Waraana Tigraay dhaabsisuuf tattaaffiin taasifamaa jiru kan abdii namatti horu ta'us, mootummaan federaalaa yeroo kanatti fayyadamuun humna waraanaa cimsataa jira jedhan Dura taa'aan TPLF Dr Debratshiyoon Gabramikaa'el.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/QPu1T50

BBC News Afaan Oromoo
'Dhimmi hiree murteeffannaa uummata Tigraay mariif kan dhiyaatu miti'- Dr Dabratsiyoon
Waraana Tigraay dhaabsisuuf tattaaffiin taasifamaa jiru kan abdii namatti horu ta'us, mootummaan federaalaa yeroo kanatti fayyadamuun humna waraanaa cimsataa jira jedhan Dura taa'aan TPLF Dr Debratshiyoon Gabramikaa'el.
Jalqaba ji'a kanaatti haleellaa kaampii baqattootaa naannoo Affaar keessa jiru irratti qaqqabeen yoo xiqqaate baqattootni Eertiraa shan ajjeefamuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Ejensiin Baqattootaa hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/OtRj5UE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/OtRj5UE
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Kaampii Affaar keessatti baqattootni Eertiraa shan ta'an ajjeefamuu UN hime
Jalqaba ji'a kanaatti haleellaa kaampii baqattootaa naannoo Affaar keessa jiru irratti qaqqabeen yoo xiqqaate baqattootni Eertiraa shan ajjeefamuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Ejensiin Baqattootaa hime.
Yuutubiin buufata xiyyaaraa UK Hiitroowitti xiyyaaronni yeroo qubatan kallattiin viidiyoodhaan agarsiisu akka tasaa xiyyaara akkaan qubachuuf rakkatu argate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JGBr0FH
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JGBr0FH
BBC News Afaan Oromoo
Big Jet TV: Viidiyoon balaliistonni xiyyaara qubachiisuuf yoo rakkatan waraabame ajaa'iba ta'e
Yuutubiin buufata xiyyaaraa UK Hiitroowitti xiyyaaronni yeroo qubatan kallattiin viidiyoodhaan agarsiisu akka tasaa xiyyaara akkaan qubachuuf rakkatu argate.
Pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan gitni isaanii kan Raashiyaa Vilaadimiir Puutin weerara Yuukireen irratti banuuf murteessuu isaanii amaneera, haleellaan sun ''guyyoota muraasa keessatti eegala’’ jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/QFaD8N5
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/QFaD8N5
BBC News Afaan Oromoo
Waldhibdee Yuukireen: Puutin Yuukireen weeraruuf murteessuu isaanii 'amaneera' jedhan Baayidan
Pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan gitni isaanii kan Raashiyaa Vilaadimiir Puutin weerara Yuukireen irratti banuuf murteessuu isaanii amaneera, haleellaan sun ''guyyoota muraasa keessatti eegala’’ jedhan.
Waliigalteen waraanaa TPLF fi dhaabbilee hidhannoon qabsootti jiran kaan waliin taasifne erga TPLF duubatti deebi'ees akkuma itti fufetti jira jedhan hogganaan Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan ABO -Shanee jedhee waamu Marroo Dirribaa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/X3AH6re
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/X3AH6re
BBC News Afaan Oromoo
Waliigaltee TPLF, marii biyyaalessaafi ajjeechaa namoota nagaa ittiin himatamanirrratti Marroo Diirribaa maal jedha?
Waliigalteen waraanaa TPLF fi dhaabbilee hidhannoon qabsootti jiran kaan waliin taasifne erga TPLF duubatti deebi'ees akkuma itti fufetti jira jedhan hogganaan Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan ABO -Shanee jedhee waamu Marroo Dirribaa.
👍1
Haleellaan meeshaa gurguddaan A.L.I Guraandhala 8, 2014 halkan raawwatameen miseensonni maatii tokko keessa namoonni 10 ajjeefamuun, namoonni 13 biroo madaa’u isaanii namoonni naannichaa baqataniifi tola ooltonni BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/20IHjlQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/20IHjlQ
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Affaariitti miseensota maatii tokko keessaa 10 haleellaa meeshaa waraanaa jabaan ajjeefaman
Haleellaan meeshaa gurguddaan A.L.I Guraandhala 8, 2014 halkan raawwatameen miseensonni maatii tokko keessa namoonni 10 ajjeefamuun, namoonni 13 biroo madaa’u isaanii namoonni naannichaa baqataniifi tola ooltonni BBCtti himan.
