๐งฌ Which blockchain did you choose for listing W-Coin? ๐ณ๏ธ
Be honest, Mate, it's important!โ ๏ธ
Be honest, Mate, it's important!โ ๏ธ
Anonymous Poll
61%
๐ TON
30%
๐งฌ Solana
9%
๐น Ethereum
โค1
Forwarded from .
Akkuma Not coin abbummaansaa kan Telegiraamaa kan ta'e Major'n TON irratti launched ta'uuf deema. Hanga ammaa hiriyoonnikoo (warri link kiyyaan seenan) baay'een stars 5,000 ol walitti qabataniiru. Kun osoo birriitti jijjiiramee birrii 5,000 gadi miti. Warri link seentaniima dhiiftan please task sasalphaa qofa hojjachuudhaan guyyaatti stars 1,200 ol akka walitti qabachuu dandeessan hin dagatinaa. Warri hin jalqabin link'n kunooti๐
https://t.me/major/start?startapp=946907482
major'n Bonus addaa hiraa jira.l (10,000 stars). Earn keessan akkuma seentaniin "Share to Telegram story" kan jettu jirti. Yoo barbaaddan share godhaa garuu calliftanii "Share" tuqxanii yoo "check gootan gahaadha. Share gochuuf Telegiraama keessan Update gochuu isin gaafata waan ta'eef. Ammoo, Telegram keessan update godhadhaa hundi keessanuu.
Warra sichi Major jalqabdaniif๐
https://t.me/major/start?startapp=946907482
Major'n feature haaraa "hold and earn" jedhamu dabaleera. Reward kan jettuun seentanii daqiiqaa tokkoof saantima gadi qabdanii turtu. Stars hanga 1000 siniif kenna. Sa'aatii saddeet saddeetiin(guyyaatti yeroo sadi) seentanii akkasuma gootu. Warra birrii baasee stars bituu hin dandeenyeef gaaridha. Malee capitalist'ooota faana dorgomuun in cima. Isaan yeroo gahaa hin qaban waan ta'eef๐
https://t.me/major/start?startapp=946907482
Telegram star โญ๏ธ
Telegram star โญ๏ธ
Telegram star โญ๏ธ
Telegram star โญ๏ธ
Carraa kana fayyadamuu qabdu
Telegram star gatii guddaatti gurguramuu danda'a
Namni star โญ100 qabu qarshii 223.99tti gurgurata
Namni starโญ๏ธ 2500 qabu qarshii 529.00 tti gurgurata

10 000 Stars
25 000 Stars
50 000 Stars
ETB739.00
ETB1,039.00
ETB1,549.00
ETB2,059.00
ETB3,099.00
ETB5,099.00
ETB10,199.00
Namoonni baay'een Dolaara Kumaatamaan lakkaa'amu baasanii Major irratti Stars walitti qabachaa jiru. Nus isa tola sassaabbannu cinaatti hamma humna keenyaatti birrii baasnee sassaabbachaa jirra. Tola sassaabbadhaa yeroo jedhamu namoonni salphaatti ilaalan jiru. Airdrop biraa osoo ta'ee ani akkas itti isin hin dhiibu. Barbaachisummaa Stars yeroo dhiyootti arguuf jirra.
Ammallee yeroo qabdu๐
https://t.me/major/start?startapp=946907482
https://t.me/major/start?startapp=946907482
Kanaafuu ammuma dafaa eegalaa๐
https://t.me/major/start?startapp=946907482
https://t.me/major/start?startapp=946907482
โญ Telegram Stars Free Stars โญ๏ธ Guyyaa guyyaadhaan walitti qabadhaa!
Link armaan gadii tuquudhaan namoonni haaraanillee jalqabaa! ๐
https://t.me/major/start?startapp=946907482
โญ Telegram Stars โญ๏ธ
Ittuma fufuun Free Telegram Stars โญ๏ธ
https://t.me/major/start?startapp=946907482
inviting another Majors, sending gifts etc) and getting โญ๏ธStars.
