Irra caalaa ammoo Horsiisee bulaan biyya lamaanii kan daangaarra jiran sababa margaa fi Bishaaniin walitti bu’iinsi waan mudatuuf dhibdee kana furuufis jila dansaa ture jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mg2qiOT

BBC News Afaan Oromoo
Jilli Boorana Itoophiyaa qophii Keeniyaa Haroo Turkaanaa irratti hirmaatan maal himu?
Irra caalaa ammoo Horsiisee bulaan biyya lamaanii kan daangaarra jiran sababa margaa fi Bishaaniin walitti bu’iinsi waan mudatuuf dhibdee kana furuufis jila dansaa ture jedhan.
Kiristaanoo Roonaaldoo tapha Shaampiyonsi Liigii Eeshiyaa Wiixata galgala kilabni isaa Al-Nasir kilaba biyya Iraan Persepoliis waliin taasise irratti garuu murteessaan taphichaa rukuttaa peenaaliitii kenneef jennaan akka haqu gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4NVxvA8
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4NVxvA8
BBC News Afaan Oromoo
Roonaaldoon rukuttaa peenaalitii murteessaan kenneef akka haqamu godhe

Xayyaarri madda boba'aa haaromfamu fayyadamu yeroo jalqabaaf balalii garba Atilaantiik ce'u taasisuufi.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AwHL53v

Xayyaarri yeroo jalqabaaf boba'aa %100 balfarraa hojjetame fayyadame balalii'uufi
Xayyaarri madda boba'aa haaromfamu fayyadamu yeroo jalqabaaf balalii garba Atilaantiik ce'u taasisuufi.
Kiristaanoo Roonaaldoo tapha Shaampiyonsi Liigii Eeshiyaa Wiixata galgala kilabni isaa Al-Nasir kilaba biyya Iraan Persepoliis waliin taasise irratti garuu murteessaan taphichaa rukuttaa peenaaliitii kenneef jennaan akka haqu gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4NVxvA8
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4NVxvA8
BBC News Afaan Oromoo
Roonaaldoon rukuttaa peenaalitii murteessaan kenneef akka haqamu godhe
Kiristaanoo Roonaaldoo tapha Shaampiyonsi Liigii Eeshiyaa Wiixata galgala kilabni isaa Al-Nasir kilaba biyya Iraan Persepoliis waliin taasise irratti garuu murteessaan taphichaa rukuttaa peenaaliitii kenneef jennaan akka haqu gaafate.
Xiyyaarri magaalaa Naayijeeriyaa Leegosii ka'ee Abujaa quachuu male magaalaa biraa Km 450 fagaattee argamtu qubachuusaa arge.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uyW98pI
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uyW98pI
BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaarri magaalaa itti balali'aa ture sehee magaalaa biraa qubate rifaatuu uume
Xiyyaarri magaalaa Naayijeeriyaa Leegosii ka'ee Abujaa quachuu male magaalaa biraa Km 450 fagaattee argamtu qubachuusaa arge.
Xiyyeeffannoo guddoon, Hamaas namoota nagaa bute gadhiisuurratti wayita ta'etti, warreen gaadhiifaman qaama isa bute harkaa fuudhanii qaama isa biraaf dabarsuutti gahee olaanaa kan bahe Koree Fannoo Diimaa Idila addunyaati (ICRC).
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YEKiVLl
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YEKiVLl
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Israa'el-Gaazaa: Namoota butamanii fi hidhaman deebisuuf gahee Fannoo Diimaa
Xiyyeeffannoo guddoon, Hamaas namoota nagaa bute gadhiisuurratti wayita ta'etti, warreen gaadhiifaman qaama isa bute harkaa fuudhanii qaama isa biraaf dabarsuutti gahee olaanaa kan bahe Koree Fannoo Diimaa Idila addunyaati (ICRC).
Koreen dhaabbii Hariiroo Alaa Koongireesii US Kamisa dhuftu dhimma Itoophiyaarratti akka mariyatu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WF8wj2i
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WF8wj2i
BBC News Afaan Oromoo
Koreen Hariiroo Alaa US dhimma Itoophiyaarratti mariyachuuf
Koreen dhaabbii Hariiroo Alaa Koongireesii US Kamisa dhuftu dhimma Itoophiyaarratti akka mariyatu beeksise.
Dhimma kanarratti Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa ammatti waan dubbate hinqabu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/D4fsRIz
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/D4fsRIz
BBC News Afaan Oromoo
Godaantonni Ertiraa 53 konkolaataa raayyaa Itoophiyaan gara Keeniyaa adeemaa turan to'ataman
Dhimma kanarratti Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa ammatti waan dubbate hinqabu.
Jaarmiyaa fiilmii oomishuun addunyaarratti beekamu Holiiwuud keessa kan hojjettu Meliisaa Baareeraa, Filisxeem deeggaruun yaadota miidiyaa hawaasummaarratti barreessiteen hojii fiilmiirraa ittifamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PvkljO0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PvkljO0
BBC News Afaan Oromoo
Taatoon Holiiwuud gocha Israa'el waan balaaleffatteef hojii fiilmiirraa ittifamte

