Ertiraanota kolu-galtummaa gaafatan humnaan gara biyya isaaniitti deebisuurraa akka of qusataniif gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3r8u94b

BBC News Afaan Oromoo
Masriin Ertiraanota kolu-galtummaa gaafatan dirqamaan akka hin deebisne gaafatamte
Ertiraanota kolu-galtummaa gaafatan humnaan gara biyya isaaniitti deebisuurraa akka of qusataniif gaafate.
Dhaabbata deeggarsa namoomaa Ameerikaa kan ta'e Ejeensiin Gargaarsaa Idil-addunyaa (USAID) naannoo Oromiyaa keessa namoota 400,000 rakkoo keessaa baasuuf kan ooluu invastimantiiwwan haaraa lamaaf birrii biliyoona 10.2 ramaduu beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3u8B7YG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3u8B7YG
BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbati gargaarsaa US Naannoo Oromiyaatiif birrii Bil. 10.2 maaliif ramade?
Dhaabbata deeggarsa namoomaa Ameerikaa kan ta'e Ejeensiin Gargaarsaa Idil-addunyaa (USAID) naannoo Oromiyaa keessa namoota 400,000 rakkoo keessaa baasuuf kan ooluu invastimantiiwwan haaraa lamaaf birrii biliyoona 10.2 ramaduu beeksiise.
Kooriyaan Kaabaa bara haaraan erga eegalee as qofaa yaaliiwwan miisaa'eelii jaha raawwatee jirti. Ofii maaliif amma raawwattee? Maal barbaadaa jiruu?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60152830?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60152830?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Yaaliiwwan misaa'eela Kooriyaa Kaabaa: Kiim Joong-un maal barbaada?
Kooriyaan Kaabaa bara haaraan erga eegalee as qofaa yaaliiwwan miisaa'eelii jaha raawwatee jirti. Ofii maaliif amma raawwattee? Maal barbaadaa jiruu?
Dursaan waraanaa Burkinaa Faasoo kan dhiheenya motummaa fonqolchuun aangoo qabate, ''wayita haalli mijataa uumamutti'' gara tasgabbii idileetti deebina jechuun waadaa seene.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60126295?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60126295?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Dursaan fonqolcha mootummaa Burkinaa Faasoo haasawa jalqabaa taasise
Dursaan waraanaa Burkinaa Faasoo kan dhiheenya motummaa fonqolchuun aangoo qabate, ''wayita haalli mijataa uumamutti'' gara tasgabbii idileetti deebina jechuun waadaa seene.
Obboleettiin Huwaan Esteebaan Montoyaa namoota 30 ol isa waliin bidiruu kanarra koranii haala gaddisiisaan balaa dooniin lubbuu dhaban keessaati.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60165533?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60165533?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Seenaa baqataa kophaa balaa bidiruurraa lubbuun oole duuba jiru
Obboleettiin Huwaan Esteebaan Montoyaa namoota 30 ol isa waliin bidiruu kanarra koranii haala gaddisiisaan balaa dooniin lubbuu dhaban keessaati.
Waajirri Haajaa Alaa US Kaaba Itoophiyaa daangaa naannoo Affaariifi Tigraayitti waraannii haaraan deebi'ee eegaluutti yaaddahuu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60165534?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-60165534?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaan naannoo Affaar keessatti waaraanni deebi'ee eegaluutti yaaddahuu ibsite
Waajirri Haajaa Alaa US Kaaba Itoophiyaa daangaa naannoo Affaariifi Tigraayitti waraannii haaraan deebi'ee eegaluutti yaaddahuu beeksise.
Madagaskaar keessatti yoo xiqqaate namootnii 48 yoo du’an namootni 130,000 ta’an ammoo qe’ee isaanii irraa buqqa’uuf dirqamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3o6fowH
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3o6fowH
BBC News Afaan Oromoo
Obomboleettiin Ana jedhamu Maalaawii, Maadagaaskaar fi Mozaambikitti lubbuu hedduu galaafate
Madagaskaar keessatti yoo xiqqaate namootnii 48 yoo du’an namootni 130,000 ta’an ammoo qe’ee isaanii irraa buqqa’uuf dirqamaniiru.
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii jalatti Saganta Nyaataa Addunyaa(WFP) Kaaba Itoophiyaatti beelli hamaan mudachuu akka malu akeekkachiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33TWnH4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33TWnH4
BBC News Afaan Oromoo
Kaaba Itoophiyaatti beelli hamaan mudachuu akka malu WFP akeekkachiise
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii jalatti Saganta Nyaataa Addunyaa(WFP) Kaaba Itoophiyaatti beelli hamaan mudachuu akka malu akeekkachiise.
