Atileet Tigist Aseffaa Maaraatoonii Landan Dilbata ganama gaggeeffame injifatte. Sa'aatii saffisaa isa lammataa kan galmeessite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/i60EI3p

BBC News Afaan Oromoo
Landanitti rikardii dubartootaa haaraa kan galmeessite Tigist, bara darbe 'qorratu natti ulfaate' jette
Atileet Tigist Aseffaa Maaraatoonii Landan Dilbata ganama gaggeeffame injifatte. Sa'aatii saffisaa isa lammataa kan galmeessite.
Prezidaant Doonaald Traamp fi bulchiinsi isaanii torban kana bu'aa ba'ii guyyoota 100 jalqabaa aangoo isaanii yoo ilaalu, guyyoota 100 dhufan keessatti waliigaltee daldalaa fi marii nagaa irratti akka xiyyeeffatu qondaaltonni Waayit Haawus himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ovj2yIu
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ovj2yIu
BBC News Afaan Oromoo
Tiraamp guyyoota dhufan 100 maalirratti xiyyeefatu?
Prezidaant Doonaald Traamp fi bulchiinsi isaanii torban kana bu'aa ba'ii guyyoota 100 jalqabaa aangoo isaanii yoo ilaalu, guyyoota 100 dhufan keessatti waliigaltee daldalaa fi marii nagaa irratti akka xiyyeeffatu qondaaltonni Waayit Haawus himaniiru.
Leenjisaan Liiverpuul bara leenjisummaa jalabaa Liiverpuuliin shaampiyoonaa tahuu isaaniitti Kilooppiin galateeffataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dkfuo80
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dkfuo80
BBC News Afaan Oromoo
Isloot Liiverpuul shaampiyoonaa tahuu isaaf Yargen Kiloop galateeffate

Aadde Xayibaa Hasan godina Baale aanaa Barbaree ganda Burqituu keessa jiraatu. Tibbana al takkaan daa'ima fur nagaan dahuun ajandaa tahaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1c7SxwH

