Haleellaa qilleensaa humni waraanaa Naayijeeriyaa kaaba-lixa biyyattiitti raawwataniin hirmaattota festivaala amantiif ba'an keessaa yoo xiqqaate 85 ajjeefamuu abbaan taayitaa bulchiinsa balaa tasaa naannawa kanaa ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xUYVGi1

BBC News Afaan Oromoo
Mootummaan Naayijeeriyaa haleellaa qilleensaa dogoggoraan hirmaattota festivaala amantiirratti raawwateen 85 du'uu ibse
Haleellaa qilleensaa humni waraanaa Naayijeeriyaa kaaba-lixa biyyattiitti raawwataniin hirmaattota festivaala amantiif ba'an keessaa yoo xiqqaate 85 ajjeefamuu abbaan taayitaa bulchiinsa balaa tasaa naannawa kanaa ibse.
Amantoonni miiliyoona walakkaa tahan Itoophiyaatti amantoonni magaalaa qulqullittii jedhan Aksumitti, erga waraanni Tigraay xumuramee yeroo jalqabaaf kabaja ayyaanaaf walitti qabamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dow2pNO
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dow2pNO
BBC News Afaan Oromoo
Hordoftoota amantaa Kiristaanaa Aksum Tsiyoonitti ganna sadiin booda deebi'an - suuraaleen
Amantoonni miiliyoona walakkaa tahan Itoophiyaatti amantoonni magaalaa qulqullittii jedhan Aksumitti, erga waraanni Tigraay xumuramee yeroo jalqabaaf kabaja ayyaanaaf walitti qabamaniiru.
UK'tti namoota viidiyoo saal-quunnamtii (porn) ilaalan umrii isaanii mirkaneessuuf qajeelfamni wixinee qophaa'eera jedhe Abbaan Taayitaa To'annoo Koominikeeshinii UK Ofcom.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gTaJw5E
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gTaJw5E
BBC News Afaan Oromoo
Warri 'poornii' ilaaltan fuulli keessan suuraa kaafamuu mala
UK'tti namoota viidiyoo saal-quunnamtii (porn) ilaalan umrii isaanii mirkaneessuuf qajeelfamni wixinee qophaa'eera jedhe Abbaan Taayitaa To'annoo Koominikeeshinii UK Ofcom.
❤1👍1
Namni Tik Tookirratti beekamu Aydaar Al-Saad jedhamu karaa Weelsi karaa magaalaaa Kaardiif gubbaatti namoota arge gaafata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jo148a6
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jo148a6
BBC News Afaan Oromoo
Miindaan keessan meeqa akka ta‘e kara-deemaatti himtuu?
Namni Tik Tookirratti beekamu Aydaar Al-Saad jedhamu karaa Weelsi karaa magaalaaa Kaardiif gubbaatti namoota arge gaafata.
❤2
Naannoo Amaaraa, godina Walloo Kibbaa, magaalaa Wagal Xeenaatti haleellaa diroonii ambulaansiirratti gaggeeffameen shufeerichaafi ogeessa fayyaa tokko dabalatee namoonni nagaa bakka sanatti dhiyoo turan ajjeefamuu namoonni ijaan argan himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9uYOBTD
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9uYOBTD
BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraa, Wagal Xeenaatti dirooniin ambulaansii haleelee namoonni shan ajjeefaman -Jiraattota
Naannoo Amaaraa, godina Walloo Kibbaa, magaalaa Wagal Xeenaatti haleellaa diroonii ambulaansiirratti gaggeeffameen shufeerichaafi ogeessa fayyaa tokko dabalatee namoonni nagaa bakka sanatti dhiyoo turan ajjeefamuu namoonni ijaan argan himan.
Yuutuubarri viidiyoon isaa akka ilaalamuuf jecha xayyaara balaliisaa ture beekaa caccabse hidhaa ji’a jahaan adabame. Taateen kun ALA Sadaasa 2021 Ameerikaa kutaa biyyaa Kaaliforniyaa keessatti raawwate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/96ipgQ8
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/96ipgQ8
BBC News Afaan Oromoo
Namichi 'You Tube' irratti daawwattoota hedduu argachuuf xiyyaara balaliisaa ture beekaa caccabse hidhaan adabame
Yuutuubarri viidiyoon isaa akka ilaalamuuf jecha xayyaara balaliisaa ture beekaa caccabse hidhaa ji’a jahaan adabame. Taateen kun ALA Sadaasa 2021 Ameerikaa kutaa biyyaa Kaaliforniyaa keessatti raawwate.
Arsenaal tapha Kibxata galgala gara Lutan Siitii imaluun taphateen goolii 4 fi 3n mo'achuun miira kilabicha olaantummaan dursuuf qabu gabbifateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TmX5VpI
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TmX5VpI
BBC News Afaan Oromoo
Arsenaal 4 Luutan 3: Tapha daqiiqaa dhumaarratti miira Arsenaal olkaase
Arsenaal tapha Kibxata galgala gara Lutan Siitii imaluun taphateen goolii 4 fi 3n mo'achuun miira kilabicha olaantummaan dursuuf qabu gabbifateera.
