Jijjiirama haala qilleensaa: Biyyooti addunyaa buna, avokaadoo fi sanyi lawuzii (cashew) biqilchuuf mijatoo tahan sababa ho’a addunyaan jijjiiramuu malu jedha qorannoon haaraa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/NDyjUOl9B

BBC News Afaan Oromoo
Ho’i addunyaa dabaluun biyyoota buna oomishan geeddaruu mala
Jijjiirama haala qilleensaa: Biyyooti addunyaa buna, avokaadoo fi sanyi lawuzii (cashew) biqilchuuf mijatoo tahan sababa ho’a addunyaan jijjiiramuu malu jedha qorannoon haaraa.
Bobboo humna waraanaa Raashiyaan naannoo daangaa Yuukireenitti gochaa jirtu waggoota kurnan keessatti isa guddaadha jette, US.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4yiPpr1JT
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/4yiPpr1JT
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Raashiyaa-Yuukireen: Walgahii Mana Maree nageenyaa UN irratti humnootni gurguddoo lamaan addunyaa walitti bu'an
Bobboo humna waraanaa Raashiyaan naannoo daangaa Yuukireenitti gochaa jirtu waggoota kurnan keessatti isa guddaadha jette, US.
Itiyoo–telekoom sababa waraanaan kaaba Itoophiyaatti taasifamuun baatii 6 darbanitti birrii biiliyoona 3.67 dhabuu hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZczH7viMD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZczH7viMD
BBC News Afaan Oromoo
Itiyoo-telekoom sababa waraanaan baatii 6 darbanitti birrii biiliyoona 3.67 dhabuu hime
Itiyoo–telekoom sababa waraanaan kaaba Itoophiyaatti taasifamuun baatii 6 darbanitti birrii biiliyoona 3.67 dhabuu hime.
Dubartii Biritsh kanaan dura Saayipres keessaatti garee wanbadeetiin- gudeedamu gabaafte soba himatte jedhamuun himatamte ol iyyachuun dhimmicha mo'atte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cHfeiJX8B
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cHfeiJX8B
BBC News Afaan Oromoo
Ayi'aa Naapaa: Dubartiin gareen gudeedamuu sobde jedhamuun himatamte ol iyyannoon mo'atte
Dubartii Biritsh kanaan dura Saayipres keessaatti garee wanbadeetiin- gudeedamu gabaafte soba himatte jedhamuun himatamte ol iyyachuun dhimmicha mo'atte.
Jijjiirraan taphattoota Piriimer Piigii Ingiliiz kan ji'a Amajjii Wixata akka sa'aatii biyyattiitti waarii irratti xumurame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/mHnGIsVfQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/mHnGIsVfQ
BBC News Afaan Oromoo
Jijjiirraa taphattootaa Piriimer Liigii Amajjiin taphataa kamitu gara kilaba kamii deeme?
Jijjiirraan taphattoota Piriimer Piigii Ingiliiz kan ji'a Amajjii Wixata akka sa'aatii biyyattiitti waarii irratti xumurame.
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa erga balaan xiyyaaraa hamaan isa mudatee waggaa sadii booda xiyyaara B737 MAX' balalii itti fufuu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/0boaU9dkD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/0boaU9dkD
BBC News Afaan Oromoo
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaara Boeng 737 MAX balaa mudateen dhaabsisee ture balaliitti deebise
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa erga balaan xiyyaaraa hamaan isa mudatee waggaa sadii booda xiyyaara B737 MAX' balalii itti fufuu beeksise.
Yunivarsitii Tel Aviiv, Israa’el jiru irraa Piroofesar Ya’eel Haneeyin fi waayillisaa Piroofesar Dinoo Levii garee hogganan waliin mala haaraa ittin soba addaan baasan uumaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/1w4X9BVNE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/1w4X9BVNE
BBC News Afaan Oromoo
Teeknoolojiin haaraa sobduu adda baasuuf kalaqame
Yunivarsitii Tel Aviiv, Israa’el jiru irraa Piroofesar Ya’eel Haneeyin fi waayillisaa Piroofesar Dinoo Levii garee hogganan waliin mala haaraa ittin soba addaan baasan uumaniiru.
