Dhukkubni sukkaaraa kan umurii guutuu nama waliin turu yoo ta’u, addunyaarratti waggaan namoonni miliyoona tokkoo ol sababii kanaan du’aaf akka saaxilaman maddeen ni mul'isu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LezZP0i

BBC News Afaan Oromoo
Dhukkubni sukkaaraa maali? Attamiin irraa of eeguun danda'ama?
Dhukkubni sukkaaraa kan umurii guutuu nama waliin turu yoo ta’u, addunyaarratti waggaan namoonni miliyoona tokkoo ol sababii kanaan du’aaf akka saaxilaman maddeen ni mul'isu.
Abbaa Gadaa Gujii 74ffaa kan tahan Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo barri Gadooma isaanii xumuramuuf ji’oota muraasatu hafe.Sirni Walharkaa fuudhinsa baallii Gadaa Gujii kunis ardaa Jilaa Me’ee Bokkootti Gurraandhala 13, bara 2016 adeemsifamuuf qophiin jilaa hundi xumuramaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fiebrXt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fiebrXt
BBC News Afaan Oromoo
Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo: Guyyaan baallii dabarsu jila guddaa hawwiin eegu, guyyaanuu naaf deemuu dide
Abbaa Gadaa Gujii 74ffaa kan tahan Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo barri Gadooma isaanii xumuramuuf ji’oota muraasatu hafe. Sirni Walharkaa fuudhinsa baallii Gadaa Gujii kunis ardaa Jilaa Me’ee Bokkootti Gurraandhala 13, bara 2016 adeemsifamuuf qophiin jilaa hundi…
Amantoonni miiliyoona walakkaa tahan Itoophiyaatti amantoonni magaalaa qulqullittii jedhan Aksumitti, erga waraanni Tigraay xumuramee yeroo jalqabaaf kabaja ayyaanaaf walitti qabamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QzvxBdu
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QzvxBdu
BBC News Afaan Oromoo
Hordoftoota amantaa Kiristaanaa Aksum Tsiyoonitti ganna sadiin booda deebi'an - suuraaleen
Amantoonni miiliyoona walakkaa tahan Itoophiyaatti amantoonni magaalaa qulqullittii jedhan Aksumitti, erga waraanni Tigraay xumuramee yeroo jalqabaaf kabaja ayyaanaaf walitti qabamaniiru.
Israa'el haleellaa cimaa Kibba Gaazaa, Kaan Yuunis irratti heddumminaan raawwatte, haleellaan kun erga waraanni eegalee isa hamaadha jedhan jiraattonni.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2NQ9gz4
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2NQ9gz4
BBC News Afaan Oromoo
Erga waraanni eegalee haleellaa hamaan Israa'eliin irratti raawwatamuu jiraattonni Kibba Gaazaa himan
Israa'el haleellaa cimaa Kibba Gaazaa, Kaan Yuunis irratti heddumminaan raawwatte, haleellaan kun erga waraanni eegalee isa hamaadha jedhan jiraattonni.
Giinii Bisaawutti namni dursaa loltootaati jedhamee fi qondaalota olaanoo humnaan gadhisiisuuf yaale to'annoo jala ooluu waraanni biyyattii hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DfVr7jH
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DfVr7jH
BBC News Afaan Oromoo
'Yaalii fonqolchaan' booda dursaan loltootaa to'annoo jala oole
Giinii Bisaawutti namni dursaa loltootaati jedhamee fi qondaalota olaanoo humnaan gadhisiisuuf yaale to'annoo jala ooluu waraanni biyyattii hime.
Balaan lolaa uumamuu booda yaaddoon guddaa jiru dhibeewwan sababa kuufama bishaanii kanaan dhufan akka ta’e yeroo hedduu ogeessota fayyaa dabalatee dhaabbileen gargaarsaa ni himu.Dhibeewwan yeroo lolaatti uumaman ijoo ta’aniifi akkamiin akka ofirraa eeguu dandeenyu kunooti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/M9WdLz3
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/M9WdLz3
BBC News Afaan Oromoo
Yeroo roobaafi lolaatti dhibeewwan kamirraa of eeggachuu qabna?
Balaan lolaa uumamuu booda yaaddoon guddaa jiru dhibeewwan sababa kuufama bishaanii kanaan dhufan akka ta’e yeroo hedduu ogeessota fayyaa dabalatee dhaabbileen gargaarsaa ni himu. Dhibeewwan yeroo lolaatti uumaman ijoo ta’aniifi akkamiin akka ofirraa eeguu…
Kuusaan sharafa biyya alaa jechuun maallaqa, warqee, boondii ykn waan gara biraa gatii jabaa qabuufi mootummoonni sharafa biyya alaatiin haala salphaa ta’een gara maallaqaatti jijjiruu danda’aniidha. Kanaan Itoophiyaa sadarkaa maliirratti argamti?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6xO8WSD
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6xO8WSD
BBC News Afaan Oromoo
Rakkoofi yaaddoowwan hanqina kuusaa sharafa alaa Itoophiyaa
Kuusaan sharafa biyya alaa jechuun maallaqa, warqee, boondii ykn waan gara biraa gatii jabaa qabuufi mootummoonni sharafa biyya alaatiin haala salphaa ta’een gara maallaqaatti jijjiruu danda’aniidha. Kanaan Itoophiyaa sadarkaa maliirratti argamti?
