Waggoota sadiin dura hakiimonni Itoophiyaa hedduun hiriira bahan. Miindaan nuuf yaa dabalamu, sarbamni nurra gahu yaa dhaabbatu, sirni wal'aansa fayyaa yaa foyyaa'u, meeshaaleen tajaajila fayyaa ittiin kennan yaa guutaman kanneen jedhan gaaffilee hedduu kaasan keessaa muraasa turan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KDShTV

BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa: Biyya hakiima barbaaddu keessatti hakiimoonni akkamiin hojii dhabu?
Waggoota sadiin dura hakiimonni Itoophiyaa hedduun hiriira bahan. Miindaan nuuf yaa dabalamu, sarbamni nurra gahu yaa dhaabbatu, sirni wal'aansa fayyaa yaa foyyaa'u, meeshaaleen tajaajila fayyaa ittiin kennan yaa guutaman kanneen jedhan gaaffilee hedduu kaasan…
"Ergaa imeelii namni tokko naaf ergee na jalaa bade barbaachan fooldara 'imeeliin hin barbaadamne' (junk or spam folder) mil'adhe" jetti Looraa Ispiirs.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/344UmaK
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/344UmaK
BBC News Afaan Oromoo
Dubartii fooldara 'imeelii hin barbaadamnee' keessaa lootarii doolaara mil. 3 argatte
"Ergaa imeelii namni tokko naaf ergee na jalaa bade barbaachan fooldara 'imeeliin hin barbaadamne' (junk or spam folder) mil'adhe" jetti Looraa Ispiirs.
Biyyi ollaa Keeniyaafi US waraanni Itoophiyaa saffisaan furamee arguudhaaf warreen waraanatti jiran waliin marii godhan cimsuuf waliigaluu beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tWCU2N
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tWCU2N
BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaa fi US waraana Itoophiyaa saffisaan xumuruuf marii godhamu jabeessuuf waliigalan
Biyyi ollaa Keeniyaafi US waraanni Itoophiyaa saffisaan furamee arguudhaaf warreen waraanatti jiran waliin marii godhan cimsuuf waliigaluu beeksisan.
Kaameruun istaadiyeemii tapha Waancaa Afrikaa keessummeessaa jiruun alatti wal dhiibbaa uumameen yoo xinnaate namooni saddeet du’anii, hedduun madaa’uu isaani gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GZdVQ1
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GZdVQ1
BBC News Afaan Oromoo
Istaadiyeemi Kaameruunitti wal dhiibuu uumameen yoo xinnaate lubbuun namootaa 8 darbe
Kaameruun istaadiyeemii tapha Waancaa Afrikaa keessummeessaa jiruun alatti wal dhiibbaa uumameen yoo xinnaate namooni saddeet du’anii, hedduun madaa’uu isaani gabaafame.
Poolisiin namicha gurraacha Ameerikaa dhalataa naannoo Nevaadaa jiraatu kan nama adii wajjin maqaa wal-fakkaataa qabu dogoggoraan guyyaa ja’aaf mana hidhaa buuse. Namni adii kuni umriidhaanis dachaa nama isa gurraachaati.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AtNLTf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AtNLTf
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaatti dargaggeessa gurraacha jaarsa adiitti dogoggorsanii hidhaa buusan
Poolisiin namicha gurraacha Ameerikaa dhalataa naannoo Nevaadaa jiraatu kan nama adii wajjin maqaa wal-fakkaataa qabu dogoggoraan guyyaa ja’aaf mana hidhaa buuse. Namni adii kuni umriidhaanis dachaa nama isa gurraachaati.
Dhaabbati Fayyaa Addunyaa (WHO) himata mootummaan Itoophiyaa, Direektarrii WHO haa qoratamu jechuun dhiyeesse hin ilaaliin hafe.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AwI5Ib
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AwI5Ib
BBC News Afaan Oromoo
Teedroos Adhaanoom: WHO himata Itoophiyaan Dr Teedroos irratti dhiyeessite hin ilaaliin hafe
Dhaabbati Fayyaa Addunyaa (WHO) himata mootummaan Itoophiyaa, Direektarrii WHO haa qoratamu jechuun dhiyeesse hin ilaaliin hafe.
