“Gaafan karaa kana jalqabu qoreen akka itti heddummaatu nan beeka ture” kan jedhan Aadde Su’aad, qormaatawwan fi bu’aa bahii garagaraa dabarsuu himu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Nuoe49X

BBC News Afaan Oromoo
‘Leenjuma ani kennuufi muuxannoo kiyyarraa miliyeenara kan ta’an tokkoo lamaa miti’- Aadde Su’aad Muktaar
“Gaafan karaa kana jalqabu qoreen akka itti heddummaatu nan beeka ture” kan jedhan Aadde Su’aad, qormaatawwan fi bu’aa bahii garagaraa dabarsuu himu.
Dhihoo qarqara Yamanitti godaantonni 49 achi buuteen dhabamuu gabaafameera. Gammoojjiin Kaaba Jibuutii lammileen Itoophiyaa Yaman dhaquuf qaxxaamuraniifi lubbuun hedduu keessa darbu gaazexeessitoonni BBC dhihoo daawwataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x7wHjrs
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x7wHjrs
BBC News Afaan Oromoo
Imala gara du'aa: Godaantota Itoophiyaa gammoojjii hamaa Jibuutii keessatti
Dhihoo qarqara Yamanitti godaantonni 49 achi buuteen dhabamuu gabaafameera. Gammoojjiin Kaaba Jibuutii lammileen Itoophiyaa Yaman dhaquuf qaxxaamuraniifi lubbuun hedduu keessa darbu gaazexeessitoonni BBC dhihoo daawwataniiru.
Xaaliyaaniitti gareen wanbadee namoota 200 qabu dhaddacha irratti dhiyaachuun waliigalaan hidhaa waggaa 2,200 tahuun adabaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tzXys7Y
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tzXys7Y
BBC News Afaan Oromoo
Miseensonni garee wanbadee Xaaliyaanii hidhaa waggaa 2,200 adabaman
Xaaliyaaniitti gareen wanbadee namoota 200 qabu dhaddacha irratti dhiyaachuun waliigalaan hidhaa waggaa 2,200 tahuun adabaman.
Miidiyaan hawaasaa kun akkuma miidiyaalee hawaasummaa kaanii odeeffannoo dogongoraa facaasuu, waliin jireenya hawaasaa miidhuu, yakka nama dhuunfaa fi gareelee adda addaarratti raawwatamu jajjabeessuufi fi mirgoota adda addaa sarbuuf fayidaarra ni oola. Himannaan adda addaas irratti dhiyaata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rvPKjH7
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rvPKjH7
BBC News Afaan Oromoo
Tiktokarootaaf badhaasni hanga birrii miiliyoona lamaa qophaa'uun maaliif barbaachise?
Miidiyaan hawaasaa kun akkuma miidiyaalee hawaasummaa kaanii odeeffannoo dogongoraa facaasuu, waliin jireenya hawaasaa miidhuu, yakka nama dhuunfaa fi gareelee adda addaarratti raawwatamu jajjabeessuufi fi mirgoota adda addaa sarbuuf fayidaarra ni oola. Himannaan…
Israa'el ambsaaddarashee Afrikaa Kibaatti argamu gara biyyaatti waamte. Kunis kan dhagahame Afrikaan Kibbaa dhimma waraana Gaazatti gaggeeffamaa jirurratti Israa'el irratti himannaa guddaa dhiyeessuu hordofeeti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/An1iMZP
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/An1iMZP
BBC News Afaan Oromoo
Afrikaan Kibbaa Netaniyaahoo hidhamuu qaba jenneen Israa'el Ambasaaddarashee achii waamte
Israa'el ambsaaddarashee Afrikaa Kibaatti argamu gara biyyaatti waamte. Kunis kan dhagahame Afrikaan Kibbaa dhimma waraana Gaazatti gaggeeffamaa jirurratti Israa'el irratti himannaa guddaa dhiyeessuu hordofeeti.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhimmoota hayyama daldalaa ilaallatan hunda dabalatee tajaajilootni mootummaa 46 qaama sadaffaan akka kennamu dabarsee kennuufi.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K6feoFx
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K6feoFx
BBC News Afaan Oromoo
Magaalaan Finfinnee hayyama daldalaa dabalatee tajaajila 46 qaamni sadaffaan akka raawwatuuf dabarse
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhimmoota hayyama daldalaa ilaallatan hunda dabalatee tajaajilootni mootummaa 46 qaama sadaffaan akka kennamu dabarsee kennuufi.
