BBC AFAAN OROMOO
133K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
23.8K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Ejentoonni/poolisoonni immigireeshinii Ameerikaa qorannoo yakkaa gaggeessaa jiraniif mana bakka buutuu ummataa Mineesotaa kan taate Ilhaan Omaar sakatta'an.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/J0DHd9z
❤22
Pirezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon aannan Gafarsaa akka filannoo aannan loonii dhiheessuun qoosaa fi falmii kaaseera. Garuu Gafarsi Bishaanii aannan oomishuuf akkamitti fayyada? Keeniyaan bineensota kana gara indastirii aannanii fi foonii galchuuf maal gochaa jirti?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MYmhrlz
😁24❤3
Warshaan warqii fi alboodota gati-jabeessa ta'an qulqulleessu Finfiinnee Zoonii Dinagdee Addaa Boolee Lammiitti ijaarame waggaatti alboodota gati-jabeeyyii ta'an toonii 600 ol qulqulleessuu akka danda'u ibsameera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jXuODYL
❤36
Israa'el, xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Finfinnee irraa gara magaalaa Israa'el Tel Avivitti imalaa ture utuu hin qubatin gara Finfinneetti akka ofirra deebi'u gochuu miidiyaaleen Israa'el gabaasaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eqrobkU
😁37❤20👍2
Pirezidaantii duranii bulchiinsa yeroo Tigraay Jeneraal Taaddasaa Warradaa dabalatee qondaalonni olaanoon naannichaa afur TPLF harkaa miliquun Raayyaa Ittisaa Itoophiyaatiin fuudhamanii maqalee galuusaanii BBCn mirkaneeffate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cNZJI0q
❤53👏4
keessaa tokko ta'uusaa ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa hima.Kanaafis maatiin mallattoolee dhibee kaansarii daa'imman irratti mul'achuu danda'an xiyyeeffannoon hordofuu akka qaban Yunaayitid Kingidam keessatti ogeessa dhukkuba kaansarii daa'immanii kan ta'an Pirofeesar Boob Filiips himu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bF4DLVt
👍8❤1
Namoonni miliyoonaan lakkaa’aman yeroo baqaqsanii yaalaman qoricha qaama hadoochu fudhatu. Kunis dhukkubbiin akka isaanitti hin dhaga’amne taasisa. Haa ta’u malee, qorichoonni kun akkamitti akka hojjetan saayintistoonni hanga ammaatti guutummaatti hin hubanne. Amma qorannoon haaraan icciitii sammuun namaa dammaqina isaa ittiin to’atu saaxiluu danda’u argateera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/okJ5P3m
❤22👍5
Itoophiyaan dhimma biyya kaanii keessa seenuu dhabuu, gamtaa tolfachuun faallaa biyya tokkoo labsii baasuu dhabuu akkasumas waraana dursitee labsuu dhabuun faayidaa dippiloomaasii akka argattu ishee taasiseera jedhan xiinxaltoonni.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/W6afJzi
❤20👍2
Bukaayoo Saakaa waan manaajeriin Arsenaal, Mikeel Arteettaan, 'sirraan eega' jedhe tapha Shaampiyoons Liigii kilabichi Liiliin 3-0n mo'aterratti akkuma seeneen taphicha jijjiiree agrsiise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7gOflvm
❤7
Maatiin dargaggeessaa tibbana qeerransaan ajjeefamee, viidiyoo fi suuraa wayita qeerransi nyaatu mul'isu miidiyaa hawaasaa irraa facaasuun akka dhaabbatu gaafatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tAVbzp2
🤬6❤4
Magaalaa Naqamteetti dargaggeessi mallaqa fi ragaa barnootaa sobaa maxxansaa ture, to'annoo jala oouun qorannoon irratti gaggeefaamaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TtmhsKb
👍20❤11🥱2
Ministiirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad "dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan" jedhan irratti Ministiira Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoo waliin mariyachuu himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iz68TJm
❤43👍8🔥3🫡3