Poolisoonni wayita mana isaa qaqqabanitti bofoota summaa’oo nama hiddanii fi nama hin hiddine 124 mana isaatti argan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GS46nf

BBC News Afaan Oromoo
Namtichi Ameerikaa reeffi isaa bofa 100 oliin marfamee argame
Poolisoonni wayita mana isaa qaqqabanitti bofoota summaa’oo nama hiddanii fi nama hin hiddine 124 mana isaatti argan.
Erga sooroma fudhachuuf namoonni reeffa namaa waajjira postaatti geessan jedhamee booda qorannoon taasifamuu eegale.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fNyh2W
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fNyh2W
BBC News Afaan Oromoo
Ayirlaand: Namoonni lama 'soorama namaa fudhachuuf reeffa fuudhanii waajjira geessan' barbaadamaa jiru
Erga sooroma fudhachuuf namoonni reeffa namaa waajjira postaatti geessan jedhamee booda qorannoon taasifamuu eegale.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii-UN haleellaa qilleensarraa mana hidhaa Yamanitti raawwateefi lubbuu 70 ol galaafate balaaleffate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33VdY0L
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33VdY0L
BBC News Afaan Oromoo
Yaman: UN haleellaa qilleensaa mana hidhaatti lubbuu galaafate balaaleeffate
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii-UN haleellaa qilleensarraa mana hidhaa Yamanitti raawwateefi lubbuu 70 ol galaafate balaaleffate.
Dura Taa'aan Itti aanaa Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Mohaammad Hamdaan Degoloo Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa waliin Finfinneetti wal argan. Daawwannaan kuni osoo biyyoonni lamaan daangaafi hidha Abbayyaarrati waldhabbii qabaniiti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GUBr0z
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GUBr0z
BBC News Afaan Oromoo
Hariiroo Itoophiyaafi Sudaan: Hoogganaan Itti aanaa Sudaan Hemetiin Itoophiyaa seenan
Dura Taa'aan Itti aanaa Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Mohaammad Hamdaan Degoloo Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa waliin Finfinneetti wal argan. Daawwannaan kuni osoo biyyoonni lamaan daangaafi hidha Abbayyaarrati waldhabbii qabaniiti.
Qorannoon Kaanaadaatti gaggeeffame tokko akka mul'isetti dubartoonni harka hakiima dhiiraatiin wallaansi baqaqsanii wallaanamuu taasifamuuf kanneen harka hakiimii dubartiin taasifamuuf caalaa carraa du'uu %32 qabu jedhe. Garuu maaliif laata? Hakiimonni dubartii BBC dubbise waan sababa ta'uu mala jedhan qabu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWRdXw
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWRdXw
BBC News Afaan Oromoo
Dubartoonni hakimii dhiiraatiin wallaansi baqaqsanii yaaluu taasifamuuf irra caalaa du'u jedha qorannoon. Maaliif?
Qorannoon Kaanaadaatti gaggeeffame tokko akka mul'isetti dubartoonni harka hakiima dhiiraatiin wallaansi baqaqsanii wallaanamuu taasifamuuf kanneen harka hakiimii dubartiin taasifamuuf caalaa carraa du'uu %32 qabu jedhe. Garuu maaliif laata? Hakiimonni dubartii…
Raashiyaan daangaa biyya ollaashee Yukireenitti loltoota 100,000 tahan walitti kan qabde yoo tahu, biyyattii weeraruuf garuu karoora akka hin qabne himti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fQMmwA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fQMmwA
BBC News Afaan Oromoo
Raashiyaan dhuguma Yukireen weeraruuf qophaa'aa jirtii?
Raashiyaan daangaa biyya ollaashee Yukireenitti loltoota 100,000 tahan walitti kan qabde yoo tahu, biyyattii weeraruuf garuu karoora akka hin qabne himti.
Inistitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo rakkoolee Afaan Oromoo sirnaafi bifa waalta'aa ta'een barreessuu dhabuu furuu dabalatee guddinaafi dagaagina Afaanichaarratti xiyyeeffannoo addaa kennee akka hojjetu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fSjjsx
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fSjjsx
BBC News Afaan Oromoo
Inistitiyuutii Qorannoofi Qo’annoo Oromoo akka Afaan Oromoo qajeelchu aangeffame beektuu?
Inistitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo rakkoolee Afaan Oromoo sirnaafi bifa waalta'aa ta'een barreessuu dhabuu furuu dabalatee guddinaafi dagaagina Afaanichaarratti xiyyeeffannoo addaa kennee akka hojjetu ibse.