Mariin lola Waraana Bilisummaa Oromoofi Mootummaa Federaalaa goolabuuf gaggeefamaa ture milkii malee xumuramuu Mootummaan Itoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo ibsa qofa qofaan baasaniin beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ENWmnLU
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ENWmnLU
BBC News Afaan Oromoo
Mariin Mootummaa fi WBO milkii malee xumuramuu qaamoleen lamaan ibsan
Mariin lola Waraana Bilisummaa Oromoofi Mootummaa Federaalaa goolabuuf gaggeefamaa ture milkii malee xumuramuu Mootummaan Itoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo ibsa qofa qofaan baasaniin beeksisan.
Yahyaa Sinwaar ammaaf achi buuteen isaa dhabameera. Dhabamusaa waanti ajaa'iba taasisu loltoonni Israa'el kumaatamaan lakkaa'aman diroonii, meeshaalee elektirooniksii ittiin dhaggeeffatan fi basaastotan deeggaramuun iddoo Yahyaa Sinwaar jiru adamsaa jiraachuudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tUKq1JB
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tUKq1JB
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa Hamaas, Israa'el irratti raawwate duuba jiru kan jedhaman hogganaan Hamaas Yahyaa Sinwaar eenyu?
Yahyaa Sinwaar ammaaf achi buuteen isaa dhabameera. Dhabamusaa waanti ajaa'iba taasisu loltoonni Israa'el kumaatamaan lakkaa'aman diroonii, meeshaalee elektirooniksii ittiin dhaggeeffatan fi basaastotan deeggaramuun iddoo Yahyaa Sinwaar jiru adamsaa jiraachuudha.
Waajirri Fayyaa Oromiyaa Waxabajjii, 2023 keessa qacarrii hakiimota 1100 raawwachuuf beeksisa baasus gita hojii kanaaf ogeessota iyyatan akka hin arganne waajirichatti Ittigaafatamaa Ittaanaa kan tahan Dr Gushaa Balakoo BBCtti himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rwhECfI
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rwhECfI
BBC News Afaan Oromoo
Biiroon Fayyaa Oromiyaa hakiimota 1,000 ol qacaruuf beeksisa baasee maalif iyyattoota dhabe?
Waajirri Fayyaa Oromiyaa Waxabajjii, 2023 keessa qacarrii hakiimota 1100 raawwachuuf beeksisa baasus gita hojii kanaaf ogeessota iyyatan akka hin arganne waajirichatti Ittigaafatamaa Ittaanaa kan tahan Dr Gushaa Balakoo BBCtti himaniiru.
Ragaan Baankii Addunyaa akka agarsiisutti, lammiileen Itoophiyaa miliyeena 57 ta'an dhiyeessii elektirikii qaban. Garuu hidhi Koyishaa maaliif aannisaa osoo hin maddisiisiin ture?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/j7Uf0rF
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/j7Uf0rF
BBC News Afaan Oromoo
Hidhi Kooyishaa anniisaa maddisiisuurratti maaliif harkifate?
Ragaan Baankii Addunyaa akka agarsiisutti, lammiileen Itoophiyaa miliyeena 57 ta'an dhiyeessii elektirikii qaban. Garuu hidhi Koyishaa maaliif aannisaa osoo hin maddisiisiin ture?
Kaabinoonni Israa'el tibbana dhukaasi gidduun dhaabbatutti lammiileesaanii garee Hamaasiin ugguraman gadhiisisuuf waliigalan
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HNBu1Th
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HNBu1Th
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Israa'el - Hamaas: Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar - BBC Afaan Oromoo
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.
Kooriyaan Kaabaa barana yaalii yeroo lamaaf goote erga fashalaa’ee booda saatalaayitii basaasaa waraanaa milka’iinaan gara hawaatti erguu beeksifte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7gYb6KB
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7gYb6KB
BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa saatalaayitii basaasaa furguggisuu ibsite
Kooriyaan Kaabaa barana yaalii yeroo lamaaf goote erga fashalaa’ee booda saatalaayitii basaasaa waraanaa milka’iinaan gara hawaatti erguu beeksifte.
Hiyuuman Raayitis Waach, Chaayinaan masjiidota cufuu, diiguu fi ijaarsa biraan bakka buusaa jirti jechuun himatee gabaasa baase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jQMRkXT
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jQMRkXT
BBC News Afaan Oromoo
Chaayinaan masjiidota cufuu fi diiguun Islaamummaa biyyashee keessaa balleessaa jirti- HRW
Hiyuuman Raayitis Waach, Chaayinaan masjiidota cufuu, diiguu fi ijaarsa biraan bakka buusaa jirti jechuun himatee gabaasa baase.
