Biiroo Barnoota Oromiyaa
1.09K subscribers
640 photos
2 videos
14 files
172 links
Baga gara Biiroo Barnoota Oromiyaa2
Download Telegram
Marsariitii bu’aan qormaataa ittiin ilaallamu!

Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera.

Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitiifi Teeleegiraama armaan gaditti eeramaniin bu’aa qabxii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’uu Tajaajilli Barnootaa fi maddaallii Qormaatilee ifoomseera.

Haaluma kanaan;
🔔 Jalqabaa link result.eaes.et 💠 banun OK kan jedhuu irrattii tuqaa.

1.Marsariitii https://result.eaes.et

2.Teeleegiraamii:-https://t.me/EAESbot

3. Ergaa gabaabaa ፡ 6284 Fayyadamuun ilaallachuun ni danda'ama!

@B_B_O2
@B_B_O_Group
3
Gosa Negeso second highest score 589/600 👏👏
ተማሪ Mechalu Manza 550 ከ  Wolaita Liqa boarding school በ2017 የ Entrance tricks አባል የነበረ 👏👏👏
Manni Barumsaa Bultii Addaa Dodola barattoota asitti argitan fi kanneen biroo hedduu dabalatee mana barumsaa tokko irraa barattoonni hundi jechuun ni danda’ama haala kanaan dura hin argamneen 500+ akka galmeessan dandeessisedha. Manneen bultii biroo kanarraa barachuun gara fuulduraatti 500+ galmaan ga'uuf hojjechuu qabu malee nama hunda bira darbuu qofa miti.
@B_B_O2
@B_B_O_Group
👍1
Barattoota qormaata onlaayinii marsaa June 2ffaa fudhatan hedduu irraa gaaffiin qormaanni Fiiziksii irra deebiin akka fudhatamu gaafatu nu qaqqabaa jira.

Akkuma ilaalle barattoonni hedduun qormaata biroo irrattis gaarii ta’us qabxii 15 fi 20 fiiziksiin galmeessaniiru.

Kutaa komii dhaqaatii mana barumsaa keessanitti gabaasaa qaama olaanaaf ni gabaasu.

@B_B_O2
@B_B_O_Group
Miseensa olaanaa hanga ammaatti argine, sunilleen miidiyaa hawaasaa irratti

Barattuu Tnisae Abebe 560/600 Mana Barumsaa Faasiloo irraa, bara 2017 miseensa Tooftaa Seensaa 👏👏👏
1
Barattuun dubaraa qabxii olaanaa galmeessine kan Natural keessatti arginedha

Barattuu Afomiya Gashu 574/600 Mana Barumsaa Notredame irraa bara 2017 miseensa Tooftaa Seensaa 👏👏👏