Sarara rukkuttaa peenaaliitii keessatti wal dhidhiibuu baay'een yoo jiraate akkamiin akka furuun danda'amu barri dorgommii kun akka xumurameen falli kan barbaadamu taha jedhe Hogganaan Murteessitootaa Howaard Weeb.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gx0WdL2

BBC News Afaan Oromoo
Sagaleen murteessaa fi VAR tapha Arsenaalii fi West Haam ifoomsame - BBC News Afaan Oromoo
Sarara rukkuttaa peenaaliitii keessatti wal dhidhiibuu baay'een yoo jiraate akkamiin akka furuun danda'amu barri dorgommii kun akka xumurameen falli kan barbaadamu taha jedhe Hogganaan Murteessitootaa Howaard Weeb.
β€44π2
Atileetiin Itoophiyaa fageenya dheeraa Yebirgu'al Mallas tibbana Finfinneetti shaakalarra osoo jirtuu tasa lubbuun ishee darbuu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zdO4RNE
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zdO4RNE
BBC News Afaan Oromoo
Atileetonni utuu shaakalarra jiranuu wanti du'aaf isaan saaxilu maali?

π13β€2
Maanguddoon ganna 43 kuni abbaa ijoollee jahaati. Osoo galgala ciisanii qaama saalaa isaanii haati warraa isaanii muruu BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oBmhCrX

