BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Gaazexessitootni biyya alaa Chaayinaa keessa jiran miidhaan qaamaa irra gahuu dabalatee, butamuu fi rakkoowwan biroof saaxilamaa jiru jedhe gabaasni haaraan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/uxzLPJI7H
Waraanni Bilisummaa Oromoo(ABO-WBO) mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessaatti gaggeefamuuf jedhu haala amma jiruun tarkaanfilee wal-amantaa uumaniin waan hin utubamneef bu'aa barbaadamu fiduu caalatti waraana jiru hammeessa jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/WYKUTx2HX
Chaayinaan waggaa haaraa ishee har'a kabajatti. Barri haaraa hundis waan itti fakkeeffamu qaba. Kan baranaas ofitti amanamummaafi dorgomaa ta'uu kan bakka bu'u qeerransaan fakkeeffama jedhan. Mee viidiyoo kana daawwadhaa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Jr1GI9C7i
Waggootii sagal booda gara Waancaa Afrikaatti kan deebi’ee gareen biyyaalessaa kubbaa miilaa Itoophiyaa, ramaddii isaa darbuu waan hin dandeenyeef yeroon gara biyyaatti deebi’eera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Ft3VW78MB
Dubartoonni hijaaba kan uffatan dirqamsiifamanii osoo hin taane fedhiisaaniin ta'uu hubachiisuu fi hijaaba uffachuun miira akkamii akka qabu namoota kaaniif ibsuu kaayyeffatee bara 2013 kan eegale guyyaan kun, kan bara kanaas Guraandhala 1, 2022 guyyaa Kibxataa kabajamee oola.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/GL37rs0Bo
Lixi Oromiyaa keessumaa Wallaggi bunaafi magariisummaan beekamu hadhaba keessaa hin bahamne erga seene waggootiin lakka'amaniiru. Bakkeewwan Lixa Oromiyaa dirree jeequmsaafi waraanaa akka ta'aniif qaamoleefi dhimmoonni qeeqi irratti dhihaatu shanan kami?

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZBCfDxe63
Jijjiirama haala qilleensaa: Biyyooti addunyaa buna, avokaadoo fi sanyi lawuzii (cashew) biqilchuuf mijatoo tahan sababa ho’a addunyaan jijjiiramuu malu jedha qorannoon haaraa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/NDyjUOl9B
Yunivarsitii Tel Aviiv, Israa’el jiru irraa Piroofesar Ya’eel Haneeyin fi waayillisaa Piroofesar Dinoo Levii garee hogganan waliin mala haaraa ittin soba addaan baasan uumaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/1w4X9BVNE
Dhaabbatni mirga dhala namaaf falmu Amanistii Intarnaashinaal Israa'eel imaammata cunqursaa raawwachaa jirti jedhuus biyyattiin ''himannaa sobaati'' jechuun balaaleffatte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/UAcpBsHVe
1