Riyaal Maadirid yeroo jijjiirraa gannaa dhufu kanatti maallaqa guddaa baasuun taphattoota urjii lameen Kiiliyaan Imbaappee fi Erlingi Haalaandi mallattesisuu barbaada.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rb4vcfL

BBC News Afaan Oromoo
Riyaal Maadiirid Imbaappee fi Haalaandi barbaada jedhame
Riyaal Maadirid yeroo jijjiirraa gannaa dhufu kanatti maallaqa guddaa baasuun taphattoota urjii lameen Kiiliyaan Imbaappee fi Erlingi Haalaandi mallattesisuu barbaada.
Nannoo Amaaratti magaala guddoo godiina Wallo Kaabaa kan taate Waldiyaatti hidhattoonni mana hidhaarratti haleellaa banuun hidhamtoota baasuu jiraattonni BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kszKSaW
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kszKSaW
BBC News Afaan Oromoo
Magaalaa Waldiyaatti hidhattoonni mana hidhaa cabsuun hidhamtoota baasan
Nannoo Amaaratti magaala guddoo godiina Wallo Kaabaa kan taate Waldiyaatti hidhattoonni mana hidhaarratti haleellaa banuun hidhamtoota baasuu jiraattonni BBCtti himan.
Yakki qunnamtii saala walfakkaataa kun godina Booranaa magaalaa Yaaballoo ganda Doloolloo Hoolaa keessatti kan argamu Mana Sirreessaa Godina Booranaa keessatti ALI Hagayya 28 bara 2015 raawwatame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WbQAUG4
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WbQAUG4
BBC News Afaan Oromoo
Namichi mana sirreessaa Yaaballo keessatti dhiira biroorratti saal-qunnamtii raawwate adabame
Yakki qunnamtii saala walfakkaataa kun godina Booranaa magaalaa Yaaballoo ganda Doloolloo Hoolaa keessatti kan argamu Mana Sirreessaa Godina Booranaa keessatti ALI Hagayya 28 bara 2015 raawwatame.
Haalli qilleensaa jiidhinsa qabu ammoo hantuunni wal-horuun lakkoossisaanii akka dabaluuf haala mijataa uume jedhame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x2gAcut
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x2gAcut
BBC News Afaan Oromoo
Awustiraaliyaatti magaalli tokko hantuutan weeraramtee jiraattonni yaaddoo keessa galan
Haalli qilleensaa jiidhinsa qabu ammoo hantuunni wal-horuun lakkoossisaanii akka dabaluuf haala mijataa uume jedhame.
👍1
Israa’el akka biyyaatti erga hundooftee waggaa 75 hin caalu. Waraanni Addunyaa Lammaffaan bara 1945tti dhuma argateefi bulchiinsi Hitlar Yihudoota miliyeena 6 ta’an irratti duguuggaa sanyii raawwachuun ammoo Yihudoonni biyya mataasaanii akka hundeessaniif carraa guddaa baneef.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bc6GC8y
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bc6GC8y
BBC News Afaan Oromoo
Deevid Bengooriyoon: Ministeera Muummee Israa’el jalqabaa Yihudoonni akka biyya qabaatan godhe eenyu?
Israa’el akka biyyaatti erga hundooftee waggaa 75 hin caalu. Waraanni Addunyaa Lammaffaan bara 1945tti dhuma argateefi bulchiinsi Hitlar Yihudoota miliyeena 6 ta’an irratti duguuggaa sanyii raawwachuun ammoo Yihudoonni biyya mataasaanii akka hundeessaniif…
Waraanni Bilisummaa Oromoo fi mootummaan Itoophiyaa ammas mariitti deebi'uu malee rakkoo dhalateef furmaata fiduu hin danda'an jedhan xiinxaltoonni.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E2PfLNG
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E2PfLNG
BBC News Afaan Oromoo
'Ammas mariitti deebi'uu malee furmaanni biraa hin jiraatu'- Xiinxaltoota
Waraanni Bilisummaa Oromoo fi mootummaan Itoophiyaa ammas mariitti deebi'uu malee rakkoo dhalateef furmaata fiduu hin danda'an jedhan xiinxaltoonni.
Erga mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee xumuramee as qaamoleen lameen walkomachuu cimsanii jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WjHQBvu
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WjHQBvu
BBC News Afaan Oromoo
Mootummaafi WBOn walkomatan, garuu ammas nagaaf kutannoo qabaachu ibsan
Erga mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee xumuramee as qaamoleen lameen walkomachuu cimsanii jiru.
Namoota butaman gadi lakkisiisufi deeggarsi namoomaa Gaazaa akka seenuf walii guyyaa afuriif walii galteen waraana dhaabuu taasifame gaafa dhumu Israa'el duula Gaazaa guutummaatti to'achuu akka itti fuftu qondaalonni waraanaa Israa'el ibsaa turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mXie7P0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mXie7P0
BBC News Afaan Oromoo
Gaazatti walii galteen waraana dhaabuu yoo dhumu lammiilee Gaazaa maaltu eeggata?