Kibba baha Keeniyaa qarqara Garba Indiyaa kan argamtu ollaa Maabuwaanii (Mabuani) kana keessa taphnis, kolfis, sirbi, kadhannaanis Afaan Waataani – Afaan Oromoo. Gaazexeessitoonni BBC Afaan Oromoo Eliyaas Hordofaa fi Aslii Galgaloo iddoo hawaasni kun itti argaman iyyaafachuun, gara qarqara Bisaan Maanyaa (Garba Indiyaa) bulchiinsa Kiliifitti imalaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4eNuVlH
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4eNuVlH
BBC News Afaan Oromoo
Oromoon Waataa dhaattuu Bisaan Maanyaa – Garba Indiyaa jiraatan eenyu?
Kibba baha Keeniyaa qarqara Garba Indiyaa kan argamtu ollaa Maabuwaanii (Mabuani) kana keessa taphnis, kolfis, sirbi, kadhannaanis Afaan Waataani – Afaan Oromoo. Gaazexeessitoonni BBC Afaan Oromoo Eliyaas Hordofaa fi Aslii Galgaloo iddoo hawaasni kun itti…
Humnoonni lafoo Israa'el guyyoota sadan darbaniif walitti fufiinsaan haleellaa cimaa erga raawwatanii booda amma ammoo gara Kibba Gaazaatti darbaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ckH2lOX
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ckH2lOX
BBC News Afaan Oromoo
'Akkuma kaaba Gaazaatti cimnee lolle, kibbattis kutannoon lolaa jirra'- Waraana Israa'el
Humnoonni lafoo Israa'el guyyoota sadan darbaniif walitti fufiinsaan haleellaa cimaa erga raawwatanii booda amma ammoo gara Kibba Gaazaatti darbaniiru.
Dooniin waraanaa US diroonota sadii dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaa keessaarra qiyyaaffatanii turan haleeluu, Ajajni Giddugalaa US beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0WoY4p2
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0WoY4p2
BBC News Afaan Oromoo
Dooniin waraanaa US diroonota Yamanirraa dhukaafaman Galaana Diimaa keessa kuffise
Dooniin waraanaa US diroonota sadii dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaa keessaarra qiyyaaffatanii turan haleeluu, Ajajni Giddugalaa US beeksise.
Dawaan tamsa'ina vaayirasii HIV qaama keessatti daangessu UK, Weelsi keesstti qorannoo yaaliirra ture bu'aa qabeessa tahuun mirkanaa'era.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c10EsQd
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c10EsQd
BBC News Afaan Oromoo
Dawaan HIV %86 ittisuu danda'u qorannoon mirkanaa'e
Dawaan tamsa'ina vaayirasii HIV qaama keessatti daangessu UK, Weelsi keesstti qorannoo yaaliirra ture bu'aa qabeessa tahuun mirkanaa'era.
Dorgommii fiigicha maraatoonii biyya Ispeen magaalaa Vaalenshiyaatti Dilbata (Muddee 03, 2023) gaggeeffamerratti atileetonni Itoophiyaa dhiiraanis ta'e dubartootaan injifanoon galaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1fSh7e9
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1fSh7e9
BBC News Afaan Oromoo
Atileet Sisaay Lammaa: Abbaan rikardii Maraatoonii dorgommiiwwan akkamii keessa darbee sadarkaa kana ga'e?
Dorgommii fiigicha maraatoonii biyya Ispeen magaalaa Vaalenshiyaatti Dilbata (Muddee 03, 2023) gaggeeffamerratti atileetonni Itoophiyaa dhiiraanis ta'e dubartootaan injifanoon galaniiru.
Atileetiin ganna 41, Qananiisaa Baqqalaa dorgommii magaalaa Ispeen Vaalensiyaatti Dilbata gaggeffameen sa'aatii 2:04:19 ta'een afraffaa tahuun xumure.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/W3CAXhp
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/W3CAXhp
BBC News Afaan Oromoo
'Miidhamarraa dandamadhee qabxii kana galmeessuu kootti baay'een gammada'
Atileetiin ganna 41, Qananiisaa Baqqalaa dorgommii magaalaa Ispeen Vaalensiyaatti Dilbata gaggeffameen sa'aatii 2:04:19 ta'een afraffaa tahuun xumure.
