🧠 Bilbila Kam Fayyadamta ❓
Anonymous Poll
49%
Samsung
7%
Iphone
3%
Huawei
10%
Tecno
21%
Infinix
5%
Itel
0%
Oneplus
1%
Xiaomi
1%
Sony
3%
Oppo
👍16❤5
❓🇺🇸 DV Ameerikaa ilaalchisee gaaffiiwwan gaafatamanii fi deebii
⚠️Akka gaaffii isinitti hin uumneetti jalqabaa hanga dhumaatti dubbisaa!
➡️DV maalidha? Maal fayyada?
✅DV'n hiiknisaa "DIVERSITY VISA" yoo ta'u carraa VISA biyya Ameerikaa bilisaan ittiin argamudha. Carraan kun akka addunyaatti waggaa waggaan nama kuma 55'f kan kennamu yoo ta'u, akka biyya Itiyoophiyaatti namoonni 3000-5000 ta'an carraa kana ni argatu. Fakkeenyaaf bara darbe DV-2025 nu biratti kan guutan keessaa namoonni 39 carraa kana argataniiru!
➡️Ulaagaa akkamii gaafata?
✅Sadarkaa Barnoota qofa gaafata. Highschool, Vocational(Level), Diploma, Degree, Masters, PhD & Etc. Yoo xiqqaate barnoota sadarkaa 2ffaa nama baratee xumure qofatu guutuu danda'a. Maatrikii kutaa 10 durii namni fudhatee jiru guutuu ni danda'a. Amma immoo nama qormaata kutaa 12ffaa fudhatee jirutu fudhatama qaba. Dabalataan namni kutaa 12 barachaa jirus guutuu ni danda'a. Garuu qormaata kutaa 12 kan baranaa osoo hin fudhatin yoo hafe ulaagaa hin guutu
➡️Umrii ni daangessaa?
✅Hin daangessu!
➡️Passport ni barbaachisaa?
✅Hin barbaachisu!
➡️Dokumantii barnootaa dhiyeessuu ni barbaachisaa?
✔️Ammaaf hin barbaachisu! Nama abbaa carraa ta'e qofatu process gochuuf dokumentii dhiyeessuun dirqama itti ta'a
➡️Suuraa akkamii barbaachisa?
✅Suuraa qomaa olii(gurdii) qulqullina gahaa kan qabu. Waa'ee suuraa ilaalchisee addatti ibsa bal'aa isiniifan kenna
➡️ Online moo qaamaan guutama?
✔️Online, asuma telegram irraan suuraa fi form ergitanii guuttachuu dandeessu(Qaamaan dhufuu hin barbaachisu, hin keessummeessinus)
➡️Si'a 2 guutuun ni hayyamamaa?
✅Hin hayyamamu, si'a 2 yoo guunne carraan nuuf bahellee nu jalaa haqamuu danda'a!
➡️Namni gaa'ila fi daa'ima qabu akkamiin guutamaafi?
✔️Foormii fi Suuraa maatii hunda(umrii 18 gadii) dhiyeessuun dirqamadha. Suuraa fi foormii hundi bakka tokkotti waan guutamuuf gatiinsaa kan nama laaxxee waliin tokko hin ta'u
✔️Akka nama gaa'ila hinqabneetti yoo guutameefimmoo namni sun abbaa carraa yoo ta'e maatiisaa waliin deemuu hin danda'u
➡️Biyya ormaa jiraatanii guutuun ni danda'amaa?
✔️Eeyyee, ni danda'ama
➡️Yoom yoom guutama?
✔️Waggaatti ji'a 1"f altokko guutama, fulbaana gara xumuraa irraa eegalee hanga Onkoloolessa gara xumuraatti. Inni amma guutamaa jiru kun Onkoloolessa 25 ni xumurama!
Enjoy❤️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➳ 📚 @Barannoo_Tech

👍5❤1
🇺🇸 Unka 17 DV'n ittiin guutamu fi akkaataatti guutamu
1. Maqaa akaakayyuu(Ingliffaan)
2. Maqaa kee(Ingliffaan)
3. Maqaa abbaa(Ingliffaan)
4. Saala
5. Ji'a keessa dhalatte
6. Guyyaa dhalatte
7. Bara dhalatte
8. Bara dhalootaa kee Akka lakkoofsa Itiyoophiyaa moo Awurooppaatti barreessite? EC or GC?
9. Magaalaa keessatti dhalattee
10. Godina amma keessa jiraattu
11. Magaalaa amma keessa jiraattu
12. Maqaa Naannoo(Region) kee
13. Lakk. bilbilaa kee
14. Email kee(yoo hinqabaanne bira darbi)
15. Sadarkaa barnootaa kee
16. Fuuteettaa/Heerumteettaa?
17. ljoollee qabdaa? (Meeqa qabdaa?)
Form kana barreeffama qofaan guutuu dandeessu.

