#Beeksisa
Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
Kanaafuu, Obsaan eega asumaan nu Hordofaa
#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!
@B_B_O2

β€6π1π₯1
#milistirii_kutaa_8ffaa
Obsaan eega asumaan nu Hordofaa Adoolessa 15/20/218 Waaree Dura Sa'aatii 4:00-6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.

π6
βοΈQabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Ifa Ta'eera - Haala Itti Ilaallattan!
Biiroon Barnootaa Oromiyaa bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa ifatti kan gadi dhiise yoo ta'u, barattoonni fi maatiin karaa sarara intarneetiin qabxii isaanii ilaallachuu ni danda'u. Qabxii keessan haala salphaa ta'een ilaallachuuf, jalqaba irratti weebsaaytii ofiishaalaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa π
oromia.ministry.et jedhu banaa.
Weebsaaytichi erga isiniif banamee booda, filannoo "Check My Result" jedhu tuqaa. Itti aansuun, bakka "Registration Number" jedhutti lakkoofsa galmee (Admission Number) qormaata irratti fayyadamtan kan galchitan yoo ta'u, bakka "First Name" jedhuttis maqaa keessan kan jalqabaa qofa galchuudhaan bu'aa keessan salphaatti ilaaluu dandeessu.

β€3π1
Barattoota mana barumsaa Addaa Buqqisaa Bulee bara 2018 qormaata naannoo kutaa 8ffaa fudhatan hundi isaanii qabxii olaanaa galmeessanii jiru.
@B_B_O2
@B_B_O2
π1
URGENT MINISTRY 8TH
Warroota #link isiin dideef Ammuma #Regestral_number keessanif maqaa keessan ergadhaa

π₯6β€1π₯°1
#Grade 6 result
Akkuma beekkamu guyyaa har'aa bu'aan qabxii qormaata kutaa 8ffaa ifa ta'ee jiraachuun ni yaadatama haaluma kanaan bu'aan qabxii qormaata kutaa 6ffaa guyyoota kurnan itti aanu booda akka ifoomu BBO ibsee jira.
Kana jechuun bu'aan qormaatichaa Adoolessa 25/2018 akka ifa ta'u kan eeggamuudha.
Hanga guyyaa sanaatti barattootni fi maatiin barattootaa obsaan akka eegdan isin beeksifna.

Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame.
----------------
BBO - Adoolessa 24/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera.
Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera.
Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307
dubara 249,902
#walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira - 243,827 (91.2%)
dubara -221,012 (88.4%)
#walitti - 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera.
Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf #Liinkii asii gaditti dhihaate banuun;
#Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun
#Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu.
Liinkii:- https://oromia6.ministry.et

π6β€4
#Oduu_Ammee!
Firiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ibsame.
BBO - Hagayya 16/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.
Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%)
Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darbaniiru.
#Manneen_barnootaa_barattoota_isaanii_100% dabarsan:
- Biyyaalessaa: 88
- Oromiyaa: 37
#Qabxii_olaanaa_biyyaalessaa:
- Damee Barnootaa Saayinsii Uumamaa (#Natural_Science): 591 β Mana Barnootaa #Bultii_Addaa_WMO_Adaamaa irraa yoo ta'u,
- Damee Barnootaa Saayinsii Hawaasaa (#Social_Science) 576 β Mana Barnootaa Ifa Boruu #Bultii_Addaa_Dodolaa irraa ta'uun beekameera.
Qabxii 'Remedial 'kan argatan ilaalchisee odeeffannoon balβaan fuula dura ibsama.

β€3π3
Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e!
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru.
Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.
Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru.

π4β€2
#Kutaa 12ffaa
β‘οΈ_Akkaataa bu'aa qormaata biyyoolessaa (Entrance) itti salphaatti ilaaluu dandeessan!!!_
1. https://result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
4. t.me/EAESbot

β€2π2π₯1π1
π’Oduu ammee
Qormaatnii kutaa 12ffaa Gad dhiifameera ammaa kaatanii qabxii keessan ilaallachuu dandeessu!
Linkππ
https://result.eaes.et
βTelegiraamii: https://result.eaes.et/telegram
βErgaa gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms

π₯2β€1