Biyyi Baha Afrikaa Itoophiyaan laga dheeraa addunyaa kan ta'e Abbayyarratti hidha ijaarte xumuruun guyyaa har'aa elektirikii maddisiisuu eegala jedhamee eegama. Hidhi kuni eessaa ka'e eessa gahe?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/KJobDNT

BBC News Afaan Oromoo
Dhimma hidha Abbayyaa Itoophiyaa wantoota beekuu qabdan shan: Eessaa ka'ee eessa gahe?
Biyyi Baha Afrikaa Itoophiyaan laga dheeraa addunyaa kan ta'e Abbayyarratti hidha ijaarte xumuruun guyyaa har'aa elektirikii maddisiisuu eegaltee jirti.
Taphataan kubbaa miilaa beekamaan duraanii Naayijeeriyaa, Kingsley Obiekwu waggaa 25 dura tapha Olompiikiitiin biyyasaaf warqee argamsiisee ture. Haata'u malee amma maatii isaa jiraachiisuuf jecha konkolaachisaa atobisii daldalaa akka ta'e BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/SclFN5V
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/SclFN5V
BBC News Afaan Oromoo
Taphataa kubbaa miillaa biyyasaaf warqee argamsiise, amma garuu jiraachuuf atobisii oofu
Taphataan kubbaa miilaa beekamaan duraanii Naayijeeriyaa, Kingsley Obiekwu waggaa 25 dura tapha Olompiikiitiin biyyasaaf warqee argamsiisee ture. Haata'u malee amma maatii isaa jiraachiisuuf jecha konkolaachisaa atobisii daldalaa akka ta'e BBCtti hime.
Ministirri Muummee UK Booriis Joonsan, Raashiyaan ''Awurooppaa keessatti erga bara 1945 as waraana guddicha'' eegaluuf akka jirtu ragaaleen tikaa fi odeeffannoon ni agarsiisu jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/nCMTJuv
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/nCMTJuv
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yuukreen: Raashiyaan erga waraana addunyaa lammaffaatii as waraana guddaa eegaluuf jirti-Booriis Joonsan
Ministirri Muummee UK Booriis Joonsan, Raashiyaan ''Awurooppaa keessatti erga bara 1945 as waraana guddicha'' eegaluuf akka jirtu ragaaleen tikaa fi odeeffannoon ni agarsiisu jedhan.
Ameerikaatti haatiifi abbaan warraa iccitii nikulaaraa dabarsanii kennuuf akka ture shakkamuun to'annoo jala oolfaman balleessaa isaanii amanan.Cimdiiwwan Diiyaanaa fi Joonaataan jedhaman kunneenis Ameerikaa Meerilaand keessa jiraatu ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Jz1QFt3
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Jz1QFt3
BBC News Afaan Oromoo
Cimdiiwwan Ameerikaa icciitii nikulaaraa gurguruuf turan balleessaan irratti argame
Ameerikaatti haatiifi abbaan warraa iccitii nikulaaraa dabarsanii kennuuf akka ture shakkamuun to'annoo jala oolfaman balleessaa isaanii amanan.Cimdiiwwan Diiyaanaa fi Joonaataan jedhaman kunneenis Ameerikaa Meerilaand keessa jiraatu ture.
Ministirri Muummee Abiy Ahamd Dilbata [20,02,2022] bakka argama pirojektichaa Gubaatti argamuun hidha haaromsaarraa anniisaa maddisiisuu eegalsiisan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6ChrAfe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6ChrAfe
BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy Ahimad hojii hidha haaromsaarraa anniisaa maddisiisuu eegalsiisan
Ministirri Muummee Abiy Ahamd Dilbata [20,02,2022] bakka argama pirojektichaa Gubaatti argamuun hidha haaromsaarraa anniisaa maddisiisuu eegalsiisan.
Namticha waggaa 36 tokkoo paarkii Awustiraaliyaa keessatti miila nama biraa kutusaatiin himannaan ajjeechaa irratti baname.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/WPKepqs
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/WPKepqs
BBC News Afaan Oromoo
Namticha waliigalteedhaan miila hiriyaasaa irraa muree ajjeese poolisiin to'ate
Namticha waggaa 36 tokkoo paarkii Awustiraaliyaa keessatti miila nama biraa kutusaatiin himannaan ajjeechaa irratti baname.
