Waraanni Sudaan Yunaayitid Arab Emireetis fi Itoophiyaan haleellaa dirooniin buufata xiyyaaraa Kaartuum haleeluu erga himatee booda, Itoophiyaan himata kana kuffisuun ibsa baasteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/r7Q2zeT

BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan himannaa Sudaan dirooniin Itoophiyaarraa ka'e Kaartuum haleele jechuun dhiheessite kuffiiste
Waraanni Sudaan Yunaayitid Arab Emireetis fi Itoophiyaan haleellaa dirooniin buufata xiyyaaraa Kaartuum haleeluu erga himatee booda, Itoophiyaan himata kana kuffisuun ibsa baasteetti.
β€18π’1
Arsenaal taphoota isa hafan sadan yoo mo'ate shaampiyoonaa Piriimer Liigii ta'uu isaa mirkaneeffata. Arsenaal kana mirkaneeffachuuf sadarkaa kufaatii keessa kan jiru West Haamiin mo'achuun imala isaa jalqaba.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Oo7huq3
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Oo7huq3
BBC News Afaan Oromoo
Arsenaal v West Haam, Liiverpuul v Chelsii eegaman dabalatee tilmaama Piriimer Liigii torban kanaa

β€11

β€7
Kibxata walgahii mana maree duraanii naannoo Tigraay taa'een kan filaman kaabineen Dr Dabratsiyoon Gabramikaa'eliin durfamu walgahii taa'uu jalqabuu isaatiin Leet. Jeneraal Taaddasaa Warradaa aangoon bulchiinsa yeroo "humnaan qabamaa" jiraachuu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3ouYpsJ

Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa'' jira - L/T Taaddasaa
Kibxata walgahii mana maree duraanii naannoo Tigraay taa'een kan filaman kaabineen Dr Dabratsiyoon Gabramikaa'eliin durfamu walgahii taa'uu jalqabuu isaatiin Leet. Jeneraal Taaddasaa Warradaa aangoon bulchiinsa yeroo "humnaan qabamaa" jiraachuu ibsan.
β€24π€2
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa invastara beekamtuu Barakat Warquu jedhamtu ''yakka malaammaltummaa jabaan'' shakkee barbaadaa akka jiru beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yHR4bpk
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yHR4bpk
BBC News Afaan Oromoo
Poolisiin Itoophiyaa invastara beekamtuu yakka jabaan shakkee barbaaduu eegale
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa invastara beekamtuu Barakat Warquu jedhamtu ''yakka malaammaltummaa jabaan'' shakkee barbaadaa akka jiru beeksise.
β€24
Uummanni addunyaa mana manaa isaa keessaa sababa waraana Ameerikaa- Israa'elii fi Iraan jireenyi itti qaala'ee rakkinarra bu'eera.Kaampaanonni tokko tokko ammoo sababa waraana kanaa biliyoonota buufatan lakkaa'u.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lXF3m9R
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lXF3m9R
BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbilee boba'aa hanga baankotaa- kaampaanota waraana Iraan irraa biliyoonota buufatan
Uummanni addunyaa mana manaa isaa keessaa sababa waraana Ameerikaa- Israa'elii fi Iraan jireenyi itti qaala'ee rakkinarra bu'eera. Kaampaanonni tokko tokko ammoo sababa waraana kanaa biliyoonota buufatan lakkaa'u.
β€12
Naannoo Kaaba Itoophiyaa waraana jalaa hin bayyananne Tigraay keessatti waan guddaatu adeemaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZbLGRDe
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZbLGRDe
BBC News Afaan Oromoo
'Pirezidantota Tigraay lamaan' - TPLF si'achi maal godha? Mootummaan maa callise?
Naannoo Kaaba Itoophiyaa waraana jalaa hin bayyananne Tigraay keessatti waan guddaatu adeemaa jira.
β€15π₯3
Carraaqqiin US fi Iraan jidduutti waraana dhaabuu sababa gareen lamaan Jimaata Galoogalaanaa keessatti walitti dhukaasaniif dhaabbateera.CIA'n immoo xiinxala isaatin Teehraan uggurri humna galaanaa ji'ootaaf yoo turellee damdamachuu dandeessi jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZtidO5x
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZtidO5x
BBC News Afaan Oromoo
'Tehraan uggura ji'a afurii damdamachuu dandeessi' -CIA
Carraaqqiin US fi Iraan jidduutti waraana dhaabuu sababa gareen lamaan Jimaata Galoogalaanaa keessatti walitti dhukaasaniif dhaabbateera. CIA'n immoo xiinxala isaatin Teehraan uggurri humna galaanaa ji'ootaaf yoo turellee damdamachuu dandeessi jedhe.
β€11
Ragaaleen Peentaagon waa'ee UFO gadhiisee waan kana dura dhagahamii hin beekne ibse. Kunis waan namoonni siivilii lafarraa fi astiroonomeroonni jedhanii ibsan qabata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/716NCZw
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/716NCZw
BBC News Afaan Oromoo
Wantoota samiirra bololi'anii fi ifa samii: Ragaalee Peentaagon gadhiisee waa'ee UFO maal nutti hime? - BBC News Afaan Oromoo
Ragaaleen Peentaagon waa'ee UFO gadhiisee waan kana dura dhagahamii hin beekne ibse. Kunis waan namoonni siivilii lafarraa fi astiroonomeroonni jedhanii ibsan qabata.
β€21π€―3π2
Ministirri Dhimma Alaa Iraan, Abbaas Aragchii Ameerikaan dippilomaasiidhaan furmaata ragachuun osooo danda'amuu maal na dhibdeen waraana keessa galti jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eKQv7Dm
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eKQv7Dm
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaan marii dippilomaasiin osoo furmaanni jiruu waraana dadhabsiisaa filatti- Iraan - BBC News Afaan Oromoo
Ministirri Dhimma Alaa Iraan, Abbaas Aragchii Ameerikaan dippilomaasiidhaan furmaata ragachuun osooo danda'amuu maal na dhibdeen waraana keessa galti jedhan.
β€13
Sinoodoosiin bataskaana ortodoksii Tigraay yaa'ii taa'een moggaasi magaalaa buleettii Aksum "Magaalaa Eebbifamtuu Tsiyoon Aksum" akka ta'u murtee dabarsuu beeksise.Murtoo kana hordofee magaalaa tanatti hojiiwwan akka "dhugaatii fi Jimaa" gurguruu akka dhaabbatan uggurri akka bahu akka feetu akkasumas "seeronni Magaalaa Eebbifamtuu mul'isan" tumaafii akka jirtu bataskaanni tun himte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/q7BH6bx
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/q7BH6bx
BBC News Afaan Oromoo
Askum 'Magaalaa Qulqullittii' jedhee moggaasuun seerota kana ibsan baasuu Sinoodoosiin Tigraay ibse
Sinoodoosiin bataskaana ortodoksii Tigraay yaa'ii taa'een moggaasi magaalaa buleettii Aksum "Magaalaa Eebbifamtuu Tsiyoon Aksum" akka ta'u murtee dabarsuu beeksise. Murtoo kana hordofee magaalaa tanatti hojiiwwan akka "dhugaatii fi Jimaa" gurguruu akka dhaabbatanβ¦
β€33π25π9π2π₯1
Har'a maanchister Siitiin dirree isaa irratti Bireentford morkata. Liiverpuulii fi Cheelsiin morkii jabaa taasisu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sHDM0wC
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sHDM0wC
BBC News Afaan Oromoo
Maanchister Siitii v Bireentiford- Qormaata biraa Maan Siitii eeggatuu fi morkii waancaa - BBC News Afaan Oromoo
Har'a maanchister Siitiin dirree isaa irratti Bireentford morkata. Liiverpuulii fi Cheelsiin morkii jabaa taasisu.
β€47