Hamaasifi Israa'el erga waraana eegalanii ji'a lama guutee jira. Israa'el hidhattoota Hamaas balleessu malee jechuun haleellaa qilleensarraafi lafoon gaggeessitu ammallee hin dhaabne.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1XPNctT
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1XPNctT
BBC News Afaan Oromoo
Israa'el bishaan galaanarraa itti jallisuun ulaa lafa jalaa Hamaas mancaasuufi
Hamaasifi Israa'el erga waraana eegalanii ji'a lama guutee jira. Israa'el hidhattoota Hamaas balleessu malee jechuun haleellaa qilleensarraafi lafoon gaggeessitu ammallee hin dhaabne.
Diroonii fageenya dheeraa deemuu danda’u yeroo jalqabaaf Itoophiyaatti bakkeewan qaqqabuun ulfaataa tahan jahatti qorichaafi tajaajila talaallii dhaqabsiisuun milkaa’uu himame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DNKv3Yp
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DNKv3Yp
BBC News Afaan Oromoo
Dirooniin fageenya dheeraa tibbana Itoophiyaatti tajaajila milkaa’aa kenne maali?
Diroonii fageenya dheeraa deemuu danda’u yeroo jalqabaaf Itoophiyaatti bakkeewan qaqqabuun ulfaataa tahan jahatti qorichaafi tajaajila talaallii dhaqabsiisuun milkaa’uu himame.
Naannolee Oromiyaa, Amaaraafi Benshaangul Gumuuz bakkeewwan addaa addaatti ji'a Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa haleellaa namoota nagaarratti gaggeeffameen namoonni nagaan du'uu Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ODrHJat
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ODrHJat
BBC News Afaan Oromoo
Naannolee Oromiyaa, Amaarafi Benshaangulitti haleellaa qaqqabeen namoonni nagaan heddu ajjeefaman- KMNI
Naannolee Oromiyaa, Amaaraafi Benshaangul Gumuuz bakkeewwan addaa addaatti ji'a Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa haleellaa namoota nagaarratti gaggeeffameen namoonni nagaan du'uu Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa beeksise.
Pirezidantiin yeroo nananoo Tigraay Obbo Getaachoo Raddaa bakkawwan naannoleen Amaaraafi Tigraay irratti wal falamaa jiran humnoonni to'atanii jiran hanga hin baanetti murteen ummataa akka hin gaggeeffamne dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/h6bsGLQ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/h6bsGLQ
BBC News Afaan Oromoo
Bakkeewwan falmisiisoo humnoonni jiran hin ba'an taanaan referendamiin hin gaggeeffamu- Obbo Getaachoo Raddaa
Pirezidantiin yeroo nananoo Tigraay Obbo Getaachoo Raddaa bakkawwan naannoleen Amaaraafi Tigraay irratti wal falamaa jiran humnoonni to'atanii jiran hanga hin baanetti murteen ummataa akka hin gaggeeffamne dubbatan.
Magaalaa Finfinnee keessatti hoteelonni argamaniifi dhaabbileen tajaajila kana fakkaatu kennan keessummeessitoota hojjechiisan uffata qaama "qullaa" mul'isu uffachiisu taanaan wixineen qarshii kuma 50 hanga cufuuttii adabsiisu qophaa'e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HOfLTwz
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HOfLTwz
BBC News Afaan Oromoo
Finfinneetti wixineen hoteelota keessummeessitoota uffata "qullaa" mul'isu uffachiisan adabsiisu qophaa'e
Magaalaa Finfinnee keessatti hoteelonni argamaniifi dhaabbileen tajaajila kana fakkaatu kennan keessummeessitoota hojjechiisan uffata qaama "qullaa" mul'isu uffachiisu taanaan wixineen qarshii kuma 50 hanga cufuuttii adabsiisu qophaa'e.
Mootummaan Faannodhaan garee ''fiinxaaleyyii fi saamtotaati'' haa jedhuyyuu malee, gareen kuni garuu hacuuccaa uummatarra gahu mormuun qawwee kaasuu himuun, ''qabsaa'aa mirgaa fi bilisummaatti'' ofiin ilaala.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vVnTBYy
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vVnTBYy
BBC News Afaan Oromoo
Lola Naannoo Amaaraa keessatti qooda fudhataa ijoo kan tahe Faannoon kaayyoonsaa maali?
Mootummaan Faannodhaan garee ''fiinxaaleyyii fi saamtotaati'' haa jedhuyyuu malee, gareen kuni garuu hacuuccaa uummatarra gahu mormuun qawwee kaasuu himuun, ''qabsaa'aa mirgaa fi bilisummaatti'' ofiin ilaala.
