BBC AFAAN OROMOO
127K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
23K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Baatiin dura Oromoonni Ormaa Keeniyaa Kaawuntii Taanaa Riivar keessatti argaman guyyaa Aadaa kan Oromoonni biyyattii keessaa fi biyya ollaa Itoophiyaa irraa dhufan irratti argaman qopheessanii turan. Kana gabaastoonni BBC Afaan Oromoo qopheessan kan jalqabaa kunoo dhiyaadhaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mIH8kql
1
Dhimmoota gurguddaa lamaan qorannoon irratti gaggeeffame keessaa tokko dhimma federaalizimiiti. Itoophiyaaf sirna mootummaa federaalaamoo sirna qeenxeetu barbaachisa? dhimma jedhu kan dursaan yaada ummataa irratti walitti qabeedha. maal akka jedhame kunooti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aR91Loq
👍1
Maatiin barattoota Filisxeem gaafa Sanbataa Ameerikaa, naannoo Yunivarsiitii Vermoont'tti itti dhukaafamee, poolisiin haleellaa irratti raawwate yakka jibbinsaan akka qoratu gaaafatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l2NsKiO
Goolii ofirra garagaluun(overhead kick) akka kana miidhagu Istaadiyeemii keessa taa'ee argee waanin beeku natti hin fakkaatu...Waaynee Rooniin wayita Maanchistar Siitiirratti galchu achin ture.''Kana kan jedhe taphataa kubbaa miilaa duraanii amma xiinxalaa Kubbaa miilaa ta'e Gaarii Neeviili.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s5RP7Uv
Dooniin waraanaa US hidhattoota doonii fe’isaa - taankarii Israa’elitti hidhata qabdu qarqara Yamanitti gaafa Dilbataa qabatanii turan to’achuu qondaaloti waraanaa US ibsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9K4Ojif
Chaayinaatti gogaan harree haalaan barbaadamuf dhiyeessuf qeeraan harree magaalaa Asallaa deebi'e baname hojjachaa jiraachuu dhaabbatichi BBC'f mirkaneesse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vF3h9DY
Jaarmiyaa fiilmii oomishuun addunyaarratti beekamu Holiiwuud keessa kan hojjettu Meliisaa Baareeraa, Filisxeem deeggaruun yaadota miidiyaa hawaasummaarratti barreessiteen hojii fiilmiirraa ittifamte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5nMcrOm
Itoophiyaan buufata doonii Barbaraatti gargaaramuuf Somaalilaandi waliin mariin gaggeesissa jirtu sadarkaa fooyyeerra jiraachuu miidiyaan mootummaatti hidhata qabu Ejensiin Tajaajila Oduu Itoophiyaa gabaase.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sApz8P9
Aadaa Oromoo keessatti namni umuriinsaa mana ykn gaa'ila dhaabbachuuf gahe tokko haala adda addaatiin shamarree haadha warraa akka taatuuf filate waliin mana dhaabbata. Kan Oromoo Ormaa hoo maal fakkaata? Dhiyaadhaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/R7gbxzq
Kiristaanoo Roonaaldoo tapha Shaampiyonsi Liigii Eeshiyaa Wiixata galgala kilabni isaa Al-Nasir kilaba biyya Iraan Persepoliis waliin taasise irratti garuu murteessaan taphichaa rukuttaa peenaaliitii kenneef jennaan akka haqu gaafate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4NVxvA8
Kiristaanoo Roonaaldoo tapha Shaampiyonsi Liigii Eeshiyaa Wiixata galgala kilabni isaa Al-Nasir kilaba biyya Iraan Persepoliis waliin taasise irratti garuu murteessaan taphichaa rukuttaa peenaaliitii kenneef jennaan akka haqu gaafate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4NVxvA8
Xiyyeeffannoo guddoon, Hamaas namoota nagaa bute gadhiisuurratti wayita ta'etti, warreen gaadhiifaman qaama isa bute harkaa fuudhanii qaama isa biraaf dabarsuutti gahee olaanaa kan bahe Koree Fannoo Diimaa Idila addunyaati (ICRC).

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YEKiVLl