BBC AFAAN OROMOO
127K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
23K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Dippilomaatii cimaa jedhamuun kan jajaman ministiirri dhimma alaa US duraanii Henrii Kinsinjar waggaa 100tti du'uun himame. Henrii Kisinjar keessumaa yeroo Waraana Hololaa (Cold War) hariiroo alaa US addunyaa waliin qabdu jabeessee qabuudhanis jajamu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/be8xKAO
Addunyaarra waggaatti namoonni miiliyoona 5.4 tahan bofaan hiddamuun, kanneen 138,000’tti siqan lubbuu dhabu. Dhaabbanni Keeniyaa tokko rakkoo kana hir'isuuf bofa walitti qabuun 'horsiisa'.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E9ORMpP
Kooriyaan Kaabaa saatalaayitii basaasaa ishee fayyadamuun waan Waayit Haawus keessatti ta'u hunda daawwachaa jiraachuu himti, warri lixaa ammoo dhuguma biyyattiin kana raawwachaa jiraachuushee ija shakkiin ilaalu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DekyEdO
Daandiin Qileensaa Itoophiyaa daamee Naayijeeriyaa korojoo maqaa masoo “Ghana must Go” (Gaanaan deemuu qabdi) jedhuun beekamu balalii isaarraa dhorke.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/boPyUVZ
Leenjisaan Maanchister Yuunaayitid Erik Ten Haag karra eegaan keenya Andiree Onaanaa ‘‘ragaa’’ irratti hundoofnee yoo ilaalle Piriimer Liigii keessaa karra eegaa cimaa lammaffaadha jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1EHnQM9
Leenjisaan Maanchister Yuunaayitid Erik Ten Haag karra eegaan keenya Andiree Onaanaa ‘‘ragaa’’ irratti hundoofnee yoo ilaalle Piriimer Liigii keessaa karra eegaa cimaa lammaffaadha jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1EHnQM9
Imbaasii Israa’el bulchiinsa Ameerikaa, Joorjiyaa jiru fulduratti haala poolisiin “mala mormii siyaasa isa cimaa” jedhuun mormiitota keessaa namni ibidda ofitti qabsiisan haala yaaddessa keessa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PR7rwGf
Barsiistuun mana barnootaa keessatti barattoota isaanii waliin shubbisuun beekaman kun, yeroo ammaa barattootaafi maatiin barattootaa akkasumas waahillan isaanii bira darbee fayyadamtoota marsaalee hawaasaan beekamtii horachaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zQiXxM4
Dhukkubni sukkaaraa kan umurii guutuu nama waliin turu yoo ta’u, addunyaarratti waggaan namoonni miliyoona tokkoo ol sababii kanaan du’aaf akka saaxilaman maddeen ni mul'isu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LezZP0i
Abbaa Gadaa Gujii 74ffaa kan tahan Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo barri Gadooma isaanii xumuramuuf ji’oota muraasatu hafe.Sirni Walharkaa fuudhinsa baallii Gadaa Gujii kunis ardaa Jilaa Me’ee Bokkootti Gurraandhala 13, bara 2016 adeemsifamuuf qophiin jilaa hundi xumuramaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fiebrXt