BBC AFAAN OROMOO
127K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
23K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Mariin nagaa marsaa lammaffaa mootummaa Itoophiyaafi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Tanzaaniyaatti gaggeeffamaa ture milkii malee xumurame deebi'ee akka itti fufuuf Manni Maree Amantiilee Oromoo Idil Addunyaa waamicha dhiyeesse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QcfrLWV
Riyaal Maadirid yeroo jijjiirraa gannaa dhufu kanatti maallaqa guddaa baasuun taphattoota urjii lameen Kiiliyaan Imbaappee fi Erlingi Haalaandi mallattesisuu barbaada.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rb4vcfL
Riyaal Maadirid yeroo jijjiirraa gannaa dhufu kanatti maallaqa guddaa baasuun taphattoota urjii lameen Kiiliyaan Imbaappee fi Erlingi Haalaandi mallattesisuu barbaada.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rb4vcfL
Nannoo Amaaratti magaala guddoo godiina Wallo Kaabaa kan taate Waldiyaatti hidhattoonni mana hidhaarratti haleellaa banuun hidhamtoota baasuu jiraattonni BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kszKSaW
Israa’el akka biyyaatti erga hundooftee waggaa 75 hin caalu. Waraanni Addunyaa Lammaffaan bara 1945tti dhuma argateefi bulchiinsi Hitlar Yihudoota miliyeena 6 ta’an irratti duguuggaa sanyii raawwachuun ammoo Yihudoonni biyya mataasaanii akka hundeessaniif carraa guddaa baneef.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bc6GC8y
Erga mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee xumuramee as qaamoleen lameen walkomachuu cimsanii jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WjHQBvu
Namoota butaman gadi lakkisiisufi deeggarsi namoomaa Gaazaa akka seenuf walii guyyaa afuriif walii galteen waraana dhaabuu taasifame gaafa dhumu Israa'el duula Gaazaa guutummaatti to'achuu akka itti fuftu qondaalonni waraanaa Israa'el ibsaa turan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mXie7P0
👍1
Raashiyaan haleellaa diroonii guddaadha jedhame magaala guddoo Yukireen kan taate Kiiv irratti gaggeessuu angawoonni Yukireen ibsan.Haleellan diroonii kun erga waraanni Raashiyaafi Yukireen gidduutti eegalee isa guddaadha jedhame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FzZRrVm
Lakkoofsi tuuristootaa ammatti paarkicha daawwachaa jiran humna paarkichi qabu waliin yeroo madaalamu baay’ee gadi aanaa ta’uu kan himan Obbo Nuguseen, lakkoofsi tuuristootaa xiqqaa ta’uusaatiin uummanni fayyadamaa akka hintaane himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vcZoP4z
👍1
Sababii wallaansa baqaqsanii yaaluu bareedinaaf jecha Tarkiitti taasifamuutiin wal qabtee taasifamuutiin lakkoofsi dubartoota lubbuunsaanii darbu waan baayyateef mootummaan UK fi mootummaa Tarkii waliin marii taa’uuf.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MJsYnH0
👍1
Qorattoonni US sababa namoonni alkoolii biroo dhuganii osoo homaa hin taane wayinii xiqqoodhaan garuu mataa bowwoon isaan qabuu bira gahuu hin oolle.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jVQl54g
Daa’imman alkan sirreerratti of jalatti fincaa’uu dubbachuun waan barameedha. Garuu yoo gaheessa umurii wagga 30 ol bakka ciisuutti of jalatti fincaa’uu itti fuufee dubbachuun nama qaaneessa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2tjvirb
👍1
Baatiin dura Oromoonni Ormaa Keeniyaa Kaawuntii Taanaa Riivar keessatti argaman guyyaa Aadaa kan Oromoonni biyyattii keessaa fi biyya ollaa Itoophiyaa irraa dhufan irratti argaman qopheessanii turan. Kana gabaastoonni BBC Afaan Oromoo qopheessan kan jalqabaa kunoo dhiyaadhaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mIH8kql
1
Dhimmoota gurguddaa lamaan qorannoon irratti gaggeeffame keessaa tokko dhimma federaalizimiiti. Itoophiyaaf sirna mootummaa federaalaamoo sirna qeenxeetu barbaachisa? dhimma jedhu kan dursaan yaada ummataa irratti walitti qabeedha. maal akka jedhame kunooti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aR91Loq
👍1
Maatiin barattoota Filisxeem gaafa Sanbataa Ameerikaa, naannoo Yunivarsiitii Vermoont'tti itti dhukaafamee, poolisiin haleellaa irratti raawwate yakka jibbinsaan akka qoratu gaaafatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l2NsKiO
Goolii ofirra garagaluun(overhead kick) akka kana miidhagu Istaadiyeemii keessa taa'ee argee waanin beeku natti hin fakkaatu...Waaynee Rooniin wayita Maanchistar Siitiirratti galchu achin ture.''Kana kan jedhe taphataa kubbaa miilaa duraanii amma xiinxalaa Kubbaa miilaa ta'e Gaarii Neeviili.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s5RP7Uv