Xiyaarri Daandiiwwan Qilleensaa Ameerikaa Miyaamii irraa gara Landaniitti balali'aa ture tokko sababii imalaan tokko maaskii kaawwachu dideef jecha karaa wallakaadhaa deebii'uu daandiin qilleensichaa hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nHMsLq

BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaarri US gara Landan balali'aa ture imalaan tokko maaskii godhachuu diduusaatiif karaarraa deebi'ee qubate
Xiyaarri Daandiiwwan Qilleensaa Ameerikaa Miyaamii irraa gara Landaniitti balali'aa ture tokko sababii imalaan tokko maaskii kaawwachu dideef jecha karaa wallakaadhaa deebii'uu daandiin qilleensichaa hime.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN) toora ittiin gargaarsi namooma dhiyaaturra waraanni jiraachuu isaatiin gargaarsa barbaachisu Tigraay qaqqabsiisuun akka gufate ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rEIcgB
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rEIcgB
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: UN sababa waraanaatiif gargaarsi dhiyeessu gufachuu hime
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN) toora ittiin gargaarsi namooma dhiyaaturra waraanni jiraachuu isaatiin gargaarsa barbaachisu Tigraay qaqqabsiisuun akka gufate ibseera.
Haleellaa hidhattoota Sudaan Kibbaa irraa gara Gaambeellaa seenan gaggeessaniin namoonni 8 ol yoo ajjeeffaman shan ammoo miidhaan irra qaqabuun ibsame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qMbY3N
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qMbY3N
BBC News Afaan Oromoo
Hidhattoota Sudaan Kibbaarraa Gambeellaa galaniin namoonni 8 ol ajjeeffaman
Haleellaa hidhattoota Sudaan Kibbaa irraa gara Gaambeellaa seenan gaggeessaniin namoonni 8 ol yoo ajjeeffaman shan ammoo miidhaan irra qaqabuun ibsame.
Walitti bu'iinsa Kabaja Ayyaana Cuuphaa irratti qarqara Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Buraayyu daangessutti mudateen lubbuun namootaa darbuu kanneen ijaan argan BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tNroGT
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tNroGT
BBC News Afaan Oromoo
Ayyaana Cuuphaa: Walitti bu’iinsa qarqara Finfinnee hordoftootaafi humnoota nageenyaa gidduu uumameen lubbuun darbe
Walitti bu'iinsa Kabaja Ayyaana Cuuphaa irratti qarqara Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Buraayyu daangessutti mudateen lubbuun namootaa darbuu kanneen ijaan argan BBC'tti himan.
Hogganaan bulchiinsa waraanaa Sudaan Janaraal Abdal Fettaa Al-Burhaan kaabinee ministeerota 15 qabu hundeessan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fORNMk
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fORNMk
BBC News Afaan Oromoo
Sudaan: Hogganaan waraanaa kaabinee ministeroota 15 qabu hundeessan
Hogganaan bulchiinsa waraanaa Sudaan Janaraal Abdal Fettaa Al-Burhaan kaabinee ministeerota 15 qabu hundeessan.
Qorannoon oomishni warqee keessattu kibbaa fi kibba lixa Itoophiyaatti bal'inaan ummataan haala garaa garaatiin qophaa'un soorataaf oolu, dandeettii ummata addunyaa miliyoona 100 sooruu qaba jedhe qorannoon.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GRyoqf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GRyoqf
BBC News Afaan Oromoo
Warqeen Itoophiyaa maaliif barana kana keessa qalbii qorattoota addunyaa hawwate?
Qorannoon oomishni warqee keessattu kibbaa fi kibba lixa Itoophiyaatti bal'inaan ummataan haala garaa garaatiin qophaa'un soorataaf oolu, dandeettii ummata addunyaa miliyoona 100 sooruu qaba jedhe qorannoon.
Dhaabbanni Komishiinii Olaanaa Dhimma Baqattootaa (UNHCR) haala baqattoonni Ertitaa kan kaampiiwwan baqattootaa naannoo Tigraay irratti argamaniin baayyee yaadda'u beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Ims3De
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Ims3De
BBC News Afaan Oromoo
Baqattoonni Ertiraa Tigraay keessaa haala yaaddessaa keessatti argamu - UNHCR
Dhaabbanni Komishiinii Olaanaa Dhimma Baqattootaa (UNHCR) haala baqattoonni Ertitaa kan kaampiiwwan baqattootaa naannoo Tigraay irratti argamaniin baayyee yaadda'u beeksiise.