Dhaabbatni mirga dhala namaaf falmu Amanistii Intarnaashinaal Israa'eel imaammata cunqursaa raawwachaa jirti jedhuus biyyattiin ''himannaa sobaati'' jechuun balaaleffatte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/UAcpBsHVe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/UAcpBsHVe
BBC News Afaan Oromoo
'Sirni Israa'eel Paalestaayinootarratti raawwattu Appaartaayiidiidha'- Aministii
Dhaabbatni mirga dhala namaaf falmu Amanistii Intarnaashinaal Israa'eel imaammata cunqursaa raawwachaa jirti jedhuus biyyattiin ''himannaa sobaati'' jechuun balaaleffatte.
❤1
Dhalataan Godina Baale magaalaa Gaasaraa Kamaal Abdallaa, baayyina isaani kanatti fayyadamuun, dargaggoonni addunyaa carraa daldala, hooggansaa fi barumsa akka argatan waliti fida jira.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/YzcNXvKG5
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/YzcNXvKG5
BBC News Afaan Oromoo
Kamaal Abdallaa: Dargaggeessa Baalee dargaggoota Eeshiyaafi Afrikaa walitti fiduuf hojjechaa jiru
Dhalataan Godina Baale magaalaa Gaasaraa Kamaal Abdallaa, baayyina isaani kanatti fayyadamuun, dargaggoonni addunyaa carraa daldala, hooggansaa fi barumsa akka argatan waliti fida jira.
Wellisaa Ayyalaa Nugusee, bu’aa bahii jireenyaa, dhiibbaa sirbarraa isa fageesseefi jireenya amma keessa jiru ilaalchisuun BBC waliin turtii taasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/hQvEUSFw0
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/hQvEUSFw0
BBC News Afaan Oromoo
Qonnarraa gara aartii, aartiirraa ammoo gara qonnaa - wellisaa Ayyalaa Nugusee
Wellisaa Ayyalaa Nugusee, bu’aa bahii jireenyaa, dhiibbaa sirbarraa isa fageesseefi jireenya amma keessa jiru ilaalchisuun BBC waliin turtii taasiseera.
Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Waldhaansii fi ittisni Covid balfa addunyaa akkaan dabalee naannoofi fayyaa namaatiif yaaddoo ta'eera jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/rfiS3qUtu
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/rfiS3qUtu
BBC News Afaan Oromoo
Wallaansiifi ittisni Covid balfi addunyaa akkaan akka dabalu taasise jedhe WHO
Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Waldhaansii fi ittisni Covid balfa addunyaa akkaan dabalee naannoofi fayyaa namaatiif yaaddoo ta'eera jedhe.
Ifti bakakkaa km768 dheeratu samii kutaalee biyyaa Ameerikaa sadii keessatti mul’ateera. Kunis rekardii haaraa addunyaa akka tahe saayintistoonni mirkaneessaniiru
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cmYwnsZyx
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cmYwnsZyx
BBC News Afaan Oromoo
Bakakkaan km 768 tahu imale kutaalee biyyaa Ameerikaa sadii waliingahe
Ifti bakakkaa km768 dheeratu samii kutaalee biyyaa Ameerikaa sadii keessatti mul’ateera. Kunis rekardii haaraa addunyaa akka tahe saayintistoonni mirkaneessaniiru
Hidhattootni pireezidantii biyyattii qabanii akka turan himamus, haalichi to'annoo jala ooluu pireezidantichi beeksisaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/jGSKv1QnV
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/jGSKv1QnV
BBC News Afaan Oromoo
Yaalii fonqolchaa Giinii Bisaawuun humnooti nageenyaa hedduun ajjeefaman
Hidhattootni pireezidantii biyyattii qabanii akka turan himamus, haalichi to'annoo jala ooluu pireezidantichi beeksisaniiru.
Wayita waa'ee Yuukireen ilaalchisuun addunyaan dhiphachaa jirtutti Pireezidantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin US fi Nato'n hookkara kakaasuun gara waraanaatti nu oofaa jiru jechuun qeeqan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/FDsCx4LeU
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/FDsCx4LeU
BBC News Afaan Oromoo
Goolama Yuukireen: US Raashiyaa tuttuqxee waraanatti seensisuuf yaalaa jirti jedhan Putiin
Wayita waa'ee Yuukireen ilaalchisuun addunyaan dhiphachaa jirtutti Pireezidantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin US fi Nato'n hookkara kakaasuun gara waraanaatti nu oofaa jiru jechuun qeeqan.
Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez Itoophiyaa keessatti ''qaamoleen waraanarra jiran hunduu hatattamaan dhukaasa akka dhaaban'' gaafatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/H4KXFk928
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/H4KXFk928
BBC News Afaan Oromoo
Antooniyoo Gutareez Itoophiyaatti dhukaasni hatattamaan akka dhaabatu 'waamicha jabaa' godhan
Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez Itoophiyaa keessatti ''qaamoleen waraanarra jiran hunduu hatattamaan dhukaasa akka dhaaban'' gaafatan.
Miseensonni nageenyaa fi bulchiinsaa uummata Karrayyuurratti ajjeechaa raawwatan seeraan gaafatamuu qabu jedhe Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/c4gnoZxBf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/c4gnoZxBf
BBC News Afaan Oromoo
Abbootiin Gadaa Karrayyuu humnoota mootummaan 'murtii seeraa malee ajjeefaman' - KMNI
Miseensonni nageenyaa fi bulchiinsaa uummata Karrayyuurratti ajjeechaa raawwatan seeraan gaafatamuu qabu jedhe Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa.
Taphataan dargaggeessi sarara duraa garee biyyaalessaa Itoophiyaa fi kilaba Buna Itoophiyaa Abuubakar Naasir kilaba cimaa Afrikaa Kibbaa 'Maameloodii Sandaawons' waliin waliigale.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/b3nhraPEu
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/b3nhraPEu
BBC News Afaan Oromoo
Abuubakar Naasir kilaba cimaa Afrikaa Kibbaa Sandaawonsiif taphachuuf waliigale
Taphataan dargaggeessi sarara duraa garee biyyaalessaa Itoophiyaa fi kilaba Buna Itoophiyaa Abuubakar Naasir kilaba cimaa Afrikaa Kibbaa 'Maameloodii Sandaawons' waliin waliigale.
Dimokiraatik Rippabilik Koongoo bakka gabaa tokkotti shiboo (gamada) elektirikaa citee kufuun yoo xiqqaate namoonni 26 elektirikaan du'uu isaanii poolisiin ibse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/GKyM6cjEF
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/GKyM6cjEF
BBC News Afaan Oromoo
Koongootti shiboon elektirikaa citee kufe namoota 26 galaafate
Dimokiraatik Rippabilik Koongoo bakka gabaa tokkotti shiboo (gamada) elektirikaa citee kufuun yoo xiqqaate namoonni 26 elektirikaan du'uu isaanii poolisiin ibse.
Pirzidaantiin Ameerikaa sodaa Raashiyaan Yuukireen weeraruuf jedhuun loltoota 3,000 gara Poolaandii fi Jarmanitti erguuf murteessan
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/GOUktyvbV
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/GOUktyvbV
BBC News Afaan Oromoo
US muddama Raashiyaaf Yuukireen hordoftee loltoota 3,000 gara Awurooppaatti erguuf
Pirzidaantiin Ameerikaa sodaa Raashiyaan Yuukireen weeraruuf jedhuun loltoota 3,000 gara Poolaandii fi Jarmanitti erguuf murteessan
Bulchiinsa Abbeeye kan Sudaan fi Sudaan Kibbaa irratti waldhabaniitti ajajaa waraanaa nagaa kabachiiftoota Motummoota Gamtoomanii kan turan Meejar Janaraal Kafiyaalawu Amde Tasemmaa kaafamuun Jeeneraal lammii Naayijeeriyaa kan ta'aniin bakka buufamu dhaabbatichi beeksiisera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/oW5eGR8gI
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/oW5eGR8gI
BBC News Afaan Oromoo
Sudaan Abiyyeetti ajajaan humna nagaa UN M/J Kaffaaloon lammii Naajeeriyaan bakka buufame
Bulchiinsa Abbeeye kan Sudaan fi Sudaan Kibbaa irratti waldhabaniitti ajajaa waraanaa nagaa kabachiiftoota Motummoota Gamtoomanii kan turan Meejar Janaraal Kafiyaalawu Amde Tasemmaa kaafamuun Jeeneraal lammii Naayijeeriyaa kan ta'aniin bakka buufamu dhaabbatichi…
Sanyii biqiltootaa nuti kanaan dura jiru jennee yaaduun ol Dachee kanarra jiru jedhame, garuu hedduun isaanii bosona saffisaan manca'aa jiran keessa badaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ozp67yZ1u
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ozp67yZ1u
BBC News Afaan Oromoo
'Dacheen akaakuu sanyii biqiltootaa nuti yaadnuun ol qabdi'-Qorannoo