โญ๏ธGood Luck!โญ๏ธStars
โญ๏ธ Telegram stars
Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.
Yeroo nama 1 affeertan urjii 750โญ๏ธโญ๏ธ argattu
Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef, ammuma jalqaba.
link armaan gadii kana cuqaasuun ammuma jalqabaa๐
https://t.me/major/start?startapp=946907482
โญ๏ธStars Telegram Stars ๐
โญ๏ธSTARS TELEGRAM STARS ๐STARTโจ๏ธ
๐SAVE FOLDERS๐
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
โป๏ธErgaa dabalataa argachuuf๐
@Oromoo_Inspire
๐ฒ Itโs time to become the best of the best!$
โญ๏ธSTARS TELEGRAM STARS ๐

๐9๐1
BT : Moodeelota haaraa "OpenAI o1" .
OpenAI moodeelota (o1) jedhaman haaraa, kan hojiiwwan walxaxaa sababeeffannaa namee fakkaatan akkasuma dandeettii rakkoo furuu fooyyee qaban jalqabeera.
OpenAI's text-generating AI chatbot, erga Adoolessa 2022 eegalee addunyaa kana saffisa guddaadhaan adeemaa jira.
OpenAI o1 โ Moodeela sababeeffannaa humna guddaa qabu kan rakkoolee ciccimoo furuuf gargaaruudha, Hojii herregaa, fiiziksii, keemistrii fi baayoloojii rakkoolee furuu keessatti sadarkaa barattoota PhD wajjin wal madaalu irratti gaโumsa akka qabus eerame.
OpenAI o1-mini โ Vershinii saffisaa fi baasii xiqqaa qabu, keessumaa hojii sagantaa (programming ) hojjechuuf kan haalaan mijateedha.
T x @Barannoo_Tech
โค5๐5
๐ค The GPT-o1 neural network scored 120 points in a prestigious Norwegian IQ test by Mensa, making it smarter than 90% of people on Earth.
And this is not the limit: the model continues to learn, meaning its intelligence is constantly increasing.
T x @Barannoo_Tech
And this is not the limit: the model continues to learn, meaning its intelligence is constantly increasing.
T x @Barannoo_Tech
๐8
ChatGPT ilaalchisee hubannoo akkamii qabdu?
Anonymous Poll
27%
A. Hubannaa Gahaa Akkasuma Hojii Garagaraafis Yeroo Baayyee Dhimma Ittiin Baha.
14%
B. Hubannaa Xiqqoo, Odeeffannoo Muraasa Dhagaha, Garuu Waan Muraasaaf Ni Fayyadama Akka Yaaliitti.
18%
C. Hubannaa Hin qabu, Yeroo Tokko Tokko Oduu Isaa Nin Dhagaha Garuu Dhimma Ittiin Bahee Hin Beeku.
23%
D. Tasuma Hubbaannoos Tahe Odeeffannoo Isaa Hin Qabu, Garuu Maqaan Isaa Naaf Haaraa Miti.
27%
E. Kana Hundaa Bira Darbee Fuuldurrii Isaa Na Yaaddeessa, Ilmaa Namaaf Yaaddoo Ta'a Jedheen Shakka.
โค4๐2๐ฅฐ2๐2๐คฉ1
Your Brain is A Super Computer!
โ. Update it's Software!
โ Books
โ Products
โ Experience
โ. Protect its battery!
โ 8 hrs of sleep
โ Connect with nature
โ Technology detox
โ. Clean it's HARD DRIVE!
โ Meditate
โ Journal
โ Self talk
T x @Barannoo_Tech
โ. Update it's Software!
โ Books
โ Products
โ Experience
โ. Protect its battery!
โ 8 hrs of sleep
โ Connect with nature
โ Technology detox
โ. Clean it's HARD DRIVE!
