Harcummee dhaan reebuu, barbareen uluu, dhiituu, gaadiidhaan reebuu, kabaluu, qimmiiduufi kaanillee gosoota adabbii Itoophiyaa keessatti qaama ijoollee irratti raawwataman keessaati. Adabbiin qaamaa ijoollee balleessaarraa sirreessaa?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zqOI7aD

BBC News Afaan Oromoo
Ijoolleen yoo qimmiidamuu baatte ‘guddis-baddee’ taatii?
Harcummee dhaan reebuu, barbareen uluu, dhiituu, gaadiidhaan reebuu, kabaluu, qimmiiduufi kaanillee gosoota adabbii Itoophiyaa keessatti qaama ijoollee irratti raawwataman keessaati. Adabbiin qaamaa ijoollee balleessaarraa sirreessaa?
Qondaalonni ABO mana hidhaatti lagannaa nyaataa irra turan erga jaarsummaa manguddoonni biyyaa deemanii nyaata fudhachuu eegalanii amma fayyaan isaanii fooyya'uu isaanii maatiin himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/spMhm7Z
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/spMhm7Z
BBC News Afaan Oromoo
Siyaasa Itoophiyaa: Qondaalonni ABO lagannaa nyaataa irra turan nyaata nyaachuu erga eegalanii 'fooyyee qabu' jedhan maatiin
Qondaalonni ABO mana hidhaatti lagannaa nyaataa irra turan erga jaarsummaa manguddoonni biyyaa deemanii nyaata fudhachuu eegalanii amma fayyaan isaanii fooyya'uu isaanii maatiin himan.
Raashiyaan naannolee Baha Yuukireen lama harka finciltootaa jiraniif akka biyya walaba ta'an beekamtii kennuu fi loltoonni ishee garas akka seenan ajajuun balaaleffannaa itti fide.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/vAqX7sT
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/vAqX7sT
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yuukireen: Raashiyaan loltoonni ishee Baha Yuukireen akka seenan ajajje
Raashiyaan naannolee Baha Yuukireen lama harka finciltootaa jiraniif akka biyya walaba ta'an beekamtii kennuu fi loltoonni ishee garas akka seenan ajajuun balaaleffannaa itti fide.
Awustiraaliyaan namticha biyya keessatti yakkamaa hamaadha jechuun waggoota 12'f adamsaa turte to'annaa jala oolchuu beeksiifte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4bDGvO0
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4bDGvO0
BBC News Afaan Oromoo
Lammiin Awustiraaliiyaa yakkaan shakkamuun waggaa 12'f barbaadamaa ture to'atame
Awustiraaliyaan namticha biyya keessatti yakkamaa hamaadha jechuun waggoota 12'f adamsaa turte to'annaa jala oolchuu beeksiifte.
Leenjisaan Chelsii Toomaas Tuuhel ''yerootti waa'ee isaatti kolfinu miti'' jechuun waa'ee taphataa Paawondii miliyoona 97.5 bitamee gahumsi isaa gadi bu'e Lukaakuu dubbate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gnLpqh4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gnLpqh4
BBC News Afaan Oromoo
Romeluu Lukaakuu: Leenjisaan Chelsii Toomaas Tuuhel ''yerootti waa'ee Lukaakuu kolfinu miti' jedhe
Leenjisaan Chelsii Toomaas Tuuhel ''yerootti waa'ee isaatti kolfinu miti'' jechuun waa'ee taphataa Paawondii miliyoona 97.5 bitamee gahumsi isaa gadi bu'e Lukaakuu dubbate.
Hanga Ammaatti TPLF waliin mariin jalqabame akka hin jirre, haata'u malee kana jechuun mariin hin godhamu jechuu akka hin taane MM Abiy Ahimad dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/8N6T75x
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/8N6T75x
BBC News Afaan Oromoo
Siyaasa Itoophiyaa: 'Mariin TPLF waliin jalqabne hin jiru, hin mari'annu jechuu miti' - MM Abiy Ahimad
Hanga Ammaatti TPLF waliin mariin jalqabame akka hin jirre, haata'u malee kana jechuun mariin hin godhamu jechuu akka hin taane MM Abiy Ahimad dubbatan.
