BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Atileetiin Itoophiyaa fageenya dheeraa Yebirgu'al Mallas tibbana Finfinneetti shaakalarra osoo jirtuu tasa lubbuun ishee darbuu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zdO4RNE
😭132
Atileetiin Itoophiyaa fageenya dheeraa Yebirgu'al Mallas tibbana Finfinneetti shaakalarra osoo jirtuu tasa lubbuun ishee darbuu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zdO4RNE
😭144
Pirezidantichi tokkicha lafarra geenyaan, konkolaattoota qananii fi eegumsii nageenyaasaanii mirkanaa'e Kaadiilaad Waani (Cadillac One)tu isaan eega.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m4Au0Dg
🥰8😁21
Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamiin Neetaaniyaahuu yeroo waraanni Iraan gaggeeffamaa ture dhokatee gara UAE imaluun pirezidantii biyyattii waliin mari'achuu ibsuurratti Iraan fi UAEn deebii kennaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bjSVlUt
15
Maqaa guutuu ishee Shakiiraa Isaabel Mebaaraak jedhama. Shakiiraa jechi jedhu afaan Arabaa yoo tahu ''Galata'' ykn Galatee akka jechuuti. Maqaan ishee Afaan Arabaan kan moggaafames sababa qaba.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lQeCZVJ
11
Dawaan haaraan dhibee HIV ittisuuf fayyadu Lenacapavir jedhamu gatii salphaadhaan akka dhiyaachuf jiru kan ibsame Fulbaana 2025 ture.Biyyoota Afrikaa keessaa Keeniyaan dawaa kana eegaluun kan jalqabaa yoo taatu Keeniyaatti dawaan kun dhuma ji'a Guraandhala darbee kennamuu eegale.Keeniyaatti aanee biyyoonni Afrikaa kan biroo sadi: Leesetoo, Naayijeeriyaafi Moozaambikii tajaajila qoricha kanaa dhiyeessuu jalqabanii jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sfrcGdL
7
Ittigaafatamaan waajjira Abbaa Alangaa kutaa magaala Galaan Guddaa Obbo Masarat Yaaddessaa BBC'tti akka himanitti, namootni lamaan kuni dura waldhabdee dhuunfaa qabu turan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/duFZ1Jr
37👍9
Naannoo Benshaangul Gumuz keessatti, Kibxata Caamsaa 4/2018, haleellaa hidhattootaan raawwatameen namoonni 30 ol ta'an ajjeefamuu isaanii maatiiwwan balaa sanaan miidhaman fi jiraattonni BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NAc1Eu6
19😭19