Waraanni US fi Israa'eel Iraan irratti banan marsaan kuni xumuramuun Waashington irraa dhagahame.Kibxata darbe waliigaltee dhukaasa dhaabuu torbeewwaniif tureen booda ministirri haajaa alaa US Maarkoo Ruubiyoon, opireeshiniin Ameerikaan 'Epic Fury' Jettee moggaasuun adeemsisaa turte qiyyaafannaa isaa milkeessuun akka xumurame ibsan.Amma gaaffiin guddaan eenyutu injifate? Kan jedhudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4W8icb0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4W8icb0
BBC News Afaan Oromoo
Waraana US fi Israa'el Iraan irratti banan: Lola tokkicha gareen lachuu injifanne jedhan
Waraanni US fi Israa'eel Iraan irratti banan marsaan kuni xumuramuun Waashington irraa dhagahame. Amma gaaffiin guddaan eenyutu injifate? Kan jedhudha.
β€12
Murteen Ameerikaa hariiroo Asmaraa waliin qabdu fooyyeessuufi Itoophiyaan Ertiraa waliin gara waraanaatti akka hin galle ergaa dabarsuu kan kaayyeffatedha jechuun xiinxaltoonni dubbachuu maddi oduu kun gabaasa isaa keessatti mul'iseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OxDFAYV
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OxDFAYV
BBC News Afaan Oromoo
Qoqqobbiiwwan Ameerikaan Ertiraarra keessee turte kan akkamiiti? Addatti eenyufaa ilaallata?
Murteen Ameerikaa hariiroo Asmaraa waliin qabdu fooyyeessuufi Itoophiyaan Ertiraa waliin gara waraanaatti akka hin galle ergaa dabarsuu kan kaayyeffatedha jechuun xiinxaltoonni dubbachuu maddi oduu kun gabaasa isaa keessatti mul'iseera.
β€15
Ameerikaan biyya iddoo mijataa handaara Galaana Diimaa jirtu, Ertiraa, irra qoqqobbii keessee turte kaasuuf akka jirtu wantoonni akeekan jiraachuu, Rooyitarsi sanada keessoo mootummaa US irraa akka argate ibsuun gabaaseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZbgduEC
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZbgduEC
BBC News Afaan Oromoo
US qoqqobbiiwwan Ertiraa irraa kaasuuf akka jirtu sanadi keessoo mootummaa biyyattii mul'ise
Ameerikaan biyya iddoo mijataa handaara Galaana Diimaa jirtu, Ertiraa, irra qoqqobbii keessee turte kaasuuf akka jirtu wantoonni akeekan jiraachuu, Rooyitarsi sanada keessoo mootummaa US irraa akka argate ibsuun gabaaseera.
β€9
Kibxata walgahii mana maree duraanii naannoo Tigraay taa'een kan filaman kaabineen Dr Dabratsiyoon Gabramikaa'eliin durfamu walgahii taa'uu jalqabuu isaatiin Leet. Jeneraal Taaddasaa Warradaa aangoon bulchiinsa yeroo "humnaan qabamaa" jiraachuu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ClOZRY2
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ClOZRY2
BBC News Afaan Oromoo
Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa'' jira - L/T Taaddasaa
Kibxata walgahii mana maree duraanii naannoo Tigraay taa'een kan filaman kaabineen Dr Dabratsiyoon Gabramikaa'eliin durfamu walgahii taa'uu jalqabuu isaatiin Leet. Jeneraal Taaddasaa Warradaa aangoon bulchiinsa yeroo "humnaan qabamaa" jiraachuu ibsan.
π6β€1
Namni eenyummaan isaa hin baramne xiyyaarri ka'uu daqiiqaa lama dura dallaa buufata xiyyaaraa utaalee seene.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DWJj5uH
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DWJj5uH
BBC News Afaan Oromoo
'Nama wayii dhoofne' - Xiyyaarri daandiirra akkamiin nama ajjeese?
Namni eenyummaan isaa hin baramne xiyyaarri ka'uu daqiiqaa lama dura dallaa buufata xiyyaaraa utaalee seene.
π6β€4
Ameerikaan Waraanni Sudaan 'dirree waraana bakka bu'oota' biyyoota hedduu hirmaachise ta'aa dhufuun isaa yaaddessaa ta'uu dubbatte.Ameerikaan kana kan dubbatte erga wal himannaan Sudaan fi Itoophiyaa gidduutti tibbana hammaataa dhufeeti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/URYbNVt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/URYbNVt
BBC News Afaan Oromoo
Wal himannaa Itoophiyaafi Sudaan booda Ameerikaan waamicha taasiste
Ameerikaan Waraanni Sudaan 'dirree waraana bakka bu'oota' biyyoota hedduu hirmaachise ta'aa dhufuun isaa yaaddessaa ta'uu dubbatte. Ameerikaan kana kan dubbatte erga wal himannaan Sudaan fi Itoophiyaa gidduutti tibbana hammaataa dhufeeti.
β€24π6
Shakkamaan hojjettuu Baankii Daldala Itoophiyaa damee Alaltuu ajjeesuun shakkame to'annoo jala ooluu Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E21XZ4B
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E21XZ4B
BBC News Afaan Oromoo
Namichi Aadde Adaanach 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin beeksise
Shakkamaan hojjettuu Baankii Daldala Itoophiyaa damee Alaltuu ajjeesuun shakkame to'annoo jala ooluu Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa beeksise.
π27β€16π2
Godina Shawaa Lixaatti balaa konkolaataa dhaqqabeen lubbuun namoota 18 darbuu Poolisiin Oromiyaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2iD3vcR
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2iD3vcR
BBC News Afaan Oromoo
Godina Shawaa Lixaatti konkolaataan akkamiin namoota 18 galaafate?
Godina Shawaa Lixaatti balaa konkolaataa dhaqqabeen lubbuun namoota 18 darbuu Poolisiin Oromiyaa beeksise.
π59β€27π10
Juuliyaa Tiinaati fi Kaasaandraa Maadisan waan baay'ee wal fakkaatu qabu. Mana dhugaatii tokko keessatti osoo hojjetanii wal arganii hiriyaa waliif ta'an.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/inavH2s
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/inavH2s
BBC News Afaan Oromoo
Carraa ajaa'ibaa hiriyoonni waggootaaf waliin hojjataa turan obbolaa ta'anii argaman

β€15π2