Rakkoon Yuukireen-Raashiyaa dhiyeessii zayita boba'aafi gaazii guutummaa addunyaa irratti gufachiisuu mala soda jedhuun gatiin akka malee dabale.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/kMtoXIE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/kMtoXIE
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yuukireen-Raashiyaa: Sodaa dhiyeessi boba'aa gufachuu mala jedhuun gatii dabale
Rakkoon Yuukireen-Raashiyaa dhiyeessii zayita boba'aafi gaazii guutummaa addunyaa irratti gufachiisuu mala soda jedhuun gatiin akka malee dabale.
Chaayinaan Ganfa Afrikaa kan amma tasgabbii dhabuun isa mudatee jirutti dippiloomaatii gameessa jedhaman Xue Bing ergamaa addaa gochuun muudde.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gXtxqeN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gXtxqeN
BBC News Afaan Oromoo
Hojiin ergamaa addaa Gaanfa Afrikaa haaraa 'misoomaa naga qabeessa jabeessuudha'-Chaayinaa
Chaayinaan Ganfa Afrikaa kan amma tasgabbii dhabuun isa mudatee jirutti dippiloomaatii gameessa jedhaman Xue Bing ergamaa addaa gochuun muudde.
Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNSC)tti ambaasaaddarri Keeniyaa Maartiin Kimaanii murtee Raashiyaan loltoota ishee naannolee lamaan Yuukireen irraa adda of baasanitti erguu murteessuu ishee balaaleffatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/08kJCZE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/08kJCZE
BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaan Raashiyaan loltoota ishee Yuukireenitti erguu balaaleffatte
Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNSC)tti ambaasaaddarri Keeniyaa Maartiin Kimaanii murtee Raashiyaan loltoota ishee naannolee lamaan Yuukireen irraa adda of baasanitti erguu murteessuu ishee balaaleffatan.
Yeroo baayyee waa'ee ofii dubbachuu namatti hin tolu. Hogganaa ofii duratti hafee hirriyaa biratti illeen yoo ta'ee ''of tuulummaa'' fakkaachu danda'a. Keessattuu bakka namoonni waliitti qabamaniitti of jajjuun kan baramee miti. Haalli kunis lammiilee Itoophiyaa biratti qofa osoo hintaane faranjoonnilleen xiqqoo of qabu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6cmiu7R
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6cmiu7R
BBC News Afaan Oromoo
Hojii fi guddina barbaadnu argachuuf attamiin of haa ibsinu?
Yeroo baayyee waa'ee ofii dubbachuu namatti hin tolu. Hogganaa ofii duratti hafee hirriyaa biratti illeen yoo ta'ee ''of tuulummaa'' fakkaachu danda'a. Keessattuu bakka namoonni waliitti qabamaniitti of jajjuun kan baramee miti. Haalli kunis lammiilee Itoophiyaa…
US, UK fi biyyoonni kaan Raashiyaarra uggura kaahuu eegalan itti fufuuf qophiin jiraachuu dubbatu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/G2pnmWB
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/G2pnmWB
BBC News Afaan Oromoo
Fayyadama doolaaraa dabalatee qoqqobbiiwwan Raashiiyaarra kaahamuu malan
US, UK fi biyyoonni kaan Raashiyaarra uggura kaahuu eegalan itti fufuuf qophiin jiraachuu dubbatu.
