BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Maqaa guutuu ishee Shakiiraa Isaabel Mebaaraak jedhama. Shakiiraa jechi jedhu afaan Arabaa yoo tahu ''Galata'' ykn Galatee akka jechuuti. Maqaan ishee Afaan Arabaan kan moggaafames sababa qaba.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lQeCZVJ
17
Dawaan haaraan dhibee HIV ittisuuf fayyadu Lenacapavir jedhamu gatii salphaadhaan akka dhiyaachuf jiru kan ibsame Fulbaana 2025 ture.Biyyoota Afrikaa keessaa Keeniyaan dawaa kana eegaluun kan jalqabaa yoo taatu Keeniyaatti dawaan kun dhuma ji'a Guraandhala darbee kennamuu eegale.Keeniyaatti aanee biyyoonni Afrikaa kan biroo sadi: Leesetoo, Naayijeeriyaafi Moozaambikii tajaajila qoricha kanaa dhiyeessuu jalqabanii jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sfrcGdL
11👍1
Ittigaafatamaan waajjira Abbaa Alangaa kutaa magaala Galaan Guddaa Obbo Masarat Yaaddessaa BBC'tti akka himanitti, namootni lamaan kuni dura waldhabdee dhuunfaa qabu turan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/duFZ1Jr
42👍9
Naannoo Benshaangul Gumuz keessatti, Kibxata Caamsaa 4/2018, haleellaa hidhattootaan raawwatameen namoonni 30 ol ta'an ajjeefamuu isaanii maatiiwwan balaa sanaan miidhaman fi jiraattonni BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NAc1Eu6
😭3119
Sa'udi Arabiyaan lola Ameerikaa fi Israa'el waloon Iraan irratti banan hordofee haleellaa Iraanirraa ishee mudate haaloo bahuuf jecha, icciitiidhaan Iraan haleelte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1kx9v8D
5
Ministirri Muummee Hindii Naarendiraa Moodii, "Faayidaa biyya keenyaaf jecha, mana keessallee jilli yoo jiraate, waggaa tokkoof faaya warqee bituu dhaabuu qabna," jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mkGlPWU
5
Miidiyaalee fi gareewwan siyaasaa mata-jabeeyyii Iraan, Ulaan Hormuz sarara daldala mijoo boba'aa qofa osoo hin taane, ulaa tarsiimawaa sarara intarneetii ta'uu haasawuu isaanii itti fufanii jiru.Akka gabaasawwan kanneenitti, dandeettiin dhiibbaa uumuu Iraan galaana jala, jechuun sararoota keebilii intarneetii idil-addunyaa bishaan jala darban keessa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dzVUyC0
12
Ministirri Muummee Ityoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad, mariin biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru kun, yeroo aangoo gaggeessaa biyyaa heera mootummaa irratti daangaa malee taa'etti daangaa gochuufi jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x0eI2LX
20