BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Haleellaa hidhattoota Sudaan Kibbaa irraa gara Gaambeellaa seenan gaggeessaniin namoonni 8 ol yoo ajjeeffaman shan ammoo miidhaan irra qaqabuun ibsame.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qMbY3N
Qorannoon oomishni warqee keessattu kibbaa fi kibba lixa Itoophiyaatti bal'inaan ummataan haala garaa garaatiin qophaa'un soorataaf oolu, dandeettii ummata addunyaa miliyoona 100 sooruu qaba jedhe qorannoon.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GRyoqf
Dhaabbanni Komishiinii Olaanaa Dhimma Baqattootaa (UNHCR) haala baqattoonni Ertitaa kan kaampiiwwan baqattootaa naannoo Tigraay irratti argamaniin baayyee yaadda'u beeksiise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Ims3De
Poolisoonni wayita mana isaa qaqqabanitti bofoota summaa’oo nama hiddanii fi nama hin hiddine 124 mana isaatti argan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GS46nf
Dura Taa'aan Itti aanaa Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Mohaammad Hamdaan Degoloo Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa waliin Finfinneetti wal argan. Daawwannaan kuni osoo biyyoonni lamaan daangaafi hidha Abbayyaarrati waldhabbii qabaniiti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GUBr0z
Qorannoon Kaanaadaatti gaggeeffame tokko akka mul'isetti dubartoonni harka hakiima dhiiraatiin wallaansi baqaqsanii wallaanamuu taasifamuuf kanneen harka hakiimii dubartiin taasifamuuf caalaa carraa du'uu %32 qabu jedhe. Garuu maaliif laata? Hakiimonni dubartii BBC dubbise waan sababa ta'uu mala jedhan qabu.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWRdXw
Raashiyaan daangaa biyya ollaashee Yukireenitti loltoota 100,000 tahan walitti kan qabde yoo tahu, biyyattii weeraruuf garuu karoora akka hin qabne himti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fQMmwA
Inistitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo rakkoolee Afaan Oromoo sirnaafi bifa waalta'aa ta'een barreessuu dhabuu furuu dabalatee guddinaafi dagaagina Afaanichaarratti xiyyeeffannoo addaa kennee akka hojjetu ibse.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fSjjsx
Hidhatoonni gareen motummaa Islaamaa (IS) mana hidhaa to'annoo humnootii Kurdi jalatti argamu keessaa sirreeffamtoota baasuuf cabsee seenuu isaa hordofuun Kaabaa Baha Sooriyaatti waranni cimaan gaggeeffameen yoo xinnaate namoonni 70 ajjeeffaman.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ItEb5v
Keenyaan rakkoon biyya hollaa ishee Itoophiyaa keessa jiru furmaata akka argatuuf yaalii taasiftu haala tasgabbaa'aa ta'een walitti dhiyeenyaan hojjechuu ishee akka itti futu ibsite.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qT4OuN
Ministirri mummee Niiw Ziilaand Jasiindaa Ardan Kooviid gosa haaraa to’achuuf jecha dhorkaawwan bahan erga ibsaniin booda sirna cidha isaanii haquus himaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AnaAYG
Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad ergaa Qophii Fiigicha Guddicha Marsaa 21ffaa ilaalchisuun dabarsaniin Itoophiyaan nageenyaafi tokkummaa mirkaneessuun badhaadhinni akka dhufuuf fiigicha guddaarra jirti jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tSEUJG