BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Qabeenyummaansaa kan abbaa qabeenyaa Dinquu Dayyaasaa kan ta'e hoteelli Riizoortii Soodaree baraa 2020 keessa sababa galii mootummaa seeraan hin kaffallee fi seeraan ala lafa babaldhifate jedhuun marsaa duraa cufamee ture.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tJXUtE
Godina Gujii aanaalee hanqinni roobaa itti mudateefi yeroo dheeraadhaaf hongeedhaan miidhamaa turan keessaa tokko kan ta'e Sabbaa Boruutti roobni cimaan roobee beeylada 1,200 ol galaafate.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tJGblV
Istiivan Wuud osoo haadha warraa isaa yeroo 29 meeshaa qara qabuun waraanaa jiruu ''sin fixa'' jechuun itti dhaadachaa akka ture himame. Haata'u malee dubartiittiin lubbuun hafuu dandeessee jirti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nK7Hfk
Itoophiyaa naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti ganna 40 keessatti hongee hamaan isa kana duraa caalu mudachuu Dhaabbanni Gargaarsaa Idil-addunyaa Ameerikaa (USIAD) beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fP1zxW
Namichi paastariidha ofiin jedhuufi haati warraasaa namoota qaama miidhaman saddeet mana isaaniitti itti cufanii kaa’uun shakkamanii qabaman

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qLNYhi
Arbi lakkuu dhaluun akkuma addunyaattu %1 takka qofaa yoo ta'u, kan yeroo dhumaatiif lakkuun dhalatees bara 2006 keessa ture.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GODTpF
Ministira Mummee Abiy Ahmad (PhD) waliin wal arganii kan mariyatan Ministira UK kan dhimma Afrikaa, Laatiin Ameerikaafi Kariibiyaan kan ta'an Viikii Foord carraaqqii mootummaan nagaa buusuudhaaf taasisaa jiru dinqisiifataniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AkoR8n
Lammiilee Itoophiyaa gara waggaafi baatiiwwan saddeetiif manneen hidhaa biyyoota Arabaa keessatti argaman viidiyoo BBC Afaan oromootiif erganiin, haala hamtuu ammaan tana keessatti argaman keessaa baraaruuf motummaafi ummanni akka biramatuuf gaafatan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qKLKyQ
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN) toora ittiin gargaarsi namooma dhiyaaturra waraanni jiraachuu isaatiin gargaarsa barbaachisu Tigraay qaqqabsiisuun akka gufate ibseera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rEIcgB