Biiroo Barnoota Oromiyaa
1.1K subscribers
640 photos
2 videos
14 files
172 links
Baga gara Biiroo Barnoota Oromiyaa2
Download Telegram
Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e!

Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru.

Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.

Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru.

@B_B_O2
πŸ‘4❀2
#Bu'aa_Qormaata_Biyyooleessaa

Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 Wiixata guyyaa booda ykn Kibxata ganama barattootaaf ni ergama.

@B_B_O2
πŸ‘3πŸ”₯1
#Kutaa 12ffaa

➑️_Akkaataa bu'aa qormaata biyyoolessaa (Entrance) itti salphaatti ilaaluu dandeessan!!!_

1. https://result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
4. t.me/EAESbot

@B_B_O2
❀2πŸ‘2πŸ”₯1😁1
🟒Oduu ammee

Qormaatnii kutaa 12ffaa Gad dhiifameera ammaa kaatanii qabxii keessan ilaallachuu dandeessu!

LinkπŸ‘‡πŸ‘‡
https://result.eaes.et
​Telegiraamii: https://result.eaes.et/telegram
​Ergaa gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms

@B_B_O2
πŸ”₯2❀1
Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhatan, yeroo ammaa kana karaa filannoowwan ifa ta'aniin qabxii isaanii ilaallachuu eegalanii jiru.

Haa ta'u malee, guutummaa biyyattiirraa lakkoofsi barattootaa fi maatii yeroo tokkotti marsariiticha (website) fi telegiraamii fayyadamanii baay'ee olaanaa waan ta'eef, dhiibbaan teeknikaa mudachaa jira. Kanaan walqabatee saffisni marsariitichaa hir'achuu ykn yeroodhaaf tajaajila kennuu dadhabuu danda'a. Kun haala uumamaa teeknooloojii yeroo gabaabaa ti.
Kanaafuu, barattootnii fi maatiin barattootaa yoo sararri isin jalaa cufame ykn ariitiin isaa laafe, dhiphachuu irraa of qusadhaa.
Filannoowwan sirrii qabxii ittiin ilaallattan:
πŸ“Œ Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
πŸ“Œ Telegiraamii (Telegram): https://result.eaes.et/telegram
πŸ“Œ Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
πŸ“Œ Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
πŸ‘1
EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot.
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284 https://t.me/EAESbot
t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5557040995
πŸ”₯1
URGENT EAES 12th

Warroota #link isiin dideef Ammuma #Regestral_number keessanif maqaa keessan ergadhaa

@B_B_O2
πŸ‘2
Qabxiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 amma ilaallachuun ni danda’ama. Barattoonni bu’aa isaanii karaa armaan gadiitiin ilaalu ni danda’u:

🌐 Marsariitii:https://result.eaes.et
❀1πŸ‘1
#Kutaa 12ffaa

➑️_Akkaataa bu'aa qormaata biyyoolessaa (Entrance) itti salphaatti ilaaluu dandeessan!!!_

1. https://result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
4. t.me/EAESbot
t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5557040995
❀1πŸ‘1
Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ifoomeera.

Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 ifoome barattoonni bu'aa isaanii arguu jalqabaniiru.

@B_B_O2
πŸ‘3
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!

Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 4'n:

t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5557040995
πŸ“Œ Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et

πŸ“Œ Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot

πŸ“Œ Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284

πŸ“Œ Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint

NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!
❀1
#New_ATF
βœ… ATF mining BOT
Hanga amma hin eegalle yoo tahe Amma eegalii Ammaa Dollar baafadhu.
Yoo eegalte tahe itti jabaadhu.
Gatiin isaa amma.
100 $ATF per referral ~ 0.17$
minimum withdrawal 500 $ATF
link kanan seeni amma.πŸ‘‡
t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5557040995


βœ… start bot
βœ… connect ton wallet
βœ… start mining

@B_B_O2
πŸ‘1
#NEW_ATF

Wallet keysaan wajjin connect godhaa akkas male hin lakkawahu.

Link.
http://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5557040995
πŸ‘2