Manni Barumsaa Bultii Addaa Dodola barattoota asitti argitan fi kanneen biroo hedduu dabalatee mana barumsaa tokko irraa barattoonni hundi jechuun ni dandaβama haala kanaan dura hin argamneen 500+ akka galmeessan dandeessisedha. Manneen bultii biroo kanarraa barachuun gara fuulduraatti 500+ galmaan ga'uuf hojjechuu qabu malee nama hunda bira darbuu qofa miti.
@B_B_O2
@B_B_O_Group
@B_B_O2
@B_B_O_Group
π1
Barattoota qormaata onlaayinii marsaa June 2ffaa fudhatan hedduu irraa gaaffiin qormaanni Fiiziksii irra deebiin akka fudhatamu gaafatu nu qaqqabaa jira.
Akkuma ilaalle barattoonni hedduun qormaata biroo irrattis gaarii taβus qabxii 15 fi 20 fiiziksiin galmeessaniiru.
Kutaa komii dhaqaatii mana barumsaa keessanitti gabaasaa qaama olaanaaf ni gabaasu.

Barnootni Bara Haaraa 2018 Sirna Ho'aa Ta'een Jalqabame
------------
BBO- Fulbaana 05/2018 Naannoo Oromiyaatti Manneen Barnootaa Saaqamuun sirni baruu barsiisuu eegalaniiru.
Akkuma Kalaandariin Barnootaa agarsiisu, Manneen Barnootaa Guutuu Oromiyaa keessatti argaman hunduu Fulbaana 05/2018 irraa eegalanii adeemsa baruu barsiisuu akka jalqaban ibsa.
Haaluma kanaan guyyaa har'aa Wiixata 05/01/2018 ganama Sa'aatii 2:00 irraa kaasee guutuu Oromiyaatti manneen barnootaa barattoota simachuun waa'ee naamusa barattootaa irratti erga mariisisanii booda gara daree galuun adeemsa baruu barsiisuu jalqabaniiru.
Baga Bara Barnootaa Haaraa 2018 Nagaan Geessan!
Barri Barnootaa Haaraan Kan Milkii Haata'u!
Itti aansuun marii_barattoota_waliin taasifameefi_dareetti_adeemsa_baruu_barsiisuu_eegalan

β€2
#Yaadama_Gara_Qabatamaatti_Jijjiirame.
(Ifa Boruufi Bu'uura Boruu)
----------------------------------
Barnoota Qabeenyaan Deeggaruun Bu'aa Barbaadamu Dhugoomsuun Ni Danda'ama.
BBO- Fulbaana 11/2018 Barnoota qabeenyaan(resource) deeggaruun bu'aa barbaadamu dhugoomsuun akka danda'amu qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa galmeessisan irraa hubatamuun danda'ameera.
Biyyi barnoota irratti investimentii cimaa gaggeessitu guddinni isaanii saffasaan kan milkaa'u waan ta'eef, biyyi keenyas........π π± Read More!

β€1
π Maqaan Barattoota Qabxii Qormaata Biyyoolessaa 600 keessaa 579 fi Ol Galmeessisan Beekameera.
------------
BBO- Fulbaana 11/2018 Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Akka Biyyoolessaatti Qabxii Olaanaa Galmeessisan Sadarkaan Isaanii 1ffaa hanga 8ffaa jiran keessaa barattootni 10 MBIBBA irraa Yoo ta'an dubri 1 Finfinnee irraa ta'uun beekameera.
π₯-#Kalid_Beshir_Hasan 591
π₯- Gosa Negeso Geleto 589
π₯- Merihun Markos Mencha 586
π - Hasan Jateno Midekso 585
π - Hundaol Abas Tune -585
π - Nugusa Beriso Gata 582
π - Rameto Abdela Gemedo- 582
π - Musa Bedaso Nura 581
π - Firansibeken Midekso Ifa 580
ta'uun MB Ifa Boruu irraa yoo ta'an,
Sadarkaan 8ffaan immoo barattoota shamarranii 2n qabamee jira.
Shamarran lamaanuu akka biyyaatti immoo, Shamarran keessaa_Sad 1ffa yoo ta'an akka waliigalaatti sadarkaa 8ffaa too'ataniiru. Barattuu Genet Merga MB Ifa Boruu irraa yoo taatu,
Barattuu Haymanot Yonas immoo Finfinnee irraa ta'uun beekameera.
#Genet_Merga_Gishu= 579
#Haimanot_Yonas =579

Beeksisa
#Qacarrii_Barsiisotaa
Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa Barsiisuu Barbaadan Hundaaf
--------
BBO- Fulbaana 12/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA) Sad. 2ffaa barsiisuuf fedhiifi ulaagaa guutan dorgomsiisee qacaruu barbaada.
Kanaafuu, Barsiisotni Ulaagaa guuttaniifi Fedhii qabdan Ulaagaa asii gaditti maxxanfaman ykn keenyaa irra kaa'ame dubbisuun akka galmooftan isin beeksifna!