👍8❤7👏1🎉1
💻 Barannoo Tech 💻
Photo
JECHOOTA MURAASA Hojiilee online kanneen akka tap tap ykn CRYPTOCURRENCY KESSATTI BEEKU QABDAN
1༆GAS FEE ~ Coin tokko withdraw gochuuf ykn token tokko wallet irra galfachuuf ykn Transaction tokko raawachuuf kaffaltii nuti kaffalludha.
Fakkeenyaaf Kan ton kaffaluu nu gaafatu baayyeen ni jira
Kana jechuun gas fee jedhama
➨Gabaabumatti Token tokko bakka biraatti dabarsuuf gatii ergiinsa nu barbaachisu jechuudha.
2༆STAKE ~ Qusannaa dhala qabu akka jechuuti.
➨Ammatti hin barbaadu sin bira naaf taa'ee fuulduratti itti dabaluun naaf kennitu akka jechuuti wayita stake gootu.
3༆SWAP ~ Token tokko irraa gara Token biraatti jijjiiruu jechuudha.
➨Fakeenyaaf: Doolaara(usdt) irraa gara TON jijjiiru santu swap jedhama.
4༆LIST ~ Tokeniin tokko gabaatti dhiyaachuun wayita bittaaf gurgurtaan dhugaa ifoomu san jechuudha.
Fakkeenyaaf guyyaa hangana booda list ta'a yoo jedhame guyyaa hangana booda gatiin isaa beekamee gabaadhaaf dhihaata jechuudha
5༆PREMARKET ~ bittaaf gurgurtaan tokenii tokkoo osoo inni list hin ta'iin dura wayita inni gaggeeffamudha.
Kun immoo gatiin isaa tilmaamaan baafama garuu token tokko premarket irratti gurguramaa yoo jiraate nuti immoo hanga list ta'utti gurgurachuu hin dandeenyu jechuudha
6༆KYC ~(Know Your Customer) tajaajiloota platform sana irra jiran fayyadamuun duratti haala ittiin eenyummaa keenya jalqaba san mirkaneessinudha. Ykn Verify gochuu jechuudha
Fakkeenyaaf kanneen akka binance, bybit fi kanneen biroo Kyc nu gaafata kun immoo Passport ykn national id ykn heyyama konkolaataa nu gaafata
Kanaafuu Kyc jechuun eenyummaa kee jechuudha

👍12❤3
Gabaa Kaappitaalaa / Stock Market
Dhaabbatni Itiyoo Telekoom qooda/share isaa irraa 10% ummataaf dabarsee gurgura jedhe. Kun tarkaanfii seena qabeessa jedhu ogeeyyiin diinagdee.
Kana jechum #Ethiotelecom qooda aksiyoona waliigalaa qabu keessaa, har’a gurgurtaaf aksiyoona miiliyoona 100 dureeyyii biyya keessaa ykn Ummataaf dhiyeessee jira.
Akka dhaabbatichi beeksisetti, gatiin aksiyoona tokkoo birrii 300 yoo ta’u, namni tokko aksiyoona xiqqaa 33 birriidhaan 9,900 kaasee hanga aksiyoona 3,333 birriidhaan 999,900 bitachuu danda’a.
Bittaafi gurgurtaan Aksiyoonaa kun karaa #Appilication TeleBirr raawwatamas jedhameera.
Gurgurtaan kun Onkoloolessa 6 hanga Muddee 25/2017tti tura jedhame.
Itiyoo-Telekoom heeyyama torbee darbe argateen qooda/share isaa karaa TeleBirr akka gurguratu heeyyameef ta'uus dhaabbatichi ibsee jira.
Hamma humna keenyaatiin bitannee dhaabbatichatti abbaa tahuu qabna, carraa gaarii waan ta'eef namoonni dandeessan itti hirmaadhaa, bitadhaa jenna.
Share 🚀
@Barannoo_Tech