Abbaan ijoollee jaha haati warraa qaama saalaa irraa muran maal jedhu?
Maanguddoon ganna 43 kuni abbaa ijoollee jahaati. Osoo galgala ciisanii qaama saalaa isaanii haati warraa isaanii muruu BBC'tti himan.
β€6
Itoophiyaafi Yunaayitid Isteet waliigaltee waloo Gaanfa Afrikaatti nagaafi tasgabbii fooyyessuuf gargaaru ifa godhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lYjsNdA
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lYjsNdA
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaafi Ameerikaan dhimmoota ijoo sadiirratti waliigaltee mallatteessan
Itoophiyaafi Yunaayitid Isteet waliigaltee waloo Gaanfa Afrikaatti nagaafi tasgabbii fooyyessuuf gargaaru ifa godhan.
β€6
Atileetiin Itoophiyaa fageenya dheeraa Yebirgu'al Mallas tibbana Finfinneetti shaakalarra osoo jirtuu tasa lubbuun ishee darbuu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zdO4RNE
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zdO4RNE
BBC News Afaan Oromoo
Atileetonni utuu shaakalarra jiranuu wanti du'aaf isaan saaxilu maali?
Atileetiin Itoophiyaa fageenya dheeraa Yebirgu'al Mallas tibbana Finfinneetti shaakalarra osoo jirtuu tasa lubbuun ishee darbuu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksiseera.
π14β€4
Pirezidantichi tokkicha lafarra geenyaan, konkolaattoota qananii fi eegumsii nageenyaasaanii mirkanaa'e Kaadiilaad Waani (Cadillac One)tu isaan eega.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m4Au0Dg
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m4Au0Dg
BBC News Afaan Oromoo
'The Beast' waa'ee konkolaataa Tiraamp ittiin imaluu maal beekna?
Pirezidantichi tokkicha lafarra geenyaan, konkolaattoota qananii fi eegumsii nageenyaasaanii mirkanaa'e Kaadiilaad Waani (Cadillac One)tu isaan eega.
π₯°8π2β€1
Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamiin Neetaaniyaahuu yeroo waraanni Iraan gaggeeffamaa ture dhokatee gara UAE imaluun pirezidantii biyyattii waliin mari'achuu ibsuurratti Iraan fi UAEn deebii kennaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bjSVlUt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bjSVlUt
BBC News Afaan Oromoo
MM Israa'el dhoksaan UAE daawwachuurratti Iraan fi UAEn deebii kennan
Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamiin Neetaaniyaahuu yeroo waraanni Iraan gaggeeffamaa ture dhokatee gara UAE imaluun pirezidantii biyyattii waliin mari'achuu ibsuurratti Iraan fi UAEn deebii kennaniiru.
β€14
Iraan dooniiwwan kontineeriiwwan fe'an lama naannawa Hormuuzitti kan to'atte bidiruuwwan xixiqqoo haleellaa raawwatan heddumminaan bobbaasuudhaani.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gebUPmX
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gebUPmX
BBC News Afaan Oromoo
Bidiruuwwan xixiqqaa Ulaa Hormuuz irratti humna galaanaa Ameerikaa qoraa jiran
Iraan dooniiwwan kontineeriiwwan fe'an lama naannawa Hormuuzitti kan to'atte bidiruuwwan xixiqqoo haleellaa raawwatan heddumminaan bobbaasuudhaani.
β€37
Maqaa guutuu ishee Shakiiraa Isaabel Mebaaraak jedhama. Shakiiraa jechi jedhu afaan Arabaa yoo tahu ''Galata'' ykn Galatee akka jechuuti. Maqaan ishee Afaan Arabaan kan moggaafames sababa qaba.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lQeCZVJ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lQeCZVJ
BBC News Afaan Oromoo
Waakaa Waakaa hanga Dayii Dayii- Shakiiraa fi Waancaa Addunyaa maaltu walitti hidhe?
Maqaa guutuu ishee Shakiiraa Isaabel Mebaaraak jedhama. Shakiiraa jechi jedhu afaan Arabaa yoo tahu ''Galata'' ykn Galatee akka jechuuti. Maqaan ishee Afaan Arabaan kan moggaafames sababa qaba.
β€10
Dawaan haaraan dhibee HIV ittisuuf fayyadu Lenacapavir jedhamu gatii salphaadhaan akka dhiyaachuf jiru kan ibsame Fulbaana 2025 ture.Biyyoota Afrikaa keessaa Keeniyaan dawaa kana eegaluun kan jalqabaa yoo taatu Keeniyaatti dawaan kun dhuma ji'a Guraandhala darbee kennamuu eegale.Keeniyaatti aanee biyyoonni Afrikaa kan biroo sadi: Leesetoo, Naayijeeriyaafi Moozaambikii tajaajila qoricha kanaa dhiyeessuu jalqabanii jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sfrcGdL
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sfrcGdL
BBC News Afaan Oromoo
'Dawaan HIV ji'oota muraasa keessatti alaa ni gala' - Ministeera Fayyaa Itoophiyaa
Dawaan haaraan dhibee HIV ittisuuf fayyadu Lenacapavir jedhamu gatii salphaadhaan akka dhiyaachuf jiru kan ibsame Fulbaana 2025 ture. Biyyoota Afrikaa keessaa Keeniyaan dawaa kana eegaluun kan jalqabaa yoo taatu Keeniyaatti dawaan kun dhuma ji'a Guraandhalaβ¦
β€7
Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp gitasaa kan Chaayinaa Shii Jinping waliin erga mari'atee booda dhimma Iraan irratti obsa fixachuu ibse. Waliigalteerra ga'uu qabu jechuun akeekkachiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0gisQ5w
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0gisQ5w
BBC News Afaan Oromoo
Tiraamp erga pirezidantii Chaayinaa waliin dubbatee booda Iraan irratti 'obsa fixachuu' ibse - BBC News Afaan Oromoo
Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp gitasaa kan Chaayinaa Shii Jinping waliin erga mari'atee booda dhimma Iraan irratti obsa fixachuu ibse. Waliigalteerra ga'uu qabu jechuun akeekkachiise.
β€9
Ittigaafatamaan waajjira Abbaa Alangaa kutaa magaala Galaan Guddaa Obbo Masarat Yaaddessaa BBC'tti akka himanitti, namootni lamaan kuni dura waldhabdee dhuunfaa qabu turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/duFZ1Jr
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/duFZ1Jr
BBC News Afaan Oromoo
Namichi sobaan 'dabballee ABO Shaneeti' jedhee hiriyaasaa hiisise hidhaa cimaan adabame
Ittigaafatamaan waajjira Abbaa Alangaa kutaa magaala Galaan Guddaa Obbo Masarat Yaaddessaa BBC'tti akka himanitti, namootni lamaan kuni dura waldhabdee dhuunfaa qabu turan.
β€37π8
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaamud yaaliin bara aangoo isaa dheereffachuuf taasise hordofee mormiin kanaan dura isa mudatee hin beekne irratti ka'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8f6sVMr
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8f6sVMr
BBC News Afaan Oromoo
Barri aangoo pirezidantii Somaaliyaa dhumuu hordofee muddama biyyattiitti dhalataa jiru
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaamud yaaliin bara aangoo isaa dheereffachuuf taasise hordofee mormiin kanaan dura isa mudatee hin beekne irratti ka'eera.
β€18
Taphoota hafan lamaan waancaa Piriimer Liigii argachuu Arsenaal murteessan keessaas Barnilee waliin dhum-torbee kana dirree Arsenaal irratti gaggeeffama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DB25bnS
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DB25bnS
BBC News Afaan Oromoo
Tapha murteessaa Arsenaal v Barnilee, waancaa FA Cup, Siitii v Chelasii eegamu dabalatee tilmaamni kennameera
Taphoota hafan lamaan waancaa Piriimer Liigii argachuu Arsenaal murteessan keessaas Barnilee waliin dhum-torbee kana dirree Arsenaal irratti gaggeeffama.
β€15π3
Naannoo Benshaangul Gumuz keessatti, Kibxata Caamsaa 4/2018, haleellaa hidhattootaan raawwatameen namoonni 30 ol ta'an ajjeefamuu isaanii maatiiwwan balaa sanaan miidhaman fi jiraattonni BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NAc1Eu6
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NAc1Eu6
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa hidhattootaan Matakkal keessatti raawwateen namoonni 30 ajjeefaman

β€17π17