Miidiyaan hawaasummaa guddichi Tiwiitarri, akkaawuntiiwwan waraana Itoophiyaa keessaa irratti xiyyeefachuun seera isaa cabsaniiru jedhe haquu BBC’f mirkaneesse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tL1P9D
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tL1P9D
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Tiwiitarri akkaawuntiiwwan lammiilee Itoophiyaa muraasa haquu beeksise
Miidiyaan hawaasummaa guddichi Tiwiitarri, akkaawuntiiwwan waraana Itoophiyaa keessaa irratti xiyyeefachuun seera isaa cabsaniiru jedhe haquu BBC’f mirkaneesse.
Poolisoonni wayita mana isaa qaqqabanitti bofoota summaa’oo nama hiddanii fi nama hin hiddine 124 mana isaatti argan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GS46nf
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GS46nf
BBC News Afaan Oromoo
Namtichi Ameerikaa reeffi isaa bofa 100 oliin marfamee argame
Poolisoonni wayita mana isaa qaqqabanitti bofoota summaa’oo nama hiddanii fi nama hin hiddine 124 mana isaatti argan.
Erga sooroma fudhachuuf namoonni reeffa namaa waajjira postaatti geessan jedhamee booda qorannoon taasifamuu eegale.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fNyh2W
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fNyh2W
BBC News Afaan Oromoo
Ayirlaand: Namoonni lama 'soorama namaa fudhachuuf reeffa fuudhanii waajjira geessan' barbaadamaa jiru
Erga sooroma fudhachuuf namoonni reeffa namaa waajjira postaatti geessan jedhamee booda qorannoon taasifamuu eegale.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii-UN haleellaa qilleensarraa mana hidhaa Yamanitti raawwateefi lubbuu 70 ol galaafate balaaleffate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33VdY0L
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33VdY0L
BBC News Afaan Oromoo
Yaman: UN haleellaa qilleensaa mana hidhaatti lubbuu galaafate balaaleeffate
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii-UN haleellaa qilleensarraa mana hidhaa Yamanitti raawwateefi lubbuu 70 ol galaafate balaaleffate.
Dura Taa'aan Itti aanaa Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Mohaammad Hamdaan Degoloo Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa waliin Finfinneetti wal argan. Daawwannaan kuni osoo biyyoonni lamaan daangaafi hidha Abbayyaarrati waldhabbii qabaniiti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GUBr0z
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GUBr0z
BBC News Afaan Oromoo
Hariiroo Itoophiyaafi Sudaan: Hoogganaan Itti aanaa Sudaan Hemetiin Itoophiyaa seenan
Dura Taa'aan Itti aanaa Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Mohaammad Hamdaan Degoloo Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa waliin Finfinneetti wal argan. Daawwannaan kuni osoo biyyoonni lamaan daangaafi hidha Abbayyaarrati waldhabbii qabaniiti.
Qorannoon Kaanaadaatti gaggeeffame tokko akka mul'isetti dubartoonni harka hakiima dhiiraatiin wallaansi baqaqsanii wallaanamuu taasifamuuf kanneen harka hakiimii dubartiin taasifamuuf caalaa carraa du'uu %32 qabu jedhe. Garuu maaliif laata? Hakiimonni dubartii BBC dubbise waan sababa ta'uu mala jedhan qabu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWRdXw
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWRdXw
BBC News Afaan Oromoo
Dubartoonni hakimii dhiiraatiin wallaansi baqaqsanii yaaluu taasifamuuf irra caalaa du'u jedha qorannoon. Maaliif?
Qorannoon Kaanaadaatti gaggeeffame tokko akka mul'isetti dubartoonni harka hakiima dhiiraatiin wallaansi baqaqsanii wallaanamuu taasifamuuf kanneen harka hakiimii dubartiin taasifamuuf caalaa carraa du'uu %32 qabu jedhe. Garuu maaliif laata? Hakiimonni dubartii…
Raashiyaan daangaa biyya ollaashee Yukireenitti loltoota 100,000 tahan walitti kan qabde yoo tahu, biyyattii weeraruuf garuu karoora akka hin qabne himti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fQMmwA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fQMmwA
BBC News Afaan Oromoo
Raashiyaan dhuguma Yukireen weeraruuf qophaa'aa jirtii?
Raashiyaan daangaa biyya ollaashee Yukireenitti loltoota 100,000 tahan walitti kan qabde yoo tahu, biyyattii weeraruuf garuu karoora akka hin qabne himti.
Inistitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo rakkoolee Afaan Oromoo sirnaafi bifa waalta'aa ta'een barreessuu dhabuu furuu dabalatee guddinaafi dagaagina Afaanichaarratti xiyyeeffannoo addaa kennee akka hojjetu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fSjjsx
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fSjjsx
BBC News Afaan Oromoo
Inistitiyuutii Qorannoofi Qo’annoo Oromoo akka Afaan Oromoo qajeelchu aangeffame beektuu?
Inistitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo rakkoolee Afaan Oromoo sirnaafi bifa waalta'aa ta'een barreessuu dhabuu furuu dabalatee guddinaafi dagaagina Afaanichaarratti xiyyeeffannoo addaa kennee akka hojjetu ibse.
Pirezidaant Vilaadmiir Putiin Yukureenitti gaggeessaa Raashiyaatiif amanamaa ta'e kaa'uudhaaf jiraa akka jirtu bira ga'eera jetti Biriitish.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KzeS3S
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KzeS3S
BBC News Afaan Oromoo
Putiin gaggeessaa Yukireen Raashiyaaf amanamaa ta’e kaa’uuf shiraa jira jedhame
Pirezidaant Vilaadmiir Putiin Yukureenitti gaggeessaa Raashiyaatiif amanamaa ta'e kaa'uudhaaf jiraa akka jirtu bira ga'eera jetti Biriitish.
Rogeessaa fi miidiyaalee garaagaraa hojjechuun kan beekamu Iyyaaspeed Tafaayee hidhaa guyyoota 47 booda guyyoota muraasaan dura hiikameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GX335j
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GX335j
BBC News Afaan Oromoo
Walabummaa Pireesii: ‘Dhimmoonni ani irratti gaafatame labsii yeroo muddamaa waan ilaallatan miti'
Rogeessaa fi miidiyaalee garaagaraa hojjechuun kan beekamu Iyyaaspeed Tafaayee hidhaa guyyoota 47 booda guyyoota muraasaan dura hiikameera.
Hidhatoonni gareen motummaa Islaamaa (IS) mana hidhaa to'annoo humnootii Kurdi jalatti argamu keessaa sirreeffamtoota baasuuf cabsee seenuu isaa hordofuun Kaabaa Baha Sooriyaatti waranni cimaan gaggeeffameen yoo xinnaate namoonni 70 ajjeeffaman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ItEb5v
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ItEb5v
BBC News Afaan Oromoo
Sooriyaatti gareen IS mana hidhaa cabsee seenuu hordofee walitti bu'insi uumame
Hidhatoonni gareen motummaa Islaamaa (IS) mana hidhaa to'annoo humnootii Kurdi jalatti argamu keessaa sirreeffamtoota baasuuf cabsee seenuu isaa hordofuun Kaabaa Baha Sooriyaatti waranni cimaan gaggeeffameen yoo xinnaate namoonni 70 ajjeeffaman.
Keenyaan rakkoon biyya hollaa ishee Itoophiyaa keessa jiru furmaata akka argatuuf yaalii taasiftu haala tasgabbaa'aa ta'een walitti dhiyeenyaan hojjechuu ishee akka itti futu ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qT4OuN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qT4OuN
BBC News Afaan Oromoo
Keenyaan waraanni Itoophiyaa akka dhaabbatuuf walitti dhiyeenyaan hojjechaa akka jirtu ibsite
Keenyaan rakkoon biyya hollaa ishee Itoophiyaa keessa jiru furmaata akka argatuuf yaalii taasiftu haala tasgabbaa'aa ta'een walitti dhiyeenyaan hojjechuu ishee akka itti futu ibsite.
Ministirri mummee Niiw Ziilaand Jasiindaa Ardan Kooviid gosa haaraa to’achuuf jecha dhorkaawwan bahan erga ibsaniin booda sirna cidha isaanii haquus himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AnaAYG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AnaAYG
BBC News Afaan Oromoo
Ministirri mummee Niiw Ziilaand sababii Koovidiin sagantaa cidha isaanii haqan
Ministirri mummee Niiw Ziilaand Jasiindaa Ardan Kooviid gosa haaraa to’achuuf jecha dhorkaawwan bahan erga ibsaniin booda sirna cidha isaanii haquus himaniiru.
Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad ergaa Qophii Fiigicha Guddicha Marsaa 21ffaa ilaalchisuun dabarsaniin Itoophiyaan nageenyaafi tokkummaa mirkaneessuun badhaadhinni akka dhufuuf fiigicha guddaarra jirti jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tSEUJG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tSEUJG
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan fiigicha guddicharra jirti –MM Dr Abiy Ahimad