Barataan umriinsaa 14, baaddiyaa bakka neetworkii, ibsa fi daandii dabalate tajaajilii barbaachiisan hedduun hin jire jiraatuu, baayoogaazii kosiirraa oomishuun humna elektirisiitii maddisiisee taaajila ibsa manneen hedduu kennaa jira . Aadan Huseen Diidaa jedhama. Dhalataa Godina Boorana aanaa Waacilee Ganda Weebii. Mana barumsa Tulaa Weebiiti barataa kutaa 8ffaati.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kRjsZD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kRjsZD
BBC News Afaan Oromoo
Barataa waggaa 14 kosiirraa uummataa baadiyaaf tajaajila ibsaa dhiyeessaa jiru
Barataan umriinsaa 14, baaddiyaa bakka neetworkii, ibsa fi daandii dabalate tajaajilii barbaachiisan hedduun hin jire jiraatuu, baayoogaazii kosiirraa oomishuun humna elektirisiitii maddisiisee taaajila ibsa manneen hedduu kennaa jira . Aadan Huseen Diidaa…
Zooy bara 2010 yeroo namni ishee guddifate fudhattee suuqii deemtu baduun qorannoo maayikiroochiippiin adda baafamte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/wny01d4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/wny01d4
BBC News Afaan Oromoo
Sareen baddee waggoota 12 turte Zooy jedhamu argame
Zooy bara 2010 yeroo namni ishee guddifate fudhattee suuqii deemtu baduun qorannoo maayikiroochiippiin adda baafamte.
Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet qorannoon erga taasifameefii booda Covid-19 irratti argamuu masaraan mootummaa Baakiinghaam beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JbWBuzf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JbWBuzf
BBC News Afaan Oromoo
Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet koronaavaayirasiin qabaman
Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet qorannoon erga taasifameefii booda Covid-19 irratti argamuu masaraan mootummaa Baakiinghaam beeksise.
Walagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaa gandoota Nageessoo fi Haroo Ayyaanaa jedhaman keessatti haleellaa finxaaleyyiin Amaaraa gaggeessaniin namoonni ajjeefamanii, manaa fi qabeenyi ummataa gubachuu aanga'oonni aanichaa BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cLGyiel
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cLGyiel
BBC News Afaan Oromoo
'Walagga Bahaa, Giddaa Ayyaanaatti hidhattoonni sabaan Amaaraa namoota ajjeesan, manneen guban'- aanga'oota
Walagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaa gandoota Nageessoo fi Haroo Ayyaanaa jedhaman keessatti haleellaa finxaaleyyiin Amaaraa gaggeessaniin namoonni ajjeefamanii, manaa fi qabeenyi ummataa gubachuu aanga'oonni aanichaa BBCtti himan.
Ministeerri Dhimma Alaa Masrii hidha haaromsaarraa anniisaa elektirikii maddisiisuu eegaluun qajeeltoowwan waliigaltee biyyootaa kan cabsuudha jechuun Masriin akka tarkaanfii Itoophiyaa mormitu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/PhwezNj
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/PhwezNj
BBC News Afaan Oromoo
Hidhi haaromsaa anniisaa maddisiisuu eegaluun 'waliigaltee faallessa' - Masrii fi Sudaan
Ministeerri Dhimma Alaa Masrii hidha haaromsaarraa anniisaa elektirikii maddisiisuu eegaluun qajeeltoowwan waliigaltee biyyootaa kan cabsuudha jechuun Masriin akka tarkaanfii Itoophiyaa mormitu ibse.
Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan dhimma muddama Yuukreen irratti pirezidaantii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin marii taasisuuf sadarkaa qajeelfama bu'uuraatti waliigaluu beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/RDyIYxq
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/RDyIYxq
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yuukreen: Baayidan Puutiin waliin mari'achuuf qajeeltoo bu'uuraa irratti waliigalan
Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan dhimma muddama Yuukreen irratti pirezidaantii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin marii taasisuuf sadarkaa qajeelfama bu'uuraatti waliigaluu beeksisan.
Manni maree bakka bu'oota uummataa Itoophiyaa Komiishinii Marii Biyyaalessaaf komiishinaroota 11 muude.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/5TIaXsG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/5TIaXsG
BBC News Afaan Oromoo
Masfin Araayaa walitti qabaa komiishinii marii biyyaalessaa ta'uun muudaman
Manni maree bakka bu'oota uummataa Itoophiyaa Komiishinii Marii Biyyaalessaaf komiishinaroota 11 muude.
