Balaa konkolaataa godina Shawaa Lixaa aanaa Baakkoo Tibbeetti Jimaata kaleessa mudateen lubbuun namoota sadii darbuu komunikeeshiniin aanichaa BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3AEhb17

BBC News Afaan Oromoo
Balaa konkolaataa aanaa Baakkoo Tibbeetti dhaqqabeen lubbuun namoota sadii darbe
Balaa konkolaataa godina Shawaa Lixaa aanaa Baakkoo Tibbeetti Jimaata kaleessa mudateen lubbuun namoota sadii darbuu komunikeeshiniin aanichaa BBCtti hime.
Akka addunyaatti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman nama kalee isaaniif arjoomu eegaa lubbuun isaanii dabarti. Namoonni fayyaalessi warreen dhukkusatanitti gurguruu qabu?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f7xeKkhru
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f7xeKkhru
BBC News Afaan Oromoo
Kalee akkuma meeshaa bittaa fi gurgurtaaf dhiyeessuu qabnaa?
Akka addunyaatti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman nama kalee isaaniif arjoomu eegaa lubbuun isaanii dabarti. Namoonni fayyaalessi warreen dhukkusatanitti gurguruu qabu?
Barreessaa Tasfaayee Gabra’aab kan dhiheenya kana du’aan boqote, kitaabasaa ‘Ye siddatanyaawu Maastaawashaa’ jedhu keessatti, fuula 181-187 irratti waa’ee weellisaa qaroo- dhabeessa Gabbisaa Mul’ataa jedhamuu, kan godina Horro Guduruu Wallaggaa magaalaa Shaambuutti argee dubbisee barreesse ture. Tasfaayeen keewwatasaa mata duree ‘Ye Shaambuu Nigus’ jedhuun katabe jalatti, weellisaa kana ‘mootii Shaambuu gonfoo mataarra hin keewwanne’ jechuun isaan ibsa. Ofii wallisaan kun eenyu? Kunoo dubbifadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lMUAwmTZ4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lMUAwmTZ4
BBC News Afaan Oromoo
Tasfaayee Gabra’aab ‘Mootii Shaambuu’ jechuun kan leellise weellisaa Gabbisaa Mul’ataa eenyu?
Barreessaa Tasfaayee Gabra’aab kan dhiheenya kana du’aan boqote, kitaabasaa ‘Ye siddatanyaawu Maastaawashaa’ jedhu keessatti, fuula 181-187 irratti waa’ee weellisaa qaroo- dhabeessa Gabbisaa Mul’ataa jedhamuu, kan godina Horro Guduruu Wallaggaa magaalaa Shaambuutti…
Hogganaan Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (Dr) gareesaaniifi motummaa Itoophiyaa jidduutti haasaan al-kallattii ta'e taasifamaa jiraachuu BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/DX5mabLti
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/DX5mabLti
BBC News Afaan Oromoo
TPLF fi mootummaa Itoophiyaa gidduu mariin al-kallattii adeemaa jiraachuu Dabratsiyoon dubbatan
Hogganaan Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (Dr) gareesaaniifi motummaa Itoophiyaa jidduutti haasaan al-kallattii ta'e taasifamaa jiraachuu BBCtti himan.
Appiiwwan gochaa basaasaatiif oolan kunneen namoota beekumsa teeknoolojii qabu jedhamaniif illeen rakkoodha. Sababiinsaa haalli itti oomishaman akka dafamee irra gahamu kan dandeessisu miti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JaVPSeohZ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JaVPSeohZ
BBC News Afaan Oromoo
Istokarweer: Appiiwwan bilbilaa abbootiin warraa dubartoota saanii ittiin basaasan
Appiiwwan gochaa basaasaatiif oolan kunneen namoota beekumsa teeknoolojii qabu jedhamaniif illeen rakkoodha. Sababiinsaa haalli itti oomishaman akka dafamee irra gahamu kan dandeessisu miti.
Kooriyaan Kaabaa yaalii misaa'eelii erga waggoota shanii as isa guddicha jedhame Dilbata raawwattee. Kan ammaa kunis misaa'eeloota baatii kana keessa qofaa furguggiste torba taasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/L8VNUiwou
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/L8VNUiwou
BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa yaalii misaa'elii bara 2017 as isa guddaa jedhame Dilbata raawwatte
Kooriyaan Kaabaa yaalii misaa'eelii erga waggoota shanii as isa guddicha jedhame Dilbata raawwattee. Kan ammaa kunis misaa'eeloota baatii kana keessa qofaa furguggiste torba taasiseera.
DR Koongoon miseensoota milishaa ajjeechaa oggeessoota Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UN) lama keessaa harka qabu jetteen du'aan akka adabaman murteessite.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/bLNo35R16
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/bLNo35R16
BBC News Afaan Oromoo
DR Koongoon kanneen oggeessoota UN ajjeesanirratti addabii du'aa murteessite
DR Koongoon miseensoota milishaa ajjeechaa oggeessoota Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UN) lama keessaa harka qabu jetteen du'aan akka adabaman murteessite.
