BBC AFAAN OROMOO
127K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
23K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Daandiin Qileensaa Itoophiyaa daamee Naayijeeriyaa korojoo maqaa masoo “Ghana must Go” (Gaanaan deemuu qabdi) jedhuun beekamu balalii isaarraa dhorke.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/boPyUVZ
Leenjisaan Maanchister Yuunaayitid Erik Ten Haag karra eegaan keenya Andiree Onaanaa ‘‘ragaa’’ irratti hundoofnee yoo ilaalle Piriimer Liigii keessaa karra eegaa cimaa lammaffaadha jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1EHnQM9
Leenjisaan Maanchister Yuunaayitid Erik Ten Haag karra eegaan keenya Andiree Onaanaa ‘‘ragaa’’ irratti hundoofnee yoo ilaalle Piriimer Liigii keessaa karra eegaa cimaa lammaffaadha jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1EHnQM9
Imbaasii Israa’el bulchiinsa Ameerikaa, Joorjiyaa jiru fulduratti haala poolisiin “mala mormii siyaasa isa cimaa” jedhuun mormiitota keessaa namni ibidda ofitti qabsiisan haala yaaddessa keessa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PR7rwGf
Barsiistuun mana barnootaa keessatti barattoota isaanii waliin shubbisuun beekaman kun, yeroo ammaa barattootaafi maatiin barattootaa akkasumas waahillan isaanii bira darbee fayyadamtoota marsaalee hawaasaan beekamtii horachaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zQiXxM4
Dhukkubni sukkaaraa kan umurii guutuu nama waliin turu yoo ta’u, addunyaarratti waggaan namoonni miliyoona tokkoo ol sababii kanaan du’aaf akka saaxilaman maddeen ni mul'isu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LezZP0i
Abbaa Gadaa Gujii 74ffaa kan tahan Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo barri Gadooma isaanii xumuramuuf ji’oota muraasatu hafe.Sirni Walharkaa fuudhinsa baallii Gadaa Gujii kunis ardaa Jilaa Me’ee Bokkootti Gurraandhala 13, bara 2016 adeemsifamuuf qophiin jilaa hundi xumuramaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fiebrXt
Giinii Bisaawutti namni dursaa loltootaati jedhamee fi qondaalota olaanoo humnaan gadhisiisuuf yaale to'annoo jala ooluu waraanni biyyattii hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DfVr7jH
Balaan lolaa uumamuu booda yaaddoon guddaa jiru dhibeewwan sababa kuufama bishaanii kanaan dhufan akka ta’e yeroo hedduu ogeessota fayyaa dabalatee dhaabbileen gargaarsaa ni himu.Dhibeewwan yeroo lolaatti uumaman ijoo ta’aniifi akkamiin akka ofirraa eeguu dandeenyu kunooti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/M9WdLz3
Kuusaan sharafa biyya alaa jechuun maallaqa, warqee, boondii ykn waan gara biraa gatii jabaa qabuufi mootummoonni sharafa biyya alaatiin haala salphaa ta’een gara maallaqaatti jijjiruu danda’aniidha. Kanaan Itoophiyaa sadarkaa maliirratti argamti?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6xO8WSD
Kibba baha Keeniyaa qarqara Garba Indiyaa kan argamtu ollaa Maabuwaanii (Mabuani) kana keessa taphnis, kolfis, sirbi, kadhannaanis Afaan Waataani – Afaan Oromoo. Gaazexeessitoonni BBC Afaan Oromoo Eliyaas Hordofaa fi Aslii Galgaloo iddoo hawaasni kun itti argaman iyyaafachuun, gara qarqara Bisaan Maanyaa (Garba Indiyaa) bulchiinsa Kiliifitti imalaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4eNuVlH
Dawaan tamsa'ina vaayirasii HIV qaama keessatti daangessu UK, Weelsi keesstti qorannoo yaaliirra ture bu'aa qabeessa tahuun mirkanaa'era.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c10EsQd
Birhaaneen bara 2010 bakka dhalootasaa Aksum dhiise yeroo biyyaa bahu jireenya fooyyeen argadha jedhee abdachuun ture. Osoo biyyaa hin baqatiin dura hojii ittiin of bulchu akka qabu dubbata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/91bB5U6