Lammileen Keeniyaa paayiloota lama Daandii Qilleensaa Keeniyaa keessa hojjatan kanneen xiyyaarota bubbee hamaa ‘Eunice‘ jedhamuufi Awuroopaatti ka’e keessa nagaan qubsiisuu danda’an gama toora intarneetiin leellisaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/txBQv31
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/txBQv31
BBC News Afaan Oromoo
Lammileen Keeniyaa paayileetota bubbee hamaa keessa xiyyaarota qubachiisan leellisaa jiru
Lammileen Keeniyaa paayiloota lama Daandii Qilleensaa Keeniyaa keessa hojjatan kanneen xiyyaarota bubbee hamaa ‘Eunice‘ jedhamuufi Awuroopaatti ka’e keessa nagaan qubsiisuu danda’an gama toora intarneetiin leellisaa jiru.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa komishinaroota Komishinii Marii Biyyaalessaatiif kaadhimamtoota dhiyaatan 11 yeroo raggaasisutti Piroofeesar Masfin Araayaatiin walitti qabaa Komishinichaa gochuun muudeera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/pueUwEK
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/pueUwEK
BBC News Afaan Oromoo
Walitti qabaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Pirof. Masfin Araayaa eenyudha?
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa komishinaroota Komishinii Marii Biyyaalessaatiif kaadhimamtoota dhiyaatan 11 yeroo raggaasisutti Piroofeesar Masfin Araayaatiin walitti qabaa Komishinichaa gochuun muudeera.
Toorri miidiyaa hawaasaa Doonaald Tiraamp’ Truth Social’ jedhamu kuuusaa aappii ykn App Store Ameerikaa qofatti hanga tokko daangeffamee tajaajila kennuu eegale.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f6jeya7
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f6jeya7
BBC News Afaan Oromoo
Miidiyaan hawaasaa Doonaald Tiraamp tajaajila kennuu eegale
Toorri miidiyaa hawaasaa Doonaald Tiraamp’ Truth Social’ jedhamu kuuusaa aappii ykn App Store Ameerikaa qofatti hanga tokko daangeffamee tajaajila kennuu eegale.
Lammiin Eertiraa haadha isaarra daa’imummaarraa kaasee adda bahe ganna 47 booda haadhasaa waliin deebi'anii wal argan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XKmikfr
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/XKmikfr
BBC News Afaan Oromoo
Lammiileen Eertiraa Haadhaa fi ilma ta'an waggoota 47 booda deebi’anii wal argan
Lammiin Eertiraa haadha isaarra daa’imummaarraa kaasee adda bahe ganna 47 booda haadhasaa waliin deebi'anii wal argan.
Lafa kana irratti wantota nama naasisaniifi nama sodaachisan keessaa tokko du'adha. Du'a ofii isaanii caalaa namoonni nama jaallatan dhabuun isaan jeequ hedduudha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/O4VFNfr
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/O4VFNfr
BBC News Afaan Oromoo
Nama sirna awwaalcha namoota kumaatamaa raawwateef duuti maalidha?
Lafa kana irratti wantota nama naasisaniifi nama sodaachisan keessaa tokko du'adha. Du'a ofii isaanii caalaa namoonni nama jaallatan dhabuun isaan jeequ hedduudha.
Booranatti hongeedhaan walqabatee lakkoofsi namoota dhukkuba garaa kaasaatiin qabamanii dabalaa jiraachuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Naannoo oromiyaa BBC'tti hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZnlhJMg
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZnlhJMg
BBC News Afaan Oromoo
Biiroo Fayyaa Oromiyaa: 'Booranatti hongeedhaan walqabatee lakkoofsi namoota garaa kaasaan qabamanii dabalaa jira'
Booranatti hongeedhaan walqabatee lakkoofsi namoota dhukkuba garaa kaasaatiin qabamanii dabalaa jiraachuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Naannoo oromiyaa BBC'tti hime.
Harcummee dhaan reebuu, barbareen uluu, dhiituu, gaadiidhaan reebuu, kabaluu, qimmiiduufi kaanillee gosoota adabbii Itoophiyaa keessatti qaama ijoollee irratti raawwataman keessaati. Adabbiin qaamaa ijoollee balleessaarraa sirreessaa?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zqOI7aD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/zqOI7aD
BBC News Afaan Oromoo
Ijoolleen yoo qimmiidamuu baatte ‘guddis-baddee’ taatii?
Harcummee dhaan reebuu, barbareen uluu, dhiituu, gaadiidhaan reebuu, kabaluu, qimmiiduufi kaanillee gosoota adabbii Itoophiyaa keessatti qaama ijoollee irratti raawwataman keessaati. Adabbiin qaamaa ijoollee balleessaarraa sirreessaa?
Qondaalonni ABO mana hidhaatti lagannaa nyaataa irra turan erga jaarsummaa manguddoonni biyyaa deemanii nyaata fudhachuu eegalanii amma fayyaan isaanii fooyya'uu isaanii maatiin himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/spMhm7Z
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/spMhm7Z
BBC News Afaan Oromoo
Siyaasa Itoophiyaa: Qondaalonni ABO lagannaa nyaataa irra turan nyaata nyaachuu erga eegalanii 'fooyyee qabu' jedhan maatiin