Waraanni Kaaba Itoophiyaa qabbanaa'ee ture gama daangaa Tigraay fi Affaariin akka haarawatti itti fufee jiraachuu fi finciltoonni Tigraay daangaa Affaar seenanii haleellaa raawwachaa akka jiran Mootummaan Naannoo Affaar hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fT3927
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fT3927
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: 'Finciltoonni Tigraay daangaa Affaar seenanii haleellaa raawwachaa jiru' - Naannoo Affaar
Waraanni Kaaba Itoophiyaa qabbanaa'ee ture gama daangaa Tigraay fi Affaariin akka haarawatti itti fufee jiraachuu fi finciltoonni Tigraay daangaa Affaar seenanii haleellaa raawwachaa akka jiran Mootummaan Naannoo Affaar hime.
Koreen Badhaasa Nobeelii badhaafamaan Noobelii Nagaa waraana keessatti hirmaachuun waan baratame miti jechuun himan. Ministirri Muummee Itoophiyaa badhaasa Nobeelii Nagaa fudhatanii waggaatti lola seenaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GZlDtF
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GZlDtF
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: 'Badhaafamaan Noobeelii waraana keessatti hirmaachuun waan baratame miti' - Koree Nobeelii
Koreen Badhaasa Nobeelii badhaafamaan Noobelii Nagaa waraana keessatti hirmaachuun waan baratame miti jechuun himan. Ministirri Muummee Itoophiyaa badhaasa Nobeelii Nagaa fudhatanii waggaatti lola seenaniiru. Kanas dirqamanii akka itti seenan himan.
❤1
Humnoonni TPLF Naannoo Affaar seenuun Godina Lama jedhamu keessa aanaalee sadii to'achuu Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Naannoo Afaar BBC'tti himan. Qondaalli naannichaa humni federaalaa 'tarkaanfii barbaachisaa' akka fudhatu gaafataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fTnsfK
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fTnsfK
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Finciltoonni TPLF Affaar seenuu aanaalee sadii to'achuu naannichi hime
Humnoonni TPLF Naannoo Affaar seenuun Godina Lama jedhamu keessa aanaalee sadii to'achuu Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Naannoo Afaar BBC'tti himan. Qondaalli naannichaa humni federaalaa 'tarkaanfii barbaachisaa' akka fudhatu gaafataniiru.
Kamaalaa Hariis filannoo waggaa darbeen ‘’pirezidaantummaaf xiqqumaaf hanqattee’’ pireezidantii itti-aantuu dubartii Ameerikaa jalqabaa taateetti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AzeEVP
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AzeEVP
BBC News Afaan Oromoo
Kamaalaa Hariis bara hojii waggaa jalqabaan maaliif hin milkoofne?
Kamaalaa Hariis filannoo waggaa darbeen ‘’pirezidaantummaaf xiqqumaaf hanqattee’’ pireezidantii itti-aantuu dubartii Ameerikaa jalqabaa taateetti.
Hojjetoota 11 doonii sana keessa turan keessaa Ayyenaachew Mokonnin kan jedhamu namni lammii Itoophiyaa ta'e akka keessatti argamu guyyootaan booda maatii isaaf bilbiluu hordofeeti kan barame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KNwido
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KNwido
BBC News Afaan Oromoo
Yaman: Teknishiyaana doonii lammii Itoophiyaa finciltoota Huutiin buatameefi yaaddoo maatiisaa
Hojjetoota 11 doonii sana keessa turan keessaa Ayyenaachew Mokonnin kan jedhamu namni lammii Itoophiyaa ta'e akka keessatti argamu guyyootaan booda maatii isaaf bilbiluu hordofeeti kan barame.
Itoophiyaan bara 2020tti jecha ‘sex’ ykn saal-quunnamtii jedhu Google irratti barbaaduun (search) akka addunyaatti sadarkaa tokkoffaa irra turte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3G06Nl9
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3G06Nl9
BBC News Afaan Oromoo
Waa’ee saal-quunnamtii iftoominaan haasa’uun hagam barbaachisaadha?
Itoophiyaan bara 2020tti jecha ‘sex’ ykn saal-quunnamtii jedhu Google irratti barbaaduun (search) akka addunyaatti sadarkaa tokkoffaa irra turte.
Boordiin Hojii Raawwachiiftuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) lammiin Itoophiyaa Dr Teedros Adihaanom marsaa lammataaf dhaabbaticha akka hoogganan kaadhime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3u16mVC
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3u16mVC
BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbata Fayyaa Addunyaa: Boordiin WHO Dr Teedros Adihaanom dhaabbaticha lammata akka hoogganan kaadhime
Boordiin Hojii Raawwachiiftuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) lammiin Itoophiyaa Dr Teedros Adihaanom marsaa lammataaf dhaabbaticha akka hoogganan kaadhime.