Kaaba Itoophiyaatti haleellaa humnoonni Tigraay raawwatan qolachuuf Raayyaan Ittisa Biyyaafi humnoonni nageenyaa naannolee 'tarkaanfii qorannoorra hundaa'e' karaatti fudhatan kallattiin kaa'amu ibsame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3r9NVwb
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3r9NVwb
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Mootummaan 'qoccolloo TPLF'f deebii kennuuf kallattii kaa'e
Kaaba Itoophiyaatti haleellaa humnoonni Tigraay raawwatan qolachuuf Raayyaan Ittisa Biyyaafi humnoonni nageenyaa naannolee 'tarkaanfii qorannoorra hundaa'e' karaatti fudhatan kallattiin kaa'amu ibsame.
Fiilmiin afaan Arabaatiin yeroo jalqabaatiif Neetfilksi gubbaatti agarsiifame Masriitti duudhaa hawaasaa kan sarbuufi naamusa darbe jedhamee himatame falmii kaase.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3IOfWPC
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3IOfWPC
BBC News Afaan Oromoo
Fiilmiin Neetfiliksi Afaan Arabaatiin si’a jalqabaaf dhiyaate 'duudhaa cabse' jedhamuun falmii kaase
Fiilmiin afaan Arabaatiin yeroo jalqabaatiif Neetfilksi gubbaatti agarsiifame Masriitti duudhaa hawaasaa kan sarbuufi naamusa darbe jedhamee himatame falmii kaase.
Leetanaa Koloneel Daamibaa Burkinaa Faassootti umurii waggaa 41 fi torba sadiitti aangoo qabate. Ofi waa'ee isaa kan biraa maal beeknaa? Dubbifadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/32HuRvD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/32HuRvD
BBC News Afaan Oromoo
Hogganaan fonqolcha Burkinaa Faassoo Leetanaa Konoleel Daamibaa eenyuu?
Leetanaa Koloneel Daamibaa Burkinaa Faassootti umurii waggaa 41 fi torba sadiitti aangoo qabate. Ofi waa'ee isaa kan biraa maal beeknaa? Dubbifadhaa.
Aliyaana Devezaa jedhamti, umriin ishee ganna 19 wayita ture lubbuu haadha ishee du’a oolchuuf wal’aansa baqaqsanii yaaluu qindeessite, wal’aansi baqaqsanii yaaluu isheerrattis gaggeeffameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3ubAEVE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3ubAEVE
BBC News Afaan Oromoo
Shamarree tiruu ishee hanga tokko nama biraaf arjoomuun haadha ishee du’a oolchite-Devezaa
Aliyaana Devezaa jedhamti, umriin ishee ganna 19 wayita ture lubbuu haadha ishee du’a oolchuuf wal’aansa baqaqsanii yaaluu qindeessite, wal’aansi baqaqsanii yaaluu isheerrattis gaggeeffameera.
Erga labsiin yeroo muddamaa hojiirra oolee kaasee bakkeewwan tokko tokkootti qaamoolee nageenyaatiin rakkooleen naamusaa jiraachu komiin hawaasa irraa kan ka'u yoo ta'u, mootummaa fi dhaabileen mirga namoomaas rakkinni kun jiraachu ni amanu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/32HzuGb
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/32HzuGb
BBC News Afaan Oromoo
Haqa: 'Itoophiyaatti nama hidhuun daldala taatee?'
Erga labsiin yeroo muddamaa hojiirra oolee kaasee bakkeewwan tokko tokkootti qaamoolee nageenyaatiin rakkooleen naamusaa jiraachu komiin hawaasa irraa kan ka'u yoo ta'u, mootummaa fi dhaabileen mirga namoomaas rakkinni kun jiraachu ni amanu.
👍1
Weellisaan Kiriis Biraawon, dubartii tokkoof qoricha of walaalchisuu kennee gudeedduun himatamee beenyaa miiliyoona 20 akka kaffaluuf gaafatame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3IKum3p
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3IKum3p
BBC News Afaan Oromoo
Weellisaan Kiriis Biraawon doonii irratti dubartii gudeeduun himatame
Weellisaan Kiriis Biraawon, dubartii tokkoof qoricha of walaalchisuu kennee gudeedduun himatamee beenyaa miiliyoona 20 akka kaffaluuf gaafatame.
Humni waraanaa galaanarraa US xiyyaara waraanaa isaa galaanatti dhidhimte Chaayinaan osoo hin argatiin bira gahuuf fiigichatti jira.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3H7IrYa
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3H7IrYa
BBC News Afaan Oromoo
USA'n xiyyaara waraanaa ishee F-35C galaanatti dhidhimte bira Chaayinaa dursitee gahuuf muddamaa jirti
Humni waraanaa galaanarraa US xiyyaara waraanaa isaa galaanatti dhidhimte Chaayinaan osoo hin argatiin bira gahuuf fiigichatti jira.