Namoota butaman gadi lakkisiisufi deeggarsi namoomaa Gaazaa akka seenuf walii guyyaa afuriif walii galteen waraana dhaabuu taasifame gaafa dhumu Israa'el duula Gaazaa guutummaatti to'achuu akka itti fuftu qondaalonni waraanaa Israa'el ibsaa turan.
👍1
Raashiyaan haleellaa diroonii guddaadha jedhame magaala guddoo Yukireen kan taate Kiiv irratti gaggeessuu angawoonni Yukireen ibsan.Haleellan diroonii kun erga waraanni Raashiyaafi Yukireen gidduutti eegalee isa guddaadha jedhame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FzZRrVm
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FzZRrVm
BBC News Afaan Oromoo
Raashiyaan haleellaa diroonii guddaa maagala guddoo Yukireen irratti gaggeessite
Raashiyaan haleellaa diroonii guddaadha jedhame magaala guddoo Yukireen kan taate Kiiv irratti gaggeessuu angawoonni Yukireen ibsan. Haleellan diroonii kun erga waraanni Raashiyaafi Yukireen gidduutti eegalee isa guddaadha jedhame.
Lakkoofsi tuuristootaa ammatti paarkicha daawwachaa jiran humna paarkichi qabu waliin yeroo madaalamu baay’ee gadi aanaa ta’uu kan himan Obbo Nuguseen, lakkoofsi tuuristootaa xiqqaa ta’uusaatiin uummanni fayyadamaa akka hintaane himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vcZoP4z
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vcZoP4z
BBC News Afaan Oromoo
Paarkiin Biyyaalessaa Booranaa bona dandamatee tuuristoota hawwachaa jira
Lakkoofsi tuuristootaa ammatti paarkicha daawwachaa jiran humna paarkichi qabu waliin yeroo madaalamu baay’ee gadi aanaa ta’uu kan himan Obbo Nuguseen, lakkoofsi tuuristootaa xiqqaa ta’uusaatiin uummanni fayyadamaa akka hintaane himan.
👍1
Sababii wallaansa baqaqsanii yaaluu bareedinaaf jecha Tarkiitti taasifamuutiin wal qabtee taasifamuutiin lakkoofsi dubartoota lubbuunsaanii darbu waan baayyateef mootummaan UK fi mootummaa Tarkii waliin marii taa’uuf.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MJsYnH0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MJsYnH0
BBC News Afaan Oromoo
Wal'aansa bareedinaaf jecha du'a dubartootaa dabalaa jiruuf UK fi Tarkiin marii taa'uuf
Sababii wallaansa baqaqsanii yaaluu bareedinaaf jecha Tarkiitti taasifamuutiin wal qabtee taasifamuutiin lakkoofsi dubartoota lubbuunsaanii darbu waan baayyateef mootummaan UK fi mootummaa Tarkii waliin marii taa’uuf.
👍1
Sarbamni qaamaa, xiinsammuu, diinagdee fi saalaa dubartootarra gahu baay'inaan aantee isaaniin raawwatama isaan keessaa tokko abbaan warraa haadha warraa dhaanuu dha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/I1bVg4i
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/I1bVg4i
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti dubartoonni haati warraa abba warraan dhaanamuun maaliif ''sirrii dha'' jedhanii amanu?
Sarbamni qaamaa, xiinsammuu, diinagdee fi saalaa dubartootarra gahu baay'inaan aantee isaaniin raawwatama isaan keessaa tokko abbaan warraa haadha warraa dhaanuu dha.
Gareen lammiilee Israa'el marsaa lammataan Hamaas sa'aatii muraasaaf boodatti harkifachuun gadhiise maatii biratti yaaddoo uumee ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pfNT2we
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pfNT2we
BBC News Afaan Oromoo
Harkifannaa muddamaan guutame booda Hamaas namoota butaman gadhiise
Gareen lammiilee Israa'el marsaa lammataan Hamaas sa'aatii muraasaaf boodatti harkifachuun gadhiise maatii biratti yaaddoo uumee ture.
Qorattoonni US sababa namoonni alkoolii biroo dhuganii osoo homaa hin taane wayinii xiqqoodhaan garuu mataa bowwoon isaan qabuu bira gahuu hin oolle.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jVQl54g
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jVQl54g
BBC News Afaan Oromoo
Waa’ee dhugaatii wayinii diimaafi mataa bowwuu isaan boodaa
Qorattoonni US sababa namoonni alkoolii biroo dhuganii osoo homaa hin taane wayinii xiqqoodhaan garuu mataa bowwoon isaan qabuu bira gahuu hin oolle.
