▎⛮ Tibba kana, akka platform Infinity Power maallaqa guddaa hawaasa keenya irraa saame jedhu dhageessanii jirtu, Obboloonni keenya hubannoo platform kanaa qaban, kan akka Abdi B. fi kanneen biroo, wanti kun soba ta'uu fi maallaqni keenya hattootaan akka hin saamamne dhoorkaa turan. Garuu namni hedduun gorsa kana waan fudhate hin fakkaatu.
▎⛮ Faallaa kanaatiinis, Adminonni Channel gargaraa tokko tokko, hattoota akka kanaa gadifageenyaan osoo hin hubatin, miseensota isaanii odeeffannoo dogongoraatiif saaxilanis mul'ataa ture, garuu itti gaafatamummaa qabdu kanaaf dursa xiinxaluun gaariidha, direct translate gochuun maxxansuun duratti, Wanti darbe darbeera, garuu fuulduraaf:▎Hawaasni Keenya:
Maqaa platform online jedhu hunda dhugaa jettanii hin amaninaa. Akkuma lafa irra maallaqni tolaan hin jirre, online irraayis tolaan hin eeginaa.
" Legitimate opportunities exist online, but they require effort and skill". Yeroo keessan skill online irratti madda galii argamsiisan irratti xiyyeeffadhaa malee wantoonni coin isin lakkoofsisan hundi ni kaffalan jechuu miti.
▎Obboloota fi Obboleewwan Admin Channel Gargaraa Qabdan:
Maaloo, maamila isin hordofu waan madda isaa sirriitti qulqulleeffattanii beektan malee sababa referral argachuuf jecha nama dogongorsiisuun gaarii miti. Kanaaf, madda odeeffannoo adda baafachuun, dhugummaa isaa hubachuun hawaasa keessan ni fayyada yoo jettan qofa affeeraa.
▎Jecha Hayyuu:
"Guyyaa hedduu dubbachuu kiyyaatti sheenaye, hanga callisuu kootti sheenawe daran."
▎Fuulduraaf: Isa Darbe Irraa Baradhaa:
Kanaaf, isa darbe irraa barumsa fudhachuun barbaachisaadha. Invest gochuu keessaniin duratti namoota muxannoo qaban odeeffadhaa. Amma boodas gowwoomsaa hedduutu dhufuu mala waan taheef, yeroo keennas skill garagaraa dagaagfachuufi wal barsiisuu irratti haa xiyyeeffannu. Horaa bulaa.
Enjoy❤️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➳ 📚 @Barannoo_Tech
❤3
🧪 Sanadoota barbaachisoo DV application:
—
Odeeffannowaan tarii isin gargaaru malu! Yoo bal'ina dabalataa barbaaddan ykn waa'ee sagantaa DV gaaffii yoo qabaattan bilisaan gaafadha
Enjoy❤️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➳ 📚 @Barannoo_Tech
—
🌍 Maalummaa DV: DV’n Maali?
Diversity Visa (DV) program, carraa namoota biyyoota garaagaraa irraa Ameerikatti imaluuf carraa kennuuf qophaa’eedha.
📝 DV Guutuuf Ulaagaalee:
DV guutuuf, ulaagaalee armaan gadii guutamuu qabu:
1. Biyyaa:
- Biyyoota DV’ dorgomuun hayyamamu irraa ta'uu.
2. Barnoota:
- Barnoota sadarkaa 12ffaa ykn isaa ol qabaachuu ykn leenjii koollejjii.
🔑 DV Guutuuf Wantoota Barbaachisan:
1. Foormii Iddoo Galmee:
- Foomii galmee sirriitti guutuu.
2. Suuraa:
- Suuraa qulqulluu fi sirrii ta’e dhiyeessuu.
Diversity Visa 2026 irratti hirmaachuuf qophiin keessan akka gaariitti ta’uuf, odeeffannoo kana hubachuun barbaachisaa dha.
Odeeffannowaan tarii isin gargaaru malu! Yoo bal'ina dabalataa barbaaddan ykn waa'ee sagantaa DV gaaffii yoo qabaattan bilisaan gaafadha
a.
Link: http://dvprogram.state.gov/
Enjoy❤️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➳ 📚 @Barannoo_Tech
👍10❤2
🪙 $MAJOR
🗓 $MAJOR ji'a Novermber keessa akka List ta'u Roxman (CEO) beeksisera.
🔥 Majors at home? Listing in November!
Next month you’ll see the highly-anticipated listing. Yeah, we took our time — let some hamsters go first, but now the path for $MAJOR is clear and smooth. To those rushing to dump, here’s one word to think about: Utility 🤑
💲🔠🔠🔠🔠🔠
💫Qabxii fayyadamtoota active hin taanee akka hir'isan torban tokko dura chaanaalii isaanii irratti beeksisaniiru.
🌟Kanaafuu active tahuu jechuun maalii?
Gabaabaa dhumatti👇🏿👇🏿
🌟ACTIVE ta'uu jechuun yeroo hunda bot seenuun TASK hojjechuudha yookis Guyyaa guyyaan seenanii check gochuudha.
⭐️Xiyyeeffannoodhaan major hojjedhaa.
🔗 https://t.me/major/start?startapp=946907482