Obboo Taayyee Danda'aa waadaa jijjjiirama siyaasaa waggaa shan duraa irratti seename, haala naannoo Oromiyaa keessa jiru, marii mootummaa fi WBO, miidhaa maatii fi firootasaarra gahe, ergaawwan ministira Muummeetti qaamaan haala qabatamaa Oromiyaa himaniifi kanneen biroo irratti BBC Afaan Oromoo waliin turtii bal’aa taasisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Tj6DYrF
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Tj6DYrF
BBC News Afaan Oromoo
'Mariin araaraa Daaresalaam akka gufatu kan godhe mootummumaa ani keessa jiru kana jedheen amana'- Taayyee Danda'aa
Obboo Taayyee Danda'aa waadaa jijjjiirama siyaasaa waggaa shan duraa irratti seename, haala naannoo Oromiyaa keessa jiru, marii mootummaa fi WBO, miidhaa maatii fi firootasaarra gahe, ergaawwan ministira Muummeetti qaamaan haala qabatamaa Oromiyaa himaniifi…
👍2
Waancaa sadii bara tokkotti kan milkeesse Maanchistar Siitii, taphoota Pirimeer Liigii afur walitti aansuun hin moone - gabatee irrattis dursitoota Arsenaalin qabxii jahaan caalamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rYNWh4g
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rYNWh4g
BBC News Afaan Oromoo
Aston Vilaan mo'amuun booda leenjisaan Maan Siitii 'gatantaraa jirra' jedhe

Ergamaan addaa US kan Gaanfa Afrikaa Maayik Hamar mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO ''ulfaataa waan tureef, yeroo gabaabaa keessatti bu'aa barbaadamu argamsiisuu akka hanqate dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jXkep87

Marii Mootummaa fi WBO: Furmaanni karaa nagaa hanga argamutti murannoo qabna- Maayik Hamar
Ergamaan addaa US kan Gaanfa Afrikaa Maayik Hamar mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO ''ulfaataa waan tureef, yeroo gabaabaa keessatti bu'aa barbaadamu argamsiisuu akka hanqate dubbatan.
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) dirqamuun marii nagaa dhiyaateef akka fudhatuuf mootummaan tarkaanfii fudhataa jira jechuun Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Y3Nfp0R
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Y3Nfp0R
BBC News Afaan Oromoo
'Qaamni nageenya dide dirqamee araaratti akka deebi'uuf tarkaanfiin fudhatamaa jira'- Kominikeeshinii Oromiyaa
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) dirqamuun marii nagaa dhiyaateef akka fudhatuuf mootummaan tarkaanfii fudhataa jira jechuun Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gabaase.
Birhaaneen bara 2010 bakka dhalootasaa Aksum dhiise yeroo biyyaa bahu jireenya fooyyeen argadha jedhee abdachuun ture. Osoo biyyaa hin baqatiin dura hojii ittiin of bulchu akka qabu dubbata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sQKyOj8
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sQKyOj8
BBC News Afaan Oromoo
Baqataa lammiilee Itoophiyaa, Yamanii fi Ertiraaf carraa hojii uume
Birhaaneen bara 2010 bakka dhalootasaa Aksum dhiise yeroo biyyaa bahu jireenya fooyyeen argadha jedhee abdachuun ture. Osoo biyyaa hin baqatiin dura hojii ittiin of bulchu akka qabu dubbata.
Kibba baha Keeniyaa qarqara Garba Indiyaa kan argamtu ollaa Maabuwaanii (Mabuani) kana keessa taphnis, kolfis, sirbi, kadhannaanis Afaan Waataani – Afaan Oromoo. Gaazexeessitoonni BBC Afaan Oromoo Eliyaas Hordofaa fi Aslii Galgaloo iddoo hawaasni kun itti argaman iyyaafachuun, gara qarqara Bisaan Maanyaa (Garba Indiyaa) bulchiinsa Kiliifitti imalaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aCAl0dw
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aCAl0dw
BBC News Afaan Oromoo
Oromoon Waataa dhaattuu Bisaan Maanyaa – Garba Indiyaa jiraatan eenyu?
Kibba baha Keeniyaa qarqara Garba Indiyaa kan argamtu ollaa Maabuwaanii (Mabuani) kana keessa taphnis, kolfis, sirbi, kadhannaanis Afaan Waataani – Afaan Oromoo. Gaazexeessitoonni BBC Afaan Oromoo Eliyaas Hordofaa fi Aslii Galgaloo iddoo hawaasni kun itti…
Dilbata dhufu Mudde 10,2023 hiriira magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuuf jira jedhame namoota siyaasaa qindeessan keessaa afur poolisiin to'atamuun himame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qndgAKv
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qndgAKv
BBC News Afaan Oromoo
Finfinneetti namootni hiriira nagaa wamame qindeessan afurii fi namootni biroo 97 to'annoo jala oolan