โ Meditate
โ Journal
โ Self talk
T x @Barannoo_Tech
๐ฅฐ9๐2
๐Save Your time with Short Cuts
Ctrl + A - Select All
Ctrl + B - Bold
Ctrl + C - Copy
Ctrl + D - Fill
Ctrl + F - Find
Ctrl + G - Find next instance of text
Ctrl + H - Replace
Ctrl + I - Italic
Ctrl + K - Insert a hyperlink
Ctrl + N - New workbook
Ctrl + O - Open
Ctrl + P - Print
Ctrl + R - Nothing right
Ctrl + S - Save
Ctrl + U - Underlined
Ctrl + V - Paste
Ctrl W - Close
Ctrl + X - Cut
Ctrl + Y - Repeat
Ctrl + Z - Cancel
F1 - Help
F2 - Edition
F3 - Paste the name
F4 - Repeat the last action
F5 - Goto
F6 - Next Pane
F7 - Spell Check
F8 - Extension of the mode
F9 - Recalculate all workbooks
F10 - Activate Menubar
F11 - New graph
F12 - Save As
Shift + F1 - What is it?
Shift + F2 - Edit cell comment
Shift + F3 - Paste the function into the formula
Shift + F4 - Search Next
Shift + F5 - Find
Shift + F6 - Previous Panel
Shift + F8 - Add to the selection
Shift + F9 - Calculate the active worksheet
Shift + F10 - Popup menu display
Shift + F11 - New spreadsheet
Shift + F12 - Save
Ctrl + F3 - Set name
Ctrl + F4 - Close
Ctrl + F5 - XL, size of the restore window
Ctrl + F6 - Next Workbook Window
Shift + Ctrl + F6 - Previous Workbook Window
Ctrl + F7 - Move window
Ctrl + F8 - Resize Window
Ctrl + F9 - Minimize the workbook
Ctrl + F10 - Maximize or Restore Window
Ctrl + F11 - Inset 4.0 Macro sheet
Ctrl + F1 - Open File
Alt + F1 - Insert a graph
Alt + F2 - Save As
Alt + F4 - Output
Alt + F8 - Macro dialog
Alt + F11 - Visual Basic Editor
Ctrl + Shift + F3 - Create a name using the names of row and column labels
Ctrl + Shift + F6 - Previous Window
Ctrl + Shift + F12 - Printing
Alt + Shift + F1 - New spreadsheet
Alt + Shift + F2 - Save
Alt + = - AutoSum
Ctrl + `- Toggle value / display of the formula
Ctrl + Shift + A - Insert the argument names in the formula
Alt + down arrow - automatic view list
Alt + '- Format Style Dialog
Ctrl + Shift + ~ - General Format
Enjoyโค๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โณ ๐ @Barannoo_Tech
โณ ๐ @Barannoo_Tech
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ฒ For Feedback comment

๐20โค5
Major Daily Combo 5000 ๐ซ
September 29
Step isaa akka hin dogoggorre
Ammuma irraa kaasee yoo hojjettan star โญ๏ธ hedduu walitti qabachuu dandeessu!
Task achi irra jiran xumuraa! guyyaan itti list ta'u ibsamuuf guyyaa 2 tu hafe jalqabuuf;
๐ https://t.me/major/start?startapp=946907482

๐12โค3๐ฅฐ1๐1๐1
โญ๏ธATTENTION๐
โก๏ธYeroo amma Airdropn heddun telegram irratti baayyata jiru kana jechuun telegramni business gudda ta'eeti kan inni jiru kanafuu wantoota isiin beekaa deemuu qabdan muursaa.
โก๏ธAidropn hedduun guyyaa guyyan banamaa deemaa jiru kaanafuu airdrop hunda hojjachuu osoo hin taane airdrop maqaa gaggaarii qabaan kannen backup gaarii qabaan yeroo hundaa filannoo kessaan taasisaa.
โก๏ธNamonnii hedduun ammas maallaqaa isin hojjettan isin jalaa nyaachuudhaaf kaayyoo hedduu baasanii aademaa jiru.
