Itoophiyaa dabalatee biyyoota waraanni keessa jiru keessatti sarbamiinsi mirgoota namoomaa maanguddootarra gahu dabaluu jaarmiyaan mirgoota namoomaaf falmu Huuman Raayitis Waach (HRW) mul'ise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/IS8qMhB

BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa dabalatee biyyoota waraanni jirutti sarbamni mirga maanguddootaa dabale - HRW
Itoophiyaa dabalatee biyyoota waraanni keessa jiru keessatti sarbamiinsi mirgoota namoomaa maanguddootarra gahu dabaluu jaarmiyaan mirgoota namoomaaf falmu Huuman Raayitis Waach (HRW) mul'ise.
Sirna Gadaa keessatti dubartonni qooda guddaa haa qabataniyyu malee, Afoolli Oromoo garuu irra hedduu ilaalcha olaantummaa dhiirotaa fi gad-aantummaa dubartoota calaqqisiisan of keessaa qaba.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/vg6sCMT
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/vg6sCMT
BBC News Afaan Oromoo
Afoolli Oromoo ofitti amanuu fi hirmaannaa dubartootaa xinneessuuf qooda qabaa?
Sirna Gadaa keessatti dubartonni qooda guddaa haa qabataniyyu malee, Afoolli Oromoo garuu irra hedduu ilaalcha olaantummaa dhiirotaa fi gad-aantummaa dubartoota calaqqisiisan of keessaa qaba.
Dubartoonni Musliimaa Indiyaa waan filmaata dhunfaa isaanii kan ta'e hijaaba uffachuun dhimma siyaasaa taasifameef baay'ee aariifi qaaniin itti dhagahamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/uh1WKVe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/uh1WKVe
BBC News Afaan Oromoo
Dhorkaa hijaabaa Indiyaa dubartoota Musliimaa dheekkamsiise
Dubartoonni Musliimaa Indiyaa waan filmaata dhunfaa isaanii kan ta'e hijaaba uffachuun dhimma siyaasaa taasifameef baay'ee aariifi qaaniin itti dhagahamaa jira.
Raashiyaan haleellaa misaa'elaa bu'uuraalee misoomaa humna waraanaa Yuukireen irratti gaggeessaa akka jirtu himte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/K2eIT8d
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/K2eIT8d
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yuukireen: 'Raashiyaan haleellaa qilleensa irraa Yuukireen irratti raawwachu eegalte'
Raashiyaan haleellaa misaa'elaa bu'uuraalee misoomaa humna waraanaa Yuukireen irratti gaggeessaa akka jirtu himte.
Wiixineen seeraa miseensa Kongirasii Niiw Jeersii kan ta'an Toom Maaliinowskiin mana maree bakka bu'oota ummata Ameerikaatti beeksiifame kunis hojiirra kan oolfamu yoo ta'e, ''ciqilee Ameerikaa cima Itoophiyaarra bu'u'' ta'a jedhamee tilmaamameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/l0UTxNw
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/l0UTxNw
BBC News Afaan Oromoo
Wixineen seeraa HR 6600 Ameerikaan Itoophiyaa ilaalchisuun qopheesite maali?
Wiixineen seeraa miseensa Kongirasii Niiw Jeersii kan ta'an Toom Maaliinowskiin mana maree bakka bu'oota ummata Ameerikaatti beeksiifame kunis hojiirra kan oolfamu yoo ta'e, ''ciqilee Ameerikaa cima Itoophiyaarra bu'u'' ta'a jedhamee tilmaamameera.
Kamisa Guraadhala 24, 2022 Raashiyaan kan ji'ootaaf loltoota ishee 100,000 ol gara daangaa Yukireenitti bobbaafte qeeqamaa turte magaala guddoo Kiyeev irratti haleellaa misaayelaa raawwatteetti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/BCI6fWa
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/BCI6fWa
BBC News Afaan Oromoo
'Lammiileen Itoophiyaa Yuukireen gara daangaa Poolaanditti baqatan jiru'-Lammii Itoophiyaa Kiyeev jirtu
Kamisa Guraadhala 24, 2022 Raashiyaan kan ji'ootaaf loltoota ishee 100,000 ol gara daangaa Yukireenitti bobbaafte qeeqamaa turte magaala guddoo Kiyeev irratti haleellaa misaayelaa raawwatteetti.
