Paarlaamaan keeniyaa suufii pirezidaantiin biyyattii uffachuu jaalatan Kawundaa jedhamu dhorke.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RyOl0EM

BBC News Afaan Oromoo
Paarlaamaa Keeniyaa suufii Kawundaa jedhamu pirezidanti Ruutoon uffachuu jaalatan dhorke
Paarlaamaan keeniyaa suufii pirezidaantiin biyyattii uffachuu jaalatan Kawundaa jedhamu dhorke.
Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa namoota saddeet fe'ee imalaa ture Jappaan, Oddoola Yakushimaatti kufee caccabe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pNmBU9J
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pNmBU9J
BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaarri waraanaa US namoota saddeet fe'ee ture oddoola Jappaanitti kufee caccabe
Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa namoota saddeet fe'ee imalaa ture Jappaan, Oddoola Yakushimaatti kufee caccabe.
Jaarmiyaa fiilmii oomishuun addunyaarratti beekamu Holiiwuud keessa kan hojjettu Meliisaa Baareeraa, Filisxeem deeggaruun yaadota miidiyaa hawaasummaarratti barreessiteen hojii fiilmiirraa ittifamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PvkljO0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PvkljO0
BBC News Afaan Oromoo
Taatoon Holiiwuud gocha Israa'el waan balaaleffatteef hojii fiilmiirraa ittifamte
Jaarmiyaa fiilmii oomishuun addunyaarratti beekamu Holiiwuud keessa kan hojjettu Meliisaa Baareeraa, Filisxeem deeggaruun yaadota miidiyaa hawaasummaarratti barreessiteen hojii fiilmiirraa ittifamte.
Itoophiyaan buufata doonii Barbaraatti gargaaramuuf Somaalilaandi waliin mariin gaggeesissa jirtu sadarkaa fooyyeerra jiraachuu miidiyaan mootummaatti hidhata qabu Ejensiin Tajaajila Oduu Itoophiyaa gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DvLjlgN
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DvLjlgN
BBC News Afaan Oromoo
‘Marii Itoophiyaan ulaa Galaana Diimaatti gargaaramuuf jalqabde sadarkaa fooyyeerra jira’
Itoophiyaan buufata doonii Barbaraatti gargaaramuuf Somaalilaandi waliin mariin gaggeesissa jirtu sadarkaa fooyyeerra jiraachuu miidiyaan mootummaatti hidhata qabu Ejensiin Tajaajila Oduu Itoophiyaa gabaase.
Lakkoofsi tuuristootaa ammatti paarkicha daawwachaa jiran humna paarkichi qabu waliin yeroo madaalamu baay’ee gadi aanaa ta’uu kan himan Obbo Nuguseen, lakkoofsi tuuristootaa xiqqaa ta’uusaatiin uummanni fayyadamaa akka hintaane himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/keGRo9f
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/keGRo9f
BBC News Afaan Oromoo
Paarkiin Biyyaalessaa Booranaa bona dandamatee tuuristoota hawwachaa jira
Lakkoofsi tuuristootaa ammatti paarkicha daawwachaa jiran humna paarkichi qabu waliin yeroo madaalamu baay’ee gadi aanaa ta’uu kan himan Obbo Nuguseen, lakkoofsi tuuristootaa xiqqaa ta’uusaatiin uummanni fayyadamaa akka hintaane himan.
Addunyaarratti shamarran shan keessaa tokko umrii waggaa 18tti heerumu. Biyyoonni seera faallaa gaa'ila umurii malee qabanillee seericha hojiitti hiikuurratti baayyee boodatti harkifatu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/skTLoU3
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/skTLoU3
BBC News Afaan Oromoo
'Umuriikoo waggaa 12tti paawondii torbaan gaa'elaaf na gurguran'
Addunyaarratti shamarran shan keessaa tokko umrii waggaa 18tti heerumu. Biyyoonni seera faallaa gaa'ila umurii malee qabanillee seericha hojiitti hiikuurratti baayyee boodatti harkifatu.
Ministirri mummee Awustiraaliyaa Antoonii Albaaniis miidhaa qoricha thalidomide(taalidoomaayid) jedhamuuun namoota miidhamaniifi firoota isaanii dhiifama biyyaalessaa gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PaFp7tb
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PaFp7tb
BBC News Afaan Oromoo
Awustiraaliyaan qoricha daa'imman laamshessaa tureef waggaa 60 booda dhiifama gaafatte
Ministirri mummee Awustiraaliyaa Antoonii Albaaniis miidhaa qoricha thalidomide(taalidoomaayid) jedhamuuun namoota miidhamaniifi firoota isaanii dhiifama biyyaalessaa gaafate.
Naannoo Oromiyaa bulchiinsa magaala Bishoofttuutti abbaan ilmoo ofiisaa haala sukkanneessaan ajjeessee hidhaa cimaan waggaa 20 irratti murtaa'e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9iIxQC1
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9iIxQC1
BBC News Afaan Oromoo
Abbaa ilmoosaa haala sukkaneessaan ajjeesse irratti hidhaan cimaa waggaa 20 murtaa’e
Naannoo Oromiyaa bulchiinsa magaala Bishoofttuutti abbaan ilmoo ofiisaa haala sukkanneessaan ajjeessee hidhaa cimaan waggaa 20 irratti murtaa'e.