โก๏ธKana jechuun TON bitachuu USDT HMSTR DOGS NOTCOIN gurguruudhaaf jettanii namoota group argitan kessaa baastani saamaamaa jirtu kanaafuu kanas of eeggannoo cimaa godha.
โก๏ธAmmas airdrop fake kanneen argitan wallet waa irra qabdanin akka connect hin goone kanas of eeggannoo godhaa.

๐9โค3๐2
โโฎ Tibba kana, akka platform Infinity Power maallaqa guddaa hawaasa keenya irraa saame jedhu dhageessanii jirtu, Obboloonni keenya hubannoo platform kanaa qaban, kan akka Abdi B. fi kanneen biroo, wanti kun soba ta'uu fi maallaqni keenya hattootaan akka hin saamamne dhoorkaa turan. Garuu namni hedduun gorsa kana waan fudhate hin fakkaatu.
โโฎ Faallaa kanaatiinis, Adminonni Channel gargaraa tokko tokko, hattoota akka kanaa gadifageenyaan osoo hin hubatin, miseensota isaanii odeeffannoo dogongoraatiif saaxilanis mul'ataa ture, garuu itti gaafatamummaa qabdu kanaaf dursa xiinxaluun gaariidha, direct translate gochuun maxxansuun duratti, Wanti darbe darbeera, garuu fuulduraaf:โHawaasni Keenya:
Maqaa platform online jedhu hunda dhugaa jettanii hin amaninaa. Akkuma lafa irra maallaqni tolaan hin jirre, online irraayis tolaan hin eeginaa.
" Legitimate opportunities exist online, but they require effort and skill". Yeroo keessan skill online irratti madda galii argamsiisan irratti xiyyeeffadhaa malee wantoonni coin isin lakkoofsisan hundi ni kaffalan jechuu miti.
โObboloota fi Obboleewwan Admin Channel Gargaraa Qabdan:
Maaloo, maamila isin hordofu waan madda isaa sirriitti qulqulleeffattanii beektan malee sababa referral argachuuf jecha nama dogongorsiisuun gaarii miti. Kanaaf, madda odeeffannoo adda baafachuun, dhugummaa isaa hubachuun hawaasa keessan ni fayyada yoo jettan qofa affeeraa.
โJecha Hayyuu:
"Guyyaa hedduu dubbachuu kiyyaatti sheenaye, hanga callisuu kootti sheenawe daran."
โFuulduraaf: Isa Darbe Irraa Baradhaa:
Kanaaf, isa darbe irraa barumsa fudhachuun barbaachisaadha. Invest gochuu keessaniin duratti namoota muxannoo qaban odeeffadhaa. Amma boodas gowwoomsaa hedduutu dhufuu mala waan taheef, yeroo keennas skill garagaraa dagaagfachuufi wal barsiisuu irratti haa xiyyeeffannu. Horaa bulaa.
Enjoyโค๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โณ ๐ @Barannoo_Tech
โค3
๐งช Sanadoota barbaachisoo DV application:
โ
Odeeffannowaan tarii isin gargaaru malu! Yoo bal'ina dabalataa barbaaddan ykn waa'ee sagantaa DV gaaffii yoo qabaattan bilisaan gaafadha
Enjoyโค๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โณ ๐ @Barannoo_Tech
โ
๐ Maalummaa DV: DVโn Maali?๏ปฟ
Diversity Visa (DV) program, carraa namoota biyyoota garaagaraa irraa Ameerikatti imaluuf carraa kennuuf qophaaโeedha.
๐ DV Guutuuf Ulaagaalee:
DV guutuuf, ulaagaalee armaan gadii guutamuu qabu:
1. Biyyaa:
- Biyyoota DVโ dorgomuun hayyamamu irraa ta'uu.
2. Barnoota:
- Barnoota sadarkaa 12ffaa ykn isaa ol qabaachuu ykn leenjii koollejjii.