Pirezidaant Vilaadmiir Putiin Yukureenitti gaggeessaa Raashiyaatiif amanamaa ta'e kaa'uudhaaf jiraa akka jirtu bira ga'eera jetti Biriitish.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KzeS3S
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KzeS3S
BBC News Afaan Oromoo
Putiin gaggeessaa Yukireen Raashiyaaf amanamaa ta’e kaa’uuf shiraa jira jedhame
Pirezidaant Vilaadmiir Putiin Yukureenitti gaggeessaa Raashiyaatiif amanamaa ta'e kaa'uudhaaf jiraa akka jirtu bira ga'eera jetti Biriitish.
Rogeessaa fi miidiyaalee garaagaraa hojjechuun kan beekamu Iyyaaspeed Tafaayee hidhaa guyyoota 47 booda guyyoota muraasaan dura hiikameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GX335j
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GX335j
BBC News Afaan Oromoo
Walabummaa Pireesii: ‘Dhimmoonni ani irratti gaafatame labsii yeroo muddamaa waan ilaallatan miti'
Rogeessaa fi miidiyaalee garaagaraa hojjechuun kan beekamu Iyyaaspeed Tafaayee hidhaa guyyoota 47 booda guyyoota muraasaan dura hiikameera.
Hidhatoonni gareen motummaa Islaamaa (IS) mana hidhaa to'annoo humnootii Kurdi jalatti argamu keessaa sirreeffamtoota baasuuf cabsee seenuu isaa hordofuun Kaabaa Baha Sooriyaatti waranni cimaan gaggeeffameen yoo xinnaate namoonni 70 ajjeeffaman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ItEb5v
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ItEb5v
BBC News Afaan Oromoo
Sooriyaatti gareen IS mana hidhaa cabsee seenuu hordofee walitti bu'insi uumame
Hidhatoonni gareen motummaa Islaamaa (IS) mana hidhaa to'annoo humnootii Kurdi jalatti argamu keessaa sirreeffamtoota baasuuf cabsee seenuu isaa hordofuun Kaabaa Baha Sooriyaatti waranni cimaan gaggeeffameen yoo xinnaate namoonni 70 ajjeeffaman.
Keenyaan rakkoon biyya hollaa ishee Itoophiyaa keessa jiru furmaata akka argatuuf yaalii taasiftu haala tasgabbaa'aa ta'een walitti dhiyeenyaan hojjechuu ishee akka itti futu ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qT4OuN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qT4OuN
BBC News Afaan Oromoo
Keenyaan waraanni Itoophiyaa akka dhaabbatuuf walitti dhiyeenyaan hojjechaa akka jirtu ibsite
Keenyaan rakkoon biyya hollaa ishee Itoophiyaa keessa jiru furmaata akka argatuuf yaalii taasiftu haala tasgabbaa'aa ta'een walitti dhiyeenyaan hojjechuu ishee akka itti futu ibsite.
Ministirri mummee Niiw Ziilaand Jasiindaa Ardan Kooviid gosa haaraa to’achuuf jecha dhorkaawwan bahan erga ibsaniin booda sirna cidha isaanii haquus himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AnaAYG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AnaAYG
BBC News Afaan Oromoo
Ministirri mummee Niiw Ziilaand sababii Koovidiin sagantaa cidha isaanii haqan
Ministirri mummee Niiw Ziilaand Jasiindaa Ardan Kooviid gosa haaraa to’achuuf jecha dhorkaawwan bahan erga ibsaniin booda sirna cidha isaanii haquus himaniiru.
Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad ergaa Qophii Fiigicha Guddicha Marsaa 21ffaa ilaalchisuun dabarsaniin Itoophiyaan nageenyaafi tokkummaa mirkaneessuun badhaadhinni akka dhufuuf fiigicha guddaarra jirti jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tSEUJG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tSEUJG
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan fiigicha guddicharra jirti –MM Dr Abiy Ahimad
Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad ergaa Qophii Fiigicha Guddicha Marsaa 21ffaa ilaalchisuun dabarsaniin Itoophiyaan nageenyaafi tokkummaa mirkaneessuun badhaadhinni akka dhufuuf fiigicha guddaarra jirti jedhan.
Gaazexaan Rippoortar gabaasa 'wixineen labsii gabatee konkolaataa naannoo hambisu gara paarlaamaatti qajeelfame' jedhu fuula isaa jalqabaarratti Dilbata baasee ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33JqlNM
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33JqlNM
BBC News Afaan Oromoo
'Wixineen labsii gabatee konkolaataa naannoo hambisu paarlaamaaf qajeelfame oduu jedhu soba' - Kaasahun Gofee
Gaazexaan Rippoortar gabaasa 'wixineen labsii gabatee konkolaataa naannoo hambisu gara paarlaamaatti qajeelfame' jedhu fuula isaa jalqabaarratti Dilbata baasee ture.