Akkuma Dhaabbanni motummoota gamtoomanii blaan beelaa kaaba Itoophiyaa Tigraay mudachuuf jiru ilaalchisee akeekkachisa baaseen, dooktaroonni naannichatti argamanis waan dameen fayyaa keessatti argamu ibsaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3goqY29
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3goqY29
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Tigraayiitti doktaroonni illeen deeggarsa nyaataa kadhataa jiru
Akkuma Dhaabbanni motummoota gamtoomanii blaan beelaa kaaba Itoophiyaa Tigraay mudachuuf jiru ilaalchisee akeekkachisa baaseen, dooktaroonni naannichatti argamanis waan dameen fayyaa keessatti argamu ibsaniiru.
Balaa konkolaataa godina Shawaa Lixaa aanaa Baakkoo Tibbeetti Jimaata kaleessa mudateen lubbuun namoota sadii darbuu komunikeeshiniin aanichaa BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3AEhb17
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://bbc.in/3AEhb17
BBC News Afaan Oromoo
Balaa konkolaataa aanaa Baakkoo Tibbeetti dhaqqabeen lubbuun namoota sadii darbe
Balaa konkolaataa godina Shawaa Lixaa aanaa Baakkoo Tibbeetti Jimaata kaleessa mudateen lubbuun namoota sadii darbuu komunikeeshiniin aanichaa BBCtti hime.
Akka addunyaatti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman nama kalee isaaniif arjoomu eegaa lubbuun isaanii dabarti. Namoonni fayyaalessi warreen dhukkusatanitti gurguruu qabu?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f7xeKkhru
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f7xeKkhru
BBC News Afaan Oromoo
Kalee akkuma meeshaa bittaa fi gurgurtaaf dhiyeessuu qabnaa?
Akka addunyaatti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman nama kalee isaaniif arjoomu eegaa lubbuun isaanii dabarti. Namoonni fayyaalessi warreen dhukkusatanitti gurguruu qabu?
Barreessaa Tasfaayee Gabra’aab kan dhiheenya kana du’aan boqote, kitaabasaa ‘Ye siddatanyaawu Maastaawashaa’ jedhu keessatti, fuula 181-187 irratti waa’ee weellisaa qaroo- dhabeessa Gabbisaa Mul’ataa jedhamuu, kan godina Horro Guduruu Wallaggaa magaalaa Shaambuutti argee dubbisee barreesse ture. Tasfaayeen keewwatasaa mata duree ‘Ye Shaambuu Nigus’ jedhuun katabe jalatti, weellisaa kana ‘mootii Shaambuu gonfoo mataarra hin keewwanne’ jechuun isaan ibsa. Ofii wallisaan kun eenyu? Kunoo dubbifadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lMUAwmTZ4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lMUAwmTZ4
BBC News Afaan Oromoo
Tasfaayee Gabra’aab ‘Mootii Shaambuu’ jechuun kan leellise weellisaa Gabbisaa Mul’ataa eenyu?
Barreessaa Tasfaayee Gabra’aab kan dhiheenya kana du’aan boqote, kitaabasaa ‘Ye siddatanyaawu Maastaawashaa’ jedhu keessatti, fuula 181-187 irratti waa’ee weellisaa qaroo- dhabeessa Gabbisaa Mul’ataa jedhamuu, kan godina Horro Guduruu Wallaggaa magaalaa Shaambuutti…
Hogganaan Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (Dr) gareesaaniifi motummaa Itoophiyaa jidduutti haasaan al-kallattii ta'e taasifamaa jiraachuu BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/DX5mabLti
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/DX5mabLti
BBC News Afaan Oromoo
TPLF fi mootummaa Itoophiyaa gidduu mariin al-kallattii adeemaa jiraachuu Dabratsiyoon dubbatan
Hogganaan Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (Dr) gareesaaniifi motummaa Itoophiyaa jidduutti haasaan al-kallattii ta'e taasifamaa jiraachuu BBCtti himan.
Appiiwwan gochaa basaasaatiif oolan kunneen namoota beekumsa teeknoolojii qabu jedhamaniif illeen rakkoodha. Sababiinsaa haalli itti oomishaman akka dafamee irra gahamu kan dandeessisu miti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JaVPSeohZ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/JaVPSeohZ
BBC News Afaan Oromoo
Istokarweer: Appiiwwan bilbilaa abbootiin warraa dubartoota saanii ittiin basaasan