Ahimad Mohaammad Adam Dirree Dhawaatti dhalatee guddate. Umurii ijoollummaa isarraa kaasee waa uumuun ykn tolchuun gammachuu akka isaaf kenna dubbata Ahimad. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa wayita jirurraa kaasee raadiyoo suphuufi konkolaataa xixxiqqoo ijoolleen ittiin taphatan dinaamoodhaan hojjetu hojjechaa akka eegale yaadata. "Qe'een baadiyyaa harki caalu ibsaa hin qabu. Qonnaan bultoonniifi horsiise-bultoonni keenya ammallee dukkana keessa jiru. Isaaniif ibsaa qaqabsiisuun barbaada," jedha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Legqb1O
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Legqb1O
BBC News Afaan Oromoo
Kalaqa: Mul'ata dargaggoo Ahimad dukkana qe'ee baadiyyaa ibsuu irratti xiyyeeffate
Ahimad Mohaammad Adam Dirree Dhawaatti dhalatee guddate. Umurii ijoollummaa isarraa kaasee waa uumuun ykn tolchuun gammachuu akka isaaf kenna dubbata Ahimad. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa wayita jirurraa kaasee raadiyoo suphuufi konkolaataa xixxiqqoo ijoolleen…
Bineensi akka malee guddichi kun Kaalifoorniyaatti manneen hedduu cabsee seenuun nyaata hatuu amaleeffate jedha poolisiin.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zLuAaBr
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zLuAaBr
BBC News Afaan Oromoo
Bineensi Biir 'Hank the Tank' jedhamu mana cabsee nyaata hatuu bare poolisii USn barbaadamaa jira
Bineensi akka malee guddichi kun Kaalifoorniyaatti manneen hedduu cabsee seenuun nyaata hatuu amaleeffate jedha poolisiin.
Pirezidaantiin US, qoqqobbiin dabarsan maallaqaa Raashiyaan biyyoota Lixaa irraa argattuu dhaabuu fi namoota ''beekamoo'' irrattis xiyyeeffata.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/36fecJY
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/36fecJY
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yuukireen: Baayidan 'weerara eegaluu' sababeeffachuun Raashiyaa qoqqoban
Pirezidaantiin US, qoqqobbiin dabarsan maallaqaa Raashiyaan biyyoota Lixaa irraa argattuu dhaabuu fi namoota ''beekamoo'' irrattis xiyyeeffata.
Waraanni Kaaba Itoophiyaa kan baatiiwwan kudha jahaa oliif adeemaa jiru, miidhaa qabeenyaa fi namoomaa olaanaa qaqqabsiisee dhaabsiisuuf qaamooleen garaagaraa yaalii wayita taasisan dhagahamu. Ofii deebiin marii nagaatiif motummaan Itoophiyaa fi TPLF kennanii fi adeemsi hanga amaa maal fakkaataa?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Grw6keO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Grw6keO
BBC News Afaan Oromoo
Waa'ee marii mootummaa Itoophiyaa fi TPLF jidduu amma dura maal beekna?
Waraana Kaaba Itoophiyaa baatiiwwan kudha jahaaf adeemaa jiru, miidhaa qabeenyaa fi namoomaa olaanaa qaqqabsiisee dhaabsiisuuf qaamooleen garaagaraa yaalii gochaa jiru. Ofii deebiin marii nagaatiif mootummaan Itoophiyaa fi TPLF kennanii fi adeemsi hanga amaa…
Leenjisaan yeroo Maanchister Yunaayitid Raalf Raayinik tapha Shaampiyoonsi Liigii Atileetiikoo Maadirid waliin godhan irratti 'haala rakkisaan'' akka isaan mudachuu danda'u himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Y93EWav
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Y93EWav
BBC News Afaan Oromoo
Atileetiikoo Maadirid waliin 'haalli rakkisaan' nu mudachuu mala jedhan leenjisaan Maanchister Yuunaayitid
Leenjisaan yeroo Maanchister Yunaayitid Raalf Raayinik tapha Shaampiyoonsi Liigii Atileetiikoo Maadirid waliin godhan irratti 'haala rakkisaan'' akka isaan mudachuu danda'u himan.
