Biiroo Barnoota Oromiyaa
1.1K subscribers
640 photos
2 videos
14 files
172 links
Baga gara Biiroo Barnoota Oromiyaa2
Download Telegram
Ministry (GADAA FI LAMMUMMAA)
Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018.

Gosa Qormaata. GADAA FI LAMMUMMAA
Nannoo feetan yoo jiraattan isin fayyadaa.

Kanaaf Qormaata check godha.
Ergasii hojjedhaa dhaqaa.

Qormaata biroos ni jira isiniif ergina.
@B_B_02
@B_B_O_Gruop
❀1πŸ‘1
Ministry (GADAA FI LAMMUMMAA)
Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018.

Gosa Qormaata. GADAA FI LAMMUMMAA
Nannoo feetan yoo jiraattan isin fayyadaa.

Channel Telegram kenya Join godha namaas itti afeera nu eega.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@B_B_O2
@B_B_O_Gruop
πŸ”₯1
Hubachiisa
1.Qormaanni Harargee, Arsi, Bale, shawa.
Iddo fedhe jedhus.

Oromiyaa keessa taanan hundi tokko abshiira.

2ffaa. Deebii hojjannee isiniif maxxansuu yaada qabna.
Qormaata barbaadu fi gaafi dalaguun yeroo fedha waan taheef.

Namoonni Channel fi Group teenya keessa jirtan Sadarkaa barnoota gaarii irra jirtan Qormaata nuti Maxxansine hojjedhaati Group irratti deebii sirri qofa maxxansa.

Hanga nuti Qormaata barbaanne dhufnuu.


Barattoonni ofi keessaniif shakala hojjedha.

Jabaadha hundi keessanuu.
~~~~β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’
Nuti kana ka goonuf.
Jollee teenya Amala hin taane barsiisu oso hin taane.

Naannoon Amaara fi Tigree fi kkf.
Qormaata Alatti baasani hojjatani qabxi gaari fidu.
Jolleen Oromo ofii isaani hojjatani qabxii gaarii fide kaanis yoo kufe nuti nutti dhagayaam saniifi.

Nu ofkolchaa. Janna.
@B_B_02
@B_B_O_Gruop
❀1πŸ”₯1
Deebii Herreega
Qormaata kutaa 8ffaa bara 2018

Jarjara taate yerooni
Check Godha.πŸ™ hojjedha
@B_B_O_Gruop
❀4πŸ”₯1
Ministry (Amaarriffa)
Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018.

Gosa Qormaata. Amaariffa.
πŸ‘Akka afaan Dhalootatti.

Akka Afaan lammaffattis.
Laale isiniif ergina.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Qormaata biroos ni jira isiniif ergina.
Channel Telegram kenya Join godha namaas itti afeera nu eega.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@B_B_O2
@B_B_O_Gruop
❀2πŸ‘2πŸ”₯1
Ministry Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018
Gosa Qormaata SAAYINSII WALIIGALA

Hangasuu Kanatti Obsaa nu eega.

@B_B_O2
@B_B_O_Gruop
πŸ‘6πŸ”₯2❀1
#HubachiisaπŸ‘‡
Qormaanni Bahe jedhame gad dhiifama jiru fi nuf ergamaa jiru bayyeedha.

Haa tahuu garuu san keessaa ka dhugaa Barbaanne isiniif erguuf.
Hanga Ammaa eega jirra.

Qormaata boru kan sirrii
Hanga Amma nu bira hin geenye.
Kanaaf Akka nu bira gaheen Check goone isiniif Maxxansina.
Hangasu obsaa, hin burjaja'ina.

Yoo bahe Walumaan baha
Yoo hafees Walumaan hafa guuututti.jechu.
Bahe nu bira gahu hin oolu.
Abshiira. Jaallan keenya

Yaadachiisa. πŸ‘‡
Namni. Odeefannoon Qormaata isin bira jiru Username
βœ…οΈ@B_B_O2 πŸ‘ˆ asin nutti erga Check goone maxxansina.


Group kana join godha Asirratti odeeffannoo waliif qooda hangasu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@B_B_OGruop

Channel kenya Join godhu hin dagatina.
πŸ‘‡πŸ‘‡
@B_B_O2
❀1πŸ‘1
#MoE

Bara 2018 A.L.I. qormaata seensa dhaabbiilee barnoota ol'aanaa kutaa 12ffaa kennamu irratti, namoonni qormaata hatuuf yookaan akka hatamu taasisuuf yaalan irratti tarkaanfiin cimaa ni fudhatama jechuun Ministeerri Barnootaa ibsa baase.

Ministeerri Barnootaa qormaata kutaa 12ffaa onlaayinii fi waraqaan kennamu, Waxabajjii 23 irraa hanga Adooleessa 16/2018 A.L.I. tti gaggeeffamu ilaalchisee qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii gaggeesseera.

Adeemsi qormaataa guutuun nageenyi isaa akka eegamee fi milkaa'inaan akka xumuramuuf, qaamoleen dhimmi ilaallatu hundi qindoominaan hojjechuun akka irraa eegamu ibsameera.

Qormaata kana kennuuf gama bu'uuraalee misoomaa, nageenyaa fi dameewwan biroo hunda keessatti qophiin barbaachisu taasifamuu ibsameera.

Qormaata kanaaf waliigalaan barattootni 563,501 jechuun: barataan 306,456 barattoota damee Saayinsii Uumamaa yoo ta'an barattootni 257,045 barattoota damee Saayinsii Hawaasaa akka tahe beeksifameera.

@B_B_O2
@B_B_O_Gruop
#kutaa12ffaa

Qophiin Xumurameera: Qorumsi Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Boru Ni Eegala!
Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 boru irraa eegalee wiirtuuwwan qormaataa 607 keessatti barattoota kuma 560 ol ta'aniif kennamuu akka jalqabu Tajaajilli Madaallii Batnootaa fi Qormaataa beeksise.
Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 boru Waxabajjii 23 irraa eegalee hanga Adooleessa 16, 2018tti wiirtuuwwan 607 keessatti marsaa ja'aan (6) akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera.
Qabxiilee ijoo qormaata kanaa:
- Baay'ina Qoramtootaa: Waliigala barattoota 563,501(Saayinsii Uumamaa 306,456 fi Saayinsii Hawaasaa 257,045)tu qormaata kana fudhata.
-Gosa Qormaataa: Toora interneetiin (Online)marsaa 6 kan kennamu yoo ta'u; waraqaan kan qoraman barattoonni Saayinsii Uumamaa Adooleessa 1-3, kanneen Saayinsii Hawaasaa immo Adooleessa 6-8, 2018tti ni qoramu.
-Wantoota Qabachuun Eyyamaman: Kaardii Seensaa(Admission Card)Waraqaa Eenyummaa, Iskiribtoo fi waraqaa duwwaa qofa.
πŸ‘1
#Congratulations 🎊 #SPAIN πŸ‡ͺπŸ‡Έ πŸ†

β€’Tapha Waanca Addunyaa bara 2026 ijafachuun
Shaampiyoonaa Addunyaa πŸ†taane jirra.

β€’Ispeen waggaa 16 booda Shaampiyoonaa Addunyaa ijafattee jirti.
#Congratulations 🎊

Deeggartoonni Argentina πŸ‡¦πŸ‡· jajjabina isiniif hawwina.πŸ₯°

@B_B_O2
πŸ”₯1
#Beeksisa
Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
Kanaafuu, Obsaan eega asumaan nu Hordofaa

#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!

@B_B_O2
❀6πŸ‘1πŸ”₯1