Birhaaneen bara 2010 bakka dhalootasaa Aksum dhiise yeroo biyyaa bahu jireenya fooyyeen argadha jedhee abdachuun ture. Osoo biyyaa hin baqatiin dura hojii ittiin of bulchu akka qabu dubbata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/91bB5U6
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/91bB5U6
BBC News Afaan Oromoo
Baqataa lammiilee Itoophiyaa, Yamanii fi Ertiraaf carraa hojii uume
Birhaaneen bara 2010 bakka dhalootasaa Aksum dhiise yeroo biyyaa bahu jireenya fooyyeen argadha jedhee abdachuun ture. Osoo biyyaa hin baqatiin dura hojii ittiin of bulchu akka qabu dubbata.
ertiraan Itoophiyaarraa adda baatee biyya walabaa ta'uushee hordofee waggoota 30 darbaniif Itoophiyaan biyya ulaa galaanaa hin qabne taatee jirti. Bara 1993tti Ertiraan biyya taatee gaafa Itoophiyaarraa adda baatu, ulaa galaanaa Diimaa dur Itoophiyaan itti fayyadamaa turte fudhattee deemte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jp0bkTH
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jp0bkTH
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan bara bulchiinsa MM Abiy ulaa galaanaa argachuurratti maaf xiyyeeffate?
Eertiraan Itoophiyaarraa adda baatee biyya walabaa ta'uushee hordofee waggoota 30 darbaniif Itoophiyaan biyya ulaa galaanaa hin qabne taatee jirti. Amma akkamiin argachuu dandeessi? Bara 1993tti Ertiraan biyya taatee gaafa Itoophiyaarraa adda baatu, ulaa…
Maanchistar Siitii tapha Dilbataa Totanihaam wajjin qixa bahanirratti, taphattootasaa to'achuu hin dandeenye jedhamuun Waldaa Kubbaa Miilaan himanni irratti baname.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/srIi4tU
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/srIi4tU
BBC News Afaan Oromoo
Taphattoonni Maanchistar Siitii murteessaa marsanii mudduu booda kilabichi himatame

Haleellaa Godina Arsii Aanaa Shirkaatti jalqaba torban kana dabalatee tibbana itti fufinsaan raawwataa tureen namoonni 40 ol ajjeefamuu jiraattonni BBC'tti himan. Ajjeechaan kuni bifa amantii qaba jedhanii akka amananillee ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DS97mxs

Bataskaanni Ortodoksii Itoophiyaa ajjeechaa 'amantoota 36' Shirkaatti raawwate balaaleeffatte
Haleellaa Godina Arsii Aanaa Shirkaatti jalqaba torban kana dabalatee tibbana itti fufinsaan raawwataa tureen namoonni 40 ol ajjeefamuu jiraattonni BBC'tti himan. Ajjeechaan kuni bifa amantii qaba jedhanii akka amananillee ibsan.
Gaazexeessaan BBC Rushdi Abualouf waggoota kurna hedduuf Gaazaa irraa gabaasaa ture, gaafa Sadaasa 20 garuu nageenyasaaf jecha biyyasaarraa ba’ee amma Tarkii, Istaanbul jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JSOIYU2
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JSOIYU2
BBC News Afaan Oromoo
Halaala taa'anii Gaazaa ilaaluun baayyee nama dhukkubsa - Gaazexeessaa BBC
Gaazexeessaan BBC Rushdi Abualouf waggoota kurna hedduuf Gaazaa irraa gabaasaa ture, gaafa Sadaasa 20 garuu nageenyasaaf jecha biyyasaarraa ba’ee amma Tarkii, Istaanbul jira.
Dhaabbati Biyyoota Gamtoomanii oppireeshiniin waraanaa Israa'el Gaazaa keessatti babal'isaa jirtu biyyattii irruma caalaa gara Sioolitti geeddaraa jira jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WZJ1Qq7
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WZJ1Qq7
BBC News Afaan Oromoo
Israa'el Gaazaa- Ameerikaan wixinee dhukaasa dhaabu waraana Israa’el-Gaazaa , UN qopheesse mormite, namootni butaman 25 ajjeefamuu…
Ameerikaan wixinee dhukaasa dhaabuu UN qopheesse yoo mormitu, miseensonni Mana Maree Nageenyaa UN 13 deeggaran. Taankotni waraanaa Israa'el Kibba Gaazaa bakka murteessaa gahaa jiru.
Waraanni waggaa lamaaf naannichatti gaggeeffamaa wayita turetti atileetonni naannichaa lakkoofsan 70 ol ta'an du'uu Federeshiniin Atileetiksii Naannoo Tigraay BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sO4bfC0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sO4bfC0
BBC News Afaan Oromoo
Atileetonni Tigraay 70 ta'an sababa waraana tureen du'an