Leenjisaan Cheelsii Toomaas Tuheel Raashiyaan sababa Yukireen weerararteef ''dhimma kilaba keenyaan walqabatee wantootni hin tasgabboofne hedduun jiru'' jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/NJMFcyt

BBC News Afaan Oromoo
Kilabni Cheelsii kan qabeenya lammii Raashiyaa ta'e qormaata keessa gale
Leenjisaan Cheelsii Toomaas Tuheel Raashiyaan sababa Yukireen weerararteef ''dhimma kilaba keenyaan walqabatee wantootni hin tasgabboofne hedduun jiru'' jedhan.
Weerara Raashiyaan Yukireen irratti bante pireezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lameen keessaa eenyyuun filatanii akka deeggaran irratti qormaata itti ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/LVhUEjJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/LVhUEjJ
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Weeraramuun Yukireen Chaayinaatti maaliif qormaata jabaa ta'e?
Weerara Raashiyaan Yukireen irratti bante pireezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lameen keessaa eenyyuun filatanii akka deeggaran irratti qormaata itti ta'eera.
Estooniyaa, Laatviyaafi Islooveeniyaan daandii qilleensa isaanii dhorkuun Bulgaariyaa, Poolaandi, Cheek Rippaabilikii fi UKtti makamuun xiyyaarota Raashiyaa dhorkan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/9vtDhWS
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/9vtDhWS
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Biyyootni hedduun xiyyaarotni Raashiyaa qilleensa isaanii irra akka hin balaliine dhorkan
Estooniyaa, Laatviyaafi Islooveeniyaan daandii qilleensa isaanii dhorkuun Bulgaariyaa, Poolaandi, Cheek Rippaabilikii fi UKtti makamuun xiyyaarota Raashiyaa dhorkan.
Dooniin fe'umsaa alaabaa Raashiyaa ofirraa qabdu qoqqobbii waraana Yuukireen hordofee Raashiyaa irratti darbe cabsiteetti jedhamtee shakkamte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lKiu1OS
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lKiu1OS
BBC News Afaan Oromoo
Yuukireen: Faransaay qoqqobbi Raashiyaa irratti dabarsiteen doonii ishee fudhatte
Dooniin fe'umsaa alaabaa Raashiyaa ofirraa qabdu qoqqobbii waraana Yuukireen hordofee Raashiyaa irratti darbe cabsiteetti jedhamtee shakkamte.
Pirezidantiin Yukireen Voloodmiir Zeleniskiin yeroo jalqabaatiif TV irratti kan dhiyaate diraamaa walitti fufee dhiyaataa ture baayyee beekamaafi nama kofalchiisu irratti akka pirezedaantii ta'ee ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/EiNZvaQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/EiNZvaQ
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Pirezidaantiin Yukireen kan Raashiyaan waraana irratti bantee, Voloodmiir Zeleniskiin eenyu?
Pirezidantiin Yukireen Voloodmiir Zeleniskiin yeroo jalqabaatiif TV irratti kan dhiyaate diraamaa walitti fufee dhiyaataa ture baayyee beekamaafi nama kofalchiisu irratti akka pirezedaantii ta'ee ture.
Yeroo Qaataar Waancaa Addunyaa keessummeessuuf carraa hojii addunyaaf argamsiisa jirtu, lammiileen Meksikoo shamarran salphaatti miidhamuu dandaʼu ibse. Kun erga lammiin biyyasaa Qaataaritti adabamte. Pawuulaa Chiyetekat, mootummaa Qaataar walliin qopheessaa waancaa addunyaa bara 2022 hojachuuf magaalaa gudditii biyyattii Doohaa Guraandhala 2020 dhufte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/teAyLZU
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/teAyLZU
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin Qaataaritti miidhaa saalaa himatte reebicha ulee 100 fi hidhaa waggaa 7n adabamte
Yeroo Qaataar Waancaa Addunyaa keessummeessuuf carraa hojii addunyaaf argamsiisa jirtu, lammiileen Meksikoo shamarran salphaatti miidhamuu dandaʼu ibse. Kun erga lammiin biyyasaa Qaataaritti adabamte. Pawuulaa Chiyetekat, mootummaa Qaataar walliin qopheessaa…
Federeeshiniin Juudoo Idil-adunyaa Vilaadmir Puutiniin aangoo pirezidaantii kabajaa fi ambaasaadarummaa federeeshinichaa irraa dhorke.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2H67Gvi
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2H67Gvi
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Federeeshiniin Juudoo Putiniin pirezidaantummaa fi ambasadarummaa federeeshinichaa irraa dhorke
Federeeshiniin Juudoo Idil-adunyaa Vilaadmir Puutiniin aangoo pirezidaantii kabajaa fi ambaasaadarummaa federeeshinichaa irraa dhorke.
Pireziaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin humnoota nuukilaraa isaanii akka of eeggannoo addaan qophaa'anii taa'aniif waraana isaaniif ajaja dabarsaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3VwPSDW
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3VwPSDW
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yukireen: Akeekkachiisni nuukilaraa NATOn sodaate hin oolle
Pireziaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin humnoota nuukilaraa isaanii akka of eeggannoo addaan qophaa'anii taa'aniif waraana isaaniif ajaja dabarsaniiru.
Ahimad Mohaammad Adam Dirree Dhawaatti dhalatee kan guddate yoo ta'u, ijoolluummaa irraa kaasee hojii kalaqaatiin hawwatamu hima. Kanaanis kanaan dura konkolaataa kan hojjatee ture yoo ta'u, amma ammoo jeenereetara baayoo gaaziin hojjatuu kalaqeera. Kaayyoonsaa guddaanis ibsaa baadiyaan gahuudha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/BjTbf6p
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/BjTbf6p
BBC News Afaan Oromoo
Dukkana qe'ee baadiyyaa ibsuuf jenereetara Ahimad Mohaammad biyya keessatti kalaqaa jiru
Ahimad Mohaammad Adam Dirree Dhawaatti dhalatee kan guddate yoo ta'u, ijoolluummaa irraa kaasee hojii kalaqaatiin hawwatamu hima. Kanaanis kanaan dura konkolaataa kan hojjatee ture yoo ta'u, amma ammoo jeenereetara baayoo gaaziin hojjatuu kalaqeera. Kaayyoonsaa…
Amma falmiin jalqabameera. Kanaaf, hireen gara fuula duraa maal ta'uu danda'a? Biyyoonni Lixaa Putiin dhaabuudhaaf maal gochuu danda'u?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/MSqKeyP
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/MSqKeyP
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yukireen: Hireen Yukireen gara fuula duraa maal ta'aa?
Amma falmiin jalqabameera. Kanaaf, hireen gara fuula duraa maal ta'uu danda'a? Biyyoonni Lixaa Putiin dhaabuudhaaf maal gochuu danda'u?
Erga guyyaa jalqabaa sababa weerara Yuukireeniin qoqqobbii jabaan Raashiyaa irratti darbee maallaqni Raashiyaa Raabil doolaaraan yeroo sharafamu %30 tahuun gadi bu'e. Kun rikardii haaraa galmaa'e yoo tahu, Yuuroonis akkasuma %1'n gadi bu'eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/FWsAqUG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/FWsAqUG
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Weerarri Yuukireen erga jalqabee miidhaa dinagdee akkamii geessise?
Erga guyyaa jalqabaa sababa weerara Yuukireeniin qoqqobbii jabaan Raashiyaa irratti darbee maallaqni Raashiyaa Raabil doolaaraan yeroo sharafamu %30 tahuun gadi bu'e. Kun rikardii haaraa galmaa'e yoo tahu, Yuuroonis akkasuma %1'n gadi bu'eera.
Raashiyaan waraana Yukireen irratti bante hordofee biyyoonni Lixaa qoqqobbiiwwan ulfaatoo ta'an gara garaa irra kaa'aa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZJEnUoI
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZJEnUoI
BBC News Afaan Oromoo
Qoqqobbiin maallaqa sochoosuu dhorku haaraan hangam Raashiyaa miidha?
Raashiyaan waraana Yukireen irratti bante hordofee biyyoonni Lixaa qoqqobbiiwwan ulfaatoo ta'an gara garaa irra kaa'aa jiru.
Adeemsi kun ammoo gaaffii boqonnaa namaaf hin kennine kan nama kaasisudha. Innis "Putiin 'milaacii' Nukilaraa ni harkisu jedhamee hin yadaamu. Garuu Nigodhaa laata? kan jedhudha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/kighLw9
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/kighLw9
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Putiin lola kanaaf 'Milaacii' Nukileraa harkisuu maluu?
Adeemsi kun ammoo gaaffii boqonnaa namaaf hin kennine kan nama kaasisudha. Innis "Putiin 'milaacii' Nukilaraa ni harkisu jedhamee hin yadaamu. Garuu Nigodhaa laata? kan jedhudha.
Ministirri Ittisaa Yuukireen waraana guyyoota afuriif loltoota Raashiyaa biyya isaanii weeraran irratti godhaniin loltoota Raashiyaa 5,000 ol ajjeesuu himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/wjNvJRO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/wjNvJRO
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Raashiyaa Yuukireen: Yukireen loltoota Raashiyaa 5,000 ajjeesuun taankii 191 barbadeessuu himte
Ministirri Ittisaa Yuukireen waraana guyyoota afuriif loltoota Raashiyaa biyya isaanii weeraran irratti godhaniin loltoota Raashiyaa 5,000 ol ajjeesuu himan.