Baaleetti harmeen erga takkaa daa'imman lakkuu afur dahan maal jedhu?
Aadde Xayibaa Hasan godina Baale aanaa Barbaree ganda Burqituu keessa jiraatu. Tibbana al takkaan daa'ima fur nagaan dahuun ajandaa tahaniiru.
Bataskaanni Qulqulluu Pheexroos iddoo duuka buutuu Yesuus Kiristoos keessaa tokko kan ta'e Pheexroos itti awwaalame irratti ijaarame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FWVSgTs
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FWVSgTs
BBC News Afaan Oromoo
Bataskaana guddaa addunyaa ijaarsisaa waggaa 120 ol fudhate
Bataskaanni Qulqulluu Pheexroos iddoo duuka buutuu Yesuus Kiristoos keessaa tokko kan ta'e Pheexroos itti awwaalame irratti ijaarame.
Hindii keessatti bineelda daandii gubbaa hidhuun, daa'ima umriin barumsaaf gahe mana barumsaatti galmeessisuu dhabuun akkasumas haadha daa'ima harma hootu hinqabneef qaruuraa daa'imni annan keessaa dhugdu kennuun gochaalee yakkaan isin himachiisuu danda'anidha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5oszTcQ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5oszTcQ
BBC News Afaan Oromoo
Biyya saree ofii gadi baasanii bashannansiisuu dhabuun seeraan nama gaafachiisu
Hindii keessatti bineelda daandii gubbaa hidhuun, daa'ima umriin barumsaaf gahe mana barumsaatti galmeessisuu dhabuun akkasumas haadha daa'ima harma hootu hinqabneef qaruuraa daa'imni annan keessaa dhugdu kennuun gochaalee yakkaan isin himachiisuu danda'anidha.
Leenjisaan Liiverpuul bara leenjisummaa jalabaa Liiverpuuliin shaampiyoonaa tahuu isaaniitti Kilooppiin galateeffataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dkfuo80
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dkfuo80
BBC News Afaan Oromoo
Isloot Liiverpuul shaampiyoonaa tahuu isaaf Yargen Kiloop galateeffate
Leenjisaan Liiverpuul bara leenjisummaa jalabaa Liiverpuuliin shaampiyoonaa tahuu isaaniitti Kilooppiin galateeffataniiru.
Aadaan ajjeechaa hawaasa gara garaa keessa bifa adda addaan jira. Jabina, cimina namootaa mul'isuuf gargaara. Aadaa Oromoo keessattis kan ajjeesee hin filanne, hin dibanne, kan mirgaan galee maatiif gosa isaa hin boonsine ni arrabsama, hin kabajamu. Dhimma kanarratti qorattoota dubbifnee kan qindeessine kunooti dhiyaadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LCIdnzT
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LCIdnzT
BBC News Afaan Oromoo
Ajjeesaa: Iddoo dhiirummaan itti qoramu
Aadaan ajjeechaa hawaasa gara garaa keessa bifa adda addaan jira. Jabina, cimina namootaa mul'isuuf gargaara. Aadaa Oromoo keessattis kan ajjeesee hin filanne, hin dibanne, kan mirgaan galee maatiif gosa isaa hin boonsine ni arrabsama, hin kabajamu. Dhimma…
Israa'el erga namoonni akka ba'an akeekkachiistee booda kibba magaalaa Beeruut qilleensarraan haleelte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nxYJiqh
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nxYJiqh
BBC News Afaan Oromoo
Israa'el waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuun Beeruut irratti haleellaa qilleensaa raawwatte
Israa'el erga namoonni akka ba'an akeekkachiistee booda kibba magaalaa Beeruut qilleensarraan haleelte.
Kooriyaan Kaabaa yeroo jalqabaaf loltoonni ishee Raashiyaaf akka lolaniif erguu amante
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pO5Rvqw
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pO5Rvqw
BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa Raashiyaaf akka lolaniif loltoota erguufii amante
Kooriyaan Kaabaa yeroo jalqabaaf loltoonni ishee Raashiyaaf akka lolaniif erguu amante
Haleellaa US qilleensarraan Yaman irratti raawwatteen yoo xiqqaate namoonni 68 ajjeefamuu miidiyaan Huutiin hoogganamu gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1CNLf4O
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1CNLf4O
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa US mooraa baqattoota Afrikaa Yaman jiru irratti raawwatteen 68 du'an
Haleellaa US qilleensarraan Yaman irratti raawwatteen yoo xiqqaate namoonni 68 ajjeefamuu miidiyaan Huutiin hoogganamu gabaase.
Tarree gamoowwan dheedheeroo Afrikaa dheerina isaaniin sadarkaa tokkoffarraa hanga torbaa jiran
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zAdYpiO
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zAdYpiO
BBC News Afaan Oromoo
Gamoowwan dheeraa Afrikaa 7 bara 2025
Tarree gamoowwan dheedheeroo Afrikaa dheerina isaaniin sadarkaa tokkoffarraa hanga torbaa jiran
Pirezidant Vilaadimiir Putiin Caamsaa 8 hanga 11 guyyaa waraanni addunyaa lamaffaa xumurame bu'ura godhachuun dhukaasa akka dhaaban beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ficZH0O
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ficZH0O
BBC News Afaan Oromoo
Putiin guyyaa sadiif dhukaasa akka dhaaban beeksisan - BBC News Afaan Oromoo
Pirezidant Vilaadimiir Putiin Caamsaa 8 hanga 11 guyyaa waraanni addunyaa lammaffaa xumurame bu'ura godhachuun dhukaasa akka dhaaban beeksisan.
Arsenaal walakkaa xumura Shaampiyoonsi Liigii gahuun ''seenaa gaariidha'' garuu warri 'Gunners' kana caalaa hojjechuutu irra jiraata jedhe Mikel Arteettaan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uKRX4pf
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uKRX4pf
BBC News Afaan Oromoo
Seenaa keessatti maqaa keenya barreessuu barbaanna- Arteettaa fi Eneriikee
Arsenaal walakkaa xumura Shaampiyoonsi Liigii gahuun ''seenaa gaariidha'' garuu warri 'Gunners' kana caalaa hojjechuutu irra jiraata jedhe Mikel Arteettaan.
Waggoota muraas dura gaaffii dureeyyiin nama kaaniin addatti yaaduu? Amaloota addaa akkamii qabu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NJpkZyQ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NJpkZyQ
BBC News Afaan Oromoo
Xiinsammuu dureeyyii: Maallaqni gammachuu bitaa?
Waggoota muraas dura gaaffii dureeyyiin nama kaaniin addatti yaaduu? Amaloota addaa akkamii qabu?
Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CG53mJp
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CG53mJp
BBC News Afaan Oromoo
Hayiluu Kitaabaa: Iccitii sirba 'Lattuu' yeroo hedduun gaafatamaa garuu ifatti dubbadhee hin beeku
Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha.
Filannoo Kanaadaan Maarki Kaarnii fi paartiin isaanii Liberaal injifannoo guddaa galmeessan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rsyfHbT
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rsyfHbT
BBC News Afaan Oromoo
Dubbiin Tiraampi akka warri Paartii Liberal filannoo Kanaadaa mo'atan gargaare
Filannoo Kanaadaan Maarki Kaarnii fi paartiin isaanii Liberaal injifannoo guddaa galmeessan.
Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa himatawwan lama Obbo Taayyee Danda'aa kanaan dura bilisa itti jedhaman irratti oliyyannoo dhiyeeffate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x8fkS17
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x8fkS17
BBC News Afaan Oromoo
Oliyyannoon Abbaan Alangaa himatawwan Obbo Taayyee kufaa ta'anirratti dhiyeeffate Mana Murtii Waliigalaa Federaalaatti ilaalamaa…
Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa himatawwan lama Obbo Taayyee Danda'aa kanaan dura bilisa itti jedhaman irratti oliyyannoo dhiyeeffate.
Pirezidaantiin Masirii Abdel fattaa al-Siisii fi pirezidaatiin Sudaan Jeneraal Abdel Fattaa al Burhaan bisaan Laga Abbayyaa ilaalchisee ''nageenya bishaniii'' irratti waliin mari'atan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/exHJRtW
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/exHJRtW
BBC News Afaan Oromoo
Al- Burhaaniifi Abdel Fattaa al-Siisi 'nageenya bishaan Laga Abbayyaa' irratti cimsinee waliin hojjenna jedhan
Pirezidaantiin Masirii Abdel fattaa al-Siisii fi pirezidaatiin Sudaan Jeneraal Abdel Fattaa al Burhaan bisaan Laga Abbayyaa ilaalchisee ''nageenya bishaniii'' irratti waliin mari'atan.
Gareen Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (TPLF) irraa adda bahee Obbo Geetaachew Reddaatiin durfamu dhaaba siyaasaa haaraa hundeessuuf adeemsa irra akka jiru hoggantootasaa keessaa tokko BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LND9RPY
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LND9RPY
BBC News Afaan Oromoo
Gartuun TPLF Obbo Getaachoon durfamu dhaaba haaraa ijaaruufi