❤1
Itoophiyaan buufata doonii Barbaraatti gargaaramuuf Somaalilaandi waliin mariin gaggeesissa jirtu sadarkaa fooyyeerra jiraachuu miidiyaan mootummaatti hidhata qabu Ejensiin Tajaajila Oduu Itoophiyaa gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DvLjlgN

‘Marii Itoophiyaan ulaa Galaana Diimaatti gargaaramuuf jalqabde sadarkaa fooyyeerra jira’

Lakkoofsi tuuristootaa ammatti paarkicha daawwachaa jiran humna paarkichi qabu waliin yeroo madaalamu baay’ee gadi aanaa ta’uu kan himan Obbo Nuguseen, lakkoofsi tuuristootaa xiqqaa ta’uusaatiin uummanni fayyadamaa akka hintaane himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/keGRo9f

Paarkiin Biyyaalessaa Booranaa bona dandamatee tuuristoota hawwachaa jira

Shamarreen ganna 23 intarneeta gubbaa ji'oota hedduuf akkaataa nama ajjeestuufi reeffa gattu barbaadaa akka turte galmeen poolisii agarsiisa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/acuwFMl

Shamarree 'akkatti nama ajjeesan baruuf' jettee barsiistuu galaafatte
Shamarreen ganna 23 intarneeta gubbaa ji'oota hedduuf akkaataa nama ajjeestuufi reeffa gattu barbaadaa akka turte galmeen poolisii agarsiisa.
Hawaasni Ormaa waggoota dheeraa dura ummata Oromoo keessaa ‘nuti ormine’ jedhanii bahan. Ammoo tura keessa aadaafi eenyummaa isaanii dagatuutti jiru. Walleen hawaasa bade deebisaa? Art. Caalaa Bultumeen waa'ee hawaasa kanaa maal jedha?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZtQV1xe
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZtQV1xe
BBC News Afaan Oromoo
'Oromoo Ormaaf wallee qopheessaan jira' - Art. Caalaa Bultumee
Hawaasni Ormaa waggoota dheeraa dura ummata Oromoo keessaa ‘nuti ormine’ jedhanii bahan. Ammoo tura keessa aadaafi eenyummaa isaanii dagatuutti jiru. Walleen hawaasa bade deebisaa? Art. Caalaa Bultumeen waa'ee hawaasa kanaa maal jedha?
Gaazatti bu'uuralen fayyaa deebi'anii akka hojjatan hin godhaman taanan, boombii caala dhibeen wal'aanamuu danda'u akka nama fixu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) akeekkachiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QfnF45t
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QfnF45t
BBC News Afaan Oromoo
Gaazaatti boombii caalaa dhibeetu nama fixuu mala- WHO
Gaazatti bu'uuralen fayyaa deebi'anii akka hojjatan hin godhaman taanan, boombii caala dhibeen wal'aanamuu danda'u akka nama fixu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) akeekkachiise.
Poolisiin Paakistaan ''ajjeechaa kabajaa'' shamarree ganna 18 qorachaa jira. Shamarree suuraan ishee miidiyaa hawaasaa irratti qoodamaa ture irratti mul'atte jedhamuun ajjeefamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aPVDFur
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aPVDFur
BBC News Afaan Oromoo
Abbaan intalasaa ''suuraa irratti dhiiraa wajjin mul'atte'' jechuun ajjeese
Poolisiin Paakistaan ''ajjeechaa kabajaa'' shamarree ganna 18 qorachaa jira. Shamarree suuraan ishee miidiyaa hawaasaa irratti qoodamaa ture irratti mul'atte jedhamuun ajjeefamte.
Taphoota Chaampiyoonsi Liigii ramaddiirraa darbuuf godhamuufi xumuratti dhiyaachaa jiruun ramaddii ''du'aa'' isa jedhamerraa PSG fi Niiwkaasil morkii miidhaga agarsiisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lmzuLZA
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lmzuLZA
BBC News Afaan Oromoo
Niiwkaasil Paarisitti injifannoo 'saamame': Seerri kubbaa harkaa maal jedha?
Taphoota Chaampiyoonsi Liigii ramaddiirraa darbuuf godhamuufi xumuratti dhiyaachaa jiruun ramaddii ''du'aa'' isa jedhamerraa PSG fi Niiwkaasil morkii miidhaga agarsiisan.
Paarlaamaan keeniyaa suufii pirezidaantiin biyyattii uffachuu jaalatan Kawundaa jedhamu dhorke.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RyOl0EM
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RyOl0EM
BBC News Afaan Oromoo
Paarlaamaa Keeniyaa suufii Kawundaa jedhamu pirezidanti Ruutoon uffachuu jaalatan dhorke
Paarlaamaan keeniyaa suufii pirezidaantiin biyyattii uffachuu jaalatan Kawundaa jedhamu dhorke.
Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa namoota saddeet fe'ee imalaa ture Jappaan, Oddoola Yakushimaatti kufee caccabe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pNmBU9J
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pNmBU9J
BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaarri waraanaa US namoota saddeet fe'ee ture oddoola Jappaanitti kufee caccabe