๐ DV Guutuuf Wantoota Barbaachisan:
1. Foormii Iddoo Galmee:
- Foomii galmee sirriitti guutuu.
2. Suuraa:
- Suuraa qulqulluu fi sirrii taโe dhiyeessuu.
Diversity Visa 2026 irratti hirmaachuuf qophiin keessan akka gaariitti taโuuf, odeeffannoo kana hubachuun barbaachisaa dha.
Odeeffannowaan tarii isin gargaaru malu! Yoo bal'ina dabalataa barbaaddan ykn waa'ee sagantaa DV gaaffii yoo qabaattan bilisaan gaafadha
a.
Link: http://dvprogram.state.gov/
Enjoyโค๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โณ ๐ @Barannoo_Tech
๐10โค2
๐ช $MAJOR
๐ $MAJOR ji'a Novermber keessa akka List ta'u Roxman (CEO) beeksisera.
๐ฅ Majors at home? Listing in November!
Next month youโll see the highly-anticipated listing. Yeah, we took our time โ let some hamsters go first, but now the path for $MAJOR is clear and smooth. To those rushing to dump, hereโs one word to think about: Utility ๐ค
๐ฒ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
๐ซQabxii fayyadamtoota active hin taanee akka hir'isan torban tokko dura chaanaalii isaanii irratti beeksisaniiru.
๐Kanaafuu active tahuu jechuun maalii?
Gabaabaa dhumatti๐๐ฟ๐๐ฟ
๐ACTIVE ta'uu jechuun yeroo hunda bot seenuun TASK hojjechuudha yookis Guyyaa guyyaan seenanii check gochuudha.
โญ๏ธXiyyeeffannoodhaan major hojjedhaa.

Telegram
Major
Check it out on @major.
โค2๐2
#Chatgpt_4_bilisan
๐คกOdeeffanno suurarra jiruu baallinan barreeffaman waaโee suura sirritti adda baase isiniif ibsuu ni dandaโaa kan barreeffaman dhiyeessitanif immoo suuran hojjete isiniitti agarsiisa. #hint isiniif kennuudhan Hojiiwwaan dizaayini waliin wal qabatan ni salphisa #chatgpt4
#qormaata illee ittin hojjechuuf filatamadha
๐๐ป๐๐ป
@gpt4bot
Enjoyโค๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โณ ๐ @Barannoo_Tech
๐คกOdeeffanno suurarra jiruu baallinan barreeffaman waaโee suura sirritti adda baase isiniif ibsuu ni dandaโaa kan barreeffaman dhiyeessitanif immoo suuran hojjete isiniitti agarsiisa. #hint isiniif kennuudhan Hojiiwwaan dizaayini waliin wal qabatan ni salphisa #chatgpt4
#qormaata illee ittin hojjechuuf filatamadha
๐๐ป๐๐ป
@gpt4bot
Enjoyโค๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โณ ๐ @Barannoo_Tech
๐3
๐ง Bilbila Kam Fayyadamta โ
Anonymous Poll
49%
Samsung
7%
Iphone
3%
Huawei
10%
Tecno
21%
Infinix
5%
Itel
0%
Oneplus
1%
Xiaomi
1%
Sony
3%
Oppo
๐16โค5
โ๐บ๐ธ DV Ameerikaa ilaalchisee gaaffiiwwan gaafatamanii fi deebii
โ ๏ธAkka gaaffii isinitti hin uumneetti jalqabaa hanga dhumaatti dubbisaa!
โก๏ธDV maalidha? Maal fayyada?
โ DV'n hiiknisaa "DIVERSITY VISA" yoo ta'u carraa VISA biyya Ameerikaa bilisaan ittiin argamudha. Carraan kun akka addunyaatti waggaa waggaan nama kuma 55'f kan kennamu yoo ta'u, akka biyya Itiyoophiyaatti namoonni 3000-5000 ta'an carraa kana ni argatu. Fakkeenyaaf bara darbe DV-2025 nu biratti kan guutan keessaa namoonni 39 carraa kana argataniiru!