Telegram
Major
Check it out on @major.
❤2👍2
#Chatgpt_4_bilisan
🤡Odeeffanno suurarra jiruu baallinan barreeffaman waa’ee suura sirritti adda baase isiniif ibsuu ni danda’aa kan barreeffaman dhiyeessitanif immoo suuran hojjete isiniitti agarsiisa. #hint isiniif kennuudhan Hojiiwwaan dizaayini waliin wal qabatan ni salphisa #chatgpt4
#qormaata illee ittin hojjechuuf filatamadha
👇🏻👇🏻
@gpt4bot

👍3
🧠 Bilbila Kam Fayyadamta ❓
Anonymous Poll
49%
Samsung
7%
Iphone
3%
Huawei
10%
Tecno
21%
Infinix
5%
Itel
0%
Oneplus
1%
Xiaomi
1%
Sony
3%
Oppo
👍16❤5
❓🇺🇸 DV Ameerikaa ilaalchisee gaaffiiwwan gaafatamanii fi deebii
⚠️Akka gaaffii isinitti hin uumneetti jalqabaa hanga dhumaatti dubbisaa!
➡️DV maalidha? Maal fayyada?
✅DV'n hiiknisaa "DIVERSITY VISA" yoo ta'u carraa VISA biyya Ameerikaa bilisaan ittiin argamudha. Carraan kun akka addunyaatti waggaa waggaan nama kuma 55'f kan kennamu yoo ta'u, akka biyya Itiyoophiyaatti namoonni 3000-5000 ta'an carraa kana ni argatu. Fakkeenyaaf bara darbe DV-2025 nu biratti kan guutan keessaa namoonni 39 carraa kana argataniiru!
➡️Ulaagaa akkamii gaafata?
✅Sadarkaa Barnoota qofa gaafata. Highschool, Vocational(Level), Diploma, Degree, Masters, PhD & Etc. Yoo xiqqaate barnoota sadarkaa 2ffaa nama baratee xumure qofatu guutuu danda'a. Maatrikii kutaa 10 durii namni fudhatee jiru guutuu ni danda'a. Amma immoo nama qormaata kutaa 12ffaa fudhatee jirutu fudhatama qaba. Dabalataan namni kutaa 12 barachaa jirus guutuu ni danda'a. Garuu qormaata kutaa 12 kan baranaa osoo hin fudhatin yoo hafe ulaagaa hin guutu
➡️Umrii ni daangessaa?
✅Hin daangessu!
➡️Passport ni barbaachisaa?
✅Hin barbaachisu!
➡️Dokumantii barnootaa dhiyeessuu ni barbaachisaa?
✔️Ammaaf hin barbaachisu! Nama abbaa carraa ta'e qofatu process gochuuf dokumentii dhiyeessuun dirqama itti ta'a
➡️Suuraa akkamii barbaachisa?
✅Suuraa qomaa olii(gurdii) qulqullina gahaa kan qabu. Waa'ee suuraa ilaalchisee addatti ibsa bal'aa isiniifan kenna
➡️ Online moo qaamaan guutama?
✔️Online, asuma telegram irraan suuraa fi form ergitanii guuttachuu dandeessu(Qaamaan dhufuu hin barbaachisu, hin keessummeessinus)
➡️Si'a 2 guutuun ni hayyamamaa?
✅Hin hayyamamu, si'a 2 yoo guunne carraan nuuf bahellee nu jalaa haqamuu danda'a!
➡️Namni gaa'ila fi daa'ima qabu akkamiin guutamaafi?
✔️Foormii fi Suuraa maatii hunda(umrii 18 gadii) dhiyeessuun dirqamadha. Suuraa fi foormii hundi bakka tokkotti waan guutamuuf gatiinsaa kan nama laaxxee waliin tokko hin ta'u
✔️Akka nama gaa'ila hinqabneetti yoo guutameefimmoo namni sun abbaa carraa yoo ta'e maatiisaa waliin deemuu hin danda'u
➡️Biyya ormaa jiraatanii guutuun ni danda'amaa?
✔️Eeyyee, ni danda'ama
➡️Yoom yoom guutama?
✔️Waggaatti ji'a 1"f altokko guutama, fulbaana gara xumuraa irraa eegalee hanga Onkoloolessa gara xumuraatti. Inni amma guutamaa jiru kun Onkoloolessa 25 ni xumurama!