Dubartiin lammii Ameerikaa IS keessatti garee waraanaa addaa guutummaatti dubartoota of keessaa qabu ijaaruufi hoogganuun himatamte to'annoo jala oolte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/faEQe3KW7
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/faEQe3KW7
BBC News Afaan Oromoo
Lammiin US, IS keessatti garee dubartootaa hooggantu to'atamte
Dubartiin lammii Ameerikaa IS keessatti garee waraanaa addaa guutummaatti dubartoota of keessaa qabu ijaaruufi hoogganuun himatamte to'annoo jala oolte.
Namni saalashee dhiira irraa gara dubartiitti jijjiirratte Daani'eellaa Makdoonaaldi jalqaba dhiirota jaalalaaf beellamuun akkuma ''agarsiisa sodaachisaa'' [horror show] tahe tokkoo ture jette. Ergasii nama Joosh jedhamu waliin wal baruun waggaa lamaa fi walakkaa jaalalaan waliin dabarsaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/HbUoCpifD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/HbUoCpifD
BBC News Afaan Oromoo
Warri saala jijjiiratan akkamiin jaalallee argatu?
Namni saalashee dhiira irraa gara dubartiitti jijjiirratte Daani'eellaa Makdoonaaldi jalqaba dhiirota jaalalaaf beellamuun akkuma ''agarsiisa sodaachisaa'' [horror show] tahe tokkoo ture jette. Ergasii nama Joosh jedhamu waliin wal baruun waggaa lamaa fi…
👍1
Motummaan Itoophiyaa humnootii TPLF injifachuu isaa ibsun gara naannoo Tigiraayitti seenuuf duula waraanaa bal'aa taasisuuf karoora akka hin qabne kaasuun eddoowwan qabate keessatti murtaa'ee akka turu erga beeksisee bubbuleera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/kg4MWrcBl
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/kg4MWrcBl
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Itoophiyaa: Waraanni Kaaba Itoophiyaa karaa nagaan akka furamuuf maaltu ta'u qaba?
Motummaan Itoophiyaa humnootii TPLF injifachuu isaa ibsun gara naannoo Tigiraayitti seenuuf duula waraanaa bal'aa taasisuuf karoora akka hin qabne kaasuun eddoowwan qabate keessatti murtaa'ee akka turu erga beeksisee bubbuleera.
Haalli waraana Itoophiyaa keessatti diroonniiwwan waraanaa itti fayyadamaa tureerratti yaaddoowwan ka'aa turan. Gareen Reality Check keenyas eenyuu akka diroonoota waraanaa kana Itoophiyaaf dhiyeessurratti waan beekamu ilaaluu yaaleera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/pXvYiC61a
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/pXvYiC61a
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Itoophiyaaf diroonii eenyutu dhiyeessa?
Haalli waraana Itoophiyaa keessatti diroonniiwwan waraanaa itti fayyadamaa tureerratti yaaddoowwan ka'aa turan. Gareen Reality Check keenyas eenyuu akka diroonoota waraanaa kana Itoophiyaaf dhiyeessurratti waan beekamu ilaaluu yaaleera.
Gaazexessitootni biyya alaa Chaayinaa keessa jiran miidhaan qaamaa irra gahuu dabalatee, butamuu fi rakkoowwan biroof saaxilamaa jiru jedhe gabaasni haaraan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/uxzLPJI7H
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/uxzLPJI7H
BBC News Afaan Oromoo
Chaayinaa keessatti 'walabummaan miidiyaa saffisa guddaan gad-deebi'aa jira'
Gaazexessitootni biyya alaa Chaayinaa keessa jiran miidhaan qaamaa irra gahuu dabalatee, butamuu fi rakkoowwan biroof saaxilamaa jiru jedhe gabaasni haaraan.
Poolisiin Gireet Maanchistar akka jedhutti namni umuriin isaa ganna 20 keessa jiru himannaa miidiyaa hawaasaarra deemaa jiruun wal-qabatee to'annoo jala oolfameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/egdhSai9O
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/egdhSai9O
BBC News Afaan Oromoo
Meesan Giriinwuud: Taphataan Maanchistar Yunaayitid himannaa 'dirqiin gudeeduun' hidhame
Poolisiin Gireet Maanchistar akka jedhutti namni umuriin isaa ganna 20 keessa jiru himannaa miidiyaa hawaasaarra deemaa jiruun wal-qabatee to'annoo jala oolfameera.
