BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
BBC AFAAN OROMOO pinned Deleted message
Kaampaniin Jarman talaallii Covid-19 omishi, BioNTech, laabraatooriiwwan Konteenar keessatti talaallii Covid omishan Afrikaatti erguun omishni talaallichaa Afrikaatti akka babal'atu gochuuf.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/9Eq0eym
Dubartiin lammii Ameerikaa yeroo jalqabaaf addunyaarratti vaayirasii HIV irraa kan fayyite yoo taatu, addunyaarratti namoota fayyan keessaa ishee sadaffaa ta’uutu amanama.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/dgpci9P
Sosochiin shaakala qaamaa hojjechuun naannawa qulqulleessuu biyyoota addunyaa garagaraatti eegalamee, keessattuu dargaggoota biratti akkaan fudhatama argate, Itoophiyaa keessattis eegaleera. Gochaan kun 'Plogging jedhama' - otoo fiiganii kosii walitti qabuu.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/fFVlOWC
Dubartiin lammii Eertiraa fi Xaaliyaanii qabdu jaalallee ishee qondaala Biriitiish hordofuuf jecha bara 1941 murtoo hatattamaa fudhatte. Murtoo sana fudhachuu isheetiin lubbuu ishee hanga dhabuutti dhiyaattee turte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/X5wvR4Y
Roobi bubbee hamaa makate Biraaziil keessatti roobuun lolaa cimaa uumameen magaalaa handaaraa tulluutti argamtu keessatti lafti sigigaachuun namoonni 100 ta'an du'an.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/hsxyoWn
Namoota afaanicha dubbatan miiliyoona 200 ol kan qabuufi maddi isaa Bahaa Afrikaati ka'e Siwaahiliin afaanota addunyaa 10 baay'inaan dubbataman keessaa tokkodha. Afaan kuni afaan Afrikaa waliigalaa akka ta'uf sochiin taasifamaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/whCgoi6
Ganna tokko oliif Itoophiyaan walwaraansa waliiniin raafamaa jirti. Haatahu malee lolli hammaataan kun ija miidiyaalee addunyaa jalaa dhokachuun kan adeemsifame. Mootummaan MM Abiy Ahimadin durfamu "looguun gabaasu" kanneen ittiin jedhaniirra dhorkaa kaa'eera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/r6oB3sc
Itoophiyaan lammiilee ishee manneen hidhaa Sa'udii keessatti dararamaa jiran gara biyyaa deebisuuf mootummaa Sa'udii Arabiyaa waliin waliigalteerra gahuu dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasadda Diinaa Muftii himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cY6o2Qj
Sa’uudi Arabiyaatti dhaabbanni baaburaa dubartoota 30 baabura oofan qacaruuf beeksisa baaserratti dubartoonni 28,000 gita kanaaf dorgomuuf galmaa’uu ibse.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/eftQKSR
Gaheen soorataa inni guddaan qaamaaf humna kennuufi dhibee ofirraa loluuf gargaaruu erga ta'ee guyyaatti si'a meeqa nyaachuu qabna?

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/sIfvLN4
Namoonni cidha dhaqanii boolla bu'uun lubbuu kan dhaban bulchiinsa Hindii Utaar Piraadesh jedhamtuttidha.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/xiLPuTy
Dirreen hiikaan isaa lafa diriiraa ta'us Dirreen Sheek Huseen garuu hiika sanarraan adda ta'e qaba. Oromticha dura as jiraataa turetu maqaan Dirree jedhama jedhan maanguddoo garasii gaafanne. Waa'ee Anaajinaa irratti qabxiilee beekuu qabdan torban haala kanaan qindeessineerra.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Br4AZMa
Viidiyoon Saawudii Arabiyaa mana hidhaa Al-Karjii jedhamurraa waraabamee BBCf ergame akka mul'isutti, lammiileen Itoophiyaa qaamnisaanii haalaan madaa'ee mul'isa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ai8JUCR
Maatiin lammiilee Sudaaniifi Itoophiyaa Lootorii Daayiversitii Vizaa (Diversity Visa) yeroo hedduu Diivii jedhamuun beekamu argatan bulchiinsi Pirezidant Joo Baayidan yeroon nu fudhachuu dide jechuun mana murtiitti himatan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/8jgDAaT