Godina Shawaa lixaa aanaa Iluu Galaanitti Namichi Maqaan isaa Dajanee Ittafaa jedhamu Barattoota kutaa 1 fi 12 baratan ‘Waaqa isinii kadhadheen akka qorumsa darbitan isin godha’ jechuun erga goyyomsee booda hanna raawwate hidhaan adabame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gI8QAcN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gI8QAcN
BBC News Afaan Oromoo
Namichi ‘isiniif kadhadheen qormaata sin dabarsa’ jechuun barattootarraa hate hidhaan adabame
Godina Shawaa lixaa aanaa Iluu Galaanitti Namichi Maqaan isaa Dajanee Ittafaa jedhamu Barattoota kutaa 1 fi 12 baratan ‘Waaqa isinii kadhadheen akka qorumsa darbitan isin godha’ jechuun erga goyyomsee booda hanna raawwate hidhaan adabame.
Namichi intala dippiloomaatiif gaaffii gaayilaa dhiyeessee isheen didnaan gudeedee mataa irraa mure du'aan adabame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XocJY92
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XocJY92
BBC News Afaan Oromoo
Noor Muqaddam: Intalli dippiloomaatii gaaffii gaa'ilaa dhiyaateef waan diddeeef mataan irraa murame
Namichi intala dippiloomaatiif gaaffii gaayilaa dhiyeessee isheen didnaan gudeedee mataa irraa mure du'aan adabame.
Tariikaanfii weerara Raashiyaan Yikureen irratti raawwattee hordoofee, dheekkamsa biyyoota lixaafi deeggarsa Chaayinaan weeara Raashiyaaf taasifteefi attamiin dhimmi Yukireen akka addunyaa akka itti raasee kan itti dhagahameedha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/aqreMsy
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/aqreMsy
BBC News Afaan Oromoo
Weraramuu Yuukireeniifi deebii addunyaa: qoqqobbii, baqattootaafi sodaa waraanaa
Tariikaanfii weerara Raashiyaan Yikureen irratti raawwattee hordoofee, dheekkamsa biyyoota lixaafi deeggarsa Chaayinaan weeara Raashiyaaf taasifteefi attamiin dhimmi Yukireen akka addunyaa akka itti raasee kan itti dhagahameedha.
Guddina daa'immanii sirrii mirkanneessuuf wantoota barbaachisan keessaa nyaanni eddoo guddaa akka qabu oggeessi fakkaa ni dubbatu. Keessattuu Dokitarri daa'immanii BBC dubbisee fi oggeessoonni sirna nyaataa dhimma kanaarratti qabxiilee maatii fayyadu danda'an murteessoo kaasaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6dTC4Ir
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6dTC4Ir
BBC News Afaan Oromoo
Ijoolleen guddina gaarii akka qabaatanniif gosni nyaataa caalaa gorfamu jiraa?
Guddina daa'immanii sirrii mirkanneessuuf wantoota barbaachisan keessaa nyaanni eddoo guddaa akka qabu oggeessi fakkaa ni dubbatu. Keessattuu Dokitarri daa'immanii BBC dubbisee fi oggeessoonni sirna nyaataa dhimma kanaarratti qabxiilee maatii fayyadu danda'an…
Barattuu Siifan Fiixaa M/B Bultii Addaa Oromiyaa irraa qabxii seensa yuunvarsiitii bara kanaa irratti barnoota herregaan qabxii 100 galmeessuun seenaa addaa dubartootni Itoophiyaa keessatti galmeessanii hin beekan jedhamun amanamu hojjechuu manni barumsicha hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zHjU7Yo
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zHjU7Yo
BBC News Afaan Oromoo
Barnoota: Siifan Fiixaa barnoota Herregaan 100, Kooket Tasfaayee Fiiziksii 100, icciitiin milkaa'ina isaanii maali?
Barattuu Siifan Fiixaa M/B Bultii Addaa Oromiyaa irraa qabxii seensa yuunvarsiitii bara kanaa irratti barnoota herregaan qabxii 100 galmeessuun seenaa addaa dubartootni Itoophiyaa keessatti galmeessanii hin beekan jedhamun amanamu hojjechuu manni barumsicha…
Waraanichi diinagdee biyyaalee Afriikaa yaaddoo keessa galchuun cinaatti biyyaaleen gama Raashiyaa ykn warra Lixaatti goruuf dhiibbaa dippilomasii keessa galaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/YjLbXEy
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/YjLbXEy
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Yuukireen fi Afriikaa: Dhiibbaa boba’aa, barattoota fi daabboo irratti qabu
Waraanichi diinagdee biyyaalee Afriikaa yaaddoo keessa galchuun cinaatti biyyaaleen gama Raashiyaa ykn warra Lixaatti goruuf dhiibbaa dippilomasii keessa galaa jiru.
Pireezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan waraana michuu isaanii Yukireen irratti Raashiyaan banteef, loltuu erguun hin waraannu jedhaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zi7aPdZ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zi7aPdZ
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Yukireen: Baayidaan maaliif Yuukireenitti waraana hin ergani?
Pireezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan waraana michuu isaanii Yukireen irratti Raashiyaan banteef, loltuu erguun hin waraannu jedhaniiru.
Barattuun lammii Keeniyaa magaalaa guddoo biyyattii Naayiroobitti balaa ibiddaa doormii barattootaatti lubbuu barattoota 10 dabarse qaqqabsiite hidhaa waggaa shaniin adabamte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XjuAKUn
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XjuAKUn
BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaatti barattuun doormii barattootaatti ibidda qabsiisuun akka lubbuun barattootaa darbuuf sababa taate adabamte
Barattuun lammii Keeniyaa magaalaa guddoo biyyattii Naayiroobitti balaa ibiddaa doormii barattootaatti lubbuu barattoota 10 dabarse qaqqabsiite hidhaa waggaa shaniin adabamte.
Violaadmiir Putiin Raashiyaa gara bara durii USSR sanatti deebisuu danda'a jedha gulaalaan dhimma addunyaa keenyaa Joon Simpson.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/HK8cBtx

Mootummaan Yukireen loltoota 13 odola xiqqashuu harka loltoota Raashiyaatti hin laannu jedhanii boombiin dhuman galateeffachuuf.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/slqTENJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/slqTENJ
BBC News Afaan Oromoo
Ergaan dhumaa loltoonni Yuukireen 13 Raashiyaan ajjeefamuu waraabanii kaa'an miidiyaarratti ijoo dubbii ta'e
Mootummaan Yukireen loltoota 13 odola xiqqashuu harka loltoota Raashiyaatti hin laannu jedhanii boombiin dhuman galateeffachuuf.
Dhalataan Itoophiyaa Raashiyaa waggoota 35 jiraatan waayee biyya kooti jedhaniin Raashiyaa yoo himan ''otoo waraanni as dhufee duuluunkoo shakkii hinqabu'' jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3WPALdO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3WPALdO
BBC News Afaan Oromoo
'Otoo waraanni as dhufee duuluunkoo shakkii hinqabu'- dhalataa Itoophiyaa Raashiyaa jiraatan
Dhalataan Itoophiyaa Raashiyaa waggoota 35 jiraatan waayee biyya kooti jedhaniin Raashiyaa yoo himan ''otoo waraanni as dhufee duuluunkoo shakkii hinqabu'' jedhan.
Raashiyaan Yuukireen irratti waraana banuu hordofee Ameerikaa dabalate biyyoonni Lixaa Pirezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putin fi Ministira Dhimma Alaa isaanii Sergee Laavroov irra qoqqobbii addaa kaa'an.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gRFMzsV
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gRFMzsV
BBC News Afaan Oromoo
US fi biyyoonni Lixaa biroo Pirezidaant Putiin fi Ministira Dhimma Alaa isaaniirra qoqqobbii kaa'an
Raashiyaan Yuukireen irratti waraana banuu hordofee Ameerikaa dabalate biyyoonni Lixaa Pirezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putin fi Ministira Dhimma Alaa isaanii Sergee Laavroov irra qoqqobbii addaa kaa'an.
Leenjisaan Cheelsii Toomaas Tuheel Raashiyaan sababa Yukireen weerararteef ''dhimma kilaba keenyaan walqabatee wantootni hin tasgabboofne hedduun jiru'' jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/NJMFcyt
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/NJMFcyt
BBC News Afaan Oromoo
Kilabni Cheelsii kan qabeenya lammii Raashiyaa ta'e qormaata keessa gale
Leenjisaan Cheelsii Toomaas Tuheel Raashiyaan sababa Yukireen weerararteef ''dhimma kilaba keenyaan walqabatee wantootni hin tasgabboofne hedduun jiru'' jedhan.
Weerara Raashiyaan Yukireen irratti bante pireezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lameen keessaa eenyyuun filatanii akka deeggaran irratti qormaata itti ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/LVhUEjJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/LVhUEjJ
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Weeraramuun Yukireen Chaayinaatti maaliif qormaata jabaa ta'e?
Weerara Raashiyaan Yukireen irratti bante pireezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lameen keessaa eenyyuun filatanii akka deeggaran irratti qormaata itti ta'eera.
Estooniyaa, Laatviyaafi Islooveeniyaan daandii qilleensa isaanii dhorkuun Bulgaariyaa, Poolaandi, Cheek Rippaabilikii fi UKtti makamuun xiyyaarota Raashiyaa dhorkan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/9vtDhWS
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/9vtDhWS
BBC News Afaan Oromoo
Weerara Yuukireen: Biyyootni hedduun xiyyaarotni Raashiyaa qilleensa isaanii irra akka hin balaliine dhorkan