Gareen Filisxeem shan erga bara 2020 asitti leenjiiwwan loltummaa fudhachaa turan haleellaa Onkololeessa 7 Israa’eel irratti raawwatametti akka hirmaatan xiinxalli BBC mul’iseera. Ofii Hamaas attamiin ija Israa'el jalatti humna akkasii horachu danda'e?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Vs3In6W
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Vs3In6W
BBC News Afaan Oromoo
Hamaas attamiin funyaan Israa'el jalatti leenjiisuun humna cimaa ijaarrachuu danda'e?
Gareen Filisxeem shan erga bara 2020 asitti leenjiiwwan loltummaa fudhachaa turan haleellaa Onkololeessa 7 Israa’eel irratti raawwatametti akka hirmaatan xiinxalli BBC mul’iseera. Ofii Hamaas attamiin ija Israa'el jalatti humna akkasii horachu danda'e?
Oromiyaa bakka garaa garaatti sirbi aadaa hawaasni ittiin jaalaa waliif qabu, jaala loonsaaf qabuu akkasuumas gootoota kabajuufi leellisuu fakkaatan ittiin ibsatan jira.Keessattuu sirbi aadaa qeerroofi qarreen qophiiwwan garaa garaa irratti waliin sirban, darbees ammoo sirna akkasiirratti walii kaadhiimmatan ykn jaalalee itti argatan jira.Har'aafis sirbi aadaa Ineessee Oromoo Ormaa biratti qeerroofi qarreen sirban kana BBC Afaan Oromoo akka ittaanuutti isiniif qindeesseera dowwadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YHE8kLz
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YHE8kLz
BBC News Afaan Oromoo
Ineessee: Sirba aadaa qeerroofi qarree
Oromiyaa bakka garaa garaatti sirbi aadaa hawaasni ittiin jaalaa waliif qabu, jaalala loonsaaf qabuu akkasuumas gootoota kabajuufi leellisuu fakkaatan ittiin ibsatan jira. Keessattuu sirbi aadaa qeerroofi qarreen qophiiwwan garaa garaa irratti waliin sirban…
Qaalayinsa gatii Itoophiyaa keessatti sadarkaa yaachisaarra gahe dhuma Waxabajjii dhuftu dhibbeentaa 20'tti gadi siqsuuf karoorri Baankii Biyyaalessaatiin bahe gaaffii uumeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gFvKOpz
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gFvKOpz
BBC News Afaan Oromoo
Karoorri qaalayinsa gatii Itoophiyaa dhibeentaa 20tti gadi xiqqeessufi jedhame maaliif falmii kaase?
Qaalayinsa gatii Itoophiyaa keessatti sadarkaa yaachisaarra gahe dhuma Waxabajjii dhuftu dhibbeentaa 20'tti gadi siqsuuf karoorri Baankii Biyyaalessaatiin bahe gaaffii uumeera.
Dippilomaatii cimaa jedhamuun kan jajaman ministiirri dhimma alaa US duraanii Henrii Kinsinjar waggaa 100tti du'uun himame. Henrii Kisinjar keessumaa yeroo Waraana Hololaa (Cold War) hariiroo alaa US addunyaa waliin qabdu jabeessee qabuudhanis jajamu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/be8xKAO
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/be8xKAO
BBC News Afaan Oromoo
Dippiloomatii cimaafi ministiira dhimma alaa duraanii US Henrii Kisinjar waggaa 100tti du'an
Dippilomaatii cimaa jedhamuun kan jajaman ministiirri dhimma alaa US duraanii Henrii Kinsinjar waggaa 100tti du'uun himame. Henrii Kisinjar keessumaa yeroo Waraana Hololaa (Cold War) hariiroo alaa US addunyaa waliin qabdu jabeessee qabuudhanis jajamu.
Dubartoonni Keeniyaa afur dhibee HIV qaban fedhiisaanii malee waan maseenfamaniif manni murtii biyyattii tokkoo tokkoosaanif doolaara 20,000 murteessef.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nE2PKLZ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nE2PKLZ
BBC News Afaan Oromoo
Dubartoonni Keeniyaa HIV qabdu jedhamanii maseenfaman akkamitti dhugaasaanii galfatan?
Dubartoonni Keeniyaa afur dhibee HIV qaban fedhiisaanii malee waan maseenfamaniif manni murtii biyyattii tokkoo tokkoosaanif doolaara 20,000 murteessef.
Addunyaarra waggaatti namoonni miiliyoona 5.4 tahan bofaan hiddamuun, kanneen 138,000’tti siqan lubbuu dhabu. Dhaabbanni Keeniyaa tokko rakkoo kana hir'isuuf bofa walitti qabuun 'horsiisa'.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E9ORMpP
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E9ORMpP
BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbanni Keeniyaa kun maaliif bofa 'horsiisa'?
