BBC AFAAN OROMOO
127K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
23K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Dawaan tamsa'ina vaayirasii HIV qaama keessatti daangessu UK, Weelsi keesstti qorannoo yaaliirra ture bu'aa qabeessa tahuun mirkanaa'era.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c10EsQd
Birhaaneen bara 2010 bakka dhalootasaa Aksum dhiise yeroo biyyaa bahu jireenya fooyyeen argadha jedhee abdachuun ture. Osoo biyyaa hin baqatiin dura hojii ittiin of bulchu akka qabu dubbata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/91bB5U6
ertiraan Itoophiyaarraa adda baatee biyya walabaa ta'uushee hordofee waggoota 30 darbaniif Itoophiyaan biyya ulaa galaanaa hin qabne taatee jirti. Bara 1993tti Ertiraan biyya taatee gaafa Itoophiyaarraa adda baatu, ulaa galaanaa Diimaa dur Itoophiyaan itti fayyadamaa turte fudhattee deemte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jp0bkTH
Haleellaa Godina Arsii Aanaa Shirkaatti jalqaba torban kana dabalatee tibbana itti fufinsaan raawwataa tureen namoonni 40 ol ajjeefamuu jiraattonni BBC'tti himan. Ajjeechaan kuni bifa amantii qaba jedhanii akka amananillee ibsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DS97mxs
Gaazexeessaan BBC Rushdi Abualouf waggoota kurna hedduuf Gaazaa irraa gabaasaa ture, gaafa Sadaasa 20 garuu nageenyasaaf jecha biyyasaarraa ba’ee amma Tarkii, Istaanbul jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JSOIYU2
Waraanni waggaa lamaaf naannichatti gaggeeffamaa wayita turetti atileetonni naannichaa lakkoofsan 70 ol ta'an du'uu Federeshiniin Atileetiksii Naannoo Tigraay BBCtti hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sO4bfC0
Waraanni waggaa lamaaf naannichatti gaggeeffamaa wayita turetti atileetonni naannichaa lakkoofsan 70 ol ta'an du'uu Federeshiniin Atileetiksii Naannoo Tigraay BBCtti hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sO4bfC0
🥰1
UK'tti namoota viidiyoo saal-quunnamtii (porn) ilaalan umrii isaanii mirkaneessuuf qajeelfamni wixinee qophaa'eera jedhe Abbaan Taayitaa To'annoo Koominikeeshinii UK Ofcom.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gTaJw5E
1👍1
Namni Tik Tookirratti beekamu Aydaar Al-Saad jedhamu karaa Weelsi karaa magaalaaa Kaardiif gubbaatti namoota arge gaafata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jo148a6
2
Naannoo Amaaraa, godina Walloo Kibbaa, magaalaa Wagal Xeenaatti haleellaa diroonii ambulaansiirratti gaggeeffameen shufeerichaafi ogeessa fayyaa tokko dabalatee namoonni nagaa bakka sanatti dhiyoo turan ajjeefamuu namoonni ijaan argan himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9uYOBTD