Dhalattuun Itoophiyaa Saaraa kabbadaa Ameerikaatti maashina sa'a tokkotti buddeena 350 tolchu kalaquun guyyaatti buddena 8,000 rabsaa jirti. Saaraan Baqattummaan Keeniyaa waggoota saddet dabarsite.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/MoYZvKd
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/MoYZvKd
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaatti eelee saatiitti buddeena 350 tolchu kalaqee guyyaatti 8,000 ol rabsuu danda'eera-Saaraa K. Hordofaa
Dhalattuun Itoophiyaa Saaraa kabbadaa Ameerikaatti maashina sa'a tokkotti buddeena 350 tolchu kalaquun guyyaatti buddena 8,000 rabsaa jirti. Saaraan Baqattummaan Keeniyaa waggoota saddet dabarsite.
Sababa lakkoofsi namoota daran hedduu ta'eef gariin daangaa irratti danqamanii rakkoo gara garaaf saaxilamuu yoo himatan, barattoonni biyyoota Afrikaa ammoo sababa bifa isaaniin addatti baafamanii daangaa akka hin ceene dhorkamuu fi rakkoon gara garaa irra gahuu himatu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/M51UpRo
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/M51UpRo
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yukireen: Barattoonni Afrikaa sababa bifa isaaniif daangaa Yukireen irratti rakkataa jiraachuu himatu
Sababa lakkoofsi namoota daran hedduu ta'eef gariin daangaa irratti danqamanii rakkoo gara garaaf saaxilamuu yoo himatan, barattoonni biyyoota Afrikaa ammoo sababa bifa isaaniin addatti baafamanii daangaa akka hin ceene dhorkamuu fi rakkoon gara garaa irra…
Mariin dhukaasa dhaabuurratti xiyyeeffatu Raashiyaafi Yukireen gidduutti Wiixata eegalamus waraanni garuu akkuma itti fufetti jira.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/CqYPrOs
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/CqYPrOs
BBC News Afaan Oromoo
Raashiyaafi Yukireen waliin mariyatanis waraanni akkuma itti fufetti jira
Mariin dhukaasa dhaabuurratti xiyyeeffatu Raashiyaafi Yukireen gidduutti Wiixata eegalamus waraanni garuu akkuma itti fufetti jira.
Koreen biyyaalessaa lammiilee Itoophiyaa Sawud Arabiyaatti rakkatanii jiran biyyatti deebisuuf hundaa'e lammiilee kuma 100 ol haala rakkisaa keessatti argaman yeroo gabaabaatti haala biyyatti galchu irratti mari'achuu Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cekqgU8
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cekqgU8
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan lamiilee kuma 100 ol Sawud Arabiyaatti dararamaa jiran biyyatti galchuuf
Koreen biyyaalessaa lammiilee Itoophiyaa Sawud Arabiyaatti rakkatanii jiran biyyatti deebisuuf hundaa'e lammiilee kuma 100 ol haala rakkisaa keessatti argaman yeroo gabaabaatti haala biyyatti galchu irratti mari'achuu Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa hime.
Egdoonni daangaa Yukireen kan odola xiqqashuu Zmiinyi jedhamtu dabarsinee hin laallu jechuun ajjeefaman jedhu sirrii akka hin taaneefi hunduu lubbuun jiraachuu mootummaan Yukireen beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/fP6nNoJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/fP6nNoJ
BBC News Afaan Oromoo
Odola Zimiinyi'tti loltootni Yukireen gootummaan dhumuun gabaafame 'lubbuun jiru' jedhame
Egdoonni daangaa Yukireen kan odola xiqqashuu Zmiinyi jedhamtu dabarsinee hin laallu jechuun ajjeefaman jedhu sirrii akka hin taaneefi hunduu lubbuun jiraachuu mootummaan Yukireen beeksise.
INSA’n hojii isaa kana arguun deeggarsaa fi hamilee argatetti hedduu akka gammade Amaanu’eel BBC’tti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XQbihac
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XQbihac
BBC News Afaan Oromoo
INSAn barsiisaa Yunvarsiitii Dambidoolloo tibbana diroonii hojjate 'nan deeggara' jedhe
INSA’n hojii isaa kana arguun deeggarsaa fi hamilee argatetti hedduu akka gammade Amaanu’eel BBC’tti himeera.
Pirojektiin kun garee qorattootaa Yunvarsiitiiwwan Sidinii fi Niw Saawuz Weelsi keessaa walitti dhufanin kan adeemsifamaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/8Dr3L9H
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/8Dr3L9H
BBC News Afaan Oromoo
Teeknolojii namoonni qaro-dhabeeyyiin akka argan gargaaruu kaayyeffate