Doonii konkolaataa 3,965 fe'ee deema turetti abiddi qabachuu hordofee kunkolaataawwan biraandii bebbeekamoo kan akka Porsche, Audi fi VW garba Atilaantikarra osoo bololi'anii mul'ataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/z5n04gu
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/z5n04gu
BBC News Afaan Oromoo
Laamborgiinii dabalatee konkolaaataawwan gati-jabeessa ta'an kuma afuritti siqan doonii tokkorratti gubatan
Doonii konkolaataa 3,965 fe'ee deema turetti abiddi qabachuu hordofee kunkolaataawwan biraandii bebbeekamoo kan akka Porsche, Audi fi VW garba Atilaantikarra osoo bololi'anii mul'ataniiru.
Please share this video. We need stand together. We need help our brothers and sisters.
❤1👍1
Dubbiinsaa akkasi. Ijji fuduuraa suuraa irratti mul'atuufi Jack fruit jedhamuun baakamu tokkoonsaa gabaa Landan tokkoo irratti doolaara 218'tti gurgurtaaf dhiyeeffame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cyzjQfG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cyzjQfG
BBC News Afaan Oromoo
Jaakfiruuti: Fuduraa gumaan tokkichi doolara Ameerikaa 200 olitti gurguramu kana dhaggeessanii?
Dubbiinsaa akkasi. Ijji fuduuraa suuraa irratti mul'atuufi Jack fruit jedhamuun baakamu tokkoonsaa gabaa Landan tokkoo irratti doolaara 218'tti gurgurtaaf dhiyeeffame.
Odeessi 'khun' waa'ee Afaan Oromooti - kheessattuu waa'ee qubee dachaa haarayaati jedhamtu 'kh'. Maal jechuu keessan? Qubeen Afaan Oromoo amma dura nu beeknu jaha yookaan torba qofa, isa kana garuu takkaa hinagarre jechuu maltan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/fje2dvZ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/fje2dvZ
BBC News Afaan Oromoo
'As keessa' moo 'kheessa' - Afaan Oromoof qubeen dachaa dabalataa ni barbaachisaa?
Odeessi 'khun' waa'ee Afaan Oromooti - kheessattuu waa'ee qubee dachaa haarayaati jedhamtu 'kh'. Maal jechuu keessan? Qubeen Afaan Oromoo amma dura nu beeknu jaha yookaan torba qofa, isa kana garuu takkaa hinagarre jechuu maltan.
Somaaliyaatti haleellaa boombii badee balleessaan reestoraantii Magaalaa Beeledweyne keessatti namoonni siyaasaa keessaa nyaatan irratti raawwatameen yoo xinnaate namoonni 10 ajjeefaman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ts9KYlP
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ts9KYlP
BBC News Afaan Oromoo
Somaaliyaa: Haleellaa boombii badee balleessaan raawwatameen namoonni 10 ajjeefaman
Somaaliyaatti haleellaa boombii badee balleessaan reestoraantii Magaalaa Beeledweyne keessatti namoonni siyaasaa keessaa nyaatan irratti raawwatameen yoo xinnaate namoonni 10 ajjeefaman.
Gareen gabaasa qorannoo BBC suuraawwan dhoksaa dubartoonni ka'an heyyama isaanii malee isaan qaaneessuufi maqaa balleessuuf garee miidiyaa hawaasaa guddaa Teelegraamii irratti akka qoodaman adda baase.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4in5LH0
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4in5LH0
BBC News Afaan Oromoo
Telegraam: Dubartoota sababii suuraawwan qullaa miidiyaarratti jalaa gadhiifameetiin sodaa keessa jiraatan
Gareen gabaasa qorannoo BBC suuraawwan dhoksaa dubartoonni ka'an heyyama isaanii malee isaan qaaneessuufi maqaa balleessuuf garee miidiyaa hawaasaa guddaa Teelegraamii irratti akka qoodaman adda baase.
Biyyi Baha Afrikaa Itoophiyaan laga dheeraa addunyaa kan ta'e Abbayyarratti hidha ijaarte xumuruun guyyaa har'aa elektirikii maddisiisuu eegala jedhamee eegama. Hidhi kuni eessaa ka'e eessa gahe?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/KJobDNT
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/KJobDNT
BBC News Afaan Oromoo
Dhimma hidha Abbayyaa Itoophiyaa wantoota beekuu qabdan shan: Eessaa ka'ee eessa gahe?
Biyyi Baha Afrikaa Itoophiyaan laga dheeraa addunyaa kan ta'e Abbayyarratti hidha ijaarte xumuruun guyyaa har'aa elektirikii maddisiisuu eegaltee jirti.
Taphataan kubbaa miilaa beekamaan duraanii Naayijeeriyaa, Kingsley Obiekwu waggaa 25 dura tapha Olompiikiitiin biyyasaaf warqee argamsiisee ture. Haata'u malee amma maatii isaa jiraachiisuuf jecha konkolaachisaa atobisii daldalaa akka ta'e BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/SclFN5V
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/SclFN5V
BBC News Afaan Oromoo
Taphataa kubbaa miillaa biyyasaaf warqee argamsiise, amma garuu jiraachuuf atobisii oofu
Taphataan kubbaa miilaa beekamaan duraanii Naayijeeriyaa, Kingsley Obiekwu waggaa 25 dura tapha Olompiikiitiin biyyasaaf warqee argamsiisee ture. Haata'u malee amma maatii isaa jiraachiisuuf jecha konkolaachisaa atobisii daldalaa akka ta'e BBCtti hime.