IGAD mootummaan Itoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo dheebuu nageenyaa uummataa guutuuf jecha marii nagaa jalqaban marsaa biraan akka itti fufaniif gaafate.Marii nagaa Mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduutti guyyootaaf Tanzaaniyaa magaalaa Daare Es Salaamitti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee xumuramu qaamooleen lamaanuun beeksiisaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hSIVmcU
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hSIVmcU
BBC News Afaan Oromoo
IGAD mootummaan Itoophiyaa fi WBO marii biraa gaggeessuun wal dhabdee isaanii akka furan gaafate
IGAD mootummaan Itoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo dheebuu nageenyaa uummataa guutuuf jecha marii nagaa jalqaban marsaa biraan akka itti fufaniif gaafate. Marii nagaa Mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduutti guyyootaaf Tanzaaniyaa magaalaa Daare Es Salaamitti…
Mootummaan Itoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo lola kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti gaggeessan karaa nagaa xumuruuf mariin gaggeessan milkii malee xumuramuu Kibxata Sadaasa 21, 2023 ibsaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G9yosDz
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G9yosDz
BBC News Afaan Oromoo
Marii nagaa Mootummaafi WBO milkii dhabe; Maaltu itti aana?

Kutaalee Oromiyaa hedduu keessatti yeroon kun waqtii oomishni qonnaa itti sassaabamu. Yeroo ammaa kana ammoo roobni yeroosaa hin eegne bakka hedduutti roobuurratti argama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5lm89Qz
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5lm89Qz
BBC News Afaan Oromoo
'Hanga ammaa midhaan lafa hektaara miiliyoona tokko ta’urraa sassaabuun ni hafa'
Kutaalee Oromiyaa hedduu keessatti yeroon kun waqtii oomishni qonnaa itti sassaabamu. Yeroo ammaa kana ammoo roobni yeroosaa hin eegne bakka hedduutti roobuurratti argama.
''Abbaa manaankoo araada ijoollee waliin quunnamtii saalaa raawwachuu qaba. Isa daa'ima kiyyarraa ittisuuf paawondii kuma 30 kaffaleera,'' jetti Beetaan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/71FgWLX
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/71FgWLX
BBC News Afaan Oromoo
Haadha intalashee miidhaa saalaa abbaan irraan gahurraa ittisuuf dhiphattu
''Abbaa manaankoo araada ijoollee waliin quunnamtii saalaa raawwachuu qaba. Isa daa'ima kiyyarraa ittisuuf paawondii kuma 30 kaffaleera,'' jetti Beetaan.
Chaayinaatti gogaan harree haalaan barbaadamuf dhiyeessuf qeeraan harree magaalaa Asallaa deebi'e baname hojjachaa jiraachuu dhaabbatichi BBC'f mirkaneesse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VRjSChT
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VRjSChT
BBC News Afaan Oromoo
Qeeraan harree, harroota Itoophiyaa fixuuf deemaa?
Chaayinaatti gogaan harree haalaan barbaadamuf dhiyeessuf qeeraan harree magaalaa Asallaa deebi'e baname hojjachaa jiraachuu dhaabbatichi BBC'f mirkaneesse.
❤1
Kooriyaan Kaabaa dhiphina gama waraanaan jiru hambisuuf waliigaltee waggaa shan dura Kooriyaa Kibbaa waliin mallattaa'e adda kutuunshee biyyoota lameen gidduutti yaaddoo waraanaa haaraa uume.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4xLOBbS
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4xLOBbS
BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa waliigaltee humna waraanaa Kooriyaa Kibbaa waliin qaban adda kutuun yaaddoo uume
Kooriyaan Kaabaa dhiphina gama waraanaan jiru hambisuuf waliigaltee waggaa shan dura Kooriyaa Kibbaa waliin mallattaa'e adda kutuunshee biyyoota lameen gidduutti yaaddoo waraanaa haaraa uume.
Itoophiyaan buufata doonii Barbaraatti gargaaramuuf Somaalilaandi waliin mariin gaggeesissa jirtu sadarkaa fooyyeerra jiraachuu miidiyaan mootummaatti hidhata qabu Ejensiin Tajaajila Oduu Itoophiyaa gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3vZ6qgE
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3vZ6qgE
BBC News Afaan Oromoo
‘Marii Itoophiyaan ulaa Galaana Diimaatti gargaaramuuf jalqabde sadarkaa fooyyeerra jira’
Itoophiyaan buufata doonii Barbaraatti gargaaramuuf Somaalilaandi waliin mariin gaggeesissa jirtu sadarkaa fooyyeerra jiraachuu miidiyaan mootummaatti hidhata qabu Ejensiin Tajaajila Oduu Itoophiyaa gabaase.
Miseensi Parlaamaa Gaanaa taphataa kilaba Manchestar Yunaayitid Haarii Maaguweer fakkeenya fudhatee itti qoosuusaaf dhiifama gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iw9x714
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iw9x714
BBC News Afaan Oromoo
Haarii Maagweer dhiifama qondaalli Gaanaa itti qoosuu isaaniif gaafatan fudhachuu ibse