Biiroo Barnoota Oromiyaa
1.1K subscribers
640 photos
2 videos
14 files
172 links
Baga gara Biiroo Barnoota Oromiyaa2
Download Telegram
Ministeerri Barnoota qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa kenne.

Bara kana barattoonni dhibbeentaan 8.4 darbuu kan beeksise ministeerichi barri kun isa bara darbeerra fooyya’aa ta’uu ibseera.

Naannoowwan lakkoofsaan barattoota hedduu dabarsa walduraa duubaan Finfinnee, Naannoo Harari fi Naannoo Amaaraadha jedhameera.

Bara kana barnoota saayinsii uumaafi naannoon Oromiyaan qabxii olaanaa galmeessiteetti.

Bifuma kanaanis:

Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa.

Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii hawaasaan galmaa’eera.

Walumaa galatti Oromiyaatti barattoonni 11,651 qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa milkaa’aniiru.

@B_B_O2
@B_B_O_Group
6👍1🔥1
Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban.

Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru.

Bifuma kanaanis:

Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa.

Mana barnootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii hawaasaan galmaa’eera.

@B_B_O2
@B_B_O_Group
👍4
Akkuma gadhiifameen kan isin biraan geenyu waan ta'eef barattoota kutaa 12ffaaf #share godhaa.

Isas yeroo gadhiifametti karaa liinkii https://result.neaea.gov.et/ n ilaaluu dandeessu

@B_B_O2
@B_B_O_Group
3
Qabxii Ol'aanaa

Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa.

Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise

Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf
@B_B_O2
@B_B_O_Group
6🤯5
Result Show website fi Telegram bot sochiirra jiru. Sa'aatii 06:00 irraa eegalee waliin ilaalla. Warri bilbila ismaartii hin qabne ergaa gabaabaa fayyadamuu yaalaa. Yoo yaaltanii hin hojjenne ijoolleen keenya isin gargaaru.

🎯Hub
-Telegram bot fi SMS sa'aatii 24 keessatti namoota 10 qofaaf si daangeessuu danda'a.
-Yeroo bot fi portal irratti ilaaltan interneetiin keessan yoo hin hojjenne VPN fayyadamaa.

Hundaaf carraa gaarii!!!
1
Marsariitii bu’aan qormaataa ittiin ilaallamu!

Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera.

Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitiifi Teeleegiraama armaan gaditti eeramaniin bu’aa qabxii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’uu Tajaajilli Barnootaa fi maddaallii Qormaatilee ifoomseera.

Haaluma kanaan;
🔔 Jalqabaa link result.eaes.et 💠 banun OK kan jedhuu irrattii tuqaa.

1.Marsariitii https://result.eaes.et

2.Teeleegiraamii:-https://t.me/EAESbot

3. Ergaa gabaabaa ፡ 6284 Fayyadamuun ilaallachuun ni danda'ama!

@B_B_O2
@B_B_O_Group
3
Gosa Negeso second highest score 589/600 👏👏
ተማሪ Mechalu Manza 550 ከ  Wolaita Liqa boarding school በ2017 የ Entrance tricks አባል የነበረ 👏👏👏
Manni Barumsaa Bultii Addaa Dodola barattoota asitti argitan fi kanneen biroo hedduu dabalatee mana barumsaa tokko irraa barattoonni hundi jechuun ni danda’ama haala kanaan dura hin argamneen 500+ akka galmeessan dandeessisedha. Manneen bultii biroo kanarraa barachuun gara fuulduraatti 500+ galmaan ga'uuf hojjechuu qabu malee nama hunda bira darbuu qofa miti.
@B_B_O2
@B_B_O_Group
👍1
Barattoota qormaata onlaayinii marsaa June 2ffaa fudhatan hedduu irraa gaaffiin qormaanni Fiiziksii irra deebiin akka fudhatamu gaafatu nu qaqqabaa jira.

Akkuma ilaalle barattoonni hedduun qormaata biroo irrattis gaarii ta’us qabxii 15 fi 20 fiiziksiin galmeessaniiru.

Kutaa komii dhaqaatii mana barumsaa keessanitti gabaasaa qaama olaanaaf ni gabaasu.

@B_B_O2
@B_B_O_Group
Miseensa olaanaa hanga ammaatti argine, sunilleen miidiyaa hawaasaa irratti

Barattuu Tnisae Abebe 560/600 Mana Barumsaa Faasiloo irraa, bara 2017 miseensa Tooftaa Seensaa 👏👏👏
1