BBC Afaan Oromoo Official
129K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
17.6K links
Oduu - BBC News Afaan Oromoo

BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo
Download Telegram
Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa Israa'el, Yoo'av Gaalant, biyyi isaanii garee Huutii Yeman keessaaf ergaa dabarsuu kaayyeffattee haleellaa qilleensaa buufata waraana isaanii irratti raawwachu himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nguY60w
Oofaniin nama hundaaf hin jedhamu; gaafa namni guddaan hawaasa biratti jaalatamu boqotee fi namni mararaan tasa lubbuun darbe jedhama. Haala kamiin jedhama? Kaan biratti ilaalcha akkamii qaba?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/abhBpmQ
Hiriira magaalaa Giraand Raappidsitti bahame kanarratti warri Dimokiraatotaa ''Tiraamp yaaddoo dimokiraasiirratti uume'' jedhanii akka himatan dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2U6J4FY
Filannoo pirezidantummaaf ji’oonni afur wayita hafutti pirezidaantii ittaantuu Ameerikaa kan ta'an Kamaalaa Haaris aangoo bakka rakkisaa ta'etti of argan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lUDJg9f
Vaaleriyoon waa’ee Abbabaa yoo dubbatan miira keessa seenu. Umrii malee lubbuun isaa darbu yeroo yaadatan imimmaan isaan qaba. Injifannoo isaa yoo yaadatanimmoo jagnummaatu itti dhagahama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hiHJseZ

Murteen Baayidan Konvenshinii Biyyaalesaa Demokiraatikii ta’amuun dura paarticha qormaata haaraa keessa galcha. Gabaasi kuni wan mudatuuf deemu akeeka.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ifknWbU
Olompikiin Paaris Adoolessa 26 hanga Hagayya bultii 11 dorgomama. Dorgommiiwwan kanneen ilaalchisee maal beeku barbaaddu? Hunda asii argattu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IcMYgVv
Olompikiin Paaris Adoolessa 26 hanga Hagayya bultii 11 dorgomama. Dorgommiiwwan kanneen ilaalchisee maal beeku barbaaddu? Hunda asii argattu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IcMYgVv
Hedduun keenya akkaataa ilkaan itti rigannu irratti dogoggora uumna. Dogoggorraan ammoo fayyummaa ilkaaniifi irga keenyaa eeguun hafee rakkoo fayyaaf of saaxilla.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5n8e1AN