Gurgurtaa username@
Akkaataa gurgurtaa maqaa (username) jalqabuun dura xiqqoo ibsa isiniif kenna
Abbootiin keenya duri lafti tola akka qabamuu fi fudhatamu yemmuu dubbatan dhageessee beektaa? gariin abbootii immoo lafa sana tola fudhachuu didan...
Gara biraatiin immoo username lafa interneetii irratti qabamuudha. Lafa (username) ati qabatte namni biraa kamiyyuu qabachuu hin danda'u.
Fakkeenyaaf Ethiotelecom Telegram channel hin qabu ha jennu! Yeroo kanatti ati dursitee maqaa (username) ethiotelecom jedhu qabatte dirqama company'n kun maqaa sana sirraa bitee fudhachuu qaba. Ykn maqaa ethiotelecom jedhu irratti qubee ykn lakkoofsa dabaluun kan biraa uumuu ni danda'a! Garuu kana gochuu mannaa sirraa bituuf murteessuun isaa shakkii hin qabu
Facebook fi Instagram irratti maqaan (username) isaa ethiotelecom ta'ee gama biraatiin telegram irratti ethiotelecom1 yoo ta'e walgita kanaafuu walfakkeesuuf jecha sirraa bituuf yaada!
Haala kanaan lafa internet irratti tolaan kennamaa jiru dursitee qabachuun filannoo keeti! Ykn erga yeroon darbe booda gaabbuuf jirta
Username keessan gurgurtaaf (caalbaasii) jalqabuun dura ulaagaan jira
- username kun yoo xiqqaate guyyaa 15 - 30 kan ture ta'uu qaba
- Telegram two step verification fi passcode guyyaa 7 caalaa on godhamee turuu qaba
Ani amma (username) 59 qabadheen jira! Akkamitti akka ta'e kunoo
Fayyadamaan telegram tokko channel hanga 10 banachuu danda'a yoo premium ta'emmoo hanga 20 ni eyyamaaf
Anis account 5 irratti gara channel 60 banuun hundaafuu username moggaasuun qabadheen jira!
Hubachiisa!
Username qabachuun duratti maqaa akkamii yoo qabattan namoonni ykn projectoonni barbaaduu danda'u kan jedhu isa tokkoffaadha! Username hiika hin qabne ykn namni hin barbaadne qabachuun homaa hin fayyadu! Kanaafuu username barbaadamaa ta'e barbaaddee qabachuun filannoo keeti!
- username keessan akkuma gabaatti baastaniin gurguramuu dhiisuu danda'a! Waa'ee isaa yeroo itti aanutti isiniifin ibsa
Amma garuu username qofa qabadhaa akkaataa caalbaasii yeroo biraatti waliin dubbana!
Username barbaadamaa ta'uu danda'an keesaa (Ton waliin kan wal qabatan, ads waliin..,finance waliin..,crypto waliin..,chain waliin kan walqabatan..) jarreen akkanaa barbaadamaadha...

👍8❤1💩1
Sababoota Token baayyeen Erga List ta'anii hin milkoofneef keessaa muraasa kanan dubbisee hubadhe keessaa anis muraasa isiniif barreesseen jira
Sirriitti Dubbisaa
Why Not All Listing Are Successful
(List)Tarreefamni maallaqa kirpitoo hundi sababoota adda addaatiin hin milkaa'an. Maallaqni kirpitoo tokko Exchange guddaa irratti yoo tarreeffamellee milkaa'inaaf wabii hin ta'u.
Wantoonni tarreefama hin milkoofneef sababa ta’uu danda’an hedduun kunooti:
🔵 Fedhii Gadi aanaa fi Fedhii Invastarootaa
Pirojektiin tokko invastaroota ykn hawaasa kirpitoo irraa fedhii gahaa argachuu yoo dadhabe, gatiin Tookenii erga tarreeffamee booda battalumatti gadi bu’uu danda’a. Kunis gabaa gahaa ta’e dhabuu,ykn dorgomtootni gabaa keessatti baay’achuu irraa kan ka’e ta'uu danda’a.
🔵 Liquidity Gadi aanaa
Liquidity jechuun qabeenya tokko gatii madaalawaadhaan saffisaan bitachuu ykn gurguruu jechuudha. Kitaaba ajaja keessatti ajajni muraasni yoo jiraate, Tookenii bitachuun ykn gurguruun jijjiirama gatii cimaa fiduu danda’a, kunis daldaltoota duubatti deebisuu danda’a. Liquidity gadi aanaan daldala rakkisaa fi balaa qaba.
🔵 High Volatility
Erga tarreeffamee ykn list tahee booda gatiin Tookenii haalaan jijjiiramuu danda'a. Yoo gatiin tookenii tokkoo erga tarreeffamee booda dafee gadi bu'e, gurgurtaa rifachuu kakaasuu danda'a, kunis gatii dabalataa akka gadi bu'u taasisa.
🔵 Dorgomtoota Ciccimoo (Strong Competitors)
Gabaa kanaan dura pirojektoota milkaa’oo hundeeffaman kanneen kaayyoo walfakkaataa qaban yoo qabaate, mallattoon haaraan xiyyeeffannoo invastarootaa fi kaappitaala hawwachuuf rakkachuu danda’a. Kanarraa kan ka’e pirojektoonni akkasii guddinaa fi deeggarsa barbaachisaa ta’e arguu dhiisuu danda’u.
🔵 Hanqina Deeggarsa Exchange Irraa Argamu
Tarreefamni milkaa'aan pirojektii qofa osoo hin taane Exchange mataa isaa irratti hundaa'a. Jijjiirraan sun bifa meeshaalee gabaa ykn teeknikaatiin deeggarsa gahaa yoo hin kennine fayyadamtoonni mallattoo haaraa sana illee hubachuu dhiisuu danda’u.
🔵 Maqaa Pirojektii Dadhbaa/Hiyyeessaa (Poor Project Reputation)
Pirojektiin tokko garee dadhabaa yoo qabaate, waliigaltee gaaffii keessa galche, ykn yeroo darbe waadaa gale raawwachuu yoo dadhabe, ilaalcha isaa irratti dhiibbaa hamaa geessisuu danda’a, kunis listing n akka hin milkoofne taasisuu danda’a.
🔵 Lack of Real Use Case For the Token
Token baay'een itti fayyadama dhugaa hin argatan, invastarootis kana dafanii hubatu. Kanarraa kan ka’e, fedhiin Tookeni akkasii yeroon waan hir’atuuf erga tarreeffamee booda gatiin haalaan gadi bu’uu danda’a.
🔵 Dhimmoota Dambii (Regular Issues)
Pirojektiin tokko rakkoon seeraa ykn qajeelfamaa (kan akka himannaa seera sekuritiiwwanii cabsuu) yoo isa mudate, kun ilaalcha Tookinichaa fi milkaa’ina isaa erga tarreeffamee booda irratti dhiibbaa hamaa geessisuu danda’a.
🔵 Caasaa Pirojektii
Pirojektoonni tokko tokko erga tarreeffamanii booda iftoomina, amanamummaa, ykn qabeenya guddina dabalataaf oolu hin qaban. Investarooti dhimma bulchiinsa ykn misoomaa dafanii waan hubataniif amantaa akka dhaban taasisa.
🔵 Eeggannoo Invastarootaa
Erga tarreeffamee booda guddina gatii ilaalchisee garmalee eegamuun Tookeniin sun ejjennoo sana yoo hin guunne mufannaa fiduu danda’a. Gurgurtaan juumlaa sababa mufannaatiin gatii token kuffisuu danda'a.

