BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Dubartoonni hijaaba kan uffatan dirqamsiifamanii osoo hin taane fedhiisaaniin ta'uu hubachiisuu fi hijaaba uffachuun miira akkamii akka qabu namoota kaaniif ibsuu kaayyeffatee bara 2013 kan eegale guyyaan kun, kan bara kanaas Guraandhala 1, 2022 guyyaa Kibxataa kabajamee oola.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/GL37rs0Bo
Lixi Oromiyaa keessumaa Wallaggi bunaafi magariisummaan beekamu hadhaba keessaa hin bahamne erga seene waggootiin lakka'amaniiru. Bakkeewwan Lixa Oromiyaa dirree jeequmsaafi waraanaa akka ta'aniif qaamoleefi dhimmoonni qeeqi irratti dhihaatu shanan kami?

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZBCfDxe63
Jijjiirama haala qilleensaa: Biyyooti addunyaa buna, avokaadoo fi sanyi lawuzii (cashew) biqilchuuf mijatoo tahan sababa ho’a addunyaan jijjiiramuu malu jedha qorannoon haaraa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/NDyjUOl9B
Yunivarsitii Tel Aviiv, Israa’el jiru irraa Piroofesar Ya’eel Haneeyin fi waayillisaa Piroofesar Dinoo Levii garee hogganan waliin mala haaraa ittin soba addaan baasan uumaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/1w4X9BVNE
Dhaabbatni mirga dhala namaaf falmu Amanistii Intarnaashinaal Israa'eel imaammata cunqursaa raawwachaa jirti jedhuus biyyattiin ''himannaa sobaati'' jechuun balaaleffatte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/UAcpBsHVe
1
Ifti bakakkaa km768 dheeratu samii kutaalee biyyaa Ameerikaa sadii keessatti mul’ateera. Kunis rekardii haaraa addunyaa akka tahe saayintistoonni mirkaneessaniiru

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/cmYwnsZyx
Wayita waa'ee Yuukireen ilaalchisuun addunyaan dhiphachaa jirtutti Pireezidantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin US fi Nato'n hookkara kakaasuun gara waraanaatti nu oofaa jiru jechuun qeeqan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/FDsCx4LeU
Taphataan dargaggeessi sarara duraa garee biyyaalessaa Itoophiyaa fi kilaba Buna Itoophiyaa Abuubakar Naasir kilaba cimaa Afrikaa Kibbaa 'Maameloodii Sandaawons' waliin waliigale.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/b3nhraPEu
Dimokiraatik Rippabilik Koongoo bakka gabaa tokkotti shiboo (gamada) elektirikaa citee kufuun yoo xiqqaate namoonni 26 elektirikaan du'uu isaanii poolisiin ibse.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/GKyM6cjEF