Manneen hidhaa Laayibeeriyaa: Biyya hidhamtoonni hanqina nyaataa, uffataafi iddoo mudatee haala hammaataa keessa jiran.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/yXgpIr1xF
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/yXgpIr1xF
BBC News Afaan Oromoo
Biyya manneen hidhaa ishee nyaataa fi uffanni dambii jalaa dhume
Manneen hidhaa Laayibeeriyaa: Biyya hidhamtoonni hanqina nyaataa, uffataafi iddoo mudatee haala hammaataa keessa jiran.
Kooriyaan Kaabaa misaayela waggaa shan asitti furguggifte keessaa suuraawwan kaafaman gadhiiste.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/0uWGdZDp5
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/0uWGdZDp5
BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa suuraa misaayiloonni ishee hawaarraa kaasan jette gadhiiste
Kooriyaan Kaabaa misaayela waggaa shan asitti furguggifte keessaa suuraawwan kaafaman gadhiiste.
Waraanni Bilisummaa Oromoo(ABO-WBO) mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessaatti gaggeefamuuf jedhu haala amma jiruun tarkaanfilee wal-amantaa uumaniin waan hin utubamneef bu'aa barbaadamu fiduu caalatti waraana jiru hammeessa jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/WYKUTx2HX
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/WYKUTx2HX
BBC News Afaan Oromoo
Marii biyyaalessaaf 'tarkaanfiiwwan wal-amantaa uuman' fudhatamaa hin jiran - WBO
Waraanni Bilisummaa Oromoo(ABO-WBO) mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessaatti gaggeefamuuf jedhu haala amma jiruun tarkaanfilee wal-amantaa uumaniin waan hin utubamneef bu'aa barbaadamu fiduu caalatti waraana jiru hammeessa jedhe.
Magaalaa Maandeeraa Kaaba-baha Keenyaa gama Keenyaan Somaaliyaa waliin wal daangessitutti argamtu keessatti haleellaa boombii konkolaataa ummataa irratti raawwatameen namoonni baayyeen du'an.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/5vWBcq6Sr
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/5vWBcq6Sr
BBC News Afaan Oromoo
Kaaba-baha Keenyaatti haleellaa boombii konkolaataa ummataaarratti qaqabeen namoonni baayyeen du'an
Magaalaa Maandeeraa Kaaba-baha Keenyaa gama Keenyaan Somaaliyaa waliin wal daangessitutti argamtu keessatti haleellaa boombii konkolaataa ummataa irratti raawwatameen namoonni baayyeen du'an.
Shamarreen Taanzaaniyaa ajajni haaraan kan dhorkaa kanaan dura shamarran ulfa ta'an mana barnootaa irraa ittisee ture kaanaan da'ima ishee qabattee dareetti deebite.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/tji2XN8yO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/tji2XN8yO
BBC News Afaan Oromoo
Taanzaaniyaatti dhorkaan shamarran ulfaarra ture kaanaan daa'ima waliin daretti deebite
Shamarreen Taanzaaniyaa ajajni haaraan kan dhorkaa kanaan dura shamarran ulfa ta'an mana barnootaa irraa ittisee ture kaanaan da'ima ishee qabattee dareetti deebite.
Chaayinaan waggaa haaraa ishee har'a kabajatti. Barri haaraa hundis waan itti fakkeeffamu qaba. Kan baranaas ofitti amanamummaafi dorgomaa ta'uu kan bakka bu'u qeerransaan fakkeeffama jedhan. Mee viidiyoo kana daawwadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Jr1GI9C7i
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Jr1GI9C7i
BBC News Afaan Oromoo
Waggaa haaraa Chaayinaa har'a kabajamuufi seenaa duuba isaa jiru
Chaayinaan waggaa haaraa ishee har'a kabajatti. Barri haaraa hundis waan itti fakkeeffamu qaba. Kan baranaas ofitti amanamummaafi dorgomaa ta'uu kan bakka bu'u qeerransaan fakkeeffama jedhan. Mee viidiyoo kana daawwadhaa.
Weeraruu ykn sodaa akka tarsiiimootti: Hogganaan raashiyaa hundumti akka karoora dhugaa inni Yukiren irratti qabuu akka tilmaaman taasisaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/qxyGhl7B9
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/qxyGhl7B9
BBC News Afaan Oromoo
Waldhabdee Yuukireen: Karoorri Puutiin waa'ee Yuukireen irratti qabu maal?
Weeraruu ykn sodaa akka tarsiiimootti: Hogganaan raashiyaa hundumti akka karoora dhugaa inni Yukiren irratti qabuu akka tilmaaman taasisaa jira.
Waggootii sagal booda gara Waancaa Afrikaatti kan deebi’ee gareen biyyaalessaa kubbaa miilaa Itoophiyaa, ramaddii isaa darbuu waan hin dandeenyeef yeroon gara biyyaatti deebi’eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Ft3VW78MB
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Ft3VW78MB
BBC News Afaan Oromoo
Taphattoonni dhalattoota Itoophiyaa maaliif garee biyyaalessaaf hin waamaman?