Ministirri Muummee UK Booriis Joonsan, Raashiyaan ''Awurooppaa keessatti erga bara 1945 as waraana guddicha'' eegaluuf akka jirtu ragaaleen tikaa fi odeeffannoon ni agarsiisu jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/nCMTJuv
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/nCMTJuv
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yuukreen: Raashiyaan erga waraana addunyaa lammaffaatii as waraana guddaa eegaluuf jirti-Booriis Joonsan
Ministirri Muummee UK Booriis Joonsan, Raashiyaan ''Awurooppaa keessatti erga bara 1945 as waraana guddicha'' eegaluuf akka jirtu ragaaleen tikaa fi odeeffannoon ni agarsiisu jedhan.
Ameerikaatti haatiifi abbaan warraa iccitii nikulaaraa dabarsanii kennuuf akka ture shakkamuun to'annoo jala oolfaman balleessaa isaanii amanan.Cimdiiwwan Diiyaanaa fi Joonaataan jedhaman kunneenis Ameerikaa Meerilaand keessa jiraatu ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Jz1QFt3
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Jz1QFt3
BBC News Afaan Oromoo
Cimdiiwwan Ameerikaa icciitii nikulaaraa gurguruuf turan balleessaan irratti argame
Ameerikaatti haatiifi abbaan warraa iccitii nikulaaraa dabarsanii kennuuf akka ture shakkamuun to'annoo jala oolfaman balleessaa isaanii amanan.Cimdiiwwan Diiyaanaa fi Joonaataan jedhaman kunneenis Ameerikaa Meerilaand keessa jiraatu ture.
Ministirri Muummee Abiy Ahamd Dilbata [20,02,2022] bakka argama pirojektichaa Gubaatti argamuun hidha haaromsaarraa anniisaa maddisiisuu eegalsiisan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6ChrAfe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/6ChrAfe
BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy Ahimad hojii hidha haaromsaarraa anniisaa maddisiisuu eegalsiisan
Ministirri Muummee Abiy Ahamd Dilbata [20,02,2022] bakka argama pirojektichaa Gubaatti argamuun hidha haaromsaarraa anniisaa maddisiisuu eegalsiisan.
Namticha waggaa 36 tokkoo paarkii Awustiraaliyaa keessatti miila nama biraa kutusaatiin himannaan ajjeechaa irratti baname.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/WPKepqs
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/WPKepqs
BBC News Afaan Oromoo
Namticha waliigalteedhaan miila hiriyaasaa irraa muree ajjeese poolisiin to'ate
Namticha waggaa 36 tokkoo paarkii Awustiraaliyaa keessatti miila nama biraa kutusaatiin himannaan ajjeechaa irratti baname.
Barataan umriinsaa 14, baaddiyaa bakka neetworkii, ibsa fi daandii dabalate tajaajilii barbaachiisan hedduun hin jire jiraatuu, baayoogaazii kosiirraa oomishuun humna elektirisiitii maddisiisee taaajila ibsa manneen hedduu kennaa jira . Aadan Huseen Diidaa jedhama. Dhalataa Godina Boorana aanaa Waacilee Ganda Weebii. Mana barumsa Tulaa Weebiiti barataa kutaa 8ffaati.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kRjsZD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kRjsZD
BBC News Afaan Oromoo
Barataa waggaa 14 kosiirraa uummataa baadiyaaf tajaajila ibsaa dhiyeessaa jiru
Barataan umriinsaa 14, baaddiyaa bakka neetworkii, ibsa fi daandii dabalate tajaajilii barbaachiisan hedduun hin jire jiraatuu, baayoogaazii kosiirraa oomishuun humna elektirisiitii maddisiisee taaajila ibsa manneen hedduu kennaa jira . Aadan Huseen Diidaa…
Zooy bara 2010 yeroo namni ishee guddifate fudhattee suuqii deemtu baduun qorannoo maayikiroochiippiin adda baafamte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/wny01d4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/wny01d4
BBC News Afaan Oromoo
Sareen baddee waggoota 12 turte Zooy jedhamu argame
Zooy bara 2010 yeroo namni ishee guddifate fudhattee suuqii deemtu baduun qorannoo maayikiroochiippiin adda baafamte.
Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet qorannoon erga taasifameefii booda Covid-19 irratti argamuu masaraan mootummaa Baakiinghaam beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JbWBuzf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JbWBuzf
BBC News Afaan Oromoo
Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet koronaavaayirasiin qabaman