Addunyaarra waggaatti namoonni miiliyoona 5.4 tahan bofaan hiddamuun, kanneen 138,000’tti siqan lubbuu dhabu. Dhaabbanni Keeniyaa tokko rakkoo kana hir'isuuf bofa walitti qabuun 'horsiisa'.
Godiina Qeellam Wallaggaa, Gidaamitti amantoonni Waldaa Warra Wangeelaa Makana Yesuus Itoophiyaa sagal osoo kadhatarra jiranuu fudhatamanii ajjeefamuu gaggeessitoonni waldattii BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/v5d8PqB
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/v5d8PqB
BBC News Afaan Oromoo
Gidaamitti 'amantoonni sagal waldaa keessaa baafamanii ajjeefaman' - Waldaa Makaana Yasuus
Godiina Qeellam Wallaggaa, Gidaamitti amantoonni Waldaa Warra Wangeelaa Makana Yesuus Itoophiyaa sagal osoo kadhatarra jiranuu fudhatamanii ajjeefamuu gaggeessitoonni waldattii BBCtti himan.
Dhaabbanni Hawaasa Baha Afrikaa (East African Community) jedhamu erga hundaa’ee waggoota 30 ol kan lakkoofsise yoo ta’u miseensummaan biyyoota dabalataa simachaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2E0DBso
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2E0DBso
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan miseensa Hawaasa Baha Afrikaa yoo taatu abdii fi yaaddoo akkamii jira?
Dhaabbanni Hawaasa Baha Afrikaa (East African Community) jedhamu erga hundaa’ee waggoota 30 ol kan lakkoofsise yoo ta’u miseensummaan biyyoota dabalataa simachaa jira.
Ergamaan addaa US kan Gaanfa Afrikaa Maayik Hamar mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO ''ulfaataa waan tureef, yeroo gabaabaa keessatti bu'aa barbaadamu argamsiisuu akka hanqate dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N3BIYO2
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N3BIYO2
BBC News Afaan Oromoo
Marii Mootummaa fi WBO: Furmaanni karaa nagaa hanga argamutti murannoo qabna- Maayik Hamar
Ergamaan addaa US kan Gaanfa Afrikaa Maayik Hamar mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO ''ulfaataa waan tureef, yeroo gabaabaa keessatti bu'aa barbaadamu argamsiisuu akka hanqate dubbatan.
Kooriyaan Kaabaa saatalaayitii basaasaa ishee fayyadamuun waan Waayit Haawus keessatti ta'u hunda daawwachaa jiraachuu himti, warri lixaa ammoo dhuguma biyyattiin kana raawwachaa jiraachuushee ija shakkiin ilaalu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DekyEdO
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DekyEdO
BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa Waayit Haawus keessatti waan raawwatu 'kallattiin ilaalaan jira' jette
Kooriyaan Kaabaa saatalaayitii basaasaa ishee fayyadamuun waan Waayit Haawus keessatti ta'u hunda daawwachaa jiraachuu himti, warri lixaa ammoo dhuguma biyyattiin kana raawwachaa jiraachuushee ija shakkiin ilaalu.
Namoonni hundeensaanii Filisxeem ta'ee fi hundeeffamuu biyya Israa'el booda dhiibamanii addunyaarra faca'an halaala taa'anii gidiraa uummatasaanii kana daawwachuuf dirqamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OLTt96p
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OLTt96p
BBC News Afaan Oromoo
Filisxeemota lammii Ameerikaa dararaan uummataasaaniirraa akka dhaabbatu ijibbaata falmatan
Namoonni hundeensaanii Filisxeem ta'ee fi hundeeffamuu biyya Israa'el booda dhiibamanii addunyaarra faca'an halaala taa'anii gidiraa uummatasaanii kana daawwachuuf dirqamaniiru.
Adeemsi fuudhaa fi heerumaa bu’uura aadaa isaa gadhiisaa jira jechuun abbootiin gadaa Godina Shawaa Kaabaa seeroota haaraa daangaa fi adabbiin daangeffame labsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ymotgGa
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ymotgGa
BBC News Afaan Oromoo
Tumaan abbootiin Gadaa Shawaa Kaabaa gaa’illirratti tumame meeqa keenya baasiirraa dhorka laata?
Adeemsi fuudhaa fi heerumaa bu’uura aadaa isaa gadhiisaa jira jechuun abbootiin gadaa Godina Shawaa Kaabaa seeroota haaraa daangaa fi adabbiin daangeffame labsan.
Magaalaa Finfinneetti dhalattee kan guddatte Soossinaan hojii gaazexeessummaa erga eegaltee as dhimma HIV fi fayyaa sirna wal hormaataa irratti hojii hedduu hojjeteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZrA5B0x
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZrA5B0x
BBC News Afaan Oromoo
Dubartoonni hojii daldala saal qunnamtiirra jiran hedduun hiriyyootakoo ta’aniiru – Gazexeessituu Soosinnaa