti jijiruu kan isin dandeessisu app haaraa qulqullina ajaa'iba qabu kanatti fayyadamaa
ππππ₯°
https://bigtechoro.com/2022/12/03/best-pdf-scanner-text-recognitionocr/
ππππ₯°
https://bigtechoro.com/2022/12/03/best-pdf-scanner-text-recognitionocr/
BigTechoro.com
Best PDF Scanner & Text recognition(OCR) - BigTechoro.com
PDF Scanner & Text recognition(OCR) Named one of the βHidden gems of 2019β by Google Play! ? Are you looking
π4π±3
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Woow Amma Booda #Bilbila_Bitachuu Barbaannan Ykn #Namaf_Bittuu Barbaannan Salphumatti #Bilbilaa Barbaadan filatani #Bitachuu_Dandeessan
π5β€1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Namni #Bilbila Keessan #guute jedhee isin cinqu Ykn #Storage_Full jedhe isin Rakkise #Furmaani isa #konotiπ
π4
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Kaameeraa Samsung Sadarkaa isa dhumaa siistamii ajaa'iba ta'an heddu kan of keessa qabu video fi suuraa qulqulina qabu kaasuuf kan isin gargaruu haaraa kana bufadhaa bayyee itti gammadu
Link kana tuquun download gidhadhaaπππ
https://bigtechoro.com/2022/12/07/samsung-s10-camera-app/
Link kana tuquun download gidhadhaaπππ
https://bigtechoro.com/2022/12/07/samsung-s10-camera-app/
π2
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
App haaraa kun hedduu isin fayyaduu danda'a Sababiin isa yeroo raftaan haala hiriba keessanii toβachuun ganama yeroo kaatan kan isiniif report godhudha
Fknf Nama kurruufuu bayyisu, kan irribaa irraa dammaquu sagalee kan dhageesisu fi kaneen biro hordofuun kan isiniif beeksisudha!
Alarm illee of keessa qaba.
πππππ
https://wanofi.com/sleep-tracker-sleep-recorder/

Wanofi.com
Sleep tracker & Sleep recorder
Sleep cycle tracker, snore recorder, smart alarm & relaxing sounds to aid sleep Do you know how your sleep is every night?SLEEP TRACKER is your personal sleep cycles monitor, snore recorder, and sleep sounds provider. With it, you can find whatever you wishβ¦
π5
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Appiin kun gosa lama jira inni jalqaba play store irra fayyadamtoota miliyoona 500+ ol ni qaba Free waan ta'eef namonni bayyeen isa fayyadamu haa ta'u iyyuu malee yeroo isa Free ta'etti fayyadamtan wantoota hedduu isiin irra ni hir'isa sababni isa wanta picsart sana kessatti argaman hunda isinii gadhisuuf kaffaltii waan gafatuuf Kanaaf kaneen Appi picsart kana barbaadan GOLD isa PRO kan ta'ee Tolan salphaatti asi irraa gadi bufachuun itti fayyadamu ni dandeessu isiniin jenna bilbila namaa hunda irrattis ni dalaga waan taa'eef itti gammadu!.
link kana tuqaa kan update ta'e bufadhaa
ππππππππ
https://wanofi.com/namoonni-appi-picsart-gold-pro-isa-barbaadan-kunoo-asi-argachuu-dandeessu/
link kana tuqaa kan update ta'e bufadhaa
ππππππππ
https://wanofi.com/namoonni-appi-picsart-gold-pro-isa-barbaadan-kunoo-asi-argachuu-dandeessu/
Wanofi.com
NAMOONNI APPI PICSART GOLD PRO ISA BARBAADAN KUNOO ASI ARGACHUU DANDEESSU
App kanatti akka namoonni hedduun gargaaramaa jirataan nan abdadha yeroo amma kana update taβe jira wanttota haaraa taβaniis off kessati dabalee nuf dhufee jira garuu isa playstore irrati gadhiifame jiru osoo hin tanee isa qarshiin bitamu irrati kanaaf eeganβ¦
π6β€2
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Afaan Ingiliffaa sagalee fi barrefamaan salphaatti shakaluuf app haaraa ajaa'iba ta'e kanatti gargaraama itti fayyadamaaf hedduu tokko kan isiniif salphatudha
πππas tuqaa bufadhaaππ
https://stmoro.com/best-english-study-app/
πππas tuqaa bufadhaaππ
https://stmoro.com/best-english-study-app/
STMORO.COM
Best English study App - STMORO.COM
Learn Spanish, French, German, Italian, English and more languages for free. Learn a new language with the worldβs most-downloaded education app! Duolingo is the fun, free app for learning 35+
π5β€2
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Appiin kun warra biyya ala jirtaniif free Intarneetii kennu kan dandaβu dha warra biyya keessa Ethiopia jirtaniif immoo data wal waliraa hin cinne dhiyeessuu kan danda'udha! Dafaa amma bufadhaa itti fayyadamaa yoo akka tasa toora Intarneetaa balleessan isin gargaraa waan taβeef hedduu itti gammadu!
As tuqaaπππππΉπΉπΉπ²
https://stmoro.com/intarneetii-tolaa-argachuuf-app-kana-fayyadamaa-freedom-plus/
As tuqaaπππππΉπΉπΉπ²
https://stmoro.com/intarneetii-tolaa-argachuuf-app-kana-fayyadamaa-freedom-plus/
STMORO.COM
Intarneetii tolaa argachuuf App kana fayyadamaa freedom plus - STMORO.COM
Appiin kun warra biyya ala jirtaniif free Intarneetii kennu kan dandaβu dha warra biyya keessa Ethiopia jirtaniif immoo data wal waliraa hin cinne dhiyeessuu kan dandaβudha! Dafaa amma bufadhaa itti
β€3π3
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Baga_Gammadaan Haala #Salphumatti Bareefama #Kamiyyuu #Afaan_Oromotii Deebifatanii Dubbifachuuf itti #Dandeessan
π7β€3
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Afaanota adunyaa kana irraa kan 163 ol ta'an Afaan Oromoo dabalatee kan fedhii keessanii salphaatti yeroo gabaabaa keessatti barachuu kan isin dandeessisu App ajaa'iba fi haaraa kanatti fayyadamaa.
App kun kan bayyee isin gammachisu sagalee, video fi barrefamaan barachuu ni dandeessu kana malees akkasiin afaan Englishi Arabiyaa fi kaneen biro salphaatti bartan gochuu dandaβa!
πππAs tuqaa bufadhaa
https://stmoro.com/learn-163-language-on-bluebird/

Learn 163 language on bluebird - STMORO.COM
Learn any language, bluebird,
π11β€3π€©2π₯1π1