โก๏ธUlaagaa akkamii gaafata?
โ Sadarkaa Barnoota qofa gaafata. Highschool, Vocational(Level), Diploma, Degree, Masters, PhD & Etc. Yoo xiqqaate barnoota sadarkaa 2ffaa nama baratee xumure qofatu guutuu danda'a. Maatrikii kutaa 10 durii namni fudhatee jiru guutuu ni danda'a. Amma immoo nama qormaata kutaa 12ffaa fudhatee jirutu fudhatama qaba. Dabalataan namni kutaa 12 barachaa jirus guutuu ni danda'a. Garuu qormaata kutaa 12 kan baranaa osoo hin fudhatin yoo hafe ulaagaa hin guutu
โก๏ธUmrii ni daangessaa?
โ Hin daangessu!
โก๏ธPassport ni barbaachisaa?
โ Hin barbaachisu!
โก๏ธDokumantii barnootaa dhiyeessuu ni barbaachisaa?
โ๏ธAmmaaf hin barbaachisu! Nama abbaa carraa ta'e qofatu process gochuuf dokumentii dhiyeessuun dirqama itti ta'a
โก๏ธSuuraa akkamii barbaachisa?
โ Suuraa qomaa olii(gurdii) qulqullina gahaa kan qabu. Waa'ee suuraa ilaalchisee addatti ibsa bal'aa isiniifan kenna
โก๏ธ Online moo qaamaan guutama?
โ๏ธOnline, asuma telegram irraan suuraa fi form ergitanii guuttachuu dandeessu(Qaamaan dhufuu hin barbaachisu, hin keessummeessinus)
โก๏ธSi'a 2 guutuun ni hayyamamaa?
โ Hin hayyamamu, si'a 2 yoo guunne carraan nuuf bahellee nu jalaa haqamuu danda'a!
โก๏ธNamni gaa'ila fi daa'ima qabu akkamiin guutamaafi?
โ๏ธFoormii fi Suuraa maatii hunda(umrii 18 gadii) dhiyeessuun dirqamadha. Suuraa fi foormii hundi bakka tokkotti waan guutamuuf gatiinsaa kan nama laaxxee waliin tokko hin ta'u
โ๏ธAkka nama gaa'ila hinqabneetti yoo guutameefimmoo namni sun abbaa carraa yoo ta'e maatiisaa waliin deemuu hin danda'u
โก๏ธBiyya ormaa jiraatanii guutuun ni danda'amaa?
โ๏ธEeyyee, ni danda'ama
โก๏ธYoom yoom guutama?
โ๏ธWaggaatti ji'a 1"f altokko guutama, fulbaana gara xumuraa irraa eegalee hanga Onkoloolessa gara xumuraatti. Inni amma guutamaa jiru kun Onkoloolessa 25 ni xumurama!

๐5โค1
๐บ๐ธ Unka 17 DV'n ittiin guutamu fi akkaataatti guutamu
1. Maqaa akaakayyuu(Ingliffaan)
2. Maqaa kee(Ingliffaan)
3. Maqaa abbaa(Ingliffaan)
4. Saala
5. Ji'a keessa dhalatte
6. Guyyaa dhalatte
7. Bara dhalatte
8. Bara dhalootaa kee Akka lakkoofsa Itiyoophiyaa moo Awurooppaatti barreessite? EC or GC?
9. Magaalaa keessatti dhalattee
10. Godina amma keessa jiraattu
11. Magaalaa amma keessa jiraattu
12. Maqaa Naannoo(Region) kee
13. Lakk. bilbilaa kee
14. Email kee(yoo hinqabaanne bira darbi)
15. Sadarkaa barnootaa kee
16. Fuuteettaa/Heerumteettaa?
17. ljoollee qabdaa? (Meeqa qabdaa?)
Form kana barreeffama qofaan guutuu dandeessu.

๐8โค7๐1๐1