👍11❤1🙏1
🛡Google Authenticator
🟢Namoonni baayyeen hin fayyadaman garu #security dhaaf App baayyee barbaachisaa ta'edha.
🟢Appii fi weebsaayitii Authenticator app 2-Step Verification #support godhan irratti kan hojjetuu fi security keenya kan nuuf cimsudha.
🟢Kessuma App cryptocurrency dhaan walqabataniif (Binance, Bybit, Bitget...) wayita #transaction raawwannu one-time verification codes #generate godhee nuuf kennuun sochii nuti goonu keessatti security keenya dabaluun hedduu nu gargaara
Download playStore

👍6
Yeroo Ammaa kana Liinkii Major keessan group irra gochuun start waliif gochuu dandeessu!
Hubachiisa..Nama liinkii biraa maxxanse kallattiidhaan Ban goona

⚠️Of eeggannoo
➡️Liinkiin argitan kuni fi kanneen kana fakkaatan kanneen biroo hiriyoota keessan irraas ta'e namoota isin hinbeekne irraa yoo kan isinitti ergamu ta'e tasuma hin baninaa.
➡️Account keessan #hack gochuuf link namatti ergamanidha. Keessattuu Liinkiiwwan #https osoo hin taanee kanneen #http (without s) qofaan eegalan tuquun hinbaninaa
➡️Namoonni tarii duraan isinitti ergamee bantanii jirtan ammoo hacking kanaaf saaxilamtanii jiraachuu dandeessu waan ta'eef #setting keessa seenuun #device kan jedhu jala account isin hinbeekne kan biraa jiraannan #logout or #terminate godhaani.

#OpenAI'n Search ChatGPT
#Kamis darbe, OpenAI' waan haaraa tokko qabatee as bahe dhaabbata guddaa addunyaa dorgomaa dhabe Google akka gaaritti morkata jedhame eegama.
OpenAI platform search banuu beeksise. Search AI'n kun, bu'aa search caalatti, gabaasa oduu, gatii qabeenya, haala qilleensaa fi bu'aa tapha ispoortii yeroo dhugaa keessatti agarsiisuu danda'a jedhama.
OpenAI'n amma dorgommii cimaa Microsoft - kan bakka bu'aa AI'n Bing keessatti makamu - search engine AI'n gaggeeffamu Perplexity fi, dorgomaa gurguddoo Google waliin seenuuf jira. Miseensonni kaffaltii Plus fi Team irratti argaman search amala kana ChatGPT keessatti yaalu danda'u. Amaloota search kunis, "ji'oota dhufaniin" akka tajaajila bilisaa keessatti argamu waadaa galeera OpenAI.
#OpenAI #news

Kunis, walta'iinsa OpenAI fi The Associated Press, Financial Times, Le Monde, News Corp., Time fi qooda fudhattoota gurguddoo miidiyaa addunyaa waliin ta'uuni

❤2👍2