Daa’imman alkan sirreerratti of jalatti fincaa’uu dubbachuun waan barameedha. Garuu yoo gaheessa umurii wagga 30 ol bakka ciisuutti of jalatti fincaa’uu itti fuufee dubbachuun nama qaaneessa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2tjvirb
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2tjvirb
BBC News Afaan Oromoo
Enuresis: 'Gaa’ilakootiin guyyoota muraasa boodan sireekoorratti fincaa’uu eegale'
Daa’imman alkan sirreerratti of jalatti fincaa’uu dubbachuun waan barameedha. Garuu yoo gaheessa umurii wagga 30 ol bakka ciisuutti of jalatti fincaa’uu itti fuufee dubbachuun nama qaaneessa.
👍1
Baatiin dura Oromoonni Ormaa Keeniyaa Kaawuntii Taanaa Riivar keessatti argaman guyyaa Aadaa kan Oromoonni biyyattii keessaa fi biyya ollaa Itoophiyaa irraa dhufan irratti argaman qopheessanii turan. Kana gabaastoonni BBC Afaan Oromoo qopheessan kan jalqabaa kunoo dhiyaadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mIH8kql
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mIH8kql
BBC News Afaan Oromoo
'Oromoon Ormaa dhiiga keenya, Obboleeyyan keenya' - Hirmaattota
Baatiin dura Oromoonni Ormaa Keeniyaa Kaawuntii Taanaa Riivar keessatti argaman guyyaa Aadaa kan Oromoonni biyyattii keessaa fi biyya ollaa Itoophiyaa irraa dhufan irratti argaman qopheessanii turan. Kana gabaastoonni BBC Afaan Oromoo qopheessan kan jalqabaa…
❤1
Dhimmoota gurguddaa lamaan qorannoon irratti gaggeeffame keessaa tokko dhimma federaalizimiiti. Itoophiyaaf sirna mootummaa federaalaamoo sirna qeenxeetu barbaachisa? dhimma jedhu kan dursaan yaada ummataa irratti walitti qabeedha. maal akka jedhame kunooti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aR91Loq
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aR91Loq
BBC News Afaan Oromoo
Yaadni ummataa sirna federaalaafi heera mootummaa irratti walitti qabame maal agarsiise?
Dhimmoota gurguddaa lamaan qorannoon irratti gaggeeffame keessaa tokko dhimma federaalizimiiti. Itoophiyaaf sirna mootummaa federaalaamoo sirna qeenxeetu barbaachisa? dhimma jedhu kan dursaan yaada ummataa irratti walitti qabeedha. maal akka jedhame kunooti.
👍1
Maatiin barattoota Filisxeem gaafa Sanbataa Ameerikaa, naannoo Yunivarsiitii Vermoont'tti itti dhukaafamee, poolisiin haleellaa irratti raawwate yakka jibbinsaan akka qoratu gaaafatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l2NsKiO
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l2NsKiO
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaatti barattoonni lammii Filisxeem sadii itti dhukaafamuun miidhaman
Maatiin barattoota Filisxeem gaafa Sanbataa Ameerikaa, naannoo Yunivarsiitii Vermoont'tti itti dhukaafamee, poolisiin haleellaa irratti raawwate yakka jibbinsaan akka qoratu gaaafatan.
Goolii ofirra garagaluun(overhead kick) akka kana miidhagu Istaadiyeemii keessa taa'ee argee waanin beeku natti hin fakkaatu...Waaynee Rooniin wayita Maanchistar Siitiirratti galchu achin ture.''Kana kan jedhe taphataa kubbaa miilaa duraanii amma xiinxalaa Kubbaa miilaa ta'e Gaarii Neeviili.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s5RP7Uv
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s5RP7Uv
BBC News Afaan Oromoo
Waayee goolii Garnaachoo isa ajaa'ibaa wantoota jedhaman
Goolii ofirra garagaluun(overhead kick) akka kana miidhagu Istaadiyeemii keessa taa'ee argee waanin beeku natti hin fakkaatu...Waaynee Rooniin wayita Maanchistar Siitiirratti galchu achin ture.'' Kana kan jedhe taphataa kubbaa miilaa duraanii amma xiinxalaa…
Atileetiin qaama miidhamaa fi loltuun duraanii lammii Taayilaand cidhasaarratti of ajjeesuun dura misirrittii fi namoota biroo sadii ajjeeseera jechuun poolisiin BBCtti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5Zhesby
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5Zhesby
BBC News Afaan Oromoo
Misirroon cidhasaarratti misirrittii dabalatee namoota afur ajjeesuun booda ofis ajjeese
Atileetiin qaama miidhamaa fi loltuun duraanii lammii Taayilaand cidhasaarratti of ajjeesuun dura misirrittii fi namoota biroo sadii ajjeeseera jechuun poolisiin BBCtti himeera.
Dooniin waraanaa US hidhattoota doonii fe’isaa - taankarii Israa’elitti hidhata qabdu qarqara Yamanitti gaafa Dilbataa qabatanii turan to’achuu qondaaloti waraanaa US ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9K4Ojif
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9K4Ojif
BBC News Afaan Oromoo
Qarqara Yamanitti US doonii Israa'elitti hidhata qabdu hidhattootarraa buuste