👍5❤1
🇺🇸 Unka 17 DV'n ittiin guutamu fi akkaataatti guutamu
1. Maqaa akaakayyuu(Ingliffaan)
2. Maqaa kee(Ingliffaan)
3. Maqaa abbaa(Ingliffaan)
4. Saala
5. Ji'a keessa dhalatte
6. Guyyaa dhalatte
7. Bara dhalatte
8. Bara dhalootaa kee Akka lakkoofsa Itiyoophiyaa moo Awurooppaatti barreessite? EC or GC?
9. Magaalaa keessatti dhalattee
10. Godina amma keessa jiraattu
11. Magaalaa amma keessa jiraattu
12. Maqaa Naannoo(Region) kee
13. Lakk. bilbilaa kee
14. Email kee(yoo hinqabaanne bira darbi)
15. Sadarkaa barnootaa kee
16. Fuuteettaa/Heerumteettaa?
17. ljoollee qabdaa? (Meeqa qabdaa?)
Form kana barreeffama qofaan guutuu dandeessu.

👍8❤7👏1🎉1
💻 Barannoo Tech 💻
Photo
JECHOOTA MURAASA Hojiilee online kanneen akka tap tap ykn CRYPTOCURRENCY KESSATTI BEEKU QABDAN
1༆GAS FEE ~ Coin tokko withdraw gochuuf ykn token tokko wallet irra galfachuuf ykn Transaction tokko raawachuuf kaffaltii nuti kaffalludha.
Fakkeenyaaf Kan ton kaffaluu nu gaafatu baayyeen ni jira
Kana jechuun gas fee jedhama
➨Gabaabumatti Token tokko bakka biraatti dabarsuuf gatii ergiinsa nu barbaachisu jechuudha.
2༆STAKE ~ Qusannaa dhala qabu akka jechuuti.
➨Ammatti hin barbaadu sin bira naaf taa'ee fuulduratti itti dabaluun naaf kennitu akka jechuuti wayita stake gootu.
3༆SWAP ~ Token tokko irraa gara Token biraatti jijjiiruu jechuudha.
➨Fakeenyaaf: Doolaara(usdt) irraa gara TON jijjiiru santu swap jedhama.
4༆LIST ~ Tokeniin tokko gabaatti dhiyaachuun wayita bittaaf gurgurtaan dhugaa ifoomu san jechuudha.
Fakkeenyaaf guyyaa hangana booda list ta'a yoo jedhame guyyaa hangana booda gatiin isaa beekamee gabaadhaaf dhihaata jechuudha
5༆PREMARKET ~ bittaaf gurgurtaan tokenii tokkoo osoo inni list hin ta'iin dura wayita inni gaggeeffamudha.
Kun immoo gatiin isaa tilmaamaan baafama garuu token tokko premarket irratti gurguramaa yoo jiraate nuti immoo hanga list ta'utti gurgurachuu hin dandeenyu jechuudha
6༆KYC ~(Know Your Customer) tajaajiloota platform sana irra jiran fayyadamuun duratti haala ittiin eenyummaa keenya jalqaba san mirkaneessinudha. Ykn Verify gochuu jechuudha
Fakkeenyaaf kanneen akka binance, bybit fi kanneen biroo Kyc nu gaafata kun immoo Passport ykn national id ykn heyyama konkolaataa nu gaafata
Kanaafuu Kyc jechuun eenyummaa kee jechuudha