Waajjirii Dhimma Alaa Ameerikaa haleellawwan humnootiin TPLF naannoo Amaaraa keessatti raawwataniiru jedhame yaaddeessuu beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/7ZxQuCf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/7ZxQuCf
BBC News Afaan Oromoo
US yakkoota humnooti Tigraay naannoo Amaaraatti raawwatan jedhameen yaadda'uu himte
Waajjirii Dhimma Alaa Ameerikaa haleellawwan humnootiin TPLF naannoo Amaaraa keessatti raawwataniiru jedhame yaaddeessuu beeksiise.
Godina Baale Bahaa Aanaa Gololchaa ganda Bullaallaa Kajawaa jedhamutti balaa sigiga lafaa namoota albuuda baasan irra gaheen hanga ammaatti lubbuun namoota torbaa yoo darbu 11 ammoo miidhaman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/dq7gtlE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/dq7gtlE
BBC News Afaan Oromoo
Baalee Bahaa Gololchaatti lafti sigigaatee lubbuun namoota 7 albuuda qotaa turanii darbe
Godina Baale Bahaa Aanaa Gololchaa ganda Bullaallaa Kajawaa jedhamutti balaa sigiga lafaa namoota albuuda baasan irra gaheen hanga ammaatti lubbuun namoota torbaa yoo darbu 11 ammoo miidhaman.
Miseensa Mana Maree Walabaa Sudaan yeroo ammaa biyya bulchaa jiruu kan ta'an Jeneraal Hamdaan "Hemetii" Daggaloo Roobii har'aa aanga'oota ol-aanoo Raashiyaa waliin mariyachuuf gara Mooskootti imalan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/P6QhTEl
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/P6QhTEl
BBC News Afaan Oromoo
Qondaalli waraanaa ol-aanaa Sudaan Raashiyaatti qajeelan
Miseensa Mana Maree Walabaa Sudaan yeroo ammaa biyya bulchaa jiruu kan ta'an Jeneraal Hamdaan "Hemetii" Daggaloo Roobii har'aa aanga'oota ol-aanoo Raashiyaa waliin mariyachuuf gara Mooskootti imalan.
Gareen hidhataa Somaaliyaa keessa socho'u al-Shabaab bara 2021 keessa doolaara miiliyoona 24 ta'uun meeshaa waraanaa bitachuu, qorannoon dhaabbata Moqaadishoo keessa jiruun hojjetame beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4DZApsK
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4DZApsK
BBC News Afaan Oromoo
Bara darbe al-Shabaab doolaar miiliyoona 24'n meeshaa waraanaa bitate-Gabaasa
Gareen hidhataa Somaaliyaa keessa socho'u al-Shabaab bara 2021 keessa doolaara miiliyoona 24 ta'uun meeshaa waraanaa bitachuu, qorannoon dhaabbata Moqaadishoo keessa jiruun hojjetame beeksise.
Ji’oota muraasa darban Pirezedantiin Raashiyaa Vilaadimiir Puutin Yuukireen weeraruuf karoorsuu isaanii waakkachaa turan. Amma garuu waliigaltee nageenyaa diiguun loltoota isaanii Baha Yuukirenitti naannolee lama kanneen to’annoo hidhattootaa jala jiranitti akka babba'aniif ajajaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/uDYLhbc
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/uDYLhbc
BBC News Afaan Oromoo
Raashiyaan maaliif loltoota ishee gara Yuukirenitti bobbaasuu barbaadde?
Ji’oota muraasa darban Pirezedantiin Raashiyaa Vilaadimiir Puutin Yuukireen weeraruuf karoorsuu isaanii waakkachaa turan. Amma garuu waliigaltee nageenyaa diiguun loltoota isaanii Baha Yuukirenitti naannolee lama kanneen to’annoo hidhattootaa jala jiranitti…