Ameerikaa Bostan keessatti dhukkubsataan talaallii Kooviid fudhachuu dhiisuun akka yaalii onnee haaraa hin arganne isa taasisan keessaati.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3o04lF7
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3o04lF7
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaatti namichi talaallii hin fudhatiin wal’aansa onnee haara dhaabuu dhorkame
Ameerikaa Bostan keessatti dhukkubsataan talaallii Kooviid fudhachuu dhiisuun akka yaalii onnee haaraa hin arganne isa taasisan keessaati.
Marii Dayaaspooraa Itoophiyaa waliin taasisan irratti MM Abiy Ahimad finciltoota Tigraay waliin mari'achuuf qophiin jiraachuu dubbachuu isaanii maddi oduu 'Associated Press' gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3o09f5c
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3o09f5c
BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy humnoota Tigraay waliin mariin akka jiraatu dubbachuun isaanii gabaafame
Marii Dayaaspooraa Itoophiyaa waliin taasisan irratti MM Abiy Ahimad finciltoota Tigraay waliin mari'achuuf qophiin jiraachuu dubbachuu isaanii maddi oduu 'Associated Press' gabaase.
❤1
Siiriyaa keessatti humnootiin Kurdishiin hogganamu sochii mana hidhaa torban darbee milishoota garee Mootummaa Islaamaa (IS)n to'atame qulleessuuf taasisaa jiruun milishoonni dabalataa 250 harka kennachu beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3IDkkkn
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3IDkkkn
BBC News Afaan Oromoo
Hidhattoonni IS mana hidhaa Sooriyaa cabsuun waahillan isaanii miliqsuuf turan harka kennatan
Siiriyaa keessatti humnootiin Kurdishiin hogganamu sochii mana hidhaa torban darbee milishoota garee Mootummaa Islaamaa (IS)n to'atame qulleessuuf taasisaa jiruun milishoonni dabalataa 250 harka kennachu beeksiise.
Turiistiin lammii Firaans, basaasuun himatamee mana murti Iraaniin hidhaan wagga saddeeti irratti murtaa’uu, abukaatoon isaa Paaris jiru hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32wWF5Q
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32wWF5Q
BBC News Afaan Oromoo
Lammiin Firaans Iraan keessatti basaasuun himatame hidhaan adabame
Turiistiin lammii Firaans, basaasuun himatamee mana murti Iraaniin hidhaan wagga saddeeti irratti murtaa’uu, abukaatoon isaa Paaris jiru hime.
👍1
Waggaa 25 dura ergaan barreeffamaa buccullee/qaruuraa keessa kaa’amee Iskootilaandirra ergame Norwaayitti argame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3H2fq08
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3H2fq08
BBC News Afaan Oromoo
Xalayaan qaruuraa keessa kaa’ame galaanatti gatame ganna 25 booda argame
Waggaa 25 dura ergaan barreeffamaa buccullee/qaruuraa keessa kaa’amee Iskootilaandirra ergame Norwaayitti argame.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee damee barnootaarratti ibsa yoo kennuu hidhattoonni WBO kan mootummaan 'Shanee' jechuun waamu manneen barnootaa 160 ol gubuu fi barattootni kuma 300 ol barnootarraa bittinaa'uu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nZrYOg
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nZrYOg
BBC News Afaan Oromoo
Hidhattoonni WBO 'manneen barnootaa 160 guban, barattoota kuma 300 ol bittinneessan' - MNO
Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee damee barnootaarratti ibsa yoo kennuu hidhattoonni WBO kan mootummaan 'Shanee' jechuun waamu manneen barnootaa 160 ol gubuu fi barattootni kuma 300 ol barnootarraa bittinaa'uu beeksise.
BBCn gaazexeessitoonni ciccimoo gara fuulduraatti Afriikaa keessaa guddataa jiran badhaasa 'Komlaa Dumoor' 2022tiin akka dorgomaniif gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rL1fWA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rL1fWA
BBC News Afaan Oromoo
BBC'n badhaasa 'Komlaa Dumoor' bara 2022'f dorgomsiisuu eegale
BBCn gaazexeessitoonni ciccimoo gara fuulduraatti Afriikaa keessaa guddataa jiran badhaasa 'Komlaa Dumoor' 2022tiin akka dorgomaniif gaafate.
Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa gurgurtaan xiyyaaroota geejiiba waaraanaa 12 kan doolaara biiloyoona lama baasani Masrii waliin akka raawwatuuf hayyame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rP7SqZ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rP7SqZ
BBC News Afaan Oromoo
US xiyyaaroota waraanaa doolaara biliyoona lamaa ol baasan Masriitti gurguruuf