👍12❤3
Gabaa Kaappitaalaa / Stock Market
Dhaabbatni Itiyoo Telekoom qooda/share isaa irraa 10% ummataaf dabarsee gurgura jedhe. Kun tarkaanfii seena qabeessa jedhu ogeeyyiin diinagdee.
Kana jechum #Ethiotelecom qooda aksiyoona waliigalaa qabu keessaa, har’a gurgurtaaf aksiyoona miiliyoona 100 dureeyyii biyya keessaa ykn Ummataaf dhiyeessee jira.
Akka dhaabbatichi beeksisetti, gatiin aksiyoona tokkoo birrii 300 yoo ta’u, namni tokko aksiyoona xiqqaa 33 birriidhaan 9,900 kaasee hanga aksiyoona 3,333 birriidhaan 999,900 bitachuu danda’a.
Bittaafi gurgurtaan Aksiyoonaa kun karaa #Appilication TeleBirr raawwatamas jedhameera.
Gurgurtaan kun Onkoloolessa 6 hanga Muddee 25/2017tti tura jedhame.
Itiyoo-Telekoom heeyyama torbee darbe argateen qooda/share isaa karaa TeleBirr akka gurguratu heeyyameef ta'uus dhaabbatichi ibsee jira.
Hamma humna keenyaatiin bitannee dhaabbatichatti abbaa tahuu qabna, carraa gaarii waan ta'eef namoonni dandeessan itti hirmaadhaa, bitadhaa jenna.
Share 🚀
@Barannoo_Tech

Gurgurtaa username@
Akkaataa gurgurtaa maqaa (username) jalqabuun dura xiqqoo ibsa isiniif kenna
Abbootiin keenya duri lafti tola akka qabamuu fi fudhatamu yemmuu dubbatan dhageessee beektaa? gariin abbootii immoo lafa sana tola fudhachuu didan...
Gara biraatiin immoo username lafa interneetii irratti qabamuudha. Lafa (username) ati qabatte namni biraa kamiyyuu qabachuu hin danda'u.
Fakkeenyaaf Ethiotelecom Telegram channel hin qabu ha jennu! Yeroo kanatti ati dursitee maqaa (username) ethiotelecom jedhu qabatte dirqama company'n kun maqaa sana sirraa bitee fudhachuu qaba. Ykn maqaa ethiotelecom jedhu irratti qubee ykn lakkoofsa dabaluun kan biraa uumuu ni danda'a! Garuu kana gochuu mannaa sirraa bituuf murteessuun isaa shakkii hin qabu
Facebook fi Instagram irratti maqaan (username) isaa ethiotelecom ta'ee gama biraatiin telegram irratti ethiotelecom1 yoo ta'e walgita kanaafuu walfakkeesuuf jecha sirraa bituuf yaada!
Haala kanaan lafa internet irratti tolaan kennamaa jiru dursitee qabachuun filannoo keeti! Ykn erga yeroon darbe booda gaabbuuf jirta
Username keessan gurgurtaaf (caalbaasii) jalqabuun dura ulaagaan jira
- username kun yoo xiqqaate guyyaa 15 - 30 kan ture ta'uu qaba
- Telegram two step verification fi passcode guyyaa 7 caalaa on godhamee turuu qaba
Ani amma (username) 59 qabadheen jira! Akkamitti akka ta'e kunoo
Fayyadamaan telegram tokko channel hanga 10 banachuu danda'a yoo premium ta'emmoo hanga 20 ni eyyamaaf
Anis account 5 irratti gara channel 60 banuun hundaafuu username moggaasuun qabadheen jira!
Hubachiisa!
Username qabachuun duratti maqaa akkamii yoo qabattan namoonni ykn projectoonni barbaaduu danda'u kan jedhu isa tokkoffaadha! Username hiika hin qabne ykn namni hin barbaadne qabachuun homaa hin fayyadu! Kanaafuu username barbaadamaa ta'e barbaaddee qabachuun filannoo keeti!
- username keessan akkuma gabaatti baastaniin gurguramuu dhiisuu danda'a! Waa'ee isaa yeroo itti aanutti isiniifin ibsa
Amma garuu username qofa qabadhaa akkaataa caalbaasii yeroo biraatti waliin dubbana!
Username barbaadamaa ta'uu danda'an keesaa (Ton waliin kan wal qabatan, ads waliin..,finance waliin..,crypto waliin..,chain waliin kan walqabatan..) jarreen akkanaa barbaadamaadha...

👍8❤1💩1