Miseensi paarlaamaa UK mootummaan Musliima tahuusheetiin bara 2020tti aangoo ministirummaa irraa akka ishee dhorke dubbatte
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AtqMrf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AtqMrf
BBC News Afaan Oromoo
Miseensi paarlaamaa UK Musliima tahuu koon hojiirraa ittifame jette
Miseensi paarlaamaa UK mootummaan Musliima tahuusheetiin bara 2020tti aangoo ministirummaa irraa akka ishee dhorke dubbatte
Itoophiyaatti qajeelfamni haala soorataa(dietary guideline) yeroo ji’a tokkoof lama gidduutti akka uummataaf ifa taasifamu Inistitiyuutii Fayyaa Hawaasaatti, daariktarri Qorannoon Sirna Nyaataa Dr Maasrashaa Tasammaa BBCtti himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3IxaFvW
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3IxaFvW
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan qajeelfama haala soorataa 'fayyaa-qabeessa' jedhamu ifa gochuuf
Itoophiyaatti qajeelfamni haala soorataa(dietary guideline) yeroo ji’a tokkoof lama gidduutti akka uummataaf ifa taasifamu Inistitiyuutii Fayyaa Hawaasaatti, daariktarri Qorannoon Sirna Nyaataa Dr Maasrashaa Tasammaa BBCtti himaniiru.
Dhaabbanni Google jalqaba bara 2022 irratti afaanota dhaabbatichi ittiin tajaajilaa kennaa jiruun alatti afaanonni 126 dabalamuuf adeemsarra akka jiran ibsa. Afaanoota irratti hojjatamaa jiran keessaa tokko Afaan Oromoo akka ta'e himama. Ofii kana dhugoomsuuf maaltu hojjatamaa jiraa laata?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FT1iVt
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FT1iVt
BBC News Afaan Oromoo
Google Afaan Oromootiin tajaajila jalqabuuf hiikkaan jechootaa maalirra jira?
Dhaabbanni Google jalqaba bara 2022 irratti afaanota dhaabbatichi ittiin tajaajilaa kennaa jiruun alatti afaanonni 126 dabalamuuf adeemsarra akka jiran ibsa. Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?
Waajirri Haajaa Alaa US maatii hojjettoota eembasii dabalatee lammiileen Yukireen jiran akka achii bahuuf of qopheessan dhaame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rN3sRk
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rN3sRk
BBC News Afaan Oromoo
US maatiin hojjettoota embasii ishee Yukireen jiran akka achii bahan ajajje
Waajirri Haajaa Alaa US maatii hojjettoota eembasii dabalatee lammiileen Yukireen jiran akka achii bahuuf of qopheessan dhaame.
Miseensonni Taalibaan erga Afgaanistaanitti aangoo qabatanii yeroo jalqabaaf qondaalota biyyoota lixaa waliin mari’achuufi.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWpLtd
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWpLtd
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Taalibaan yeroo jalqabaaf biyyoota lixaa waliin marii taasisuufi
Miseensonni Taalibaan erga Afgaanistaanitti aangoo qabatanii yeroo jalqabaaf qondaalota biyyoota lixaa waliin mari’achuufi.
Pireezidantii Itti aanaan mana maree ce'umsaa Sudaan kan ta'an Leeftanaant Jeneraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloo Sambataa fi Dilbata darbe gara Finfinnee imaluun MM Itoophiyaa Abiy Ahimad dabalate qondaaltoota olaanoo biyyattii waliin wal arganii ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rN3w3w
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rN3w3w
BBC News Afaan Oromoo
Jeneraalli waraanaa Sudaan Hamdaan Dagaaloo Itoophiyaa daawwachuun maal akeeka?
Pireezidantii Itti aanaan mana maree ce'umsaa Sudaan kan ta'an Leeftanaant Jeneraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloo Sambataa fi Dilbata darbe gara Finfinnee imaluun MM Itoophiyaa Abiy Ahimad dabalate qondaaltoota olaanoo biyyattii waliin wal arganii ture.
Poolisiin Dachi namticha kutaa motara xiyyaara Afriikaa Kibbaatii ka'uun buufata xiyyaaraa Amastardaam Schiphol qubate keessa dhokate tokko lubbuun arguu beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tRz0Z0
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tRz0Z0
BBC News Afaan Oromoo
Namtichi kutaa motara xiyyaaraa keessa dhokate baliinsa sa'aatii 11 booda Amastardaamiitti lubbuun argame