β€1
Result
Buhaa kessaan ilaalachuuf chanalii kan Join gochuun nama 10f share tasiisaa
Maqaa fi Id kessaan utuu dogogoriin asiin nuuf ergaa πππ
@B_B_O_Gruop

β‘οΈ Barattonii bayyen sababa adda addan akka lalachu hin dandenye text nufii gochaa turanii...
β‘οΈ Rakko Kan Furufii Group banne jirra Group Kan Kessatti Maqa Kessan Fi Registration Number Kessan Ergun Akka Barattonii Biroo lalani Isinitti himani hala mijesinerra...
βοΈ Link Asii gaddii Fayyadamun Join Jedha.
@B_B_O_Grupp

π2π1
Warri code erguu jirtaan nama 30 qofa add gocuutu sinirraa eegama
@B_B_O_Gruop
@B_B_O_Gruop
Result
Buhaa kessaan ilaalachuuf chanalii kan Join gochuun nama 40f share tasiisaa
Maqaa fi Id kessaan utuu dogogoriin asiin nuuf ergaa πππ
@B_B_O_Gruop
Buhaa kessaan ilaalachuuf chanalii kan Join gochuun nama 40f share tasiisaa
Maqaa fi Id kessaan utuu dogogoriin asiin nuuf ergaa πππ
@B_B_O_Gruop
π2β€1
ministry_grade_6th_result_bu_a_qorumsaa_kutaa_6_ffaa_#oromia_#oromoculture.mp4
3.3 MB
Haala salphaa ittiin bu'aa
qormaata laaltan baruuf video kana lΓ aluun hubachuu dandessuu!
Link π
https://oromia6.ministry.et/#/result
@B_B_O2
@B_B_O_Gruop
qormaata laaltan baruuf video kana lΓ aluun hubachuu dandessuu!
Link π
https://oromia6.ministry.et/#/result
@B_B_O2
@B_B_O_Gruop
β€1
#Yaadachiisa
Qabxiin barattoota kutaa 12ffaa ji'a Qaam'ee gadhiifama!
Qabxiin barattoota kutaa 12ffaa ji'a Qaam'ee bara 2017 keessa akka gadhiifamu ministeerri barnootaa kanaan dura ibseera.
Yunivarsitoonni hunduu Fulbaana 8/2018 irraa eegalee barattoota isaanii simachuu akka eegalan ministeerri barnoota beeksiseera.

β€2
Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barsiisotaafi_Hoggansa MB Sad. 1ffaa 54,000 Ol Ta'aniif Leenjii Kennuuf Qophii Xumure.
------------
BBO- Adoolessa 27/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa Sad.1ffaa kuma 54 ol ta'aniif Ganna Bara 2017 Sagantaa Qaqqabsiisaa (#Catch-Up Program) jedhuun mala baruu barsiisuu "Gulantaa Sirrii Ta'erratti Barsiisuu"/#Teaching_at_The_Right_Level/ jedhu irratti barattoota kutaa 3 -5 jiran dandeettii Dubbisuu, Barreessuufi Lakkoofsota Qoyyabachuu hin dandeenye Dandeessisu irratti kennuuf qophii kan xumure ta'uun beekameera.
Leenjii guutuu Oromiyaatti gaggeeffamu kanarratti
#Kan_hirmaatan_Barsiisota MB Sad. 1ffaa, kutaa 3ffaa hanga 5ffaa : #1_Barnoota_Afaan_Oromoo fi
#2_Brnoota_Herregaa Barsiisan - 34, 494,
#3_Dura_Bu'oota MB - 12,698, #4_Supparvaayizaroota_Barnootaa - 1153 fi
#5_Ogeessota_Barnootaa waajjira barnootaa Godinaalee, Bul. Magaalotaafi Aanaalee - 3828, #walumaa_galatti_humna_Rakkoo dubbisuu, barreessuufi herrega qoyyabachuu barattootaa hambisuu danda'u 54,020 kan leenjisu yoo ta'u, qaama leenjicha kennuufis leenjiin leenjiftootaa Magaalaa Adaamaatti marsaa 3n kennamaa ture Adoolessa 30/2017 kan xumuramu ta'uunis beekameera.
Leenjicha kan kennan #Barsiisota Kolleejjota Barnootaa Barsiisotaa, #Barsiisota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaafi #Ogeessota barnootaa muuxannoo yeroo dheeraa qabaniin kan kennamu yoo ta'u, leenjii leenjiftootaa kana kan fudhatanis #barsiisotaafi_ogeessota_barnootaa 400 ta'uun beekameera.
Sagantaa '#Catch-Up' jedhamuun Mala Baruu Barsiisuu '#Teaching_at_The_Right_Level' (#TaRL) jedhamuun barattootni manneen barnootaa sad. 1ffaa keessatti dubbisuu, barreessuufi herrega qoyyabachuu mala salphaafi yeroo gabaabaa keessatti dandeessisu ta'uu muuxannoon biyyoota Eshiyaafi Afrikaa irraa argame mirkaneesseera.

β€2π2
Family bot ireatti erga nama afeertanii booda namni isin afeertan group isaarratti erga admin godhee boda akka suura irra jirutti isa 1ffaa ykn isa 2ffaa isiniif fida.
Sababni isaas suurri innii 1ffaa rejected jedha maaliif yoo jettan member isaa small dha ykn 300 gadhidha.
Suurri inni 2ffaa immoo sababa members isaa 300 ol taheef accepted jedha.
Kanaaf group isin irratti admin gootan members 300 ol dirqama tahuu qaba.
https://t.me/t22_robot?start=ref_5557040995

β€2π1π₯1